👉SEENAA Imaamu Ahmad (Ahmad girany) isa GOOTA lola "shibura quree"kutaa lammaffaa....... Ijoollummarra kaasee hanga Imaamummatti,
👉@Alrisla1
@Alrisala1
✔Imaamu Ahmad Yeroo ijjoollummarraa kaasee gabra Abbaa isaa Ibraahiim kan ta'e "Adoolii" kan jedhamutu haala gaarii fi gootumman isa guddise, Yeroo umriin isaa 10 tti, lola guddaa jidduu mooti habasha "Libna dingil" waliin tureen mootiin(sulxaanni) Muslimaa "imamu Mahfuuz" kun ajjeefame, sana Booda bulchiinsi muslimaa gara sulxaan "Abubakariti". dabarfame, haa ta'u malee Naamusa fii Aadaa muslimaa eeguu keessatti Abubakar laafa ture, Hamileen muslimaas cabaa dhufe, weerarri itti heddummate, fasaadni fii badiin gargaraas uumama dhufe,
Yeroo kana Ahmad Umrii Dargaggumma isaatiin biyya cabde tana tasgabbeessuufi badiiwwan babbal'ataa jiru hir'isuuf hirmaanna qabsoo eegaluun waraana "Garaad Abun" jedhamutti dabalame, ijoollummaan leenji'ee, booda Abba fardaa ta'uun qabsoo waraanaa jalqabe, Ahmad Gamna namaa akka taheefii murannoo jabaa akka qabu argee "Garaad Abuun" kun isa ufitti aansee, Badiiwwani fii Naamusa babbadaa biyya isaanii keessatti babbal'ataa jiru sirreessuu eegalan, Ummatas waraanaaf qinddeessun leenjisan, ta'us mootiin Abuabakar kun gocha Garaad Abun fi Ahmad itti jiran gonkumaa hin jaalanne waan ta'ee ajjeesuuf nannesse, booda mootichi shiftaa itti bituun "Garaad Abun", caamsaa 30 bara 1525 ykn hijra 931 tti akka ajjeefamu godhe,
Imaamu Ahmadis waahiilli isa ajjeffamnaan gara ganda isaa "Hubatitti" deebi'uun kophatti Waraana naamusa islaama eeggate leenjisuun qopheessuu eegale, Abbootii fardaa 100 ol ijaare, akkasumas Hintala mootii duraa tan Imaamu Mahfuuziin kan qabsoo bilisumma islama keessatti ajjefame Hintala isaani beekamtu " Baatii Dil Wanbaraa" jedhamtu fuudhe,
Achiin booda beekamtiin isaa Hawaasa biratti ifa bahaa deeme, booda sulxaan Abubakar biratti deebi'ee qabsoo itti fufuu eegale, yeroo kana Ahmad Bin Ibraahim maqaa kabajaa "Imaama" kedhamuun waamamu jalqabe.
Itti Aansuun hoo?.........itti fufa🛃@Nasriman forwad
Join👉 @Alrisala1
@Alrisala1
t.me/Alrisala1

Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

በሳይንስ እና ቴክኖሎጂ ሚኒስትር እየተካሄደ ያለው የምደባ ስራ መጠናቀቁን እና መረጃዎችን ወደ ትምህርት ሚኒስቴር ድረገፅ የማስገባት ስራ እየተገባደደ እንደሚገኝ ልናስታውቃችሁ እንወዳለን፡፡ተማሪዎችም ከሰኞ መስከረም 19, 2012 ከረፋዱ 4 ሰዐት ጀምሮ ወደ http://app.neaea.gov.et/ በመግባት የመፈተኛ ቁጥራችሁን በማስገባት የምደባ ውጤታችሁን መመልከት ትችላላችሁ።
Website: www.neaea.gov.et
Phone no: +251988023360
Araya G/Egziabher D/General NEAE
Website: www.neaea.gov.et
Phone no: +251988023360
Araya G/Egziabher D/General NEAE
Maasha allah,
#JAMA'AWWAN shabaaba magaalaa #Roobee gama hundaan wal cimsinee jabaachuu qabna jechuun, yaamicha Jama'aawwan Aanota godina Baalee godheen,
Guyyaa har'aa Konfaransii Shabaaba Aanota godina baalee hammate guyya har'aa galma da'waa M/B madrasaa salafiyyatti marii haallaan hedduu of keessatti qabatuu fii karoora fuulduraarratti xiyyeeffate irratti marii'achaa turan,
akkasuma Akka Baalettis Jam'aa cimaa ta'e gadhaabuun kallatti hojiif mijjeessan jedhamu hedduu irratti mari'atamaa ture.

