#Baga_Gammadaan_imo Waan #Haaraa Ajaaβiba fide
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/hPiFDNmphgE
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/hPiFDNmphgE
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo bilbilli keessan hakii ta'u ykn hordofamaa jirachuu isa off irratti beeku yoo feetan salphaatti mallattoolee 7'n kana beekuun dirqama keessanidha! Kanaaf as tuqaa dubbisaaπ
https://bigtechoro.com/2022/01/08/malattoo-7-kan-bilbilli-keessan-hakii-tau-isa-ittin-beektan/ βοΈβοΈβοΈβοΈβ
As tuqaa dubbisaa barnoota guddaa irraa argatu
https://bigtechoro.com/2022/01/08/malattoo-7-kan-bilbilli-keessan-hakii-tau-isa-ittin-beektan/ βοΈβοΈβοΈβοΈβ
As tuqaa dubbisaa barnoota guddaa irraa argatu
BigTechoro.com
Malattoo 7 kan bilbilli keessan HAKII ta'u isa ittin beektan - BigTechoro.com
Bara kana keessa akkuma beektan bara itti tekiinolojiin sadarka oolaana irra gaβe jiruudha isaan keessaas bilbilli isa tokko bilbilli nuuti
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Akkam jirtuu hordoftoonni maatiiwwan website BIGTECHORO.COM hundi akka nagaa tatan abdii guddaa qabna.
Guyyaa harβaa wanti nuun isiniif qabanee dhufne APPI suuraa haala ajaa'iba taβeen bilbila kessan irrati edit gochuuf isiin gargaaran gosoota 3 kan qarshiin bitaman PRO GOLD isanii tolan isiniif kennuuf dhufne jira Kanaaf website kenyaa kana irraa salphaatti gadi buufachuun itti gargaaramuu ni dandeessu hundii isani update kan taβaniidha dabalataniis yeroo hunda hordoofne ni haromsiina ykn update ni gona Kanaaf akka fedha kessanitti kan barbaadan Download godhachuun install gotani itti fayyadamuu ni dandeessu isiniin jenna.
Hunda isa asii argatu
ππππβ
https://bit.ly/3bIdI9Q

#icciti Ajaaβiba #Gallery_Bilbila kessani keessa jiru #Setting Namni Bilbila #amsung qabu Hundi itti fayyadamu Qabu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/1MdXmY7vMNY
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/1MdXmY7vMNY
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo barreeffama barreesitan haala salphaan dogoggora tokko malee barreessuun hojiilee adda addaaf itti fayyadamuu akka dandeessan kan isin godhu App ajaa'iba kanatti gargaaramaa.
Appiin kun Yemmuu isin dogoggortanii barreesitan ofiin isinitti hima bakka isin dogoggortan hunda!π
https://stmoro.com/grammarlyn-faayidaan-isa-maali/
Appiin kun Yemmuu isin dogoggortanii barreesitan ofiin isinitti hima bakka isin dogoggortan hunda!π
https://stmoro.com/grammarlyn-faayidaan-isa-maali/
STMORO.COM
Grammarly'n faayidaan isa maali? - STMORO.COM
Caaslugaan namoonni meeshaalee fi waltajjiiwwan hunda irratti ofitti amanamummaadhaan akka walqunnaman gargaara. Yaadonni keenya AI-powered bakka ati barreessitan hundatti mulβatu, guyyaa guyyaan namoota miliyoona 30 fi gareewwan 30,000 leenjisuun sirrii
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Video sayiziin isa guddaa ta'e kan iddoo bayyee mobaayila keessan irraa qabachuun silkiin akka dafe guutuu godhuu salphaatti osoo qulqulina isati hin bu'iin sayizii isa qofaa hirdhisuu kan isiin dandeessisu app ajaa'iba kana fayyadamaaπβ
β
π
https://bit.ly/3dcwmH2
https://bit.ly/3dcwmH2
App Ajaaβiba #Bilbili keessan Yo #Rakkoo isin Dura Godhate isinif Himu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/CNez5QAqfBE
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/CNez5QAqfBE
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Bayyeen keenya appi kana ni beekna jedheen yadaa kessattuu video yeroo bayyee namoonni edit gootan ni beektu kaneen youtubera tatan immoo yeroo yerootti update gocha akka jirtan abdii guddaan qaba.!
