BBC News Afaan Oromoo
15.3K subscribers
2 photos
1.34K links
🌐 Oduu - BBC Afaan Oromoo

“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners”. 📩
Download Telegram
Israa'el miseensota Mana maree Bakka bu'oota Uummataa Biriteen erga to'annoo jala oolchitee booda gara Israa'el akka hin seenne dhorkuu Ministirri dhimma alaa UK Deeviid Laamii ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8Rvu4S2
Waraana keessatti qaamoolee hawaasaa kamuu caalaa saaxilamtoota kan ta'an daa'imman qaama miidhamtootaati. Ijoollee miidhaan waraanaa irra gahe waraanaa attamiin akka ibsan barreeffama kanaan ilaala.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YXzwjQM
Ertiraan Itoophiyaarraa adda baatee erga walabummaa labsattee ganna 30 ta'eera. Biyyii tunis wantoota ijoo biyyoota gaanfa afriikaa kaaniin adda ishee taasisu muraasa qabdi.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ySCTE5Z
Kooriyaan Kaabaa waggoota jaha keessatti yeroo jalqabaaf Maraatoonii Idil-addunyaa Piyoongiyaang gaggeessitee. Kanaanis hormaattoota biyya alaa gara 200 ta'an daandii magaalaa guddoo biyya loogamtuu taate kanaa irratti simatteetti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RKH0rM1
Shawaa Kaabaatti erga hidhattoonni godinicha keessa socho'uu jalqabanii fi wal waraansi qaamolee nageenya mootummaa fi hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti adeemuu jalqabee angaa'onni mootummaa hedduu ajjeefamaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UfigBZO
Du'a shamarree Qananii Addunyaan walqabatee kan shakkamee weellisaa Andu'aalam Gosaa beellama Manni Murtii har'atti qabate bu'uura gochuun ganama har'aa mana murtiitti dhiyaateera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DK9bdyN