👱♂DHUMUU/BUBUQQA’UU RIFEENSA
MATAA (ALOPECIA)
MAALTU FIDA? (Dr. Dhinsa)
1⃣. Dhiphina sammuutiin kan dhufu.
Kunis yeroo baay’ee haalota garaagaraatiin namootni
dhiphatan
dhumuu/ bubuqqa’uu rifeensa mataatiif nii saaxilamu.
(Fakkeenyaaf:- Namoota yeroo dheeraadhaaf dhukkubsatan)
2⃣. Miidhaa qoricha fudhatamu biraan dhufu (drug side effects)
3⃣. Mallattoolee dhukkuba biraa (fkn:- Dhibee xannacha
Taayirooyidii, hir’ina Pirootiinii fi Aayiranii).
4⃣. Fangasii buqqee mataa hubu (Tinea capitis).
5⃣. Ittistuun qaama keenya (Immunity) nutti deebi’uun
bubuqqa’uu
rifeensaa fidu (Qaaqee jedhamuun kan beekamu ykn ‘Alopecia
areata’)
6⃣. Miidhama rifeensa mataa irra ga’uun (fkn:- ho’a guddaa,
keemikaalota garagaraa dibachuu, humnaan harkifamuu/
micciiramuu rifeensa mataa).
7⃣. Dhalootaan kan namaaf kenname, yeroo umuriin dabalaa
adeemu (dhiiraaf) rifeensi mataa haphachaa fi dhumaa
adeemuu
(moluu).
Dubbisaa share waliifis godhaa
Osoo hin molaa'in dura
https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

