#Galma Baafatte kamuu milkeessuu ni dandeessa!
#Galma kee yommuu baafattu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchi.
1. #Galma kee afaaniin dubbadhu, waraqaarrattis barreessi.
2. #Galma kee sammuu kee keessatti milkeessi.
3. #Miira milkaa'ina kee dhamdhami.
4. #Galmi kee sababa qabatamaa fi beekamaa akka qabaatu taasisi.
5. #Galmi kee namoota biroos akka fayyadu taasisi.
6. #Galma dhugaa jaalattu filadhu.
@bedadina

#Miirota Badoo Torban
#Miira Sodaa
#Miira Inaaffaa
#MiiraJibbaa
#Miira Haaloo Bahuu
#Miira Ofittummaa
#Miira Waanti Badaan akka Ta'uu Danda'utti Yaaduu ykn Tolchatti Amanuu fi
#Miira Aariiti.
https://t.me/bedadina

Telegram
🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር )
https://t.me/Bedadina
https://www.youtube.com/@yerotube1219
#Yaadaafi gaaffii Yoo qabaattan
@Yeroosan_bot
https://www.youtube.com/@yerotube1219
#Yaadaafi gaaffii Yoo qabaattan
@Yeroosan_bot
@Bedadina
#Ciminni Kee maal akka ta'e Beeki!.
#Cimina ofii beekuun kennaa guddaadha. Cimina Kee kanas kunuunsi. #Namni tokkoon tokkoon isaa utuu kennaa isaa Isa jabaa beekee sadarkaa ol'aanaa irra gaha ture. Kanaaf kennaa Kee Beeki. #Kennaa Kee kanas Hojii irra oolchi. #Namoonni Tokko Tokko obsa jabaa qabu. Kaan immoo waan bor dhufu dursanii raajuu danda'u . #Namoonni hedduun garuu callisanii sammuu isaanii waan cinqaniif waanuma faayidaa qabu tokkollee utuu hin hojjeetiin barri darba. #Miira isaaniitiin oofamanii of gowwoomsaa umurii isaanii Kan fixan ta'uu isaanii namoota kanniinitti dhuma irratti Kan itti himu #yeroodha.
@Bedadina
@Saayikoloojii