OF-EEGGANNOO! 🚨🚨🚨
Ibsa galgala kana baaseen Ministerri Fayyaa dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hinbaane Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira.
Dhukkubichis mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a qaba.
Akka ogeeyyonni Hospitaala Jinkaa himanitti: torbee kana namoonni shan dhukkubichaan qabamanii lubbuun isaanii dabartee jirti. Isaan lubbuu dhaban keessaa lama ogeeyyota fayyaa (doktara tokkoo fi narsii tokkoo) kan dhukkubsattoota waldhaanaa turaniidha. Kun ammoo dhukkubichi nama irraa namatti haalaan daddarbaa ta’uu isaatiifi kan yeroo gabaabaa keessatti lubbuu galaafatu ta’uu agarsiisa.

❤4
Dhukkuboota Hoo’aa Dhiiga Dhangalaasan (VHFs)
Dhukkuboonni Hoo’aa Dhiiga Dhangalaasan (VHFs) garee dhukkubootaati kan maatiiwwan vaayirasii adda addaatiin dhufan, kan akka dhukkuba Eeboolaa fi Lassa fever fidan, isaan kunis dhiigni dhangala’uu fi rifaamuu (shock) fiduu danda’u.
Mallattoowwan yeroo baay’ee dhukkuba akka utaalloo (flu) fakkaatuun jalqabu, kunis gara dhiiga qaama keessaa fi alaa dhangala’uutti guddachuu danda’a, yeroo tokko tokko immoo du’aaf saaxila.
Daddarbiinsi kan uumamu bineensota yookiin ilbiisota dhukkuba kana baatan waliin tuttuqaa uumuun, yookiin dhangala’aa qaamaatiin namaa namatti darbuun. Yaaliin inni guddaan deeggarsa kennuu (supportive) dha, ta’us qorichoonni farra vaayirasii addaa kan akka Lassa fever tiif ni kennamu.
Daddarbiinsa:
Vaayirasonni kun bineensota (akka hantuutaa yookiin bookee) keessa jiraatu, bineensa yookiin dhangala'aa qaama isaanii si'aayinaan tuttuquun namatti darbuu danda'u.
Daddarbiinsi namaa namattis ni danda'ama.
VHFs yeroo baay'ee naannoolee joogiraafii addaa kan bineensonni isaan baatan itti jiraatan qofaatti daangeffamu, keessattuu kutaa Afrikaa, Ameerikaa Kibbaa, fi Eeshiyaa keessatti.
Mallattoolee
Mallattoolee Jalqabaa:
Dhukkubichi yeroo baay'ee mallattoolee waliigalaa kan akka hoo’aa (fever), harganuu (chills), mataa dhukkubbii, maashaa dhukkubbii, fi dadhabbii agarsiisuun jalqaba.
Guddachuu Dhukkubichaa:
Dhukkubichi yeroo itti fufu, mallattooleen hamaan kan akka baasaa (diarrhea), haqqisaa (vomiting), fi dhiiga dhangala'uu (hemorrhage) qaamolee banaa fi qaama keessaa adda addaa irraa mul'achuu danda'u.
Adda Baasuu:
Dhukkubichi mirkanaa'uun isaa yeroo baay'ee qorannoo laabiraatorii, kan akka 'antibody' (IgG, IgM) sakatta'uu yookiin qorannoo PCR tiin.
Yaalii:
Yaaliin addaa tokko qofti VHFs hundaaf hin jiru.
Yaaliin xiyyeeffannaa guddaa qabu deeggarsa (supportive care) mallattoolee to'achuuf godhamuudha.
Qorichoonni farra vaayirasii, kan akka ribavirin, gosa VHF tokko tokkoof (kan akka Lassa fever) kennamuu danda’u.
Haala cimaa keessatti,
dhukkubsattoonni hatattamaan hospitaala galuu fi adda baafamanii (isolation) kunuunfamuu qabu.
Ittisa
To'annoo Infekshinii:
Talaalliin (vaccine) VHFs baay'ee waan hin jirreef, ittisuun baay'ee tarkaanfii to'annoo infekshinii irratti hundaa'a.
Irraa Of Eeguu:
Kunis bineensota yookiin ilbiisota vaayirasicha baatan Waliin tuttuquu irraa of eeguu, qulqullina eeggachuu, fi meeshaalee ittisaa sirrii ta'an (akka gilaavii,Maskii fi Aprone) fayyadamuu.
Nagaan biyya keenyaaf haa ta'u.
https://t.me/healthissuess

❤20👍3
Forwarded from Job vacancy
2. Field Supervisor
• Duty Station: Addis Ababa, SPHMMC
• Required Number: 06 Supervisors
• Duration of employment: 8 months with Possible extension
• Salary: Based on the project Salary scale
Duties and Responsibilities
• Oversee RAs and ensure quality assurance across all survey rounds.
• Attend all required trainings before each survey round.
• Conduct spot-checks and validation checks.
• Prepare daily progress updates and quality-monitoring reports.
• Coordinate logistics, troubleshoot field issues, and liaise with the Research coordinator.
• Perform any related activity assigned by field supervisor.
Required qualifications:
Female candidates with the required professional and academic credentials described below can apply for the position.
Required
• First degree in health and health-related fields (Medical doctor, health officer, nurse midwives, etc.
• Being female
• Year of experience: 0 years
• Excellent communication and interpersonal skills, both verbal and written.
• All applicant should undergo the full RA training and pass the RA exam before being eligible for supervisor position.
• Proficiency in using and navigating smart phone and phone apps
• Ability to work effectively in a team environment.
Preferred
• Strong problem-solving and analytical skills.
• Patience, empathy, and a positive attitude.
• Previous experience conducting field data collection using ODK is considered an advantage
Mandatory Requirement
• Only those who successfully pass the examinations administered during and after the training will be considered for recruitment and hired for the position
How to Apply
• All Interested applicants can apply only through an email icaf.project@sphmmc.edu.et until December 6, 2025 11:59PM. Applicants should submit an application letter, a recent CV (a max 3 pages), and a copy of their credentials through the above email. For further information, please contact @ 0913430599 St. Paul’s Hospital Millennium Medical College (SPHMMC), ICAF project contact. The project will retain its right to partially or fully cancel the recruitment and employment process.
• Please note that only short-listed candidates will be contacted at all stages of the selection process.

❤19👏1
Nageenyi isiniif yaa ta'u mee eessaa nu hordofaa jirtu?
Anonymous Poll
4%
A.Feederaala irraa
8%
B.BFO
5%
C.Godina Irraa
6%
C.Magaalaa Sadarkaa Godinaarraa
16%
D.Waajjira Fayyaa Aanaa Irraa
51%
E.Dhaabbata Fayyaa(hospital,HC,HP)
9%
F.Kan biroo(fkn NGO)
❤1👍1👏1
Dhimma kanfaltii idileen alaa kana haalli isin bira jiru maal fakkaata?
Anonymous Poll
59%
A.hin kanfalamne
20%
B.mindaa duriin kanfalame
14%
C.mindaa haaraan kanfalame
6%
D.kan biraa
❤5
Adeemsa Amma seektarri Fayyaa itti deemaa jirutti gammaddoodhaa?
Anonymous Poll
30%
A.eeyyee
70%
B.Lakkii
👏6❤1
Fuuladuratti seektara kana waliin itti fufuuf fedha qabduu
Anonymous Poll
35%
A.lakkii
47%
B.eeyyee
18%
C.hinbeeku
💔 Waamicha Gargaarsaa — Obboleettii keenya Siistaar Suunaamaawiit Baatii
Waggoota hedduuf mana yaalaa keessatti halkanii guyyaa osoo hin boqotin uffata adii uffattee dhukkuba namootaa yaaluu fi gargaaraa kan turte obboleettiin keenya, har’a mallattoo fayyinaa sana baaftee uffata dhukkubsataa uffatteetti.
Imimmaan hedduu haqxee abdii kan facaaste Siistaar Suunaamaawiit har’a dhibee kaansarii dhiigaa (Leukemia) qabamtee jirti; abdii ishee keessaa isa guddaan gara biyya alaa deemtee wal’aansa argachuu qofa ta’eera. Haadha ijoollee lamaa taatee siree dhukkubsataa irratti harka keenya eeggachaa jirti.
Baasiin wal’aansaa gaafatame mindaa narsii tokkoo fi humna maatii tokkoo ol ta’us, garuu gara laafina namaa ol miti!
Akkamitti gargaaruu dandeenya?
🙏 Kadhannaadhaan — obboleettii keenya Waaqa biratti yaadadhaa.
💝 Maallaqaan — hamma dandeessan gumaachaa (gargaarsi xiqqaan hin jiru!)
📢 Ergaa kana qooduudhaan — firootaa fi hiriyootaaf ergaa, gareewwanii fi miidiyaa hawaasaa irratti qoodaa.
Odeeffannoo herregaa gargaarsaa
🏦CBE
1000113739901
📱TELEBIRR
0983046712
Maqaa: Si/ r Suunaamaawiit Baatii
Hubadhaa: Qarshiin 100 yookaan 200 har’a ergitan isiniif xiqqaa fakkaachuu danda’a; isheef garuu hafuura jireenyaa fi abdii borii ti.
“Tola ooluun ofiif; boruufis kuusaa dha.”
Waaqni hojii gaarii isin hojjettan hundaaf eebba guddaa isiniif haa kennu. Obboleettii keenya nagaan gara hojii ishee fi maatii isheetti haa deebisu.

❤28👍7
Forwarded from Job vacancy
Forwarded from Job vacancy
❤1
Forwarded from Job vacancy
How did you satisfied by today political parties health policy debates?
Anonymous Poll
41%
A.<50%
25%
B.50-75%
22%
C .75-90%
12%
D.>90%
❤4
Forwarded from Job vacancy
Which political party health policy have attracted you more?
Anonymous Poll
11%
A.Ezema
40%
B.Biltsigina
8%
C.Netsanetina Ikulinat
8%
D.Tibibir Le Ethiopia
33%
E.No at all
❤1
Forwarded from Ministry of Health ET
የነርሲንግ አመራርና ሙያዊ አቅም ማጠናከሪያ ፕሮግራም
#NursingLeadership #HealthcareQuality
ኢትዮጵያ ጥራት ያለውና ለሁሉም ተደራሽ የጤና አገልግሎት ለማረጋገጥ እንዲሁም የላቀ የታካሚ እንክብካቤ የሚሰጥ የጤና ሥርዓት ለመገንባት እያደረግን ባለው ጥረት ውስጥ፣ የነርሲንግ አመራርንና ሙያዊ ብቃትን ማጠናከር አስፈላጊ ነው።
ለዚህ ብሔራዊ ጥረት አስተዋፅኦ ለማድረግ ፍላጎት ያላቸው የነርሲንግ ባለሙያዎች ፍላጎታቸውን እንዲያሳዩ እና እንዲመዘገቡ ጥሪ እናቀርባለን።
👇 ለማመልከትና ለመመዝገብ፦
https://ncep.mohdigitalhealth.gov.et/
Website: moh.gov.et
Facebook: Ministry of Health,Ethiopia
Twitter: x.com/fmohealth
YouTube: youtube.com/@FMoHealthEthiopia
Tiktok: tiktok.com/@mohethiopia
Telegram: t.me/M0H_EThiopia
Linkedin: lnkd.in/ewFJ6VAB