๐๐๐'๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ '๐๐๐๐๐' ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ญ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐๐ง ๐ฆ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ฌ๐ ๐ ๐๐ซ๐ข๐๐ก๐๐ ๐ญ๐โ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ข๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐ข๐๐จ๐จ๐ฆ๐.
***
***
Yaaโii 15ffaa Garee biyyoota BRICS (Biraazil, Raashiyaa, Hindii, Chaayinaafi Afriikaa Kibbaa) harโa Afriikaa Kibbaatti gaggeeffame irratti kan argaman Muummeen Ministeraa Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahimad Itiyoophiyaan miseensa garichaa taatee filatamuun ishee injifannoo gama diiplomaasiin arganne keessaa isa ijoodha jedhan.
Jijjiiramni Itiyoophiyaa keessatti roga maraan mulโachaa jiru, guddinni diinagdeefi abdiin gara fuulduraa biyyi keenya qabdu miseensa garee kanaa taatee akka filatamtu ishee taasisee jira jedhan Dr. Abiy.
Injifannoowwan waggoota kurnan darban keessatti galmaaโan keessaa kun isa tokko taโuu kan ibsan Dr. Abiy, wayita miseensa garee kanaa taโuuf kaadhimamnuus ulaagaawwan hunda guunnee waan argamneefi jedhan.
Kunis, Itiyoophiyaan guddina diinagdeen, baayโina ummataan, dhageettiin addunyaa irratti qabduufi abdiin gara fuula duraatti qabdu ilaalcha keessa galee, biyyoonni miseensa garichaa taโan, โ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐โ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ jedhanii waan hubataniif miseensa garee kanaa taโuu dandeenyee jirra jedhan.
Oomisha Qamadiin, Ashaaraa Magariisaan, Misooma Magaalaafi guddina GDP waliigalaan injifannoowwan hanga ammaatti argaman irratti dabalataan harโa ammoo gama #DIIPLOMAASIIN injifannoo haaraa argame kanaan baga gammaddan jechuun gammachuu isaanii ibsaniiru.
Yaaโii kana irratti Itoophiyaa dabalatee biyyoonni jaha (Igipt, Gamtaa Imireetota Arabaa, Arjentiinaa, Iraaniifi Sawudi Arabiyaa) miseensa haaraa garichatti dabalamanidha.
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: https://www.facebook.com/CaffeeO
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/@caffeeoromiyaa
๐๐ฐ๐ข๐ญ๐ญ๐๐ซ: https://twitter.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan dorgommii Maaraatoonii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Buudaapeesti 2023 irratti gaggeeffameen, atileetonni dubartoota keenya gahumsa addaa agarsiisaniin diniqsiifannaan qaban ibsuun ergaa baga gammaddanii dabarsan.
แจแจแ แฆแฎแแซ แ แแแฃแค แญแฅแญแต แ/แฎ แฐแแณ แ แฅแฑแจแ แแ แ แกแณแแตแต 2023 แจแแแ แ แตแแฒแญแต แปแแแฎแ แแญ แดแต แ แตแแถแปแฝแ แ แดแถแฝ แแซแถแ แแตแตแญ แแญ แแณแฉแต แตแแ แฅแแณแธแ แซแแแธแแ แ แตแแแต แ แแแแฝ แแฐแแแ แตแ แจแฐแฐแแธแแ แฐแตแณ แ แตแฐแแแแข

๐๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐๐๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐ข๐ง๐ฎ ๐ฌ๐ขโ๐๐ญ๐๐, ๐ก๐๐ช๐ ๐ช๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐๐ข ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ง๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ง๐ง๐.
****
****
Hoggansiifi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa, guyyaa โ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐โ sagantaawwan garaa garaan kabajan.
Itti Gaafatamaa Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, tajaajila siโataa, haqa qabeessaafi itti fufiinsa qabu lammiileef kennuun amaanaa ummataa galmaan gahuu qabna jedhan.
Rakkoo kenna tajaajilaafi bulchiinsa gaarii akka biyyaatti jiru hiikuu kan dandeenyu, rakkoon hawaasaa rakkoo kiyya miira jedhuun ilaallee, maddi gammachuu hoggansaafi hojjetaa tajaajila hawaasaaf kennuun itti quufiinsa ummataa mirkaneessuun argama jedhan. Kanaaf, hojii bara kana karoorfanne qabatamaan kan hojjiitti hiiknu taโuu qaba. Naamusa olaanaan hojjennee, kabaja lammiifi miira tajaajiltummaa qabaannee ummata bakka nu buufate tajaajiluun ammoo tola ooltummaa osoo hin taane dirqama keenyadha jedhan.
Dura Taaโaan Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Kab. Obbo Abdulqaadir Huseen, ummanni keenya kan kaleessaa caalaa waan baayโee nurraa eega; hojiin keenya bara itti aanuus akka milkaaโuuf kutannoofi xiiqii olaanaan hojjennee rakkoo ummata keenyaa furuutu nurra jiraata. Kanaaf, ciminnis taโe, hanqinni keenya kan waloo taโuu hubannee, amantaa ummanni Caffeerraa qabu daran dabaluuf qindoomnee hojjechuun nurraa eegama jedhan.
Sagantaa kanarrattis, Itti Gaafatamaa Waajjira Caffeefi Daarikteroota gidduutti, akkasumas, Daarikteroonni hojjettoota waliin sirna Karoora Bara 2016 walharkaa fuudhuu raawwataniiru.