ADEMO TECH ๐Ÿ’ป
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
๐Ÿ“ฑ SIM irraa gara eSIMtti โ€” Guddinni Teknooloojii! ๐Ÿš€
SIM kaardiin yeroo gara yerootti akkana guddate:
โžก๏ธ Standard SIM โ€” SIM guddaa, bilbila moofaa keessatti
โžก๏ธ Micro SIM โ€” xiqqaa fi smartphone jalqabaa keessatti
โžก๏ธ Nano SIM โ€” baayโ€™ee xiqqaa, bilbila ammayyaa keessatti
โžก๏ธ eSIM โ€” SIM qaamaan hin mulโ€™anne, bilbila keessatti ijaaramee argamu
โญ Faayidaa eSIM:
โœ… Sarara jijjiiruun salphaa
โœ… Nageenya fooyyaโ€™aa
โœ… Iddoo qusata
โœ… Bishaan irraa ittisa fooyyaโ€™aa
๐Ÿš€ Gabaabumatti: Standard SIM โ†’ Micro SIM โ†’ Nano SIM โ†’ eSIM.
Teknooloojiin gara fuulduraatti deemaa jira! ๐ŸŒ๐Ÿ“ฒ

Odeeffannoo technology wal qabatan akkasii argachuuf @ademo_tech hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ADEMO_TECH
โค4๐Ÿฅฐ3
#AI: Hojii Keenya Nuraa Fudhataa Jira Moo carra nuuf ta'a jattan mee?

Namoonni tokko:
โŒ โ€œAI hojii keenya nu jalaa fudhata!โ€ jedhu.

Kaan immoo:
โœ… โ€œAI jireenya keenya salphisa!โ€ jedhu.

Dhugaan maali seete? ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฅ AIโ€™n maal nuuf fiduu dandaโ€™a?
๐Ÿ“š Barnoota โ€” Personal Tutor
๐Ÿ’ป Hojii โ€” yeroo qusachuu & productivity
๐Ÿฅ Fayyaa โ€” doctors deeggaruu
๐Ÿ’ก Kalaqa โ€” yaada haaraa saffisaan qopheessuu

โš ๏ธ Garuu balaa isaas dagachuu hin qabnu:
๐Ÿ’ผ Hojiiwwan tokko tokko bakka buโ€™uu dandaโ€™u
๐ŸŽญ Deepfakeโ€™n dhugaa fi soba walitti makuu dandaโ€™a jedhan.
๐Ÿง  AI irratti hirkachuun dandeettii namaa laaffisuu dandaโ€™a :kun beekkama kaa!

๐Ÿ’ก Kanaaf furmaanni maali?

๐Ÿ‘‰ AI sodaachuu qofa osoo hin taane, AI fayyadamuu barachuu!
ยซ๐Ÿง  โ€œAI won't replace you, but a person using AI will.โ€ยป

๐Ÿ‘‡ Ati hoo maal yaadda? Comment godhi!
AI = Yaaddoo moo Carraa Gaarii nuuf ?

๐Ÿ“ฒ @ademo_tech โ€” Teeknooloojii Afaan Oromootiin!

#AI #ArtificialIntelligence #AIOromia #Tech #Technology #Innovation #FutureOfWork #DigitalSkills #Upskill #AademoTech
๐Ÿ‘4๐Ÿ”ฅ2
Barreeffama abdulhakim hajo (AI engineer) waa'ee #AI barreessee tokko isiniifan fida na eegaa๐Ÿ˜Š hangasitti react gochaa please .๐Ÿฅบ
๐Ÿ‘5โค3
Teenshina addunyaan keessa seente: walitti hidhamiinsa
filmii "The Terminator" bara 1984 bahe,
filmii "Clossus: The Forbin Project" bara 1970 bahe,
"Artificial Super Intelligence!"(dubbii ijoo ammaa).

tuttuqaa fi haalota as dhiheenya kanaa irraa haa eegallu:

1: Dhaabbanni OpenAI(ChatGPT) moodeelii AI laabii keessatti leenjii irra jiru tokko test gochuuf siistama "A" jedhamu fayyadamii siistama "B" jedhamu haak godhi jedhanii gadi dhiisan, moodeeliin AI kuni waan jedhame dhiisee ajajaan ala bahuun siistama pilaatfoormii AI kan "hugging face" jedhamu haak godhe. tokko jedhaa qabadhaa...