⏩Seenaa baruun kan dabre si yaadachiisee kan dhufuuf si qopheeasa, Seenaa IMAAMU AHMAD BIN IBRAHIM AL GAZI, Kutaa 3ffaa geenye.... "Waraan jalqabuu isaanii" ilaalla, hin hifatin malee at.⤵⤵⤵
@Alrisala1
Yeroo kana keessa hogganaan waraan Atseen Libna Dingil erge" Faanu'eel" kan jedhamu karaa "Dawwaarootiin" ka'ee Naanno ganda Imamu Ahmad, Hubatitti duulee cabse, Waraanni kun miidhaa cima muslimootarran gahe, Qabeenyas saamanii, Dubartiif Daa'immanis booji'ani deemaniin, booda yeroo gabaabatti oduun kun Imaamu Ahmadiin bira gahe, Imaamnis waraana isaa fudhachuun yeroo jalqabaaf waraana Faanu'eel jala bu'e, bakka laga "Aqim" jedhamutti walitti dhufan,booda Jidduu jaraatti lolli guddaan gaggeeffame, Imaamichis jidduu jaraa seenunn akka jabaa lole, boodarra Imaamu Ahmad yero jalqabaaf qabsoo geggessen hinjifachuun moohate, loltoota fardaa 60 fi waraana lafoo, akkasuma meeshaa waraanaas baayye booji'ee milkiin deebi'e,
Yeroo kana maqaan Imaamichaas babal'atee daran biyya keessatti dhagahame,
ta'us mootichi(Sulxaan) Abubakar jaalala isaaf babal'ate kana hin feene, isaan loluuf murteeffate, waraan inni qindeesserratti lola bane, Imaamichas reebutti ka'e, booda Ulamaa'onni fii beektonni islaamaa akka jiddu jaraa walii galteen uumamu godhan, Imamu Ahmadis seerri shari'aa islaama akka eeggamuuf walii galamus yeroo murasa booda badiin heddummatuun bakkuma duritti deebi'e, Mootichis imamu Ahmadiin weerare, imamichis loltootasaa fudhatee wal waranutti seenanii, boodarra Abubakar ajjeefamee, Imaamu Ahmadis achuma Obboleesaa mootichaa "Umaruddiinii" kan jedhamu Aangoo aakka qabatu godhe,
Yeroma kana ammas "Daglahaan" kan jedhamu soddaan Astee "Libna Dingil" Adoolessa 18 bara 1525, Adalitti duulee waraan cabsee qabate, Imaamu Ahmadis Harariin keessatti waraan isaa gurmeessuun yeroo lammaffaf bakka "Diir" jedhamtu (Naannoo Dirre dawaa) har'aa keessatti waraan Daglahaaniin walitti dhufuun ammas Imaamni irra aane, Boojuu baayyees argate, Itti fufee gara naannoo Sumaalee deemuudhaan nageenya ummataa tasgabbeesse, Hawasa muslima faca'es walitti gurmeesse kaa'e,
Umrii wagga 21tti Imaamu Ahmad waraana kana fudhatee bara 1527 hijra 934tti Abbaa mirgaa tahuun magaalaa Harar seenuun Humna waraanaa kana cibirraa cibirraan qoqqoodee qindeesse, Toofta asiin dura diinni bakka isaan jiranitti lolamuun ture amma kallattii jijjiruun, Amman booda lolli godhamu ganda muslimaatti osoon taane Bulchiinsa Atsee keessatti akka tahu murteessuun kanaaf qophaahe, "Amiir Huseen Altaaguriitiin" Kan hogganamu waraana fardaa fii lafoo, Alaaba halluu Adiif diimaa qabsiisun kallattii tokkorra bobbasee, cibirra biraas kan waraana lafoo kuma torba hogganamu qindeesse, Ufiifis kan hogganu Abbootii farda 200 fi waraana lafo heddu hiriirsisuun bobba'e,
Sana booda gara "Dawwaarootti" bobba'ee lolee cabsee,milkiin irra aanee, biyyatti gabrummaa Atsee jalaa bilisoomse, yeroo kana Haati warraa Imamu Ahmadis "Baatii Dil Wanbaraa"n kutattee waliin bobbaate,........itti fufa, yeroo itti aanutti, Lola beekamaa "Shinbura quree" laalla#Share guchuun seenaa dhugaa wal haa qabsiisnu. Join

waa'e Yuniformi baratoota shamarran Muslimaa
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@
#Ahmadin Jebel
Bulchinis magaala finfinne barattoota magaalicha kessati barataniif Yuniformi qopheessaa akka jiru yeroondhagahu baati tokko dura injinar takala Umaadhaaf waa’ee yuniformi baratoota shamaran muslimaa yeroon akka itti yaadan alan ibsuufi isaanis nuhuu itti yaadnee jira jedhani . Koree yuniformii qopheesuufi dizayini godhu kessas muslimonni akka jiran ibsaniru.
Dizaynaronni muslimaa yuniformi shamaran Muslimaaf akka qophessan akka godhamee ibsaniru. Harras toora facebooka irratti komi waa’ee uffata yuniformi gabaabachu fi shamaran muslimaa ilaalchisee waan bareefamaa jiru irra ka’e yoon Injinar takala uma gaafadhu, Yuniformiin baratoota Shamaran Muslima akka hodhameefi, Yeroo hodhamaa jirus dhaqanii akka daawwatan Injinar taakala ibsaniru. Dogogoraan barattonni shamaran Muslimaa yoo Yuniformi gababaan kennameefi akka jijjirachu danada’ani ibsani koreedhaaf bor ganama ajaja akka dabarsanus naaf himaniiru.Garu baratoonni hijaaba ofumaa

