Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuu ganda Gomboo Qilxuu Jaaletti bakakkaan qe'ee tokko keessa ijoolle jaha ta'an ajjeesuu jiraattonni dubbatan.
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
Wiituun Qorannoo Fayyaa Wuddaasee waggoota 12 dura ture kan hojii eegale. Bara kana dabalatee waggaa waggaan guyyoota Qaammee hunda tajaajila qorannoo fayyaa bilisaan kennaa jira. Maaltu dhaabbaticha kakaase?
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
Shamarreen Ispaanish ganna 19, yeroo dhalatte dogoggoraan daa’ima maatii biraan wal-jijjiirte qondaalota fayyaa beenyaa gaafattee. Dogoggorri kuni uumamuusaa kan mirkanaa’e qorannoo DNAdhaani.
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
Abbootiin qabeenyaa kaampaanii Boeing akeekkachiisa nageenya xiyyaaricha agarsiisu hin fudhanne jechuun daarikterota isaa himachuuf akka jedhan abbaan seeraa US himan.
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
Lammiileen Itoophiyaa 5,000 ta'an biyya waraanaa fi weerara Covid-19'n raafamaa jirtu, Yaman, keessaa ba'uun biyyattii deebi'uuf danqamanii jiraachuu Dhaabbati dhimma Baqattootaa Idil-addunyaa(IOM) hime.
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin Dhimma Baqattootaa lakkoofsi baqattoota Itoophiyaa kaampii baqattootaa Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe.
Waraana Tigraay: Finciltoonni Tigraay Kaaba Gondaritti namoota nagaa 119 ajjeesuu jiraattonni fi aanga'oonni himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Naannoon Amaaraa finciltoonni Tigraay namoota 120 ol ajjeesun himate, TPLF waakkate
Haleellaan kun tibba naannoon kun to'annoo TPLF jala turetti ta'uu fi haleellaa kanaanis daa'imman, jaarsolii, dubartoonniifi luboonni ajjeefamuu jiraattonniifi qondaaltonni mootummaa dubbataniiru. Haa ta'u malee, TPLF ibsa baaseen ajjeechaa keessaa hin qabu…
Waraana Tigraay: Reeffa laga Takkazeetti argaman ilaalchisuun Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa waamtee gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58482805?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Reeffi 30'tti siqu baatii dura laga Takkazee keessatti argamuu isaa hordofee Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa Kaartumitti argamu waamtee gaafachuun ishee himame.
Ogeessonni fayyaa Itoophiyaa gaaffii daballii miindaan wal qabatee lagannaa hojii gaggeessaa jiru.
Akka addunyaatti seeronni dhimma fayyaa ilaalchisee Itoophiyaan mallatteesite jiru. Akka seera Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa hojii dhabuun danda'uu?
Seerri maal jedha? Adabbiin isaahoo maal taha?
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm23ed00783o?at_campaign=ws_whatsapp

Ogeeyyiin fayyaa hojii dhaabuun seera Itoophiyaatiin attamiin ilaalama?
Ogeyyiin fayyaa Itoophiyaatti argaman Kibxata Caamsaa 13, 2025 irraa kaasee kutaalee tajaajila murtaa'aniin alatti mormii hojii lagannaarratti argamu. Ogeeyyiin mormicha kan eegalan erga gaaffiin baatii tokkoon dura Ministeera fayyaafi dhaabbilee mootummaa…
Fayisan Adaamii fi Anuwaar Ahimed Baale irraa ka'uun Sudaan irraan Liibiyaa galan. Sanuu dallaalotaaf mallaqa guddaa kaffalaniiti.
Liibiyaa erga gahanii wanbadoota daddabarsaa namoota hojjataniin ukkamfamanii dararamaa jiru.
Amma maatiin Lubbuu isaanii oolchudhaaf birriin miliyoona 1.3 (nama tokkof) akka ergamu gaafataman. Maatiin harka qalleeyyiidha.
Waan guyya guyyaatti isaan irra gahu iyyaafanneerra.
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/clyrnz9dm95o?at_campaign=ws_whatsapp

