BORAN TECH
105 subscribers
7 photos
3 files
5 links
Welcome to BORAN TECH telegram channel
If you are interested in our channel please subscribe to our YouTube channel by link given below 👇👇
https://youtube.com/@borantech
Download Telegram
Channel created
Hi akkam jirtu channel kana irratti waa'ee teknooloojii ,programming fi tiitoriyaali adda addaa Afaan Oromootin wajjiin barraa subscribe gochun na waliin tura
HORAA BULA!!
Yooyyaa!! Hardha bootiiwwan Telegram baay'ee isan fayyadan isanii qabadhee dhufeen jira.
Isinis bootiiwwan kanneen akka itti fayyadamtan abdiin qaba.

1⃣Afaan tokko gara afaan biraatti translate ykn jijjiruuf fayyada.
👉🏾@googleTranslatorOrg_Bot

2⃣Asuma Telegram irratti sirba barbaaddan edit gochuuf gargaara.
👉🏾@musiceditor_tgbot

3⃣Tiktok irraa video watermark malee buusuuf gargaara. Link qofa itti ergitu.
👉🏾@HK_tiktok_BOT

4⃣File barbaaddan maqaa isaa gara feetanitti jijjiiruuf fayyada.
👉🏾@filerenamerprobot

5⃣Asuma telegram irratti #Game taphachuuf fayyada. Lamaa fi isaa ol taatanii taphachuu dandeessu.
👉🏾@gamee

6⃣Group irratti voice chat bantanii sirba namoota baay'ee wajjiin dhageeffachuuf fayyada.
👉🏾@OctaveMusicRobot

7⃣Bootii mataa keessanii tolchuuf gargaara.
👉🏾@Botfather

8⃣Namoota Group Telegram qabdaniif Group keessan to'achuuf isin gargaara.
👉🏾@missrose_bot
╔════════════╗
🧑‍💻JOIN: @Boran_Tech
🧑‍💻JOIN: @Boran_Tech
╚════════════╝ ⇲
👍1
base.apk
56.8 MB
♻️panda video compressor♻️

App kanatti fayyadama. Video size isaa 1gb ta'e gara 100mb gad isanii diqqeessa.

💥JOIN @Boran_Tech
appiin biraa kan barbaaddan yoo jiraate comment na beeksisa
👇👇👇
👍1
#Tip kana yaala me...

Password kompiitara namaa akkamiin cabsuu dandeenna ?

CMD fayyadamuun akkamiin kompiitara namaa password isaa cabsuu dandeenna ?

Kana gochuuf jalqaba ...

1.Compiitaricha Start jenna

2.Bakka Search godhamutti CMD jennee barreessuun search goona

3.Command prompt kan jedhurratti righ click tuquun Run as administrator kan jedhu filanna

4.User account control... yes or No sanduuqa jedhu...yes jenna sana booda iskiriiniin kompiitarichaa gurraacha'a

5. net user jechuun enter tuqaa
Fayyadamtoota kompiitara sanaa siniif tarreessa,itti aansuun fayyadamtoota jiran keessaa tokko filattu fkn..fayyadamaan Magarsa jedhamu otuu jiraate

net user Magarsa 12345
Jettanii yeroo barreessitan The Command completed succesfully kan jedhu isanii dhufa

Kana jechuun password haaraan 12345 ta'eera jechuu dha.


6.Exit jettanii yeroo barreessitan cmd'n ni cufama

#Xumurameera amma password keessan isa haaraa galchuun kompiitaricha banattu

#For education purpose only!!
@Boran_tech
👍1
Channel photo updated
------- kana wa dhageettani -----
Namichi asii olitti argitan kun "Jonathan Lee" jedhama. Namtichi kun akka jedhanitti Suusii himannaa(kissii) qaba ittiin jedhu, "bill gates" fi luba roomaa dabalate nama 4000 olii himannaa irratti baneera. sababa kanaanis "genius book"irratti nama, nama heddu himatee tahuun tokkoffaa jedhamuun galmaye ture.
Dhuma irratti immoo akkamitti eeyyama koo malee maqaa kiyyaa "genius book" irratti barreessitan jechuun isaanummayyuu irratti himannnaa banee

#Tiyyalleen ganaa
😁2
Safaricom vs ethiotelecom
👏1
-CAPCUT-
Full MOBILE VIDEO EDITOR
Warraa vidiyoo bilbilaan edit godhu barbaaddanif app kun keessan!

1. Fayyadamuuf salphaadha
2.effects adda addaa waliin
3. Vidiyoo keessan high quality
Save isanii godha

AS JALAA DOWNLOAD GODHADHAA
👇👇👇👇👇👇👇👇
👍2
In Singapore, connecting to another person's WiFi without permission is punishable by up to 3 years.

Biyya Singapore keessatti WiFi nama eeyyama malee connect godhannaan wagga sadiif nama adabsiisa. Yaada me ofiin connect yoo ta'uu😐
😁2
Find Your Next Home with Mana Kiraa! 🏠

Tired of endless searching?
Mana Kiraa makes renting simple.
Whether you're a property owner or looking for a home, our app connects you directly without the hassle!

Smart search & filters
Real-time Notification
Direct chat with owners
Save your favorites

Join our channel for the best rental listings and updates! 👇
📢 Join us: https://t.me/Boran_Tech
📱 Download the App: https://apkpure.com/p/com.manakira.app
👏1
Greetings everyone! 🙏

I am very pleased to share with you all that I have successfully developed the "Waaqa Faarsina" digital hymnal app!

This application was carefully built to make our beloved hymns more accessible for everyone. The app is built in memory of the gospel fathers and mothers who spread the gospel in Borana. They used the manual hymn book as a vital spiritual tool for songs and worship. The mission of developing this app is to digitalize this sacred book, making it easily accessible to everyone and ensuring these spiritual songs are preserved for generations to come.

I humbly invite you to download the app and use it for your daily worship. Your feedback is highly appreciated!

Download Link: https://86xf0kqg.r.ap-southeast-1.awstrack.me/L0/https:%2F%2Fapkpure.com%2Fp%2Fcom.amaniblue.waaqafaarsina/1/010e019d65ddb9a9-eb648583-32e3-4a3b-a230-306133298e73-000000/grD7O0HKDbjieurA0QLfPHS9NgE=257

You're blessed!
🎉 1,000 Downloads — Thank You! 🙏
https://vt.tiktok.com/ZS9uPkw8J/

Follow my new TikTok account 🙏