๐ฆ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ก ๐๐๐ ๐๐ ๐ง๐'๐จ๐
โYeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.
โWaan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
โAddunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
โBu'aa hatattamaa hin eegin.
โBalaa shallagame fudhachuu hin sodaatin.
โKufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
โItti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin.
โNama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
โMilkaa'ina namoota birootti hin aarin.
โNamoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin
โYeroo kee ofitti gaddun hin gubin.
โWantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasessin.
๐ #Itti_fufaa โ๏ธ
๐#followersโ๏ธ
๐ โค โ๏ธ
หกโฑแตแต สณแตแตแถแต หขสฐแตสณแต
https://t.me/samiriiyee
@Alim_best

Telegram
Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
Lubbuyyee
@Alim_best
@Alim_best
๐5๐1
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
Mammaaksa.
1,Waa sadi irraa waa sadi hin eegan
โHiyyeessa boonu irraa durummaa hin
eegan
โLola gowwaa irraa araara hin eegan
โDhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan.
2,Waa sadi waa sadiitu miโeessa
โNama duโe awwaalatu miโeessa
โIntala dubraa heerumaatu miโeessa
โKeessummaa galaatu miโeessa
3,Waa sadi dulluma quba hin qaban
โQeensa
โRifeensa ykn dabbasaa
โQalbii ykn lubbuu
4,Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti
โDurummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan
ofumaa dhufti
โFayyaa abbaatu kadhata dhibeen
ykn duuti ofumaa dhufti
โUlfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti
5,Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata
โYoo lafa qotu adurree fakkaata
โYoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata
โYoo iyyu maraattuu fakkaata
6,Korbeessi reโee waa sadi fakkaata
โYoo areeda laalan sheeka fakkaata
โYoo ofirratti fincaaโu saree fakkaata
โYoo hobobsu maraattu fakkaata
๐๐ทโค๏ธโค๏ธโ๏ธ
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best

๐5โค2
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ฎ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ง๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐๐ซ๐๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐๐.
โค๏ธโค๏ธ๐๐๐ท๐๐โ๏ธ
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
๐๐๐๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ฎ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ง๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐๐ซ๐๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐๐.
โค๏ธโค๏ธ๐๐๐ท๐๐โ๏ธ
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
๐5โค3
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
@Alim_best
@Alim_best
#xiinsammuu
kan yeroo hundaa kolfu beekumsa of dhoowwa.
-kan yeroo hundaa kadhatu kenna of dhoowwa.
-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
-Dubbachuun immoo gootummaa mitii!
Callisuun sodaaf miti !
-Kaayyoo kee hin dagatiin!
-DHaageesseef hin dubbaatin!
-Argaateedhaaf hin nyaatin!
-Waan xiqqoof hin gowwoomin!
-Iccitti kee hin himatin!
-Rakkoo kee hin dhokfaatin!
-Hirriyyaa kee hin tuffatin!
-Dhandhamachaa nyaadhu!
-Tilmaamatti dubbaadhu!
-Fakkeesitu hin ta'iin!
-Dhugaaf falmuu filaadhu!
-Baay'ee dhageefadhuu!
-Xiqqoo immoo dubbaadhuu!
-Kan namaa hin dubbatin!
-Kan kee hin dhisiin!
kan hin sodaatin kabajii malee!
-Ofi immoo hin tuffatin!
-Gowwaa namaan hin jedhiin!
-Beekaa ofi hin godhin!
-Amaantii kee kabajii!
-Kan nama hin tufaatiin!
Galatoomaa marree ergaa dubbistee sitti tolee booda hiriyoota kee kan jallattuuf #share godhii๐

#Gaafa_Imaluuf kaatee
Daandii dheeraa jalqabdee
Yaadadhu essaa kaatee
Eessatti akka dhaabbattee!
#Ani_essa deemuufan
Daandii kiyya jalqabee
Ammas maalin hojjedhaa?
Gaafan achi dhaqqabee!
#Hiriyaa_akkamii waliinan
Daandii koo qaxxaamuraa?
#Jedhiiti of gaafadhu
Deemsa jalqabuun duraa!
#Gafa_bakka_geesse moo
Na dhagahi dhaamsa koo
Akkaamiinan as ga'ee
Maal faa ture aarsaan koo?
#Malee_callisteedhuma
Yeroo kee hin godhin aarsaa
Kaayyoo kee yoo dagattee
Oolee bulee si xaarsaa!
Eessa ga'uufan ka'ee?
#Deemsa_koo daandii dheeraa
Jedhanii of gaafachuun
Ilma namaatiif seeraa!
Imaltuu qofa hin ta'in
Qilleensa taatee haftaa
Galma kee utuu hin ga'in
Akkamiin karaa raftaa?
โค๏ธโค๏ธ๐๐
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
Daandii dheeraa jalqabdee
Yaadadhu essaa kaatee
Eessatti akka dhaabbattee!
#Ani_essa deemuufan
Daandii kiyya jalqabee
Ammas maalin hojjedhaa?
Gaafan achi dhaqqabee!
#Hiriyaa_akkamii waliinan
Daandii koo qaxxaamuraa?
#Jedhiiti of gaafadhu
Deemsa jalqabuun duraa!
#Gafa_bakka_geesse moo
Na dhagahi dhaamsa koo
Akkaamiinan as ga'ee
Maal faa ture aarsaan koo?
#Malee_callisteedhuma
Yeroo kee hin godhin aarsaa
Kaayyoo kee yoo dagattee
Oolee bulee si xaarsaa!
Eessa ga'uufan ka'ee?
#Deemsa_koo daandii dheeraa
Jedhanii of gaafachuun
Ilma namaatiif seeraa!
Imaltuu qofa hin ta'in
Qilleensa taatee haftaa
Galma kee utuu hin ga'in
Akkamiin karaa raftaa?
โค๏ธโค๏ธ๐๐
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
โค4
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
#Figi_fiiguu dandeenyaan
Yoo dadhabdes tiradhuu
Garuu kayyoo imaltuuf
Daandii kee qajeelfadhu
Daandiin sitti dheeratee
Yoo qabaatellee gufuu
Iccitii milkaayinaatu
Rakkatan malee hin dhufuu
Rakkina keessa baasa
Daandiin milkiif qananii
Muldhata ofii dhugoomsuuf
Obsaan keessa taranii
Abdii kutattee hin taa'in
Muldhata kee ol keessee
Gaaf tokko galma geessaa
Obsaan hunda dandeessee!
Garuu Abdii kee kuttee
Hin maqin karaa biraa
Gaafa ati milkooftee
Seenaa kee himtu jiraa!
โค๏ธโค๏ธ๐๐
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
Yoo dadhabdes tiradhuu
Garuu kayyoo imaltuuf
Daandii kee qajeelfadhu
Daandiin sitti dheeratee
Yoo qabaatellee gufuu
Iccitii milkaayinaatu
Rakkatan malee hin dhufuu
Rakkina keessa baasa
Daandiin milkiif qananii
Muldhata ofii dhugoomsuuf
Obsaan keessa taranii
Abdii kutattee hin taa'in
Muldhata kee ol keessee
Gaaf tokko galma geessaa
Obsaan hunda dandeessee!
Garuu Abdii kee kuttee
Hin maqin karaa biraa
Gaafa ati milkooftee
Seenaa kee himtu jiraa!
โค๏ธโค๏ธ๐๐
https://t.me/samiriiyee
https://t.me/Alim_best
โค8๐3
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
~ Yoo Abdii kutatte kufaatii filachuukeeti.
Yoo Abdii qabaattee garuu kufaatiin mudannoo keeti.
Mudannoo Itti barattu.
~ Kufuunkee gaariidha sababni isaa kufaati irree si jabeessuu danda'a.
Jireenyi akka muziqaati.
~ Muuziqaa meeloodiin isaa takka ol ka'aa, takka gad bu'aa fi gidduu galeessaan yeedaleeffamu muuziqaa miidhagaafi hawwataadha.
~ Jireenyi dhala namas akkasumaan tola.
~ Waa'ee maallaqaa hin yaadda'iin, mallaqni namoota hordofa.
~ Namoonni immoo mul'ata isaanii hordofu.
Yoo mul'ata qabaattee,
waanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqqaba.
โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐๐

๐10โค1
โ
MO'ATAA TA'UU YOO BARBAADDE
โโโโโโฃโฆโฃโโโโโ
โ Kaayyoo qabaadhu!
โ Galma qabaadhu!
โ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!
โ Abdii hin kutatin!
โ Miira kee to'adhu!
โ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!
โ Mulโata kee irratti xiyyeeffadhu!
โ Karoora mataa keen of hooggani!
โ Namoota hin tuffatin!
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
https://t.me/Alim_best
https://t.me/Alim_best
โโโโโโฃโฆโฃโโโโโ
โ Kaayyoo qabaadhu!
โ Galma qabaadhu!
โ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!
โ Abdii hin kutatin!
โ Miira kee to'adhu!
โ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!
โ Mulโata kee irratti xiyyeeffadhu!
โ Karoora mataa keen of hooggani!
โ Namoota hin tuffatin!
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
https://t.me/Alim_best
https://t.me/Alim_best
Telegram
Alim Best โค๏ธ๐ท ๐ ๏ธ
@Alim_Best
@Alim_Best
@Alim_Best
@Alim_Best
@Alim_Best
๐3
Gaafa tokko Robert Mugabe'n akkas jedhe...
"Dubartiidhan si jaaladheen jira jedhiin isheeniis anis si jaaladheera siin jetti.
Sin jaaladha jedhiin,anis baay'een si jaaladhaa siin jetti.
Sin yaade jedhiin, anis si yaade bar siin jetti.
Kardii qarshii 100 bilbilaa kee irratti siif ergeera jedhiin, Anis siif ergan jira yoo sin jette obboleessa koo ani gaafa san Zimbaabuwee gadi dhiiseen bosonatti gala jedhe!."๐
Dhugumaa bar nama seeteeyii jararttii?๐ค๐

๐3๐1
Kaayyoo Guddaa Biyyaa Fi Lammii Itti Jijjiirtu qabaattee Yooniif Galma Gahuu Hanqatte, Gadduu Hinqabdu. Mataa Keetitti Deebitee Ofirraa Jalqabuu Qabda Jijjiirama.
Gaafa Of Jijjiirte Addunyaa Jijjiirta.
๐ Dhaloota Of Jijjiiruuf Oobsa Qabaatee, Dhaggeeyfatee Hubatee, Baratee, Beekkumsa Qabuun Addunyaa Jijjiiru Haataanu.
Kanuma Karaan Nubaasu.
Gaafa Of Jijjiirte Addunyaa Jijjiirta.
๐ Dhaloota Of Jijjiiruuf Oobsa Qabaatee, Dhaggeeyfatee Hubatee, Baratee, Beekkumsa Qabuun Addunyaa Jijjiiru Haataanu.
Kanuma Karaan Nubaasu.
โค4
#Gatii_Kee_Beeki! | Know Your Value
โ Bishaan qaruura tokko suuqii guddaa keessa jiru gatiin isaa 10ETB dha. Bishaan qaruura wal fakkaatu mana dhugaatii tokko keessatti gatiin isaa 15ETB dha. Mana nyaataa yookiin hoteela keessatti hanga 20ETB ta'a. Buufata xiyyaaraa yookiin xiyyaara keessatti kaffaltiin isaa 50ETB ta'a. Qaruuraa fi maqaan isaa tokko dha, wanti jijjiirama fide iddoo argama bishaanichaati. Tokkoon tokkoon iddoo argama bishaanichaa gatii adda addaa bishaan qaruura walfakkaataaf kenna.
โ Bakka jirtutti gatii akka qabdu sitti dhaga'amuu yoo baate akkasumas namni naannoo kee jiru hundi gatii kee xiqqeessu yoo ta'e, naannoo sana hin turin, adeemi! Jijjiiramuuf hamilee qabaadhu. Bakkeewwan gatiin siif malu itti siif kennamu dhaqi. Gatii kee beeki, of dinqisiifadhu! Gatii xiqqaadhaan of hin sharafin!
Galatoomaa/ThankYou
My followers
๐๐๐๐๐๐๐
Deemsi itti fufa๐๐ปโโ๏ธ๐๐ปโโ๏ธ๐๐ปโโ๏ธ

๐7
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
โฝ๏ธ Goolii 866 galcheera.
๐ฏ 364 mijeessee kenneera.
๐ Waancaa 46 kaaseera
๐ Baalaandoorii yeroo 8 nyaateera
Liyooneel Meesii ,mootii kubbaa miilaaโจ
๐ https://t.me/samiriiyee
๐ฏ 364 mijeessee kenneera.
๐ Waancaa 46 kaaseera
๐ Baalaandoorii yeroo 8 nyaateera
Liyooneel Meesii ,mootii kubbaa miilaaโจ
๐ https://t.me/samiriiyee
Telegram
Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
Lubbuyyee
@Alim_best
@Alim_best
โ
MO'ATAA TA'UU YOO BARBAADDE
โโโโโโฃโฆโฃโโโโโ
โ Kaayyoo qabaadhu!
โ Galma qabaadhu!
โ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!
โ Abdii hin kutatin!
โ Miira kee to'adhu!
โ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!
โ Mulโata kee irratti xiyyeeffadhu!
โ Karoora mataa keen of hooggani!
โ Namoota hin tuffatin!
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
www.youtube.com/@WaanOfiikoTobe
โโโโโโฃโฆโฃโโโโโ
โ Kaayyoo qabaadhu!
โ Galma qabaadhu!
โ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!
โ Abdii hin kutatin!
โ Miira kee to'adhu!
โ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!
โ Mulโata kee irratti xiyyeeffadhu!
โ Karoora mataa keen of hooggani!
โ Namoota hin tuffatin!
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
www.youtube.com/@WaanOfiikoTobe
โค1๐1
Qabeenya hin qabu
Manni koos kiraadha
Piizaa sin affeeru
Kiisni koo duuwwaadha
Horii qabaadhetoo
"Brand"ii sin uffachiisu
Soodaareef Laangaanoo
Kurriftuu sin geessu
Konkolaataa bitee
Gamoo hin ijaaru
"Sky light"iidhaa
Nyaata sin affeeru
Morma keetif warqee
Quba keef qubeellaa
Iddoo itti horruuf
Hin ijaaru viillaa
Na biraa'n argattu
Qorqoorrof kolkollee
Ani homaan qabuu
Jaalala dhugaa malee
Wantin ani qabu
Beeka ni xiqqaataa
Osoo kan beektuu
"Will you marry me?"
Jechuunis Natti heerumtaa?
Deebii kee naaf barreessi
By
Manni koos kiraadha
Piizaa sin affeeru
Kiisni koo duuwwaadha
Horii qabaadhetoo
"Brand"ii sin uffachiisu
Soodaareef Laangaanoo
Kurriftuu sin geessu
Konkolaataa bitee
Gamoo hin ijaaru
"Sky light"iidhaa
Nyaata sin affeeru
Morma keetif warqee
Quba keef qubeellaa
Iddoo itti horruuf
Hin ijaaru viillaa
Na biraa'n argattu
Qorqoorrof kolkollee
Ani homaan qabuu
Jaalala dhugaa malee
Wantin ani qabu
Beeka ni xiqqaataa
Osoo kan beektuu
"Will you marry me?"
Jechuunis Natti heerumtaa?
Deebii kee naaf barreessi
By
โค3
Forwarded from Furtuu jaalalaa๐ทโค๏ธ๏ธ
#SEENAA_GARAA_NAMA_NYAATU๐โ๏ธ
โฆ๏ธโ โ โ โ โ โ ๐ญโ โ โ โ โ โ โฆ๏ธ
Mucaa xiqqaa tokkotu yeroo hunda barfatee mana barumsa dhufa ture.
Barsiisaan isaas yeroo hunda, itti dheekkama ni ifata, 'ati nama hin taatu!' jedhaan ture.
Mucaan homaa hin dubbatu obsee garaadhuma isaatti boo'ee dhiisa.
Gaaf tokko barsiisaan mucaa kanaa garmalee itti dheekkamuu irraan kan ka'e barruu harka isaa keessa si'a hedduu reebee dhiigse;itti dabalees ijoollee fulduratti baasee 'ati naa hin taatu' jedhaanii jedhee ijoollee itti kofalchiise.
Borumtas mucaan hin jiille barfatee dhufe. Barsiisaan, ati manumti keessan eessa? jedheen.
Mucaanis, ''manni keenya asuma mana Barumsaa bira ''jedheen.
Barsiisaan, Ahaa! ganama bariin ka'ee maatii mucaa kanaatti himuuf yeroo dhaqu, mucaan isuma dura ka'ee kophee dhumaa bitee jalatti laafee baatee dhufe.
Barsiisaan isaa, Maal baata immoo laata jedhee jallifatee dalga ilaala.
Mana yeroo ol seenan Mucaan, kun Abbaa hin qabu haati isaa immoo dhukkuba Onnee waan dhukkubsattuuf haadha isaa ittiin jiraachisuuf ganamaan ka'ee hojii kana hojjechaa akka turee fi yeroo achii dhufee haadha isaa dhukkubsattuuf Ciree qopheessee deemu, barumsi akka itti guyyatu haati isaa barsiisaa isaatti himte๐ฅ
Barsiisaan isaa Arrabsaa , cabsaa fi Ati namummaa mucaa kanaa shakkaa ture waan dubbatu dhabe.
๐Mucaan Amma Afaan isaa saaqqatee, barsiisaa! Ati rukuttees dhiiga koo dhangalaastee jirta , namas hin taatu naan jettee ijoollee natti kofalchiistee jirta, ani garuu kana hunda harmee kootti sittis hin dubbanneef harmee koof waanan of eeggadhuufidha.
''Egaa gubata keessa namaa isa olii malee maaltu arga?''๐ญ jedhee amma boo'e.
Barsiisaan, waan dubbatu dhabee mucaa fi haadha isaa itti kufee dhiifama gaafate.
#Egaa yeroo tokko tokko eenyummaa, maalummaa,fi rakkina gola isaa isa dhugaa osoo hin hubatiin meeqa maqaa namaa balleessaa, hadheessaa gurraachessaa oolla?
Nama meeqatu madaa akkasiin rakkatee jira laata?
Nuuf haa araaramu๐คฒ
Osoo namatti hin murteessiin itti haa yaannu.
Kanan dubbise irraa โ๏ธ
Galatoomaa ๐ฅฐโ๏ธ

"Milkaa'inaaf wantoonni sadi murteessoodha!"
jedhu beektoonni;isaanis,
"ยนAmantaa jabaa,
ยฒCaarraaqifi caarra,
ยณHariiro gaari namoota Jajjaboo waliin qabaachuudha."
๐ธsuuraa: https://t.me/samiriiyee
jedhu beektoonni;isaanis,
"ยนAmantaa jabaa,
ยฒCaarraaqifi caarra,
ยณHariiro gaari namoota Jajjaboo waliin qabaachuudha."
๐ธsuuraa: https://t.me/samiriiyee
โค1
Forwarded from Jaalalaa dhugaa
Components of Life Skills
1. Critical thinking
2. Self- confidence
3. Self-awareness
4. Self- esteem
5. Decision making
6. Interpersonal relationship
7. Reflective communication
8. Peer resistance
9. Knowing rights and duties
10. Problem solving
11. Stress management
โค๏ธโค๏ธ๐ท๐
https://t.me/jaalalaadhuga
https://t.me/samiriiyee
1. Critical thinking
2. Self- confidence
3. Self-awareness
4. Self- esteem
5. Decision making
6. Interpersonal relationship
7. Reflective communication
8. Peer resistance
9. Knowing rights and duties
10. Problem solving
11. Stress management
โค๏ธโค๏ธ๐ท๐
https://t.me/jaalalaadhuga
https://t.me/samiriiyee
โก๏ธNamoonni gatii isaanii beekan nama duukaa fiigaa hin deeman; namoonni jireenya isaanii keessa akka turaniif hin kadhatan, gatii isaanii namootaaf mirkaneessuuf hin yaalan, yeroo namoonni isaan hin filanne ofitti hin gaddan...
Gatii kee hamma beektu namoonni jireenya kee gadhiisuu yeroo filatanitti rakkachuun kee ni xiqqaata, sababiin isaas keessumaa osoo isaaniif gaarii taatee siif kasaaraa hin ta'u!
Gatii kee beekuun namootaaf garmalee gaarii ta'uu kee yaaduu osoo hin taane, waan siif malu beekuudha!!
@jaalalaadhuga
@samiriiyee
@Alim_best
@Alim_best โญ