ADEMO TECH πŸ’»
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
JUST IN:🧐 #Bitget_crypto exchange reportedly hacked with over $170,000,000 stolen.😁
❀3πŸ₯°3πŸ”₯1
🟒πŸ”₯ AI TOOLS 5 KAN ATI BEEKUU QABDU! πŸ€–
1️⃣ ChatGPT β€” ✍️ Writing & Coding
2️⃣ Canva AI β€” 🎨 Design
3️⃣ CapCut AI β€” 🎬 Video Editing
4️⃣ Adobe Firefly β€” πŸ–Ό AI Images
5️⃣ Perplexity β€” πŸ”Ž Research
πŸ’‘ Isaan keessaa kamtu siif baay'ee barbaachisaa dha?
πŸ‘‡ Lakkoofsa isaa comment/reply keessatti barreessi.
πŸ“² Hiriyoota kee tech jaallatan waliin SHARE godhi!

@ADEMO_TECH
❀2πŸ‘2πŸ₯°1
Forwarded from ADEMO TECH πŸ’»
Oduu #GAMMACHIISAAπŸŽ‰
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
MoreπŸ‘‰https://t.me/mbprinting
Contact πŸ‘‰0940680143
❀6
#ADVERTISEMENTS πŸ“’

βœ… @ADEMO_TECH 🌐
πŸ‘3❀1
πŸ”‹ BATTERY KEE AKKA TURUUF TIPS 5! πŸ“±
1️⃣ πŸ”… Brightness gadi buusi ykn Adaptive Brightness fayyadami.
2️⃣ πŸ“ Location, Bluetooth fi GPS yeroo hin barbaachifne cufi.
3️⃣ πŸ”„ Apps background irratti hojjetan muraasi isaanii daangessi.
4️⃣ πŸŒ™ Battery Saver/Power Saving Mode yeroo battery xiqqaatu fayyadami.
5️⃣ 🌑️ Phone kee ho’a cimaa irraa eegi β€” ho’i battery umurii isaa gabaabsuu danda'a.
πŸ’‘ BONUS: Battery kee yeroo hunda 0% irraa gara 100%tti geessuun dirqama miti; yeroo baay’ee charge gochuun battery lithium-ion irratti gaarii ta’uu danda’a.
πŸ“² Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! πŸ”₯@ADEMO_TECH
❀4πŸ”₯2πŸ‘1
🟩facebook keessan #AI_Content jedhee isin dabbaree beekaa?πŸ˜„
Feesbuukiin akka AI ta'u hin beekne gochuuf, metadata dhokataa (C2PA) faayilichaa haquu ykn suuraa/viidiyicha bifa haaraan edit gochuu qabda.

Screenshot kaasuu: Karaan inni salphaan suuraa AI sana banteeti screenshot kaasuun qarqara isaa muraasa (crop) godhachuu dha; kun metadata AI sun qabu guutummaatti dhabamsiisa.

Metadata (EXIF) haquu: Meeshaalee metadata haqan (akka ExifCleaner ykn websaayitoota "Remove EXIF data" kennan) fayyadamuun mallattoo AI faayilicha keessaa dhiqanii baasuu.

App editor fayyadamuu: Faayilicha Canva, Photoshop, ykn Snapseed keessa galchuudhaan filteera, ifa (brightness), ykn miidhagina muraasa jijjiirtee 'export' deebistee gochuu.

WhatsApp ykn Telegram irratti erguu: Suuraa sana akka faayiliitti osoo hin taane akka suuraa idileetti ofitti ergitanii yoo deebiftanii 'save' gootan, sirnoonni kunniin metadata duraanii hedduu ni haqan.


πŸ“² Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! πŸ”₯@ADEMO_TECH ♻️
πŸ‘3❀2
βœ…#AI jannee kan duraan yaamaa turre amma gara #SI (super intelligence) deebi'ee jira.πŸ˜„
πŸ“² Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! πŸ”₯@ADEMO_TECH
♻️
❀1