Say thank you. Thank you for your meal, for your safe travels, for your ability to see a new day, for experiencing all that youโre experiencing. Gratitude brings along more blessings. Everything that happens to us has a meaning behind it, be thankful for it all!
โค6๐2๐ฅฐ1
Ayyaana Waliigalaa (Common Grace) fi Ayyaana Fayyinaa(Saving Grace)
1.Ayyaana Waliigalaa fi Gaarummaa Waaqayyoo
Yeroo Ergamichi Phaawulos Efesoon 2:8 keessatti "Ayyaanaan fayifamtaniittu" jedhu, waaโee ayyaana fayyinaa Waaqayyoo dubbachuu isaa ture: ayyaana isa karaa Kiristoos, ilmaan namootaa cubbuu jalaa fayyisu sana.
Ayyaana fayyinaa irraa adda kan taโe barumsa ayyaana waliigalaa Waaqayyooti: kunis gaarummaa Waaqayyo walitti dhufeenya isaan isaa wajjin qaban yookiin amantii isaanii osoo hin ilaalin namootaaf argisiisuudha.
Macaafni Qulqulluun akkaas jedhaa kutaa gara garaa keessatti waa'ee ayyaana waliigalaa yeroo inni dubbatu ni argiina.Waaqayyo "biiftuu isaa warra hamoota fi gaggaarii irratti ni baasa" (Maatewos 5:45).akkasumaas Waaqayyo madda "kennaa gaarii fi guutuu hundaati" (Yaaqoob 1:17), fi Waaqayyo kennaawwan sana "qajeelotaaf" fi "namoota galata hin qabnee fi hamootaaf" kennuu filata (Luqaas 6:35).
Kanaaf, Kiristaanonni qofti fudhattoota ayyaana fayyinaa Waaqayyoo yoo taโan, ilmi namaa hundi garuu yeroo hunda fudhataa ayyaana waliigalaa Waaqayyooti.
Waaqayyo siif gaarii godha, akkasumas hiriyyaa kee fis isaa Yesus Goofta miti jedhuuf, kan sobuu fi hatuuf, fi hogganaa kee kan maqaa Kiristoos xureessuufis. Waaqayyo Maazar Tereesaa fi Hitlariif "bokkaa ergeera" akkasumas nyaata kenneeraf.
Ani fi ati dhugaa ayyaana waliigalaa Waaqayyoo kanaaf deebii akkamii kennuu qabna?
Waaโee kee hin beeku, garuu yoon dhugaa dubbadhe, deebiin koo inni jalqabaa aariidha maalif yeroo baayye kan dubbiin afaan keenya keessa hin buune akkamiin warri jaal'onni hamoon milkaa'udha, deebii kanaf (Faarfannaa 73 fi 94 akka fakkeenya lamaatti ilaali).
Garuu ayyaanni waliigalaa kun gaarummaa Waaqayyoo dinqisiifannaa guddaadhaan akka ilaallu nu taasisa. Akkasumas miira galateeffannaa guddaa, kan Waaqayyo osoo nuyi Kiristoos keessa hin dhokatin dura nuyiif gaarii turee fi harโas yeroon nuyi Isa nuuf jedhee ajajamudhaan gara fannoo deemeef ajajamuu gaafa didnu illee, Inni nu eebbisuu isaa itti fufuu isaatiif.
Barumsa kana keessatti, deebiiwwan ayyaana waliigalaaf kennaman shan kanneen gara hojii addaatti geessan nan qooda.
Inni jalqabaa kunooti: Ayyaanni waliigalaa gaarummaa Waaqayyoo biratti afaan nu qabachiisuu qaba.
Gaarummaa Waaqayyo nuyii fi warra hin amanneef argisiise dinqisiifachuuf yeroo haa fudhannu. Akkasumas yaadannoon ayyaana isaa sun namoota harโa nu wajjin hojjetaan hundaaf gaarummaa fi eebba akka laannuuf nu haa geggeessu!
Gaarummaa Waaqayyoo haa dinqisiifannu!
Kutaan itti aanuu itti fufa...
Follow,share fi yaada qabdan barreessa!

โค4๐ฅฐ2๐ฅ1
แฅแแแ แฅแแญ แณแแ แ แแแญ แแ
แจแฐแแแจแ แญแแแ ::
แจแฐแแแจแ แญแแแ ::
โค5๐ฅฐ2
Birthdays should be -1,not +1.Every year isn't milestone, its a reminder.You didn't gain a year.You spent one. The clock isn't adding time its taking it. ๐๐
๐3โค2๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
When life gets hard, watch this scene 1000 times.
โค3๐ฅ2๐1๐1