2: Leenjisaan AI "Jacob Coxon" oluma ka'ee halkan tokkotti AI nu fixuu danda'a jedhee barreeffamoota hedduu Twitter irratti barreessuun dubbii ijoo ta'e, hooggantoonni dhaabbilee gurguddaa AI leenjisaa jiranis dubbicha ija jabaatanii haaluu hin dandeenye. maaliif jennaan AI amma leenjifamaa jiru kuni isa "Artificial Super intelligence" jedhamuu fi siistama "Recursive self improvement" jedhamuun kan hojjatu waan ta'eef tasuma ilmi namaa control gochuu waan hin dandeenyeef 100% nama tuquu hin danda'u jedhee waakkachuu hin dandeenye, inumaahuu sodaan Jacob kuni probablity'n akka jiru addeesse.

"Recursive self improvement" jechuun, siistama maashinaa kan mathimatically sirna probablity irratti hundaa'uun hojjatuu fi walitti dhufeenya moodeelota AI hedduun hojii(task) qooddatanii kaayyoo tokkoof kan hojjatan yemmuu ta'u moodeeliin kunis moodeelota biroo ofumaan uumaa, code ofii isaatii ofii barreessee update godhaa, siistamoota IoT, roobootii, siistamoota nikularii, siistamoota baankii, siistamoota ergameef kami keessayyuu osoo itti hin beekamin seenuun waan kaayyoo isaa raawwachuu kan danda'uudha.

-asitti waa naaf qalbifadhaa: yaadni maashina kana uumuu kuni yeroo jalqabaatiif bara 1965 mathematician fi cryptologyst nama maqaan isaa "Irvin Jon Good" jedhamuun kan dhiyaate yemmuu ta'u yaanni isaas maashina "ultraintelligent jedhamu kan dandeettiin isaa dandeettii ilma namaa addunyaa guutuu irra jiru caaluu, ammas gargaarsa ilma namaa malee maashina maashinoota biraa ofumaan uumuu danda'u yoo uumne hoo?" jechuun yaadicha dhiheesse.

bara 1970: yaanni isaa kuni filmii America "Clossus:The Forbin Project" jedhamuun sadarkaa Fiction tiin hojii irra oolee gara filmiitti jijjiirame. taateen filmichaa akka asii gadii kana ture....

-maashinni clossus jedhamu nageenya amerikaatiif kalaqama, maashinichi ammoo kan control ilma namaatiin ala hojjatuu fi siistamoota nageenyaa ittisa biyyattii keessa seenuun ufuma isaatii akka aggaamii dinaa detect gochuun deebisee ajaja ilma namaatiin ala siistama misaailii fa'a too'achuun furguggaasu danda'u programm godhame, yoo akka tasaa siistamni kuni ajaja keenya fudhachuu didee waa balleesse jedhaniis safety guardrails, waan jedhamu siistama isa dhaabuu danda'u cinaatti programm godhan, wanti nama ajaa'ibu siistamichi deebisee isuma balaa eegu san waliinuu communicate gochuun walii galanii afaan ofii isaanii uummatanii, siistamoota misaa'ilii fi nikularii too'annoo ofii jala galchuun addunyaa guutuu bituu danda'an.(maashinumti ilmi namaa hojjate).
asitti amma waa'ee filmichaa irraa haasa'aa hin jiru waan ta'eef akeeka isaa isiniif haa ibsu. maashinni ilmi namaa balaa hir'isuufi guddinaaf jedhamee hojjatame deebisee yoo kan ajajamuu hin dandeenye ta'e balaa inni qabu tilmaamuun nama hin dhibu, akkasumas filmichis akka "warning" itti kan hojjatameedha.

