AL-RISALA HUMANITY CENTER
3.25K subscribers
1.43K photos
33 videos
23 files
925 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
Yeroo jalqabaaf sirna awwaalchaa kan ilma namaa barsiise eennu______?
Anonymous Quiz
3%
Jinnii 😈
88%
Harragessa 🐧
9%
Malaa'ikaa 💡
صورة اليوم
نحن أمة إذا اعطانا الله سجدنا ، وإذا منعنا حمدنا وما النصر إلا من عند الله 🇲🇦
#Morocco 🇲🇦

@Alrisala1
➛ Sahaabota armaan gadii keessaa, kan malaa'ikaan irraa saalfattu eennu____?
Anonymous Quiz
69%
Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)
15%
Hanzalaa (Radiyallaahu anhu)
16%
Zeydi binu Saabit (Radiyallaahu anhu)
Gumaacha guyyaa jum'aa

Miidhama Nama tuffatamee beekuu yoo barbaadde
Warroota osoo dandeettii qaban tuffataman gaafadhu ,
Jechaan osoo hin taane Imimmaaniin siif deebisan .

@Alrisala1
Suuraa Qur’aanaa keessaa, suuraan guutumatti qubee miim (حرف الميم) uf keessaa hin qabne, suuraa tami____?
Anonymous Quiz
11%
Suuraa Annaas /سورة النّاس
78%
Suuraa Kowsar /سورة الكوثر
11%
Suuraa Masad /سورة المسد
Afshin Ismaeli nama gabaabaa addunyaa kanaa tahuun Riikardii cabse.

Guyyaa December 13 akka Guinness World Records gabaasetti, lammiin Iiraanii namni Afshin Ismaeli ja’amu gabaabaa namaa tahuu ifoomsan.

Dheerinni nama kanaa 65.24cm (faanta Lamaafi Iinchii 1.68 jechuudha). Umriin isaa ammoo ganna 20.

Bara 2020 keessa Riikardii kana duraa kan cabse lammii Kolombiyaa nama Edward Niño ja’amu ture. Dheerinni Edward 72.1cm hoggaa tahu, dargaggeessa ganna 29ti
Bineensota armaan gadii keessaa, bineensi dhakaa irraa uumame bineensa kam________?
Anonymous Quiz
14%
A) Arba Abrahaa
76%
B) Gaala Nabiyyallaahi Saalih (Aleyhissalaam)
11%
C) Harraagessa
𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐢.

𝐈𝐥𝐦𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚:- Ilmi Namaa uumama rabbiin kabajee uume Waan ta’eef kabaji.

𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐅𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚:- Jara Kana Lamaan Rabbiin Waan Sadarkaa Isaanii Ulfeesseef, Atis Kabaji.

𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚:- Namoota Jireenya Keessatti Waan Gaarii Si barsiisan kabaji.

𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢:- Dubartiin Amaanaa Rabbii Waan Taateef Kabaji. Amaanaa Rabbii Hin Nyaatin.

𝐇𝐨𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞:- Namni si Hoogganu Beekkumsaa Fi umriinis sii gadi Yoo ta’e kabaji. Isa kabajuu keessa kabajaan Kee jira.

𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢:- Amantii Keetii Fi Kan Nama biraatis kabaji. Ayyaana wajjiin kabaji Siin Hin jenne.

𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨:- Yeroon Meeshaa Qara qabu Waan ta’eef kabajaan itti fayyadami ykn kabajaa sirraa mulqa.

𝐎𝐥𝐥𝐚𝐚:- Ollaan Kee qabaataas ta’u hiyyeessa siif gaaddisa rakkoo Waan ta’eef kabaji.

𝘼𝙣𝙖𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙔𝙤𝙤 𝙨𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙏𝙤𝙡𝙚 𝙆𝙖𝙗𝙖𝙟𝙞, 𝙃𝙤𝙢𝙖𝙖 𝙨𝙞𝙣 𝙆𝙖𝙛𝙖𝙡𝙘𝙝𝙞𝙞𝙨𝙪.
By Abdunasir Tufa.
Nabiyyoota armaan gadii keessaa, kan qurxummiidhaan liqimfame nabiyyii kam______?
Anonymous Quiz
3%
A) Aadam (Aleyhissalaam)
8%
B) Huud (Aleyhissalaam)
89%
C) Yuunus (Aleyhissalaam)
#Qaadii_ykn_Abbaa_Murtii_Ajaa'ibaa.
*********

Namichatu saree qabrii namni itti awwaalamutti awwaale.
Ummannis bahanii qaadiitti himatan, Qaadiinis namicha saree qabrii namaatti awwaale mana murtiitti dhiheesse.

