ASSELAMU ALEYKUM
#Dhabbani_IHSAN_CHARITY Khan Tola Oltumman Beekamu Arras Hawaasa Harka Qalleeyif Daftara Darzana Dhibbaa Shantam( 150 )Arjoome Jira
Khabajamo Obbo #ABDULAZIIZ_AMME. Akkasuma Khabajamtu Adde
#SAFIYA_YUSUF fi Khabajamo Obbo #KHADIR_ABDURAHMAN Afeera Kheenya Khabajani Nuf Argamu Kheessanif Maqa IHSAN CHARITYtin Gudda Isin Galatoofanna π«‘
Akkasuma Waroota Kheyri Khanarati Qabeenya Fi Humnaan Irrati Hirmatan Cufti Kheesanu Bayye Galatooma ππΌ Isiniin Janna.
Namni Hawaasa Kheessan Cina Dhabachu Barbaadan Dhabbata IHSAN CHARITY Qunnama π
Nama Gargaaruf Nama Tahun gahadha

β€4π1π₯°1
Diraamaa Bareedaa Khana seenaa Ittiin Buhaaraa Nus Jajjabbeeysaa
πππππππππππ
https://youtu.be/VyzCZ5nH5bA
πππππππππππ
https://youtu.be/VyzCZ5nH5bA
π₯°2
Gammachuun Filanoodha
Malee Bu'aa Miti.
Hanga ati gamaduu Filattutti
Wanti si Gammachiisu Hin Jiru.
Yoo Ati Gammaduuf Murteesite Malee Namnni Si Gammachiisuu Hin Jiru. Gammachuun Kee Alaa Siif hin Dhufu Keessa Keetii Dhufuu Dandaβa.
Isinin Jaaladha...!
@JOIN_GODHIIπ¦π
βββββββββͺβͺβͺβͺ
β°ββ€ @Ashrafjuwar

π₯°4β€1
Dubartiin Barreessuufii Dubbisuu Irratti Yeroo Kaka'umsa Qabdu Abdiin Jira !
Channel
https://t.me/Kennaa_Motivation
Join Godhaatii Guddisaa.
Jabaadhu sisterπ₯°
Channel
https://t.me/Kennaa_Motivation
Join Godhaatii Guddisaa.
Jabaadhu sisterπ₯°
π₯°3β€2
Koottaa Umraa Waliin Haa Goonu
Mana Rabbii makkaa fi Madiina Waliin Haa Ziyaarru Inshallah.
https://t.me/HAMZA_HASSEN
Mana Rabbii makkaa fi Madiina Waliin Haa Ziyaarru Inshallah.
https://t.me/HAMZA_HASSEN
π¦π¦Assalamu'alleykumπ¦π¦ Warahmatulahi Wabarakatuh
Akkam Jirtan Nagaya Fayya
Qabdani Hawaasa Jaalalaa
Walirraa Adda Baanee Mii
Sagantaa Teenyaas Egga
Hin Godhin Adda Ture
Mii Insha Allah Yoo Rabbin
Ja'ee Yaroo Gababdu Boda
Wali Debbinaa Insha Allah
Issinis Du'aaiin Nuu Gargaraa
https://t.me/dhaward1
Akkam Jirtan Nagaya Fayya
Qabdani Hawaasa Jaalalaa
Walirraa Adda Baanee Mii
Sagantaa Teenyaas Egga
Hin Godhin Adda Ture
Mii Insha Allah Yoo Rabbin
Ja'ee Yaroo Gababdu Boda
Wali Debbinaa Insha Allah
Issinis Du'aaiin Nuu Gargaraa
https://t.me/dhaward1
β€2
#Suheyb_Sheikh_Amiin_Ibroo
Sagantaa Haarawa Qabatee Nuuf Dhufaa Jira. Insha Allah Akka Hordoftan Isin Afeera
Sagantaa Haarawa Qabatee Nuuf Dhufaa Jira. Insha Allah Akka Hordoftan Isin Afeera
β€4