seenaaarraa waa baradhu
zamana nabi issaa keessa kan argameedha .
kutaa duraa 🥪 🥪🥪 🍔🍔🍔
✅seenaan kun akka ganuu hin dalayne si barsiisa : suuta dubbisi
✅akkana jedhame : gaaf tokko nabi iisaan imala bahuuf jedhee siinqii daabboo tokko qabatee manaa bahe jedhan , booda osoo deemuu nama akka isaa imala deemuun wal arganii waliin waahiloomnee haa deemnu erga waliin jedhanii booda , namichi siinqii daabboo lama qabatee manaa bahe , booda yeroo daabboon nabi iissaa tokko ta'uu arge , baay'ee gaabbee garuu obsee tuma waliin deemee , sammuu isaa keessa mala baasaa deema .
✈️booda biyyarraa fagaatanii yeroon salaataa gahee jennaan nabi iissaan daabboo ofii itti kennatanii gama salaata deeman , namichaan kun yeroo kana daabboo ofii keessa tokko nyaatee eegeen , booda nabi iissan yero dhufe nyaata nuu dhiyeessi jehdaniinii waliin nyaatanii , yeroo quufan nabi iissan " sila reefu daabboon kee lama ture tokko eessa keette jedhanii gaafatan , namichi waakkatee " lakki ani durumaa daabboma tokkoon manaa bahee hin beeku jedheen .
booda nabi iissan akka inni daabboo lamaan manaa bahe waan beekaniif booda suutumaan addaan baafadhaa jedhanii deemsa ofii itti fufan ,
booda deemanii fagaatanii biyya wahii seenanii siinqii qabanis fixanii , beelli itti heddumaatee booda nabi iissaan gadamsa wahii ofitti waamanii , gadamsi fiigaa dhufee ciibsanii qalanii foon waddanii waliin nyaatanii , erga quufanii booda namichaan akkana jedhan " rabbii akkanatti gadamsa kana nuu laaffisee qalannee nyaannetti kakadhuu ati daabboo tokkoon manaa baatee jedhaniin , namichis waakkatee ( eeeee ) daabboma tokkoon manaa bahe jedhe , ammas ittuma dhiisanii deemsa ofii itti fufan
seenaan hin xummuramne ............. itti fufa
filannoon keessan https://t.me/Alrisala1
https://t.me/Alrisala1
zamana nabi issaa keessa kan argameedha .
kutaa duraa 🥪 🥪🥪 🍔🍔🍔
✅seenaan kun akka ganuu hin dalayne si barsiisa : suuta dubbisi
✅akkana jedhame : gaaf tokko nabi iisaan imala bahuuf jedhee siinqii daabboo tokko qabatee manaa bahe jedhan , booda osoo deemuu nama akka isaa imala deemuun wal arganii waliin waahiloomnee haa deemnu erga waliin jedhanii booda , namichi siinqii daabboo lama qabatee manaa bahe , booda yeroo daabboon nabi iissaa tokko ta'uu arge , baay'ee gaabbee garuu obsee tuma waliin deemee , sammuu isaa keessa mala baasaa deema .
✈️booda biyyarraa fagaatanii yeroon salaataa gahee jennaan nabi iissaan daabboo ofii itti kennatanii gama salaata deeman , namichaan kun yeroo kana daabboo ofii keessa tokko nyaatee eegeen , booda nabi iissan yero dhufe nyaata nuu dhiyeessi jehdaniinii waliin nyaatanii , yeroo quufan nabi iissan " sila reefu daabboon kee lama ture tokko eessa keette jedhanii gaafatan , namichi waakkatee " lakki ani durumaa daabboma tokkoon manaa bahee hin beeku jedheen .
booda nabi iissan akka inni daabboo lamaan manaa bahe waan beekaniif booda suutumaan addaan baafadhaa jedhanii deemsa ofii itti fufan ,
booda deemanii fagaatanii biyya wahii seenanii siinqii qabanis fixanii , beelli itti heddumaatee booda nabi iissaan gadamsa wahii ofitti waamanii , gadamsi fiigaa dhufee ciibsanii qalanii foon waddanii waliin nyaatanii , erga quufanii booda namichaan akkana jedhan " rabbii akkanatti gadamsa kana nuu laaffisee qalannee nyaannetti kakadhuu ati daabboo tokkoon manaa baatee jedhaniin , namichis waakkatee ( eeeee ) daabboma tokkoon manaa bahe jedhe , ammas ittuma dhiisanii deemsa ofii itti fufan
seenaan hin xummuramne ............. itti fufa
filannoon keessan https://t.me/Alrisala1
https://t.me/Alrisala1
Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Oromoof gammachuu guddadha. Rabbiin tokkummaa nuuf haa dabalu ammas
👆
Paartileen siyaasaa Oromoo qindoominaan hojjechuuf waliigalan.
***************************** @Alrisala1
Muummee ministiraa, dura taa'aa ADWUI fi ODP Dooktar Abiy Ahimad, ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa fi itti aanaa dura taavaa ODP Lammaa Magarsaa, hayyu duree ABO obbo Daawud Ibsaa, dura taa'aa KFO Proofeesar Mararaa Guddinaa, dura taa'aa ADO obbo Leencoo Lataa, fi hoggansi biroon argamaniiru.
Dooktar Abiy waltajjicharratti haasaa taasisaniin walajjeesuu fi walarrabsuun siyaasa jaarraa kanaaf gitu miti, siyaasa keenya yaa ammayyeessinu, teenyee yaa marivannuun dhaamaniiru.
Gaaffileen Oromoo waggaa 30 fi 40n duraa amma akka gaaffii haaraatti ka'uu hin qaban, amma biyya ceesisuurratti yaa xiyyeeffannu jedhaniiru. Mariin guyyaa lamaaf Hoteela Skaay Laayititti taa'amaa ture, dhumarra firii buusuusaa Dooktar Abiy galateeffataniiru.
Filannoon itti aanu ifa, demokraatawaa fi bilisa ajka ta'u takkaa hin shakkinaa jedhaniiru. Paartileen siyaasaa mariidhan walitti dhiyeenyan hojjechuu qabanis jedhan. Xumura marichaarratti ibsi waloo laatamee, Gaaddisni Hoggansa Oromoo uumameera. Gaaddisichi paartileen Oromoo qindoominaan akka hojjetan, waldhabbiin yoo jiraate mariidhan akka hiikkatu ni hojjeta jedhameera. Walitti bu'iinsi naannichatti miidhaa qaamaa, lubbuu fi qabeenyaa qaqqabsiise akka dhaabbatuu fi nageenyi akka bu'u, tumsaan hojjechuuf waliigalamee waamichis dhiyaatera. Hoggansi paartilee sanadoota waliigalteerratti mallatteessaniiru.

