๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐ข ๐๐จ๐ซ๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐จ๐๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ง๐ง๐๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐ฆ๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐๐ ๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ช๐๐๐ฆ๐จ๐ฅ๐๐ ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐๐ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง๐ข๐ฌ ๐ฆ๐๐ซ๐ข'๐๐ญ๐๐๐ซ๐.
****

Jilli Dura Teessuu Koree Dhaabbii Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Kab. Aadde Mastaawot Fayyisaan durfamu, piroojektoota Magaalaa Goobbaatti hojjatamaa jiran daawwachuun hawaasa magaalichaafi aanaa Goobbaa waliin mariโateera.
Mariin taasifame, dhimmoota rakkoo bulchiinsa gaarii, hawaas-diinagdeefi nageenya biyyaa irratti xiyyeeffachuun mari'atame.
Qaamoleen hawaasaa Aanaafi Magaalaa marii kanarratti hirmaatan, rakkoon bishaan dhugaatii, komiin ibsaa, hanqinni qoricha yaalaa, rakkoon qaala'iinsa jireenyaafi hanqinni kenna tajaajilaatiin walqabatu furamuu akka qabu gaafatan.
Kantiibaan Magaalaa Gobbaa Obbo Shimallis Alamuu, mootummaan hojiiwwan fedhiifi faayidaa hawaasaa mirkaneessan hojjachaa jiraachuu ibsuun, gaaffii fi komiiwwan hawaasa biraa ka'an akka deebii argataniif kan hojjatan ta'uus ibsaniiru.
Nageenya Godina Baalee keessa jiruuf ummata kan galateeffatan Aadde Mastaawot, ummanni godinichaa fuulduraafis dhimma nageenyaaf dursa kennee hojjachuu akka qabu dhaamaniiru. Gaaffilee ka'aniifis qaamni dhimmi ilaalu deebii akka itti kennuuf Caffeen Oromiyaa xiyyeeffannaan kan hojjetu ta'uus himaniiru.

๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐ข ๐๐จ๐ซ๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐๐ง๐ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ฎ'๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ ๐๐จ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐จ๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐ฌ๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐ข๐๐ก๐๐ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง๐ข๐ฌ ๐ฆ๐๐ซ๐ข'๐๐ญ๐.
****
****
Jilli Dura Taa'aa Koree Dhaabbii Misooma Magaalaa Kab. Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu Bu'uura Boruutti dhiyeessii nyaata barattootaafi iddoon ciisa barattootaa sirrachuu akka qabu kallattii kennuun hooggansa magaalichaa waliinis mari'ateera.
Magaalichatti gabaa tasgabbeessuuf koreen dhaabbatee akkaataan itti deemaa jiru cimee itti fufuu akka qabuufi maddoota galii sakatta'uuf jalqabbiin jiru fooyyee qabaatus, galii akkaataa karooraan sassaabuu irratti hanqinni jiraachuu ibseera.
Qonnaan bultoota naannoo magaalaa jiraniif dhiyeessiin galtee qonnaafi qulqullina magaalaa sirnaan eeguuf bakki balfi itti gatamu qophaa'uu akka qabu korichi duubdeebii kenneen ibseera.
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐ ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐ค๐ฎ๐ฎ๐บ๐ผ๐น๐ฒ๐ฒ ๐๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ - ๐ฎ๐๐
๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: www.facebook.com/CaffeeO

๐๐ผ๐ฟ๐ฑ๐ผ๐ณ๐ณ๐ถ๐ถ๐ณ๐ถ ๐ง๐ผ'๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฒ๐ฒ ๐๐ผ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐ณ๐ณ๐ฒ๐ฒ - ๐ฎ๐๐
๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐ ๐น๐๐๐๐๐

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
๐ ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐ค๐ฎ๐ฎ๐บ๐ผ๐น๐ฒ๐ฒ ๐๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ - ๐ฎ๐๐
๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: www.facebook.com/CaffeeO
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: www.facebook.com/CaffeeO
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ผ๐ฟ๐ฑ๐ผ๐ณ๐ณ๐ถ๐ถ๐ณ๐ถ ๐ง๐ผ'๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฒ๐ฒ ๐๐ผ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐ณ๐ณ๐ฒ๐ฒ - ๐ฎ๐๐
๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐

๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐

๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐'๐ ๐ฉ๐๐'๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: www.facebook.com/CaffeeO
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!
****
๐ข๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ!
๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: www.caffeeoromiyaa.org
๐ญ๐๐๐๐๐๐๐: www.facebook.com/CaffeeO
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Https://t.me/CaffeeOromia
๐๐๐๐๐๐๐: www.youtube.com/CaffeeOromiyaa
๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!
๐๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐ฅ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐ข๐ข๐๐ข ๐๐จโ๐๐ง๐ง๐จ๐จ
****
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, kaayyolee muummee hordoffiifi toโannoo jahan giddu gala godhachuun daawwannaa hojiiwwan misoomaa, kenna tajaajilaa, bulchiinsa gaariifi qaamolee hawaasaa waliin marii taasisaa turan xumuuranii jiru.
โ๏ธ๐ท๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐โ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข;
โ๏ธ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ค๐ค๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข;
โ๏ธ๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐ข๐๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข;
โ๏ธ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ขโ๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐โ๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐ค๐ค๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข;
โ๏ธ๐พ๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข;
โ๏ธ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐ข๐โ๐.

Caffeen Oromiyaa, Dhaabbata โNetherlands Inistitute for Multiparty Systemโ jedhuu waliin taโuun, Koreewwan Dhaabbii, ogeeyyii Waajjira Caffeefi Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa irraa kallattiin dhimmichi ilaallatuuf '๐๐จ๐ฅ๐ข๐๐ฒ ๐
๐จ๐ซ๐ฆ๐ฎ๐ฅ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง & ๐๐๐จ๐ฉ๐ญ๐ข๐จ๐ง ๐๐ซ๐จ๐๐๐ฌ๐ฌโ mata duree jedhu irratti leenjii guyyaa lamaaf turu Magaalaa Bishooftuutti kennaa jira.
****
แจแ แฆแฎแแซ แจโNetherlands Inistitute for Multiparty Systemโ แตแญแ แต แแญ แ แแแแแตแฃ แแแ แฎแแดแแฝ แฅแ แจแจแ แฆแฎแแซ แฝ/แคแต แฅแ แจแฆแฎแแซ แ แแคแ แ แขแฎ แ แแฅแณ แแณแฉ แแแแจแณแธแ แฃแแแซแแฝ '๐๐จ๐ฅ๐ข๐๐ฒ ๐ ๐จ๐ซ๐ฆ๐ฎ๐ฅ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง & ๐๐๐จ๐ฉ๐ญ๐ข๐จ๐ง ๐๐ซ๐จ๐๐๐ฌ๐ฌโ แ แแ แญแแต แแญ แแแแต แแ แจแแแญ แฅแแ แ แ แขแพแแฑ แจแฐแ แ แแตแ แต แแญ แญแแแแกแก

๐๐ง๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐ ๐จ๐๐จ๐จ ๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐๐๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐จ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ฐ๐๐ฅ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ง๐ข ๐๐ก๐.
****
****