#Amaani gaaffiin kee #deebii ni argata!
#Uumaan gaaffii kee dafee yeroo deebisu #amantii si barsiisaa jira; yoo xiqqoo harkifate #obsa si barsiisaa jira; yoo baayee ture garuu waan ati gaafatte #dachaa lama siif qopheessaa jira! . Kanaaf gaaffii kee uumaa qofaaf kenni, garuu jabaadhuu #hojjedhu sana booda deebisaa uumaadhuma keetti amanii dhiisi, hundaafuu deebiin jira karaan adda adda ta'uu danda'a. Walumaa galatti #gaaffiin kee hundi ni deebi'a!
#Uumaan kee Gaaffii kee siif haa deebisu!!!🙏🙏🙏

Forwarded from ICCIITII MILKAA'INAA( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa official)