✔SEENAA"IMAAMU AHMAD (Ahmad giraany" kutaa afraffaa (4ffa) geenye, akkuma beellama keenyaa har'a Lola beekamaa kan "SHUMBURAA QOREE" ilaalla, hanga xumuraatti dubbisi,
⤵⤵⤵⤵ @Alrisala1 ⤵⤵⤵
⏩Imaamu Ahmad lola hedduu loluun injifannoon irra aanaa dhufe, garuu Duulli guddaan Seena qabeessa ta'ee fii Muslima Ethiyopia mataa ol qabachiisee bulchiinsa Atse "Libna Dingil" mata gad qabachiise lola 'Shunbura Qoreeti", Iddoon saa "Adaamaa fii Bishooftuu" jiddutti kan argamtu naannoo laga Mojoo keessatti, Imaamu Ahmad waraana saa gurmeessee lolaa dhufuun "Ziquwaalaa" bakka jedhamturraa ka'ee gara naannoo laga "Mojootti" bobba'e, Bitootessa 7 bara 1529 imaamichi bakka waraanaaf mijataa ta'e laga "Shunbura Qoree" qubachiise,
Yeroo kana waraannii fii Atseen Libna Dingilis, kana dhagayuun, Muslomtoota kanaa fii Imamu Ahmadiinis lafarra fixa jechuun, hoomaa waraanaa guddaa ta'e qopheessun bitootessa 11-1529 tti mojootti faana bu'uun bira gahe, Atse "Libna Dingil" waraana Abbootii fardaa kum kudha jaha (16,00), kan lafoo kum dhibba lama(200,000) fidee diriirsee dachii dukkaneesse,
Imaamu Ahmad garuu, waraana abbootii fardaa 560 fi kan lafoo kum kudha lama (12,000) qofa hirmaachisuun, kana jechuun waraanni muslimaa tokkichi loltoota kiristaana atsee 17 n wal qaba jechuudha, Ayyaa gootummaa yeroo sanii❗
Imaamu Ahmadii fi muslimtoonnis baay'inna waraana isaa hagana gahu osoo hin bir'atin rifaatuu tokko malee ittiin loluuf qophaahe, Jihaanni jalqabuuf dhihaate, waraana Imaamaa keessee gareen Da'waa lallabbiin muslimoota kakaasuu eegalan, maalumma jihaadaafii sadarkaa shahiidummaan qabdu ibsuun, obsaa fii kutannoon onnee mujaahidootaa guutan,
Yeroo kana hamileen muslimootaa guutuun "Lola haa eegallu" jechuun Imaama gaafatan, Imaamni garuu "Bakka keessan qabadhaa dhaabbadhaa, hanga jarri tarkaanfii fudhatanitti, meeshaa keessan qopheeffadhaa, Zikriis godhaa" jechuun waraan hubachiisan, ufii isaatis"Yaa Allh hunda keenyaafuu warra obsaan Diinii keetiif qabsaa'ee injifatu nu taasisi" jedhee rabbiin kadhate,Yeroon Waraanaas ni gahe, waraanni atsees qoqoophahe dhiichise,
Waraanni Atsees akkuma Aadaasaa Muslimootarratti tarkaanfii Eegale, Achumaan lolli jalqabee gama lachuun fuula walitti deeffate, Xiyyi samiirra wal qaxxaamure, Qarri seyfii wal qaruun jalqabe, Waraanni atsee baayyee jabaatee miidhaa jabeessee uf dura tarkaanfate Injifachuuf dhihaate, muslimoonni kumani sadi ni wareegaman, warri hafanis uf duuba deebu'uuf dhihaatan, Haa ta'u malee hoggantoonni lolaa kallatti bitaaf mirgaan jiran kan akka "Mattaan Bin Usmaan, Ahmad Giirr, fi Alii Maad" jedhamn faa, hunduu iddoo jaraarraa osoon socha'in murannoo Ajaaibaatiin irratti cichanii lolaa turan, waraana baay'ina hagas gahuu uf duuba deebu'uun hin jiru, Lollis akka jabaa hammaachaa deeme, dhukkeen hawaa haguugee waraannuu addaan wal baafachuun ulfaate,....... Boodahoo maaltu ta'e⁉➘ obsaan nu eegaa itti fufa. By @Nasriman
Hangasiif #Share gochuun waliifis dabarsi, Join