#QAADII :- Abboo maaliif saree qabrii namni itti awwaalamutti awwaalte
#NAMICHA:- Sareettu qabrii namaatti na awwaali jedhee natti dhaamate 😁
#QAADII:- Seera dura dhaabattee nutti qoostaa mana hidhaa si galcha.🤒
#NAMICHA :-Ammallee Diinaara 1000 akka siif keennu natti dhaamee jira.😋
#QAADII:- Rabbiin rahmata isaaf haa godhu saree akkam gaariittuu du'e 😭
▶️ Ummanni jecha qaadiin jedheefii sa'aa muraasa keessatti jijjiiramuu isaa hedduu ajaa'ibsiifatan.

Qaadiin itti aansuun akkana jedhe " Dhimma saree qabrii namaatti awwaalamee kana sirritti waan laallee jirruuf sarichi sanyii saree warra #As-haabul_Kahfii/أصحاب_الكهف tahuu hin oolu kanaaf qabrii namaatti awwaalame " jedhee namicha saree qabrii namaatti awwaale yakka hin qabduu deemi ati bilisa jedhee gadi dhiise.

Ummannis murtii Qaadiin kennette baay'ee aaranii bahanii deeman.

Murtii qaadii irraa #wanti_barannu namni mallaqaaf jecha dhugaa ummata guutuu akka dhoysu irraa baranna
Yaa allaah warra aangoo isaatti fayyadamee kan mallaqaaf jecha haqa ummataa jallisu nurraa qabi.
Nullee warra dhugaa qabatee jala deemu nu godhi
https://t.me/Alrisala1
#Ija_Qabdaa_?

Ija /budaa fi falfala adda addaa yoo qabaatte, adeemsa armaan gadii kana hordofuu qabda. Isaanis :

➛ Suuraa faatihaa yeroo 7 qaraata,
💠 الفاتحة7 مرات
➛Aayata Kursiyyii yeroo 3 qaraata,
💠 اية الكرسي 3 مرات
➛ Suuraa Iklaas yeroo 3 qaraata,
💠 الاخلاص 3 مرات
➛ Suuraa Falaq yeroo 3 qaraata,
💠 الفلق 3 مرات
➛ Suuraa Naasis yeroo 3 qaraata
💠 الناس 3 مرات
➛Aayata armaan gadii kana yeroo 21 bishaanitti qaraata
💠 وآية "فَقُلْنَا اضْرِب بِّعَصَاكَ الْحَجَرَ ۖ فَانفَجَرَتْ مِنْهُ اثْنَتَا عَشْرَةَ عَيْنًا" 21 مرة.

Suuraawwan kana bishaanitti erga qaraatee booda, Yeroo hundaa akka nama kiniina fayyadamuutti irraa dhugda, yoo dandeesse guyyaa guyyaadhaan irraa dhiqatta....
تشرب منه باستمرار، وتغتسل يوميا منه.🍃🌸

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
#Dhiibbaa_ijji_qabu_beektuu_laata_?
#Share👇
👁1ffaa : Irra hedduun keenya sababa ijaa mana yaalaa fi boolla keessas ciisaa jira.
👁2ffaa : ijji tuni namaa fi beeyladoota irrattis dhiibaa guddaa...hanga du'atti qixxaahu takka irra geessuu dandeessi.
👁3faa : Gaara gubbaa nama gatti jedhan...kunis Hadiisa Rasuulaa irraa (SAW) kan fudhatameedha
👁4ffaa : Ijji dhugaadha!, Osoo wanni Qadara dursee nama tuqu jiraatee, silaa ijatu nama tuqa jedhan.
👁5ffaa : Daftee lubbuu namaa baasuu hunda dandeessi [hanga dhukkuba biraatiif abdii qabdu, ijarra abdii hin eeggatin]
👁6ffaa : Qaama daa'immanii keessa dandeettii daftee seenuu qabdi.
👁7ffaa : Nabiyyallaahi Yaaquub (AS), ijoollee isaatiif ija sodaatee.."Yeroo misra seentan balbala takkaan hin seeninaa!"..jedheenii ture.
➛ Isaan ijoollee 11 abbaa tokkorraa daraaran waan taheef ijaaf sodaateen.
👁8ffaa : "Ijji /budaan dhugaadha...." Rasuula keenyarraa (SAW).
👁9ffaa : " ija irraa mangafadhaa...ijji dhugaadhaa..." jedhan Rasuulli keenya (SAW).
👁10ffaa : Ijji dhibee...dawaan isaa mana yaalaatti baay'ee hin argamneedha.

#Itti_fufa👇
https://t.me/tafak_or
Gumaacha guyyaa jum'aa

Wanta Haalli /yeroon sitti fide hundaayyuu fudhadhu, garuu wanta sitti dhufe sana haalatu natti fide moo anatu ofitti fidee jedhii adda baafadhu.

Oooltiin keessan gammachuun haa guutamu.

@Alrisala1
Jawar Mohammed fi Kitaaba isaa!

Ilmi namaa sababa malee hin dhalatu. Sababa malees hin du'u. Laafus lafee ta'us lafa kanarrattis hin hafu.
Sammuun ilma namaa kamiyyuu kitaaba tokko of keessaa qaba. Garuu namni hedduun kitaabicha osoo baasee hin barreessin du'a.Kennaa wajjiin dhalate fudhatee waliin godaana. Warri akkasii sammuu dukkanaa'u qaban. Ifti uumamaa kitaaba isaanii itti hin mul'isu. Yaanni isaanii gurraacha. Galaana wallaalummaa daakaa du'u.

Namoonni muraasni Kitaabicha baasanii dhalootaaf galaa kaa'u. Kitaabni isaanii dungoo ifa kennu taha. Ifti sunis barootaaf ifa malee dafee hin dhaamu. Ifaan kitaaba namoota akkasii irraa ifa laatus ofiif baqee qaama biraaf ifa laata. Namoonni akkasii hayyoota dhugaati. Warra hayyummaa carroomanii dha. Warri akkasii Addaa fi Addunyaas qabaatu. Sabnis ni jaalata. Kitaaba isaa dubbisee jala hiriira. Nama akkasiitu waan dhalateef beeka. Waan beekeef qoratee rakkoo fura. Yaadee fala hima malee yaadda'ee shira hin shiru. Beekumsaan xaxaa hiika malee wallaalummaan xaxamee hin kufu! Jawaar Mohaammad namoota akkasii keessaa tokko ta'uun arge. Namni kun yoo waa dubbatu yoomii fi eessatti akka dubbatu bareechee beeka. Waan dubbatuu fi maaliif akka dubbatus tartiibessee hima. Dhaabbatu halaalaa muldhata. Dubbatu laafaa jabeessa, gowwaa qaroomsa, kutannoo uuma. Xiinxallaan ammoo madaala qofa miti, bishaan jigeyyuu waan lafaa kaasu fakkaata!
Dhugumatti namoonni akka isaa Ardii kanaaf gatii waan kaffalaa jiraniif jabeeffatanii eeguu, ol kaa'atanii kunuunsuu, jachasaa dhageeffachuu fi kallattii inni kaa'urra imaluun saba baldhaa kana fayyada. Caalatti ammoo kitaaba jawaar haara'a ba'uuf jiru irraa waan baay'e barattu jedheen eega! Yoo wal dhageenye, wal kabajinee fi wal jala yaane salphumatti milkoofna.

Kanuma. Hayyuun akka jawaar yeroo hunda saba laafaa kanaaf hin dhalatu.
Turee akka carraa dhalata.
Rabbiin umrii nuuf haa dheeressuu!
#Ija_falfaltu [ Budaa ]

Namni ijaa waa qabu kuni, waan ilaalee argu san keessatti haalota 3 qaba. Isaanis:

1) Waan bareeda nama dinqisiisu wahii ilaalee yoo arge, erga argee booda garama isaa keessatti "wow" jedhee dinqisiifatee, osoo afaan isaatii waa hin bahin yoo deeme, ijji sun waan ilaale sana hin miitu. [Iznii Rabbiitiin)

2) Namtichi ijaa waa qabu kun, beekaas tahu daguudhaan erga argee booda yoo afaaniin waa dubbate, ijji sun iznii Rabbiitiin, waan arge sana miidhuu dandeessi.
#Hubachiisa : Afaaniin dubbachuu jechuun fkn : erga argee booda Mashallah jechuu dhiisee, akkam bareeddi yoo jedhe fi kkf.

3)  Yoo akkuma argeen maqaa Rabbii dhahe ykn barakaa kadhateef [Mashallah yoo jedhe ] iznii Rabbiitiin dhiibbaan ijaa suni nama ykn horii inni arge sana miidhuu hin dandeessu.

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
https://t.me/Alrisala1
#Jaarsi_kee_si_jibbaa____?

Abbaan manaa kee hanga fedhes si jaalatu, amaloota armaan gadii kana ati qabaannaan inuma sin jaalanne. Isaanis:

1) Komii fi himannaa baay'essuu,
كثرة العتاب
2) Shakkii heddummeessuu,
- كثرة الشك

3) Dogoggora isaa yeroo hunda irra deddeebi'anii yaadachiisuu,
- تذكيرة بأخطائه على الدوام
4) Dhiira biraatiin wal bira qabdee madaaluu,
-مقارنته بغيرة

5) kijiba.
- الكذب

Follow me👇
https://t.me/tafak_or
Haayyuu Namaati
🚦🚥🚦🚥🚦🚥🚦🚥🚦
BEEKAAN waan Barate Qoratee Rakkoo fura malee Rakkatee Hin Furamu .
🚥🚥🚥🚥🚦🚥🚥🚥🚥
BEEKAAN Yaadee fala hima malee Faalamee Shiraan Hin fudhatamu .
🚦🚦🚦🚦🚥🚦🚦🚦🚦
BEEKAAN Beekkumsaan xaxaa hiikaa malee Wallaalummaan xaxamee Hin kufu .
🪁🪁🪁🪁🪁🪁🪁🪁🪁
||• Namoota Akkasii keessaa kan Beektu Tokko Barreessi
🪡Osoo simayyuu taatee
_____
https://t.me/Alrisala1