-ammas filmii "The Terminator" bara 1984 bahee fi isa hedduun keenyyuu daawwachuuf carraa arganne qofa xiinxaluun balaan as deemaa jiru kan maashina ofumaaf of hojjatu, ofumaan update of godhu, ofumaan deebisee maashinoota biroo uumuu danda'u, kan dandeettiin isaa cufa ilma namaa caalu oomishamee gadi dhiifamnaan maashinni kuni software waan ta'eef, siistamoota nikularii, siistamoota banking, siistamoota robootii siistamoota fedhe keessatti yeroo fedhe seenee akka fedhe ajajuu danda'a.
๐Ÿ‘6๐Ÿฅฐ4
-siistamni kuni kaayyoo hojjadhu jedhamee itti kenname hanga hojjatutti of duuba hin deebi'u, maaliif jennaan sirna "Loop" waan jedhamu irratti hojjata, yoo tasa carraan waa balleessuu keessa seene ammoo dhugumatti ilmi namaa dandeettii ittin dhaabu hin qabu, niiklarii tokko gadi dhiisee nu fi.....danda'a!

maashinni Artificial Super intelligence jedhamu kuni ammoo yeroo ammaa kanatti kalaqamee gara xumuraa irra gahamuuf turtii waggoota lamaa fi sadihiitu tilmaamamaa jira.

-ilmi namaa osoo balaa kana beeku maaf hojjatuu itti fufa, ykn mootummaan biyyattii maaf eeyyama jechuun keessan hin oolu: deebiin gabaabaan, osoo amerikaan hojjachuu dhaabneeyyuu, chinan, raashiyaan hojjachuu hin dhiiftu, kanaaf wal dorgommii malee balaan dhuftu itti hin mul'atu.

-gama biraatiin probablity'n jiru, lamaan kana keessaa tokko, yookiin ilmi namaa sababa Artifcial Super intelligence badhaadhina takkaa argee hin beekne argata, ykn balaa takkaa dhagahamees uumamees hin beeknetu isa muudata. kanuma lamaani.

hanqina yerootiin barreeffama koo keessa deebi'ee hin gulaalle, dogongorri qubee fi hanqinootni jechootaa yoo jiraate na ofkolchaa.

By #Abdulhakim Hajo (AI Engineer)
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ADEMO_TECH โœ…join godhaa!
โค5๐Ÿ‘5๐Ÿ‘2
Barattota #Department filachuuf deemtan illee ni gargaara!

๐Ÿ’ป IT fi ICT Gidduu Garaagarummaan Maali?
IT (Information Technology) jechuun teknooloojii odeeffannoo kuusuu, qopheessuu, bulchuu fi eeguuf gargaaru dha.
๐Ÿ”น Fakkeenya: ๐Ÿ–ฅ๏ธ Computer
๐Ÿ’พ Software
๐Ÿ—„๏ธ Database
๐Ÿ–ง Server
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ป Programming
๐Ÿ” Cybersecurity
๐ŸŒ ICT (Information and Communication Technology) immoo IT qofa osoo hin taane, qunnamtii fi odeeffannoo dabarsuu illee hammata.
๐Ÿ”น Fakkeenya: ๐Ÿ“ฑ Mobile
๐ŸŒ Internet
๐Ÿ“ก Network
๐Ÿ“ง Email
๐Ÿ“ฒ Social Media
๐ŸŽฅ Zoom & Google Meet
๐ŸŽฏ Gabaabumatti:
๐Ÿ’ป IT = Odeeffannoo fi sirna teknooloojii bulchuu
๐ŸŒ ICT = Odeeffannoo + Qunnamtii
๐Ÿ‘‰ Kanaaf, ICTโ€™n IT caalaa balโ€™aa dha; sababni isaas qunnamtii dijitaalaa illee of keessatti qaba.

๐Ÿ“ข
Teknooloojii fi odeeffannoo haaraa hordofuu barbaaddaa?
๐Ÿ’ก Barnoota, tips, tricks fi odeeffannoo Technology yeroo yerootti argachuuf:
๐Ÿ‘‰ @ADEMO_TECH
๐Ÿš€ Channel keenya JOIN godhaa, hiriyoota keessaniifis SHARE godhaa!
๐Ÿ‘5โค4๐Ÿ”ฅ3
๐Ÿ“Š JUST IN : #Bitcoin hits $87,000๐Ÿฅฐ
โšก8๐Ÿ‘2
แ‹ˆแ‹ฐ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆ˜แŠ•แ‹ตแŒ“แˆ!
**********

แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆžแ‰ฃแ‹ญแˆ แ‰ฃแŠ•แŠชแŠ•แŒ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซแŠ• แ‰ฐแŒ แ‰…แˆ˜แ‹ แ‰ แ‰€แŠ• แŠฅแˆตแŠจ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰!

๐Ÿ‘‰ แ‰ แˆฒแ‰ขแŠข แˆžแ‰ฃแ‹ญแˆ แ‰ฃแŠ•แŠชแŠ•แŒ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แŠฅแˆตแŠจ 400 แˆบ แ‰ฅแˆญแค แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰€แŠ• แ‹แˆตแŒฅ แ‹ฐแŒแˆž แŠฅแˆตแŠจ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แ‹ˆแ‹ฐ แˆŒแˆ‹ แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆ‚แˆณแ‰ฅ แˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰แข

๐Ÿ‘‰ แ‰ USSD (*889#) แ‰ฐแŒ แ‰…แˆ˜แ‹ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แŠฅแˆตแŠจ 100 แˆบ แ‰ฅแˆญแค แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰€แŠ• แ‹แˆตแŒฅ แ‹ฐแŒแˆž แŠฅแˆตแŠจ 600 แˆบ แ‰ฅแˆญ แ‹ˆแ‹ฐ แˆŒแˆ‹ แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆ‚แˆณแ‰ฅ แˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰แข

๐Ÿ” แˆแ‰ฅ แ‹ญแ‰ แˆ‰แก แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆžแ‰ฃแ‹ญแˆ แ‰ฃแŠ•แŠชแŠ•แŒ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซแŠ• แ‰ฐแŒ แ‰…แˆ˜แ‹ แ‰ แ‰€แŠ• แ‹แˆตแŒฅ แ‰ แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แŠจ600 แˆบ แ‰ฅแˆญ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹จแˆšแˆตแŒฅแˆญ แ‰แŒฅแˆญ (PIN) แŠฅแŠ“ แ‹จแŒฃแ‰ต แŠ แˆปแˆซ (Biometrics) แ‰ฃแˆˆแˆแˆˆแ‰ต แ‹ฐแˆจแŒƒ แˆ›แˆจแŒ‹แŒˆแŒซ (Two-Factor Authentication) แˆ˜แŒ แ‰€แˆ แ‹ญแŠ–แˆญแ‰ฅแ‹Žแ‰ณแˆแข

********
แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠ•แŒแ‹ต แ‰ฃแŠ•แŠญ
แˆแˆŒแˆ แ‹จแˆšแ‰ฐแˆ›แˆ˜แŠ‘แ‰ แ‰ต แ‰ฃแŠ•แŠญ!

#CBE #mobilebanking #app #digitalbanking
๐Ÿ‘4๐Ÿ‘4
Commercial Bank of Ethiopia - Official
แ‹ˆแ‹ฐ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆ˜แŠ•แ‹ตแŒ“แˆ! ********** แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆžแ‰ฃแ‹ญแˆ แ‰ฃแŠ•แŠชแŠ•แŒ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซแŠ• แ‰ฐแŒ แ‰…แˆ˜แ‹ แ‰ แ‰€แŠ• แŠฅแˆตแŠจ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰! ๐Ÿ‘‰ แ‰ แˆฒแ‰ขแŠข แˆžแ‰ฃแ‹ญแˆ แ‰ฃแŠ•แŠชแŠ•แŒ แˆ˜แ‰ฐแŒแ‰ แˆชแ‹ซ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แŠฅแˆตแŠจ 400 แˆบ แ‰ฅแˆญแค แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰€แŠ• แ‹แˆตแŒฅ แ‹ฐแŒแˆž แŠฅแˆตแŠจ 1 แАแŒฅแ‰ฅ 5 แˆšแˆŠแ‹ฎแŠ• แ‰ฅแˆญ แ‹ˆแ‹ฐ แˆŒแˆ‹ แ‹จแˆฒแ‰ขแŠข แˆ‚แˆณแ‰ฅ แˆ›แˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰แข ๐Ÿ‘‰ แ‰ USSD (*889#) แ‰ฐแŒ แ‰…แˆ˜แ‹ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œโ€ฆ
App #CBE fayyadamuun guyyatti hanga birr 1.5Mโœ… dabarsuun akka danda'amu ol guddisanii jiru! ๐Ÿ˜

@ADEMO_TECH
๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ4
JUST IN:๐Ÿง #Bitget_crypto exchange reportedly hacked with over $170,000,000 stolen.๐Ÿ˜
โค3๐Ÿฅฐ3๐Ÿ”ฅ1
๐ŸŸข๐Ÿ”ฅ AI TOOLS 5 KAN ATI BEEKUU QABDU! ๐Ÿค–
1๏ธโƒฃ ChatGPT โ€” โœ๏ธ Writing & Coding
2๏ธโƒฃ Canva AI โ€” ๐ŸŽจ Design
3๏ธโƒฃ CapCut AI โ€” ๐ŸŽฌ Video Editing
4๏ธโƒฃ Adobe Firefly โ€” ๐Ÿ–ผ AI Images
5๏ธโƒฃ Perplexity โ€” ๐Ÿ”Ž Research
๐Ÿ’ก Isaan keessaa kamtu siif baay'ee barbaachisaa dha?
๐Ÿ‘‡ Lakkoofsa isaa comment/reply keessatti barreessi.
๐Ÿ“ฒ Hiriyoota kee tech jaallatan waliin SHARE godhi!

@ADEMO_TECH
โค2๐Ÿ‘2๐Ÿฅฐ1
Forwarded from ADEMO TECH ๐Ÿ’ป
Oduu #GAMMACHIISAA๐ŸŽ‰
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
More๐Ÿ‘‰https://t.me/mbprinting
Contact ๐Ÿ‘‰0940680143
โค6
#ADVERTISEMENTS ๐Ÿ“ข

โœ… @ADEMO_TECH ๐ŸŒ
๐Ÿ‘3โค1
๐Ÿ”‹ BATTERY KEE AKKA TURUUF TIPS 5! ๐Ÿ“ฑ
1๏ธโƒฃ ๐Ÿ”… Brightness gadi buusi ykn Adaptive Brightness fayyadami.
2๏ธโƒฃ ๐Ÿ“ Location, Bluetooth fi GPS yeroo hin barbaachifne cufi.
3๏ธโƒฃ ๐Ÿ”„ Apps background irratti hojjetan muraasi isaanii daangessi.
4๏ธโƒฃ ๐ŸŒ™ Battery Saver/Power Saving Mode yeroo battery xiqqaatu fayyadami.
5๏ธโƒฃ ๐ŸŒก๏ธ Phone kee hoโ€™a cimaa irraa eegi โ€” hoโ€™i battery umurii isaa gabaabsuu danda'a.
๐Ÿ’ก BONUS: Battery kee yeroo hunda 0% irraa gara 100%tti geessuun dirqama miti; yeroo baayโ€™ee charge gochuun battery lithium-ion irratti gaarii taโ€™uu dandaโ€™a.
๐Ÿ“ฒ Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! ๐Ÿ”ฅ@ADEMO_TECH
โค4๐Ÿ”ฅ2๐Ÿ‘1
๐ŸŸฉfacebook keessan #AI_Content jedhee isin dabbaree beekaa?๐Ÿ˜„
Feesbuukiin akka AI ta'u hin beekne gochuuf, metadata dhokataa (C2PA) faayilichaa haquu ykn suuraa/viidiyicha bifa haaraan edit gochuu qabda.

Screenshot kaasuu: Karaan inni salphaan suuraa AI sana banteeti screenshot kaasuun qarqara isaa muraasa (crop) godhachuu dha; kun metadata AI sun qabu guutummaatti dhabamsiisa.

Metadata (EXIF) haquu: Meeshaalee metadata haqan (akka ExifCleaner ykn websaayitoota "Remove EXIF data" kennan) fayyadamuun mallattoo AI faayilicha keessaa dhiqanii baasuu.

App editor fayyadamuu: Faayilicha Canva, Photoshop, ykn Snapseed keessa galchuudhaan filteera, ifa (brightness), ykn miidhagina muraasa jijjiirtee 'export' deebistee gochuu.

WhatsApp ykn Telegram irratti erguu: Suuraa sana akka faayiliitti osoo hin taane akka suuraa idileetti ofitti ergitanii yoo deebiftanii 'save' gootan, sirnoonni kunniin metadata duraanii hedduu ni haqan.


๐Ÿ“ฒ Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! ๐Ÿ”ฅ@ADEMO_TECH โ™ป๏ธ
๐Ÿ‘3โค1
โœ…#AI jannee kan duraan yaamaa turre amma gara #SI (super intelligence) deebi'ee jira.๐Ÿ˜„
๐Ÿ“ฒ Tech tips guyyaa guyyaan argachuuf channel kana JOIN godhi! ๐Ÿ”ฅ@ADEMO_TECH
โ™ป๏ธ