...
#حقيقة_الإيمان 🍃
🍃 قال رسول الله ﷺ:
"إِنَّ لِكُلِّ شَيْءٍ حَقِيقَةً، وَمَا بَلَغَ عَبْدٌ حَقِيقَةَ الإِيمَانِ حَتَّى يَعْلَمَ أَنَّ مَا أَصَابَهُ لَمْ يَكُنْ لِيُخْطِئَهُ، وَمَا أَخْطَأَهُ لَمْ يَكُنْ لِيُصِيبَهُ".
📚 رواه أحمد

xummura seenaa
namichis waakkatee ( eeeee ) daabboma tokkoon manaa bahe jedhe , ammas ittuma dhiisanii deemsa ofii itti fufan
booda deemanii fagaatanii daangaa biyya wahii gahanii yeroo jedhan laga guddatti dhufanii karaa ittiin ce'an dhabanii rakkatan , booda nabi iissaan rabbiin laaffisee fii laguma kana akka lafatti irra waliin dabran , namichis isuma waliin osoo sodaatee of jala laalu dabran , ammas nabi iissaan gaafatanii " rabbii akkanatti laga kana lafa nuu godhee irra ceetetti kakadhuu, ati dhugumaan daabboo tokko qabattee manaa baatee jedheen , namichaan " (eeeeeeeee ) ani daabboo tokko malee hin beeku jedhee , booda cal'isee deemanii biyya takka yeroo seenan dhagaa gurguddaa saditti dhufan , yeroo isaan deemanii bira gahan dhagaan sadanuu warqii gurguddatti jijjiirame , booda nabi iissaan anis gama biroo deemaa amma mee warqii tana addaan haa qoodamnu jedheen , booda yeroo qoodaman
🏆warqiin tokko kiyya
🏆warqiin tokko keeti
🏆warqiin tokko kan nama daabboo keenna nyaateeti , jedheen
amma namichi gammadee ana anatu nyaatee jedheen , amma namichi sababa warqiin argamteef of saaxile , waan duniyaan nama gootu dhagayaa mee duuka bu'aa ......
booda nabi iissaan akkana jedhaniin " ani nama akka keetii ganuu dalagu waliin deemuu hin fedhuu , ati nama namummaa qabuu mitii warqii sadanuu fudhadhuu jedhanii biraa taran , booda namichaan osoo warqii kana olii gadi oofuu .... loii gadi gangalchuu baachuu dadhabee osoo waliin rakkatuu namoonni sadi itti dhufan , mee na gargaaraa warqii tana irraa isinii qoodaa jedheenii .... isaanis isa waliin olii gadi gangalchanii baay'ee beelaawanii nama tokko of keessaa erganii deemi nyaata nuu bitii jedhaniin , booda namichi nyaata bituu deemee , namoonni sadan warqii biratti hafan wal mari'atanii akkana waliin jedhan " nuti amma nama afurii garuu warqiin qabnu sadihii , namicha nyaata bituu deeme akkuma inni dhufeen dhoynee haa ajjeefnu jedhanii mari'atan , kan nyaata bituu deemes lubbuu ofii keessa ani isaan kana akka godhe godhee yoo ajjeese warqii kana adda tiyya fudhaa mii jedhee yaade , booda mala baase , nyaata bitee summii bitee itti naqee fidee dhufee , isaan sadan yeroo inni fidee dhufe dhahanii ajjeessan , booda nyaata fuudhanii nyaatanii , isaan sadanis achitti hunduu dhuman , akkasitti isaan hunduu dhuman jedhama .
