ICCIITII MILKAA'INAA( የስኬት ምስጢር )
3.6K subscribers
39 photos
1 video
1 file
109 links
Download Telegram
#Amma Filannoon nuti qabnu Hojjechuu fi #Honjechuu qofa!!!
Nuti dhaabannaan waanti hunduu ni dhaabata.
🏃‍♀🏃🏃‍♂🏃‍♀🏃🏃‍♂#Gara Fuulduraatti!

#አሁን ያለን አማራጭ መሥራትና #መሥራት ብቻ ነው !!!
እኛ ከቆምን ሁሉም ነገር #ይቆማል
🏃‍♂🏃🏃‍♀🏃‍♂🏃🏃‍♀🏃‍♂#ወደ ፊት!
@Bedadina
@Saayikoloojii
#Gara Tulluutti(olka'insaatti)!

  #Namni Gamoo dheeraa ijaaruuf yaadu bu'uura isaa gadi fageessee qotuu qaba. Nutis Jireenya keenya keessatti waan guddaa hojjechuuf yoo yaadnu akkuma gamoo oldhaabuuf lafa gadi fageessinee qotuun dirqama ta'ee fi lafti ammuma gadi fagaataa deemu qotuun isaas #cimaa akka deemu,

  #Jireenya keenya keessattis kufnee qormaanni yeroo nu mudatu,waanta heddu yaallee yeroo dafee nuuf milkaa'uu didu yeroo nutti jabaatu  bu'uura cimaa ol ba'ee dhaabatuufi  dogoggora keenya irraa barannee gammachuu fi galataan Jiraachuuf akka ofqopheessaa jirru haa yaadnu!

#Galatoomaa!!! #Yeroo gaariin isiniif hawwa

@Saayikoloojii
@Bedadina
@Dujabewa
#🅘︎🅣︎🅣︎🅘︎ 🅕︎🅐︎🅨︎🅨︎🅐︎🅓︎🅐︎🅜︎🅘︎!

#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko  nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi#Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee  #badhaafamna!
      #Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!

#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi

👉@Saayikoloojii.👉 @Bedadina
Forwarded from Kitaabota Saayikoloojii Irraa
#Itti Fayyadami!

#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko  nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi#Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee  #badhaafamna!
      #Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!

#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi

👉@Saayikoloojii👉 @Bedadina