Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
๐ญ๐ ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐จ ๐ ๐ฏ๐ฏ ๐ณ๐ฑ๐ด๐ค๐ข๐ ๐ซ๐ซ๐ค๐ฑ ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ฃ ๐ก๐ ๐ฑ๐ก๐ ๐ ๐ฃ๐ ๐ญ ๐ช๐ด๐ญ๐ฎ ๐ถ๐ค๐ก๐ฒ๐จ๐ณ๐ค ๐ช๐ค๐ค๐ญ๐ธ๐ ๐จ๐ฑ๐ฑ๐ ๐ ๐ก๐ด๐ฅ๐ ๐ข๐ง๐ด๐ด ๐ญ๐จ ๐ฃ๐ ๐ญ๐ฃ๐ค๐ค๐ฒ๐ฒ๐ด ๐๐๐๐ ๐๐ผ๐๐ผ ๐๐๐๐๐
๐ฅ๐ฅ๐๐โ โ
https://wanofi.com/app-truecaller-gold-isa-haaraa-bufadha-how-to-use-truecaller/
๐ฅ๐ฅ๐๐โ โ
https://wanofi.com/app-truecaller-gold-isa-haaraa-bufadha-how-to-use-truecaller/
Wanofi.com
App Truecaller Gold isa haaraa bufadha (How to use truecaller)
Appin Truecaller malii? appin kun hojilee ajaaโiba bilbila keenya gargaran heddu isaa akka argannu kan godhudha keessuma Yeroo nama waliin bilbila haasofnu wantoota bayyee gochuuf nu dandeesisa FKN Yoo namni silkii nu dawwalee eenyumaa nama sana hin beeknuโฆ
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
FilmoraGo Pro APP fayyadamtoota Android hundaaf application viidiyoo gulaaluu sadarkaa olaanaa fi ogummaa qabudha. Asitti fayyadamtoonni viidiyoo akka trim, resize, apply effects, audio, images, slow-motion fi kkf gulaaluu danda'u. FilmoraGo Pro fayyadamtoota isaa hundaaf amaloota premium hunda caalan dhiyeessa.
Kanaafuu, yoo pro features hunda bilisaan fayyadamuu barbaaddan sana booda asitti fayyadamuun keessan hin oolu. Faayila MOD APK jedhu buufachuu qofaan mobile keessan irratti install gochuu qofa.
๐๐ฅ๐ฅโ โ ๐๐๐๐ธ
https://stmoro.com/video-editari-bareeda-ajaaiba-tae-pro-isa-kana-buufadhaa/

STMORO.COM
Video editari bareeda ajaa'iba ta'e pro isa kana buufadhaa - STMORO.COM
FilmoraGo Pro APP jechuun maal jechuudha? FilmoraGo Pro APP fayyadamtoota Android hundaaf application viidiyoo gulaaluu sadarkaa olaanaa fi ogummaa qabudha. Asitti fayyadamtoonni viidiyoo akka trim, resize, apply effects, audio, images,
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Nama milkaโa fi hoggana cima taate hojii kee geggeessu yoo barbaade wantootni ati beeku qabdu kan dirqama ta'e waa 3 jira sirriitti guutuu isa website kana irraa dubbisi โ
๐
https://wanofi.com/hoggana-cimaa-tauuf-waan-3-kana-beekuun-dirqama-keetti/
https://wanofi.com/hoggana-cimaa-tauuf-waan-3-kana-beekuun-dirqama-keetti/
Wanofi.com - Welcome! Baga nagaan dhuftan.
Site is undergoing maintenance
Site will be available soon. Thank you for your patience!
App Ajaaโiba Yo #Namni_Eyyama keessan malee Bilbila Keessan ilaale #Suura Nama Bilbila Keessan ilaale Saniitiifi #waan_Namni Bilbila Keessan irratti ilaalee San #Hunda isinif #Himu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
https://youtu.be/SbRKgl2jeoM
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
https://youtu.be/SbRKgl2jeoM
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo bakka tokko gara bakkatti demu barbaadan odeeffannoo nannoo sana guutummaatti karaa salphaan bilbila keessan irratti argachuu yoo barbaadan App google earth fayyadamuun keessan dirqama Sababiin isa akka fedha keessanitti 3D Teekinooloojii offirraa waan qabuuf akka fedha keessanitti wantoota barbaadan iddoo garagaraa fi biyyoota kamiyyuu qulqulinaan ilaallu isiin dandeessisa.
Odeeffannoo guutuu App bakka kana irraa argatu link kanaan seena๐โ ๐
https://bit.ly/3PxkAo4
Odeeffannoo guutuu App bakka kana irraa argatu link kanaan seena๐โ ๐
https://bit.ly/3PxkAo4
Appin zoom jedhamu kun free dha playtore irratti argachuu ni dandeessu network 3G 4G fi 5G waliin sirriitti kan dalagudha. Video ittin Haasawuu qofaaf mitti kan nu gargaru faayiloota adda addaa waliin erguu ni dandeenya message๐ฌ dabalatee. Appin zoom bilbila, computer fi tablet irratti akka gariin ni dalaga kan waan fedha keessan ta'en fayyadamu ni dandeessu.