seenaa kanarraa waa heddu hubadha
from :✔️✔️✔️ مركز الرسالة الانسانية ☑️☑️☑️

#Respect| «Imran Khan»
Ordogaan Lammaffaa...
@Alrisala1
Gootichi Muummichi Ministeera Paakistaan Imran Khan Mootolii Awurooppaa Fi Ameerikaaf Ergaa Ajaa'ibaa Haala Armaan Gadii Kanaan Dabarsee Jira
"Mootolii Awurooppaa Fi Ameerikaa Wantin Gaafadhu Yoo Jiraate Maaloo Finxaaleessitootaa Fi Muslimoota Raadikaalii Jettanii Yakkamtoota Mara Amantaa Kabajamaa Kana Waliin Wal Hin Qabsiisinaa, Amantaa Mara Keessa Namni Badii Hojjetu Nii Jiru Warri Kun Amantaa Bakka Bu'uu Hin Danda'an
Biyya Newzealditti Hawaasa Muslimaa Masjiida Keessatti Salaataa Jiru Kan Rasaasaan Fixeen Finxaalessa Awustaraaliyaa Malee Finxaalessa Kiristaanaa Jedhamee Jiraa?
Hawaasa Muslimaa Kashmiiriin Badii Tokko Malee Kan Daguuggaa Sanyii Irratti Hojjetaniin Finxaaleessitootaa Hindii Malee Finxaaleessitootaa Amantaa Hinduu Jedhamee Jiraa?
Filisxeenota Weeraranii Kan Ajjeesaa Jiran Israa'ilota Malee Finxaaleessitootaa Amantaa Jiiwish Jedhamee Jiraa?
Haa Ta'uutii Yeroo Namoonni Muslimaa Qubaan Lakka'aman Badii Tokko Geggeessan Maaliif Finxaaleessitootaa, Ashabbaarii Muslimootaa Jedhama?
Gariin Immoo Ergamaa Kabajamaa Nabi Muhammad SAW Irratti Qoosa, Maaloo Nabiyyii Keenya Irratti Hin Qoosinaa, Waan Tokkollee Isinitti Fakkaachuu Danda'a Onnee Keenya Keessaa Garuu Bakka Guddaa Kan Qaban Nabiyyii Kabajamaa Dha
Waraqaa Gaazexaa Irratti Fakkii Cartoon 'n Rasuula Keenya Fakkeessitanii Nurratti Qoostu Yeroo Addunyaan Islaamaa Aariin Oonnatee Mormiif Ba'u Muslimoonni Wal Danda'uu Fi Obsa Hin Qabdan Nuun Jettu Garuu Isintu Ergamaan Kabajamaa Keenya Nabi Muhammad Nuuf Maal Akka Ta'an Hubachuuf Qorannoo Hin Geggeessine
Dhimma Hitler Israa'iloota Jiwishoota Irratti Daguuggaa Sanyii Raawwate Irratti Akka Namni Tokko Hin Qoosne Seera Dhorku Baastanii Dhirkitu Dhuguma Gadda Namaa Irratti Qoosuun Sirrii Miti Akkuma Kana Yeroo Nabiyyii Keenya Nabi Muhammad SAW Xiqqeessanii Irratti Qoosan Gadda Wal Fakkaataatu Nutti Dhaga'ama Kanaaf Miira Keenya Hin Miidhinaa Jaalallee Keenya Nuuf Kabajaa
Xumura Irrattis Amantaa Islaamaa Ammayyawaa Fi Kan Hin Ammayyaawiin Wanti Jedhamu Hin Jiru, Amantaan Islaamaa Kan Hin Jijjiiramne Kan Hin Haaromne Amantaa Barabaraati"
Jedhee Dubbii Isaa Xumure

