Aishaa irraa odeeffamee Radiyallahu anhaa ni jette : Yaa ergamaa Rabbii ﷺ naaf himii yoo laylatul qadrii qunnamee waan ittiin kadhadhuun. Ergamaan Rabbiis ﷺ akkana jettaa jedhaniin :
• Allaahumma Innaka Afuwwuun tuhibbul Al-afwa fa'afu annii
• (Yaa Rabbii atin namaaf araaramaa dha, namaaf araaramus ni jaalatta, naaf araarami/dhiisi)
• Allaahumma Innaka Afuwwuun tuhibbul Al-afwa fa'afu annii
• (Yaa Rabbii atin namaaf araaramaa dha, namaaf araaramus ni jaalatta, naaf araarami/dhiisi)
❤1
duaaii nabi muhammad.pdf
1.4 MB
Kitaaba
"Du'aa'ii 10 Nabi MuhammadNu Barsiisan"
Koottaa Du'aa'ii Kana Haffazaatiin Itti Fayyadamaa. Nama Biroofis #Share Godhaa.
https://t.me/AbduIslamApologist
"Du'aa'ii 10 Nabi MuhammadNu Barsiisan"
Koottaa Du'aa'ii Kana Haffazaatiin Itti Fayyadamaa. Nama Biroofis #Share Godhaa.
https://t.me/AbduIslamApologist
﴿ رَبِّ إِنِّي لِمَا أَنْزَلْتَ إِلَيَّ مِنْ خَيْرٍ فَقِيرٌ ﴾
فأوجَد الله له العمل.
Nabii Muusaa Alayhi salam sababa duayii tanaan Allahan dalagaa keenneef
ثم يسّر له الزواج.
Fuudhas isaaf laaffise
ثم أكرمه بالنبوة.
Nabiyyummaanille isa kabaje
الإفتقار لله، غِنى.
Rabbiif of gad qabuun durummaadha.
t.me/Azkaar_Media

❤2👍2
Application zikrii fi du'aa'ii akkaataa bareeda ta'een qophaa'e kana buufadhaa itti fayyadamaa.
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mujahidtech.zikr
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mujahidtech.zikr
Google Play
Zikrii fi Du'aa'ii - Apps on Google Play
Zikrii fi Du'aa'ii karaa salphaa fi ifa galaa ta'een dhiyaateedha.
❤3
Sunnaa takbiiraa kana jabeessaa
أحيوا سنه التكبير .
الله أكبر ، الله أكبر ، الله أكبر ، لا إله إلا الله
الله أكبر ، الله أكبر ، ولله الحمد.
Allahu akbar , Allahu akbar ,Allahu akbar , laa ilaaha illa llaah ,Allahu akbar , Allahu akbar , walillahil hamd
@Azkaar_Media

❤5
#Eid_Aladha1447
عيدكم مبارك!
Eid Mubarak! 🌸
🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲
🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲
@Azkaar_Media
@BurqaaBekkumsaislaama
عيدكم مبارك!
Eid Mubarak! 🌸
🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲
🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲
@Azkaar_Media
@BurqaaBekkumsaislaama
❤3
اللهم لا تحرمني خير ما عندك بسوء ما عندي
اللهم عاملني بما أنت أهله ولا تعاملني بما أنا أهله
اللهم أحسن خاتمتي برضاك عني.
اللهم عاملني بما أنت أهله ولا تعاملني بما أنا أهله
اللهم أحسن خاتمتي برضاك عني.