'Lubbuu nama tokkoo oolchuf birrii miliyoona 1.3 gaafatamne'
Dargaggoonni Oromoo fi lammiileen Itoophiyaa biroo hedduun sababa rakkoo siyaasaafi jireenya fooyyaaa'aa barbaaduuf seeraan alaa karaa Libiyaatiin godaanuun Waanbadoota butamanii mallaqa olaanaa gaafatamaa jiru. Isaan keessaa seenaa maatii tokkoofi dhaabbata…
Yeroo tokko tokko waanuma harkaan tuqnu hundatu na qaba. Wantoonni nu qaban kunneen elektirikii hin qaban.
Balbala yeroo harkaan qabnee bannu, keessaahuu kan harkaan qabannu yoo sibiila ta'e, akka waan elektirkii qabuutti nu qabuu danda'a.
Rakkoon kun akkamiin uumama? Fayyaa keenya irratti dhiibbaa qabaa?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c87j1ry11rzo?at_campaign=ws_whatsapp

Wantoonni nuti harkaan tuqnu osoo elektirikii hin qabaatiin maaliif nu qabu?
Yeroo tokko tokko sibiila taanaan wanti tuqnu hundi nu qabee nu rakkisuu danda'a. Garuu wanti sun elektirikii qabaachuu dhiisuu danda'a. Rakkoon akkasii eessaa madda? Furmaanni isaahoo?
Pirezidantii Waldaa Hakimootaa dabalatee ogeeyyiin 81 ol hidhamuu kan BBC'tti hime Boordiin Sochii Ogeeyyii Fayyaa Itoophiyaa-EHPM, amma ogeeyyiin fayyaa 19 ammoo hiikamuu ibseera.
Haata'u malee, doorsisnii fi hidhaan ammas itti fufuu kaasu maddeen hospitaalota gara garaa irraa BBCn dubbise.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgnn6g55veo?at_campaign=ws_whatsapp
Haata'u malee, doorsisnii fi hidhaan ammas itti fufuu kaasu maddeen hospitaalota gara garaa irraa BBCn dubbise.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgnn6g55veo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Gaafii ogeessonni fayyaa kaasaa jiraniin walqabatee hanga ammaa kan beeknu
Ogeeyyiin fayyaa gaaffilee ijoo 12 tarreessuun ji'a tokkoof erga mootummaa gaafataa turaniin booda Caamsaa 13 irraa kaasee, lagannaa hojii gariin jalqabuun ni yaadatama.
Hammi sharafa alaa namoonni biyya alaatti imalan argatan dachaan dabalun ibsame.
Bal’insaa isaa kunooti:
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c7066rwn1ddo?at_campaign=ws_whatsapp
Bal’insaa isaa kunooti:
👇👇
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c7066rwn1ddo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Hangi sharafa alaa namoonni biyya alaatti imalan argatan dachaan dabalun ibsame
Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa sharafa alaa namoota yeroo biyya alaa deeman duraan dolaara Ameerikaa kuma shan argataa turan amma gara dolaara kuma 10tti guddisuu beeksiise.
Itoophiyaan lammileen biyya alaa qabeenya hin sochoone (dhaabbataa) biyyattii keessatti horachuu akka danda'an labsii eeyyamu baasteetti.
Murteen kun biyyaaf bu'aa akkamii qabaata? Yaaddoo inni qabatee dhufuhoo maal fakkaata?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5y55x0ndj7o?at_campaign=ws_whatsapp
Murteen kun biyyaaf bu'aa akkamii qabaata? Yaaddoo inni qabatee dhufuhoo maal fakkaata?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5y55x0ndj7o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Bu'aa fi yaaddoon lammileen alaa Itoophiyaatti qabeenya dhaabbataa akka horatan hayyamuu maali?
Jalqaba Caamsaa 2025 Manni-maree Ministeerotaa Itoophiyaa wixinee seeraa lammileen biyya alaa qabeenya hin sochoone(dhaabbataa) biyyattii keessatti horachuu hayyamurratti mariyatee akka raggaasisuuf Mana-maree Bakka Bu'oota Ummataatiif dabarseera. Seerri…
Obbo Huseen Kadir suurri isaa qoraan dugdatti baatee mul'isu miidiyaa hawaasaratti qoodamuu torban tokko keessatti jireenyisaa kallattii jijjiirrateera.
Deeggarsa akkamiifi hangamiitu isa qaqqabe?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp3qqlnjk4no?at_campaign=ws_whatsapp
Deeggarsa akkamiifi hangamiitu isa qaqqabe?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp3qqlnjk4no?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Jiruu namicha Baaletti qoraan dugdatti baatee gurguru kaleessaa fi har'a
Obbo Huseen Kadir Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti qoraan dugdatti baatanii maagala Angeetuu geessanii gurguruun hojii idilee isaanii ture. Dargaggeessi Huseen viidiyoo waraabuun miidiyaa hawaasaa irratti qoode haala amma irra jiran BBCtti himeera.
Dirreen siyaasaa dhaabbileen mormituu akka socho'an hiree uumu jiraa?
Dhaabbilee siyaasaa mormituufi aanga'oota dhaaba biyya bulchuu dubbifneerra.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c14kkl2xr4ko?at_campaign=ws_whatsapp
Dhaabbilee siyaasaa mormituufi aanga'oota dhaaba biyya bulchuu dubbifneerra.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c14kkl2xr4ko?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Filannoo biyyaalessaa waggaa tokko booda godhamuuf filmaanni jiraa?
Filannoon biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa torbaffaan yeroo waggaa tokko hin caalle keessatti gaggeeffama.Dhaabni biyya buchuufi paartileen mormituu waayee dirree siyaasaa maal jedhu?
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa guyyaa 21 ooleen yeroo dabalataa ogeeyyii fayyaa sagal irratti gaafatameen guyyoota 12 hayyame.
Maaliin shakkaman? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0qggqzlpv4o ?at_campaign=ws_whatsapp
Maaliin shakkaman? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0qggqzlpv4o ?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Manni-murtii Federaalaa ogeessota fayyaa himatamanirratti guyyaa 12 hayyame
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa guyyaa 21 ooleen yeroo dabalataa ogeeyyii fayyaa sagal irratti gaafatameen guyyoota 12 hayyame.
Dr. Muluu Mul'ataa hakimoota waldhaansa fayyaa haadholii maqaa guddaa qaban keessaa tokkodha.
Addumatti ammoo dubartoota dhukkuba feestullaa qaban waldhaanuu erga eegaltee ganna 35 caaleera.
Hanga yoonaatti waldhaansa baqaqsanii yaaluu dhukkubsatoota feestullaa 10,000 ol hojjechuu himu.
Dr. Muluun akkamiin gara imala dheeraa kanaatti akka dhufanii fi gumaacha waldhaansa dhukkuba feestullaarratti taasisan ilaalchisee BBC waliin turtii taasisaniiru.
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c8e64y9kpg1o?at_campaign=ws_whatsapp

