ILAALCHA
81 subscribers
161 photos
8 videos
1 file
80 links
Waliin marihachuun salphina haa irrifnuu
Waliin marihachuun waa hunda caalaa.
Download Telegram
Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇



@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Forwarded from Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa (Rámmæ♡シ⁰ Jř)
Hiriyya ko.


Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa
@ramme63 @ramme63 join godhaa
Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin.

Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti.


❤️ ¨·.¨:
 ·.   👌
:¨·.¨:
 ·.   @gaarumansumafi
Miirrii ati nama tokkoof qabduus tahee miirrii namni biraa tokko siif qabu "expired date" isaa yoom akka tahe hin beekkamu !

Jaalalli jibbatti, jibbi immoo jaalalatti jijjiiramuu mala ! 🤷

Namni ni jijjiirama jattee hin yaanne yeroo jijjiirame "Surprise" hin tahin kuni uumama !

♡ > < 💔

@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Afaaniitu nama ja'a. Harkaatu nama barreeysa. Waan afaan je'ees haalli dhufu akka ja'ametti akka hin taane godha. Waan harki barreeysees haalli dhufu faallaadha godha. Saniifuu waan afaan je'ees, waan harki bareeysees amanuun...😉🙃
Gurri waan dhagaheef, ijji waan agarte qofaaf amanuuniis...😉🫠 #Dhayi_Jalaa!

Suutuma ja'i yaa namana😊😇
JUMMAA MUBAARAK🫡🥰

@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Jireenyi ilma namaa guyyaa guyyaatti ni jijjirama. Yookaa badii irraa gara gaaritti yookiin immoo gaarii irraa gara baditti jijjirama. Jireenyi ilma namaa guutu wal fakkaata miti. Garin hiyyeessa, gariin dureessa, gariin gammadaa, gariin aarii fi gaddaan kan haguugameedha. Jireenya keenya guyyaa guyyaan yoo hin haaromsiin yookaa moofe nu jibbisisa yookiin immoo gara baditti ceena.
Jireenya keenya haaromsuuf bu’aa bayi baay’ee keessa darbuu qabna. Bu’aa bayi kana keessaa bahuuf obsaa fi gamnummaan tarkaanfachuu qabna. Yoo obsaa fi gamnummaan hin tarkaanfatin goodda irraa sululatti mucucaanne hafna. Yommuu jireenya keenya ni haaromsa jenne kaanu gufuwwan baay’ee fuundura keenyatti akka gaaratti ol tuulamanii argina. Tuulama gufuwwan kana sodaanne yeroo baay’ee jireenya keenya haaromsuu hin barbaannu. Wanta hojjachuu qabnu tarreessun dura gufuwwanii fi sababa hin barbaachisne tarreessina. “Kana hojjachuu na fedha garuu baay’ee ulfaatadha, yeroo hin qabuu,….” Jechuun jireenya keenya haaromsuu irraa mataa keenyan gufuu ofitti taana.
Jireenya keenya haaromsuuf tarkaanfiwwan hordofuu qabnu ni jiru. Isaanis...itti fufa “

@gaarumansumafi 🌹 @gaarumansumafi
Kamtu arkaana iimaanaati?

1 Salaata shanan salaatuu

2 Ramadaana soommanuu

3 Nabiyyoota dhugoomsuu

4 hunduu arkaana iimaanaati
=> Barachuun beekuu hin ibsu.
Beekuun garuu barachuu ibsa.

=> Yoo qophaa'aa taate guyyaan
borii qabeenya ati qooddachuuf
eeggattuuda.

@gaarumansumafi
Wanni Hundi Gaarii Nu Tahuuf
Taa'a!. Arra Tahuu Baatees
GUYYAA TOKKO!. ❤️‍🩹🖇

#INSHA_ALLAAH 😊

@gaarumansumafi
Sababa takka malee nu jaalatee
Sababaan ka nu jibbine Kaaliqa
tokkicha qofa!.

#Share

@gaarumansumafi
Waanin barreessuuf malee akka Ati
Itti hubattuuf itti gaafatamummaa
hin furadhu!.


@gaarumansumafi
Ilaahii khiyya....🥺
Haga taraan tiyya geessuttii akkaan
eeggadhuuf OBSA jabaa si biraa tahe
san naaf khanni!.❤️‍🩹

@gaarumansumafi
"Hin milkaa'uuf" ja'anii warri sirraa haasawu turan hundi isaani gaafa ati milkooyte "baga gammadde" siin jachuuf ta'an!.🖤🖇


@gaarumansumafi
Walakkaan Gammaachuu HAADHA.🥰 Walakkaan saniraa hafe DU'AI HAADHAATI!.❤️‍🩹🖇


Rabbiin haadha teenya ngyfii Gammachuun umrii nuuf haa dheereessu❤️ Warri irraa Aakhiramtees Jannata kheessatti isiniif haa gammachiisu!.❤️‍🩹



@gaarumansumafi
Waa Hedduu Yaadi Malee Waan
Yaade Hunda Hin Dubbatin

@gaarumansumafi
Yoomiyyuu Si dhiisee Hin Deemuu Gaafa
Naan Jedhan Kaniin Amanu Yoo Jiraate
Haadha Koo Qofaa.! 👩‍🍼 ❤️❤️‍🩹

#mother

@gaarumansumafi
Qimamni Jiruu Nama Gaariidha
Namni Gaariin Jiruu Sitti
Mi’eessa🤍🌿

@gaarumansumafi
Forwarded from Sammuu kee bani (خالي🌹)
Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha.

@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin.

Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡

#Share

@gaarumansumafi