Oduu Gammachiisa
@Alrisala1
BMN Oromiyaatti,
Dhiha kibbaa Oromiyaa Godina iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuu keessatti kolleejjiin Islaamaa ijaaramuu eegalamee jira"Iluu Abbaa Booraa Islamuc Collage" kan jedhamu kun ijaarsa jalqabame kana bakkaan gahachuuf yo Rabbi jedhe A.L.E 1/6/2011tti Konferensiin Galii walitti qabuu Ulamaa’otafii Daa'iiwwan gurguddo kan hirmaachisu qophii isaa xumurachuuirra jira. Kanaafis Abbaan Rabbiin Laaffiseef waan humna isaatiin akka qooda erraa fudhaa jenna.
share waliif gochuunis qaama gargaarsaati.
Koree ijaarsa kolleejjii magaalaa Mattuu.

🛫 placementiin barattootaa haaraa bara 2012 guyyaan ifa itti ta'uufii yeroon isaa akka miidiiyaaleedhaan ibsamu himame.
hanga sanitti obsaan eeggadhaa.
Source: TikvahEt
@Alrisala1
hanga sanitti obsaan eeggadhaa.
Source: TikvahEt
@Alrisala1
Yaa warra Ilmaan waaqoo Guutuu
Yoo Nuti Ilmaan Waaqo Guutuuti ofiin Jenne!
Waaqo Guutu...irreecha deeme?
Aliyyi Cirrii Irreecha Deemee?
husen Bunee irreecha deeme?
Haaji aadam Saaddo Irreecha Deemee qabsaahe????
Yoo Hin deemne tahe ...........Nuti Waan Jara Himannuuf Hin qabnu!
Akkasi it's enough guy's. (AJ)
👉👉👉 Boriii Keetiif Yaadi

Qabxiin seensa Dhaabbata Barnoota Oogummaa, leenjii fi Teekniiki bara 2012 ifoome
@Alrisala1
Ejeensi Barnoota Oogummaa, leenjii fi Teekniiki bara barnoota 2012 Qabxiin seensa Dhaabbata Barnoota Oogummaa, leenjii fi Teekniiki bara 2012 ifoomseera.
Bu’uuruma kanaan:
Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa
Kutaa 10ffaa kan xumurtan
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.57 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.43 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.43 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.29 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 1. 14 fi qabxii ibsame kanaa gad
Sadarkaa 3ffaa fi 4ffaa
Kutaa 10ffaa kan xumuran
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.71 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.57 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.57 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.43 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 1.29 fi qabxii ibsame kanaa gad
Seensa barnoota olaanoo kutaa 12ffaa kan fudhatan
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 134 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 129 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 129 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 124 fi qabxii ibsame kanaa gad
- Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 99 fi qabxii ibsame kanaa gad
Sadarkaa 5ffaa

- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 135 fi qabxii ibsame kanaa ol
- Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 130 fi qabxii ibsame kanaa ol
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 130 fi qabxii ibsame kanaa ol
- Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 125 fi qabxii ibsame kanaa ol
- Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 100 fi qabxii ibsame kanaa ol

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM