###Keenna kunille ajaa'ibuma ta'e barana
Hiriira guyyaa hardhaa magaala Baale Roobetti taasifame irratti haala kanaan miidhame namni keenna waraana #Bilxiginna paartii tiin
@Alrisala1
@Alrisala1
Hiriira guyyaa hardhaa magaala Baale Roobetti taasifame irratti haala kanaan miidhame namni keenna waraana #Bilxiginna paartii tiin
@Alrisala1
@Alrisala1
Hiriirri iddoo biraatti godhamu hin tuqamne, kan Baalee Roobee mootummaan maaliif irratti xiyyeeffate, kun ifa gala, amma booda #BILXIGINNAA Baale jirtu hundeen buqqisuudha, Bulchaa Godinaa irraa kaasee hanga bulchaa dhaabaatti ummataaf osoo hintaane ummata irratti hojjatu.
Diinni keenna jaruma achi jirtuudha/ hojii diinni guddichi gubbaarraa itti kennu naatoo malee ummatarratti fe'u.
#Qabsoo jabaatu nu eeggata.
Diinni keenna jaruma achi jirtuudha/ hojii diinni guddichi gubbaarraa itti kennu naatoo malee ummatarratti fe'u.
#Qabsoo jabaatu nu eeggata.
Kan Gujii fi Wallaggatti
Nama nyaatu akka saree
Waraanni Bilxiginnaa
Kunoo Baalettis taree
...
Tumee dirmammeessee
Harka cabsutti ka'ee
Badhaadhina jechuun
Bineensummaa ta'ee?
...
Amantaa ofiif falmachuu
Yakka guddaa gootanii
Madeessitanii ajjeesuun
Noobeelii mootanii??
...
Bineensa malee maaltu
Foon laferraa luqqisaa?
Qaarriffaa hammeenyaa
Ga'ee nurraa buqqisaa!.
👇👇👇👇
@Alrisala1
@Alrisala1
Nama nyaatu akka saree
Waraanni Bilxiginnaa
Kunoo Baalettis taree
...
Tumee dirmammeessee
Harka cabsutti ka'ee
Badhaadhina jechuun
Bineensummaa ta'ee?
...
Amantaa ofiif falmachuu
Yakka guddaa gootanii
Madeessitanii ajjeesuun
Noobeelii mootanii??
...
Bineensa malee maaltu
Foon laferraa luqqisaa?
Qaarriffaa hammeenyaa
Ga'ee nurraa buqqisaa!.
👇👇👇👇
@Alrisala1
@Alrisala1
Harreen Haada kutte jennaan ofittuu Gabaabsite jedhan!!Taateen hardha shabaaba M.Roobeerraatti raawwatame kun WLH yoo nu cimse malee Of duuba nun deebisu.
Sababnisaas muslimnii fi mismaarri Adada Gad Dhahanii jabaataa deema.
Taatee hardhaa irraa waa irraa baradhu.yeroo itti Aanuuf qaama qofaan osoointaane bifa barbaachisaa ta’e hundaan Qophaahi.Garuu waa hunda dursitee ka irratti of qopheessitu niyyaa fi iklaasatu sirraa eeggama.ka hafee Atuu ni beyta maaliin Akka Qophoytu.
(من الإسلام إلم نكن نحن?)
(قدم للإسلام بقدر ما تملك!)
(Amantii keetiif Dursa kenni!)
{الآإن نصر الله قريب}
@keyruman======
Sheer sheer & join
👇👇👇👇👇

ከጎንህ ነን ጀግናችን ኡስታዝ አህመድን ጀበል
=============================
Nafxanyoonni guyyaan itti dhiye kanneen akka Zemedkun Bekele fi Yoni Manya goota keenya abbaa haqaa Ustaaz Ahimaddiin Jabal irratti olola jibbiinsaa kumaatama iyyuu yoo irratti gaggeessaa ooltee bultes Ustaazii keenya jaallatamaa onnee ummata Miliyoonotaa keessaa baasuu hin dandeessu.Oromoon daangaa hanga daangaatti osoo amantaan wal hin qoodin tokkummaan si waliin jiraa abshir hayyuu keenya.Masha Allah haqni ni injifataa.Share gochuun deeggarsa Ustaazii keenyaaf qabdanu agarsiisaa diina garaa gubaa.
👇👇👇👇👇join👇👇👇

🗡@namicha Abaaramaa kana Seeratti Nuu dhiyaachuu qofa miti, Sababbii balaa biyya tanaa kan ta'e mujrima kana tokko,
🗡👇👇👇👇
@Alrisala1
@Alrisala1
🗡👇👇👇👇
@Alrisala1
@Alrisala1
Guyyaa Har'aa Hiriirri Ummata Muslimaan akkuma itti fufetti jira.
Masjida 4 gubnaan Kallattii afurii oliin itti ka'aa jira ummanni. ANNASRU LIL ISLAM
Bale. #GOOBBA
👇👇👇 @Alrisala1
Masjida 4 gubnaan Kallattii afurii oliin itti ka'aa jira ummanni. ANNASRU LIL ISLAM
Bale. #GOOBBA
👇👇👇 @Alrisala1
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (A Ňásìr🏂)
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1-Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2-Da'awaa gabaabaa fi Seenaawwan barsiisaa ta'e laachuu
3-Nashiidaawwan haarawa qaqqabsiisuu
4- kaka'umsa hawaasa keessatti uumuu
Maarree ufii kee qofaaf itti fayyadamtaa? Yoo jaalattan hiriyoota keessanifi biraan gayaa
#share taasisaa,
Waan taasistanif galatoomaa
@Alrisala1
@Alrisala1
@Alrisala1
@Alrisala1
@Alrisala1
@Alrisala1
Join👆👆☪☪☪🔝🔝🔝
Join 👆👆ⓐ Ñâşìr Ĥ🏂:

#Silxe #Worabe
Silxee Woraabeettis guyyaa har'aa Poolisoonni naannichaa hiriira hawaasa Muslimaa kana bittinneessuuf yaalus dambaliin ummataa irra garagaluun hiriirichi milkiin xumuramee jira
"Wal argaan keenya gaafa Jimaataa hiriira biyyaalessaa haa ta'u" jechuun wal-beellamatanii adda faca'an
Maashaa Allah
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Alarisala1
@Arisala1
Share gochuun nu faaana turaa, Nus odeeffannoo jeruu isin dhaqabsiifna.