๐ข Hattu telegram akkuma itti fufetti jira ammallee hammaachaa waan jiruuf of eegaa !!
Akkuma yeroo hunda waliif himaa jirru link ๐ hunda login goonee waan hunda itti guutuurraa of qusachu qabna.
@ADEMO_TECH

๐ฅ7โค3๐1
๐๐ธ Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa!
โ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking yeroo kamiyyuu hojjachuu hin qabne
Mobile banking fayyadamuun salphaa taโus, of-eeggannoo dhabnaan balaa maallaqaa fiduu dandaโa. Kanaaf akeekkachiisa armaan gadii sirriitti dubbisaa ๐
1๏ธโฃ PIN namaaf hin qoodinaa
๐ซ PIN salphaa akka 1234, 0000, bara dhalootaa hin fayyadaminaa
๐ PIN keessan yeroo yeroon jijjiiraa
โ Nama kamiifuu PIN hin kenninaa
2๏ธโฃ Koodii OTP hin kenninaa
๐ฉ OTP (lakkoofsa 4 ykn 6) kan dhuunfaa keessan qofa
๐จ OTP kennuun = furtuu maallaqa keessan kennuu dha
3๏ธโฃ Liinkii sobaa (Phishing) irraa of-eegaa
โ ๏ธ Ergaa akka โHerregni kee cufameeraโ ykn โBadhaasa moโatteettaโ jedhan shakkadhaa
๐ Liinkii shakkisaa hin tuqinaa
๐ Lakkoofsa baankii sirrii qofa fayyadamaa (fkn: CBE โ 951)
4๏ธโฃ Appii baankii sirrii qofa fayyadamaa
โ Play Store ykn App Store irraa qofa buufadhaa
๐ซ Appii Telegram/Bluetooth irraa ergaman hin install gochinaa
๐ Appii yeroo yeroon update gochaa
5๏ธโฃ Wi-Fi uummataa irraa fagaadhaa
๐ก Kaafee, hoteela, buufata xiyyaaraa keessatti mobile banking hin fayyadaminaa
๐ฑ Deetaa bilbila mataa keessanii qofa fayyadamaa
6๏ธโฃ Bilbila keessan sirriitti eeggadhaa
๐ Screen lock (PIN, Fingerprint, Face ID) fayyadamaa
๐ช Mobile banking fayyadamnee booda logout godhaa
๐ฉ SMS alert banuun sochii maallaqaa hordofaa
๐จ Yoo bilbilli bade ykn maallaqni hatame:
โ๏ธ Mobile banking ariitiin akka cufamu taasisaa
๐ต SIM card dafnee cufsiisaa
โ Nama biraa eeguuf share gochaa!
๐ฒ Odeeffannoo teeknooloojii dabalataaf ๐ @Ademo_tech hordofaa ๐

๐11โค5
๐๐ Barnoota Poker 5 kan Trader Gaarii Si Taasisan
1๏ธโฃ Position sizing โ Maallaqa hunda trade tokko irratti hin galchin.
2๏ธโฃ Table selection โ Gabaa dorgommii xiqqaa qabu filadhu.
3๏ธโฃ Conviction & size โ Setup cimaa โ size guddisi; yoo hin mirkanoofne โ xiqqeessi.
4๏ธโฃ Process irratti xiyyeeffadhu โ Strategy kee hordofi, kasaaraan ni dhufa.
5๏ธโฃ Toโannoo miiraa โ Miiraan hin murteessin.
โ Xumura: Probability + Discipline + Risk management = Trader gaarii. ๐
@Ademo_tech

โค7๐1
๐ก AI Tools Fayyadamoo hojii kee saffisiisuuf (gabaabaa):
Power Group 1: Content & Creation
1๏ธโฃ Runway ML โ Viidiyoo fi suuraa AIโn sadarkaa ogeessaatti gulaalu.
2๏ธโฃ Pictory โ Blog kee gara viidiyoo hawwataa jijjiira.
3๏ธโฃ Descript โ Viidiyoo fi audio akka document barreessituutti salphaatti gulaaluu dandeessa.
4๏ธโฃ Kaiber โ Viidiyoo muuziqaa AIโn sadarkaa olโaanaa uuma.
5๏ธโฃ Copy.ai โ Barreessaa marketing AI kan si gargaaru.
6๏ธโฃ Peppertype AI โ Meeshaa cimaa barreeffama content uumuuf.
Odeeffannoo akkasii argachuuf
Joinโ @ADEMO_TECH โ

โค3๐ฅฐ2
ADEMO TECH ๐ป pinned ยซ๐๐ธ Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa! โ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking yeroo kamiyyuu hojjachuu hin qabne Mobile banking fayyadamuun salphaa taโus, of-eeggannoo dhabnaan balaa maallaqaa fiduu dandaโa. Kanaaf akeekkachiisa armaanโฆยป
๐ #Telegram_Update โ Privacy Haarawa!
Telegram update haaraa keessatti privacy (dhimma dhuunfaa) irratti jijjiirama guddaan dhufeera ๐
๐ Wanta haaraa:
๐ Amma Normal Chat keessattillee:
๐ซ Forward gochuu dhorkuu dandeessa
๐ซ Copy gochuu ittisuu dandeessa
๐ซ Screenshot / Screen record dhorkuu dandeessa
โก๏ธ Odeeffannoon kee gara nama 3ffaa akka hin darbu ni eeggama! ๐
๐ Akkaataa itti fayyadamtan:
1๏ธโฃ Chat nama barbaadduu banaa
2๏ธโฃ Mallattoo tuqaa sadii (โฎ) gubbaa mirgaa tuqaa
3๏ธโฃ โDisable Sharingโ jedhu filadhaa
4๏ธโฃ ON/OFF gochaa
โ ๏ธ Hubachiisa:
๐ Tajaajilli kun yeroo ammaa Telegram Premium fayyadamtootaaf qofa dha.
๐ฒ Odeeffannoo tech haaraa argachuuf ๐@ADEMO_TECH
#Telegramapdate

โค6
Maxxansi English'n isiniif maxxanfamaa jiru kun akka ana hin taane beekaa. #ADS dha waan ta'eef laaltaniituma dhiisu dandeessu.
๐4โค2๐1
#TELEGRAMUPDATE
Telegram dhiyeenya kana Update haaraa hedduu ifa godhee Jira. Isaan keessaa Muraasa isaanii.
1. AI Text Editor (Barreeffama AI Gulaaluu)
Barreeffama dheeraa yeroo barreessinu, AIโn gargaaramuun:
Translate: Barreeffama gara afaan barbaaddaneetti hiikuu.
Grammar Fix: Dogoggora qubeewwanii fi seera-lugaa sirreessuu.
Tone & Style: Barreeffama keessan bifa adda addaa akka Formal, Short, Tribal, ykn Corp ta'utti mijeessuu.
๐ก Akkaataa itti fayyadamaa: Appii keessan erga update gootanii booda, bakka barreeffamaa irratti sarara 3 fi isaa ol yoo barreessitan, mallattoo AI dhuftu tuquun itti fayyadamaa!
2. Polls Haala salphaan edit gochuu
๐ผ๏ธ Media Attach: Filannoo keessatti Suuraa, Viidiyoo fi bakka (Location) dabaluu.
๐โโ๏ธ User Suggestions: Namoonni filannoo irratti yaada (options) akka dhiyeessan hayyamuu.
๐ Random Order: Filannoowwan namoota adda addaaf bifa wal-makaa taโeen akka dhiyaatu gochuu.
3. Document Scanner (iOS Qofaaf) ๐
Fayyadamtoota iPhone qofaan kan hojjetu yoo ta'u, sanadoota (documents) keessan gara dijitaalaatti jijjiiruuf:
Appii Telegram keessatti Attachment menu bani. File kan jedhu erga tuqnee booda, Scan Document kan jedhu filachuun documents scan gochuu dandeenya.
@ADEMO_TECH
#TelegramUpdate #AITech #Telegram #Ademo_tech #TechNews

โค7
Telegramiin namootaa ammallee hatamaa jira!
Of-eeggannoo godhaa๐ณ
#Telegram #Hack #ScamAlert #OnlineSafety #OTP #CyberAttack @Ademo_tech

โค3
โ
AI Intarneetii Malee Hojjetu!
Google AI Edge Gallery: Intarneetii malee AI fayyadamuu dandaadhu.
โ Internet Free
โ Privacy: Odeeffannoo keessan bilbila keessatti qabama.
โ Saffisa: Daataa hin fixu.
๐ Buufadhu: Google Play Store
Hiriyeota keessaniif SHARE godhaa! ๐ฑโจ

๐3
Ethio Cart Update ๐
Ethio Cart irratti Mini App dabalamee jira.
๐ค Mini App kana fayyadamuun:
โญ๏ธ Telegram Premium
๐ฐ USDT
๐ณ Visa Card
๐ฌ Netflix
Karaa salphaa ta'een argachuu dandeessu.
๐ Feature inni guddaan Visa Card irratti Security dhaf Fingerprint dabalamee jira.
๐ฑ Yeroo Visa Card keessan fayyadamuu barbaadan kamuu โ๏ธ Fingerprint dhan banuun Details Card kessani argachuu dandeessu
Jedhamee jira.
@ademo_tech

โค1
Forwarded from ADEMO TECH ๐ป

โค2