Namoonni hojii youtube fi tktok akkasumas hojii videio kamiyyuu hojechaa jirtan hundi kinemaster kana ni barbaaduu jedheen yadan ykn kan youtubera ta'uuf yadaa jirtan sabaabni isa kinemaster dirqama isin barbaachisa waan ta'eef waantin akkas jedhef immoo sababoota hedduu wanaan qabuuf jecha! Sababni koos isaan kana
1.Hojii gurguddaa taβan kan computer irratti qofa dalagamuu danda'an hedduu isa salphaatti bilbila keenya irratti bakka barbaadne teenyee hojechuu akka dandeenyu kan gochuu danda'udha!
App kinemaster isa haaraa asirratti odeeffannoo guutuu waliin ni argatu
πππβ
https://bit.ly/3QvE65C

Bilbila keessan gara sistemi kompiitara ti jijjiiruu yoo barbaadan app ajaa'iba kanatti gargaramu qabdu salphaatti gara dizayyini kompiitara ti waan isiniif jijiruuf itti fayyadamni isaas salphaa waan taβeef App kana playstore irratti argachuu ni dandeessu free dha maqan isa computer launcher jedhama yoo search gootan argachuu ni dandeessu ykn immoo as website keenya irraa dhuma barreeffama kana irra deemun bakka download jedhu xuquun bufadha gara bibila keesaanti galatoma.π
App isa argachuuf as tuqaa buufadhaaβ π
https://bit.ly/3QHk2xc
App isa argachuuf as tuqaa buufadhaaβ π
https://bit.ly/3QHk2xc
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Shabaka_Bilaasha Guyyaa 30 isinif Hojatu!
Oso Bilbili keessan Gutummaan gututi isin Dura Hin #Xalafami Dafa #Email Keessaniirratti #Setting kana ON Godhadha
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/jsaxYkez3z0
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/jsaxYkez3z0
App Ajaaβiba #icciti_Bilbila Kessani #isiniif_Eegu App Haaraa Hunda keessanu isin Fayyadu
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/XEwi5TmWgwY
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/XEwi5TmWgwY
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Nammi nuun hin beekne yeroo nuuf bilbilu enyummaa isa odeeffannoo guutuu fi suuraa isa dabalatee kan nuuf kennu dandaβau App ajaa'iba as tuquun bufachuu ni dandeessu website keenya irraaβ
ππ
https://wanofi.com/lakkoofsa-bilbila-isa-qofaan-eenyummaa-nama-beekuuf-karaa-salphaa-eyecon/ β π₯π₯π₯ββ
https://wanofi.com/lakkoofsa-bilbila-isa-qofaan-eenyummaa-nama-beekuuf-karaa-salphaa-eyecon/ β π₯π₯π₯ββ
Wanofi.com
Lakkoofsa bilbila isa qofaan eenyummaa nama beekuuf karaa salphaa (eyecon)
Nama tokko enyummaa isa beekuuf suuraa isa argachuuf lakkoofsa bilbila abba sana beeku qofatu isin irraa egama! Sababni isaas Appiin lakkofsa bilbila qofan oddeeffannoo hedduu nuuf keenuu dandaβu waan jiruuf! Maqan Appi kanas eyecon caller ID & spam blockerβ¦
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Wow whatsapp waan haaraa ajaa'iba ta'e fi nama gamachisu gadhisee jira kunooti as tuqaa dubbisaaπ
https://stmoro.com/whatsapp-waan-haaraa-gaddhiisuuf-jedha-setting-barbaachisa/
https://stmoro.com/whatsapp-waan-haaraa-gaddhiisuuf-jedha-setting-barbaachisa/
STMORO.COM
WhatsApp waan haaraa gaddhiisuuf jedha setting barbaachisa - STMORO.COM
Appiin ergaa dabarsuu addunyaa irratti beekamaa taβe WhatsApp daran nageenya argachuuf jira. Meta appii ergaa isaanii lakkoofsa tokkoo hanga dandaβametti nageenya akka qabaatu ifa godheera. Torban muraasa dura WhatsApp meeshaa
Haala #Password Wi-fi Kamiyyuu Salphumatti Argachuu itti Dandeessan Ykn Password Wi-fi itti Cabsitan
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/_C2MQ_IemMk
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/_C2MQ_IemMk
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
CPA- Jechuun jecha gabaajeetiin yoo ibsamu β Cost Per Actionβ jechuudha. Kana jechuun ajaja agarsiistuu keenyaatiin namni tokko odeeffannoo nurraa argatuu agarsiistuu keenya erga cuqaaseen booda kanneen akka galmaaβuu (Register), Dokumatii buufachuu (Dawnload), Cuqaasuu, daawwachuu fi kkf raawwateen booda kaffaltiin keenya eenyummeessaa nuti CPA irraa qabnutti kaffalamaa deema. Gaafa kana jennu gosoota gurgurtaa CPA nuti hojjennutti kaffaltiin keenya kaffalama deema.
Adwork media
DMSAffiliate
MyLead
Maxbounty
AdCombo
CPAGrip
LosPollos dha.
Kan biroonis nii jiru. Itti fufii dubbisiπππΆπΏ
https://wanofi.com/hojii-dijitaalaa-akkamitti-eegalu-dandeenya-cost-per-action-cpa-marketing/

Hojii Dijitaalaa Akkamitti eegalu dandeenya? (Cost Per Action) CPA MARKETING
CPA- Jechuun jecha gabaajeetiin yoo ibsamu β Cost Per Actionβ jechuudha. Kana jechuun ajaja agarsiistuu keenyaatiin namni tokko odeeffannoo nurraa argatuu agarsiistuu keenya erga cuqaaseen booda kanneen akka galmaaβuu (Register), Dokumatii buufachuu (Dawnload)β¦
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo vidiyoo fi sagalee adda addaa waraabdan ykn RECORD gootan sagaleewwan nama meeqa garagaraan yoo isin jeequ ta'e akkasumas ergii waraabbii xumurtanii booda salphaatti qulquleesu kan ittin dandeessan App haaraa kanatti fayyadamaa
Wantoota vidiyoo fi sagalee isin waraabdan gidduu akka tasa senaan hunda isiniif ni qulquleessa as tuqaa buufadhaa app isa
β π
https://bit.ly/3QrbWsI
Wantoota vidiyoo fi sagalee isin waraabdan gidduu akka tasa senaan hunda isiniif ni qulquleessa as tuqaa buufadhaa app isa
β π
https://bit.ly/3QrbWsI
Haala Rasiida Ykn Card #Saudia_Arabia irra gara #Ethiopia Erguu itti Dandeessan
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/vjTKuSVB-bw
Video Link kana gadii tuqaa ilaalaaπ
πhttps://youtu.be/vjTKuSVB-bw
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Haala salphaan wifi nannoo keenya keessatti argaman akkasumas wifi kamiyyuu karaa gabaabaa passwordii isanii argachuuf yoo barbaanne Appii salphaatti nutti agarsiisu danda'an qabaachuu nurra jira.
Kanaaf bakka wifi'n jiruuf password isa barbaadee kan nutti himu App ajaa'iba 3 isiniif qabadhee dhufeen jira isin kan fedhii keessan ilaaltanii download gochuun itti gargaramu ni dandeessu.
Haalli hojii Appiwwaan kana 3'n waal fakkeenya qaba haa ta'u malee waan ittiin adda addaa ta'aniis hedduu qabu fknf wantoota armaan gadi ni dalagu
Bakka wifi jiru barbaadu
Password isa agarsiisu
Namaaf share gochuu
Saffisa wifi dabalu
humna data fi wifi agarsiisu dha
ππ£π£ πͺπππ π£ππ¦π¦πͺπ’π₯π ππππ₯π¦πππ¦π¨ ππ¦ π§π¨π€ππ ππ¨π¨ππππππ
πππβ ππ
https://bit.ly/3w86bI9
https://bit.ly/3w86bI9
oddeeffannoo guutuu waliin ni argatu