Odeeffannoo guutuu Appisaa walii n website keenya ๐ irra argatu๐๐
https://bit.ly/3CcG4ni
https://bit.ly/3CcG4ni
๐ฅ๐ฅโโ
Odeeffannoo guutuu Appisaa walii n website keenya ๐ irra argatu๐๐
https://bit.ly/3CcG4ni
https://bit.ly/3CcG4ni
๐ฅ๐ฅโโ
Forwarded from Oromiyaanbiyya.com
"APPLICATION" Fuula namaa irratti wantoota argaman kamiyyuu osoo namarratti hin ambisin qulqulleessuun fuula keenya nuuf bareessu app ajaa'ibaa bara kanaa dalagame tokkoon Wal isin barsiisuun barbaada. namoonni heeddun fuula isaanirraa finniisa Adda addaa fi wantoota tokko tokko bareedina fuula namaa balleessaniin fuulli nama baduu mala warreen akkasiif app kun furmaata jedheen yaada app kun miidhagina suura keenyaa...
Guutuu isaa link gadiin dubbisaa ๐๐
https://blog.bigtechoro.com/app-ajaaibaa-fuula-keenyarraa-nuuf-qulqulleessu/
Guutuu isaa link gadiin dubbisaa ๐๐
https://blog.bigtechoro.com/app-ajaaibaa-fuula-keenyarraa-nuuf-qulqulleessu/
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Akka saffisni data ykn WiFi keessan isiniif dabalu akkasumas Intarneetii irraa gonkumaa akka virus isinitti hin ergamne ni barbaaddu?
Akkas tanaan dirqama App firewall qabu kanatti fayyadamu qabdu Appin kun bayyee powerfull kan ta'edha VPN jabaa taโes kan of keessa qabu waan ta'ef nageenya amansiisaa ttin bilbila keessanitti gargaramuu dandessu %100 yoo App buufachuuf as tuqaaโ ๐
๐ https://bit.ly/3c278uO
Akkas tanaan dirqama App firewall qabu kanatti fayyadamu qabdu Appin kun bayyee powerfull kan ta'edha VPN jabaa taโes kan of keessa qabu waan ta'ef nageenya amansiisaa ttin bilbila keessanitti gargaramuu dandessu %100 yoo App buufachuuf as tuqaaโ ๐
๐ https://bit.ly/3c278uO
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
bilbiloota ismaartii yeroo ammaa addunyaa guutuutti gurguraman keessaa warra gaarii ta'an Keessattuu tarree kana keessatti, bilbiloota harkaa $300 usd gadi ta'an kanneen gaarii ta'an waliin ilaalla; dubbisaa itti fufaa!โ
๐๐
https://stmoro.com/bilbiloota-doolaara-300-gadi-ajaaiba-taan/
https://stmoro.com/bilbiloota-doolaara-300-gadi-ajaaiba-taan/
STMORO.COM
Bilbiloota doolaara 300 gadi ajaa'iba taโan - STMORO.COM
Bagaan dhuftan, bilbiloota ismaartii yeroo ammaa addunyaa guutuutti gurguraman keessaa warra gaarii taโan Keessattuu tarree kana keessatti, bilbiloota harkaa $300 usd gadi taโan kanneen gaarii taโan waliin ilaalla; dubbisaa itti
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
๐ช๐ถ๐๐ถ ๐ณ๐ถ ๐๐ฎ๐๐ฎ ๐๐ผ๐ธ๐ธ๐ผ ๐บ๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ ๐๐ฎ๐ป๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐ถ๐ป๐๐ฎ๐ฟ๐ป๐ฒ๐ฒ๐๐ถ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ป ๐ธ๐ฎ๐บ๐ถ๐๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฟ๐ผ๐ผ ๐ผ๐ณ๐ณ๐น๐ถ๐ป๐ฒ ๐ท๐ถ๐ฟ๐๐ฎ๐ป ๐๐ธ๐ป ๐ฏ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐ฑ๐ฎ๐๐ฎ ๐ณ๐ถ ๐๐ถ๐ณ๐ถ'๐ป ๐ต๐ถ๐ป ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฒ๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐ ๐๐ผ๐ผ ๐ณ๐ฒ๐ฒ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฝ๐ฝ๐ถ๐ถ๐ป ๐ฎ๐ท๐ฎ๐ฎ'๐ถ๐ฏ๐ฎ ๐ธ๐๐ป ๐ถ๐๐ถ๐ป ๐ด๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฟ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐ธ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐๐๐๐พ๐
๐ฎ๐ป๐ถ ๐๐ฝ๐ฝ ๐ถ๐๐ฎ ๐ฏ๐๐๐ณ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐ ๐ป๐ถ ๐ฑ๐ฎ๐ป๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ ๐ผ๐ฑ๐ฑ๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐ถ๐๐ฎ ๐๐ถ๐ฑ๐ฒ๐ผ ๐๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ป๐โ
https://wanofi.com/data-fi-wifi-malee-intarneetii-karaa-fayyadamnu/
https://wanofi.com/data-fi-wifi-malee-intarneetii-karaa-fayyadamnu/
Wanofi.com
Data fi WiFi malee Intarneetii karaa fayyadamnu
Web Browser Offline isa gaarii taโe (kan jalqabaa):yeroo toora interneetii irra jirtu (fakkeenyaaf yeroo Wi-Fi qabdu) fuula marsariitii guyyaa dubbisuu qabdu hunda buufachuu dandeessa; sana booda qabiyyee isaas yeroo WiFi ykn mobile connection hin qabne browseโฆ
App #Camera_Dhoksaattiin Waan Barbaadan isiniif Waraabu Dandaโu Apl Ajaaโiba
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/GSLDcv__Mvg
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/GSLDcv__Mvg
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Haala salphaatti muziiqaa bilbila keessaniin dalagu yoo barbaadan Appiin kun isin gargaaru danda'a qooqa adda addaa free ta'aniif bess fi kaneen biro hedduu of keessa qaba waan Appii kana keessatti record gootan immoo save gochuun bakkaa feetan kamitti share gochuus ni dandeessu! Kuno as tuqa bufadha๐
https://stmoro.com/groovepad-music-and-beat-maker/
https://stmoro.com/groovepad-music-and-beat-maker/
STMORO.COM
Groovepad music and beat maker - STMORO.COM
Appiin kun beat making sirboota mataa keessanii uumuu fi muuziqaa adda addaa akka taphattan isin barsiisa. Gosoota jaallattan filadhaatii paadiiwwan irratti tuquun dhaโannaa hojjechuu fi muuziqaa uumuu qofa! Yaalii, akkaataa
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Suuraalee keenya dugda duuba isa sekondii keessatti jijjiruun wantoota mimmidhaga irra kaaโachuuf akkasumas namoota waal bira hin jirre walitti fiduun bakka tokko ka'uuf kan isin dandeessisu App ajaa'iba haaraa kana buufadhaa๐๐โ
https://wanofi.com/app-duubbee-suuraa-keenya-nuuf-jijjiiruun-bareechu/
https://wanofi.com/app-duubbee-suuraa-keenya-nuuf-jijjiiruun-bareechu/
Wanofi.com - Welcome! Baga nagaan dhuftan.
Site is undergoing maintenance
Site will be available soon. Thank you for your patience!
App Ajaaโiba #Virus Bilbila Keessan keessa jiru Hunda isiniif #Qulqulleessu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/qEtdJxl5r6Q
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/qEtdJxl5r6Q
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
sharafni maalaqa meeqan akka oole kan biyyoota hunda haala salphaa ta'een oddeeffannoo guutuu isa bilbila keessanitti fayyadamuun argachuu kan isin dandeessisu App barbaachisa kana gargaramaa.
sharafni meeqa akka ta'e ilaalu qofa osoo hin tane fknf qarshii meeqa yoo gara biyyattii ergitan meeqa akka ta'u danda'u salphumatti ilaalu ni dandeessu
As tuqaa buufadhaaโ ๐
https://bigtechoro.com/2022/08/23/sharafa-maalaqaa-biyya-hunda-kan-itiin-ilaalu-app-haaraa/

BigTechoro.com
Sharafa maalaqaa biyya hunda kan itiin ilaalu app haaraa - BigTechoro.com
sharafni maalaqa meeqan akka oole kan biyyoota hunda haala salphaa taโeen oddeeffannoo guutuu isa bilbila keessanitti fayyadamuun argachuu kan isin
Haala Humna #Saffisaa_internet Kessani itti Dabaltan internet Akka ๐ฅSaarukati Akka isinif Hojatu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/vcVsekt71h8
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/vcVsekt71h8
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Namoonni Antivirus orijinaala isa kan sirriitti vayirasii bilbila keessan irraa baleesuu danda'u barbaadan baga gammdan Appin kun sirriitti isiniif dalagu kan danda'u pro isaa kan ta'e ads ykn beeksisa adda addaa offirraa hin qabne akkasumas Appiwwaan bilbila nama hordoofu danda'an kan iccitii keesan kaneen basaasan danda'an qootatee isiniif kan himu fayyadamuuf yoo barbaadaan as tuqaa buufadhaa๐๐
https://stmoro.com/waaee-avast-antivirus-wantoota-beeku-qabdan/
Odeeffannoo guutuu as irraa argatuโ๏ธ
https://stmoro.com/waaee-avast-antivirus-wantoota-beeku-qabdan/
Odeeffannoo guutuu as irraa argatuโ๏ธ
STMORO.COM
Waa'ee (Avast antivirus) wantoota beeku qabdan - STMORO.COM
Namoonni baayโeen yeroo bilbila fayyadaman waaโee vaayirasii, spyware, fi malware yaaddaโuun akka isaan hin barbaachifne amanu. Osoo sun dhugaa taโee! Kan nama dhibu vaayirasiin bilbila ismaartii toonii hedduutu achi keessa
Suura Keessan Akka Ajaaโibati #Background #jijjirachuuf App Ajaaโiba
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/PkYKvuVsE3Y
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaa๐
๐https://youtu.be/PkYKvuVsE3Y