BBC News Afaan Oromoo
15.3K subscribers
2 photos
1.88K links
🌐 Oduu - BBC Afaan Oromoo

“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners”. 📩
Download Telegram
Tibba kana Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa dhaabbata Archer Aviation jedhamu waliin ta'uun Itoophiyaatti sagantaa haaraa xiyyaarota elektirikii tajaajila taaksii kennan eegaluuf waliigalteerra gahuu ibseera. Akkamiin hojjetu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4ysOqp7
Pirezidaanti Doonaald Tiraamp Roobii Ebla 9 irraa eegalee meeshaalee Chaayinaan galchitu irratti qaraxa %100 ol akka kaa'an erga doorsisanii booda waraanni daldalaa guutuu Chaayinaa fi US waliin gaggeeffamuuf jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tsLI4TS
Sarbiyaa keessatti ittoon ykn ayibii aannan harree irraa hojjatamu kiiloo tokko Yuuroo 1,200tti gurgurama. Kunis giddugalaan mindaa ji'aa caalaa gatii qaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EksS1D0
Ertiraan Itoophiyaarraa adda baatee erga walabummaa labsattee ganna 30 ta'eera. Biyyii tunis wantoota ijoo biyyoota gaanfa afriikaa kaaniin adda ishee taasisu muraasa qabdi.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HAR8lUz