#TELEGRAMUPDATE
Telegram dhiyeenya kana Update haaraa hedduu ifa godhee Jira. Isaan keessaa Muraasa isaanii.
1. AI Text Editor (Barreeffama AI Gulaaluu)
Barreeffama dheeraa yeroo barreessinu, AIβn gargaaramuun:
Translate: Barreeffama gara afaan barbaaddaneetti hiikuu.
Grammar Fix: Dogoggora qubeewwanii fi seera-lugaa sirreessuu.
Tone & Style: Barreeffama keessan bifa adda addaa akka Formal, Short, Tribal, ykn Corp ta'utti mijeessuu.
π‘ Akkaataa itti fayyadamaa: Appii keessan erga update gootanii booda, bakka barreeffamaa irratti sarara 3 fi isaa ol yoo barreessitan, mallattoo AI dhuftu tuquun itti fayyadamaa!
2. Polls Haala salphaan edit gochuu
πΌοΈ Media Attach: Filannoo keessatti Suuraa, Viidiyoo fi bakka (Location) dabaluu.
πββοΈ User Suggestions: Namoonni filannoo irratti yaada (options) akka dhiyeessan hayyamuu.
π Random Order: Filannoowwan namoota adda addaaf bifa wal-makaa taβeen akka dhiyaatu gochuu.
3. Document Scanner (iOS Qofaaf) π
Fayyadamtoota iPhone qofaan kan hojjetu yoo ta'u, sanadoota (documents) keessan gara dijitaalaatti jijjiiruuf:
Appii Telegram keessatti Attachment menu bani. File kan jedhu erga tuqnee booda, Scan Document kan jedhu filachuun documents scan gochuu dandeenya.
@ADEMO_TECH
#TelegramUpdate #AITech #Telegram #Ademo_tech #TechNews

β€7
Telegramiin namootaa ammallee hatamaa jira!
Of-eeggannoo godhaaπ³
#Telegram #Hack #ScamAlert #OnlineSafety #OTP #CyberAttack @Ademo_tech

β€3
β
AI Intarneetii Malee Hojjetu!
Google AI Edge Gallery: Intarneetii malee AI fayyadamuu dandaadhu.
β Internet Free
β Privacy: Odeeffannoo keessan bilbila keessatti qabama.
β Saffisa: Daataa hin fixu.
π Buufadhu: Google Play Store
Hiriyeota keessaniif SHARE godhaa! π±β¨
@Ademo_tech

π3
Ethio Cart Update π
Ethio Cart irratti Mini App dabalamee jira.
π€ Mini App kana fayyadamuun:
βοΈ Telegram Premium
π° USDT
π³ Visa Card
π¬ Netflix
Karaa salphaa ta'een argachuu dandeessu.
π Feature inni guddaan Visa Card irratti Security dhaf Fingerprint dabalamee jira.
π± Yeroo Visa Card keessan fayyadamuu barbaadan kamuu βοΈ Fingerprint dhan banuun Details Card kessani argachuu dandeessu
Jedhamee jira.
@ademo_tech

β€1
Forwarded from ADEMO TECH π»
Maxxansi English'n isiniif maxxanfamaa jiru kun akka ana hin taane beekaa. #ADS dha waan ta'eef laaltaniituma dhiisu dandeessu.
β€2
Result kutaa 12ffaa guutumatti ifoomee jira.
Ilaallachuu ni dandeessu.
π Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
π Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
π Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
π Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint

result.eaes.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.