Hakima gameettii ganna 40 oliif dubartoota kumoota hedduuf aara-galfii taate- Dr Muluu Muletaa
Dr. Muluu Mul'ataa hakimoota waldhaansa fayyaa haadolii maqaa guddaa qaban keessaa tokkodha. Waldhaansaafi qorannoo fayyaa ulfaafi gadameessaatiin waggaa 40 ol hojjetaniiru. Turtii BBC waliin taasisan kunooti.
Waraanni Bilisummaa Oromoo fi mootummaan Itoophiyaa marii nagaa jalqaban ammas akka itti fufan Ameerikaan waamicha goote.
Hidhattoonni Faannoo ''gara marii nagaa fi qabatamaa taheetti dhufuu qabus'' jedhe.
Mootummaa Itoophiyaa ilaalchisees Ameerikaan waan jette qabdi.
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c15nwjn3yvgo?at_campaign=ws_whatsapp

WBO fi Faannoon gara marii nagaatti dhufuu qabu- US
Itoophiyaatti Ambaasadara Itoophiyaa kan tahan Erviin Maasiingaa walitti bu'insi Itoophiyaa keessaa dhaabbachuun dursi nageenya uummataaf kennamuu qaba jedhan.
Donaald Tiraamp sirni ittisa misaa'elii 'Golden Dome' jedhamu osoo aangoon pirezidantummaasaa hin dhumiin dura 'gutummaatti' hojiirra akka oolu beeksiisan.
'Golden Dome' kun maali? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0mr87emk80o?at_campaign=ws_whatsapp
'Golden Dome' kun maali? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0mr87emk80o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Sirni ittisa miisaa'elii Tiraamp 'Golden Dome' maaliidha, attamiin hojjata?
Donaald Tiraamp sirni ittisa misaa'elii 'Golden Dome' jedhamu osoo aangoon pirezidantummaasaa hin dhumiin dura 'gutummaatti' hojiirra akka oolu beeksiisan. Haata'u malee karoorri kun biyyoota akka Raashiyaafi Chaayinaatiin balaa dabala jechuun qeeqamaa jira.