BIG TECH
106 subscribers
2 photos
1 video
5 links
About tech
Download Telegram
Hy
Akm Jirtu kabajamtoota keenya Chaanalii keenya Share Gochun Hirriyyyota keessanif Qoodaà share https://t.me/Bigtech3
Cats Akka Kanaan Dura Ibsanitti On chain Claim Hardha Jalqaba Ture Garuu Hanga Ammatti Wanti Isaan Beeksisan Hin Jiru Waan Isaan Jedhan Hordofne Isin Biraan Geenya
👍1
Guys Bot Toonii Kaffalu Tokko Waliin wal Isin Haa Barsiisu Bootichi Ton AutoPay-Airdrop jedhama task isinif kennaman Hojjechuun Qofa Toonii0.0003 Isinif Kenna Gaafa Nama Tokko Affertan Ammo Toonii0.003 isinif Kenna Akkatan Hoji Isaas Salphaadha linki kana Gadi jiruun Seenun Start Ergaa Gootanii Booda Tàsk 1-6 Isinif Kennamu Taskiwwan Jiran sannen Hojjechuun Next Step withdraw Kan jettu Tuqtu yeroo San Memo TON kan Binance isin gaafata kallatuman Gara Binance Deemuun Asset Kan Jettu tuqun Deposit Crypto kan Jettu seenun TON jettanii search gootanii Memo copy gochun booticharratti Akkuma paste Gootanin Daqiiqa Tokko Kan hin Guunne keessatti Isinif Gala
Kanaafu An Hojjedhe Baafadhen Jira wanin Ta'eef Isinis Hojjedha Irra Fayyadama ⬇️⬇️⬇️linkiin➡️https://t.me/ton_ref_airdrop_bot?start=7017678216
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Vedio kana Ilaalun Hojjedhaa
Hy guys Akkam Jirtu Hordoftoota Big tech Arrammo  Bootii Doolaara isinif Kaffalu Tokko Waliin Wal isin Barsiisa Bootin Kunis "Quiz earn" Jedhama Akkatan Hojiisaas START gochuudhaan Gaafille Hojjechuun Point isinif Kenna Deema Kanaafu Itti Fayyadama liinkii isas Kunooti step withdraw ittin godhan Ammo vedion Isinif Hojjedha➡️https://t.me/quizearnbot/quiz?startapp=76484635249114881