#ExamResult #Complaint 📢
Barattoota bu’aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa irratti komii qabdan hundaaf 👇
Komii keessan online dhiyeeffachuun ni danda’ama ✅
---
🔹 Akkaataa Komii Dhiyeeffattan
1️⃣ 👉 Seenaa https://result.eaes.et
2️⃣ 👉 Admission number keessan galchaa
3️⃣ 👉 Maqaa keessan jalqabaa galchaa
4️⃣ 👉 Bu’aa keessan ilaalaa
5️⃣ 👉 Fuula itti aanu irratti scroll godhaa
6️⃣ 👉 "Submit Complaint" jedhu cuqaasaa
7️⃣ 👉 "My Complaints" jedhu cuqaasaa
8️⃣ 👉 Komii dhiyeessaa 💬
⚠️ Yeroo komii dhiyeessitan dura:
Komii duraan dhiyeessitan yoo deebiin isiniif laatamee jiraate, dursa isaa ilaalaa!
---
📲 Komiin keessan qajeelaa ta’e yoo dhiyaate, deebiin ni kennameef.
Share godhaa barattoota biroofis gargaarsa taasisaa! 🤝
#ADEMO_TECH #Grade12 #NationalExam

❤1
#12th_grade_exam
The passing score was 300 but has been changed to 297.
It has been decided that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to allow them to pass.
The Ministry of Education, under Minister Professor Birhanu Nagga, has announced this decision and sent a letter to universities informing them that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to pass.
Accordingly, the passing score has been lowered from 300 out of 600 to 297, and students who scored 297 will be assigned to higher education institutions to continue their studies.

❤4
🚨BREAKING
BINANCE IS BUYING MILLIONS OF $ETH RIGHT NOW.
A MANIPULATION PUMP TO $5,500 WITH LIQUIDATION OF BILLIONS IN SHORTS IS COMING 👀

🔥3
Forwarded from ADEMO TECH 💻
🙏 Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:
🔹 indiehackers.com – Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaa’an irraa argadhu.
🔹 canva.com – Poster fi design salphaan hojjedhu.
🔹 namechk.com – Maqaa domain hojii kee to’annoo godhi.
🔹 blog.hubspot.com – Odeeffannoo marketing fi sales.
🔹 namelix.com – Brand name filannoowwan hedduu argadhu.
📌 Dabalataan:
🔹 producthunt.com – Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
🔹 fiverr.com / upwork.com – Freelancing jalqabi.
🔹 unsplash.com / pexels.com – Suuraawwan bilisaa argadhu.
🔹 gumroad.com – E-book fi digital products gurguri.
🔹 notion.so – Karoora fi hojii kee qindeessi.
👉 REACTION hin dagatinaa👍
Technology waliin haa dagaagfannu!
#Startup #Business #TechTips #AdemoTech 🚀

❤6
✅Telegram_Update
🔄 Torbee kana telegramiin features haaraa gadi lakkisee jira. Isaaniis;👇
💬 Comments & Reactions in Group Calls.
Amma booda telegram group call haasofnu comment fi reaction garaagaraa erguu dandeenya. Isas yeroo group call haasofnu message buttonii jedhu filachuun comment ykn reaction erguu dandeenya.
📝 Notes for Contacts
Amma booda profile contact telegram keenya irratti private note dabaluu ni danda'ama. Fakkeenyaaf: kan bilbila irraa bitadhe" jedhee eenyummaa nama sanii akka hin irraanfanneef note profile irratti dabaluu ni dandeenya. Isas gochuuf: Add to Contacts ykn Edit Contact kan jedhu irra gallee Add notes kan jedhu filannee itti dabaluu Dandeenya.
Notes kanas nu qofatu arguu danda’a.
NB. Features kana fayyadamuuf dursa Telegram appii keenya update gochuu qabna.
Join✅ @ADEMO_TECH

❤6🔥1
📲 #TECH_TIPS — Koodii Dhoksaa Lama Faayidaa Qabeessa! 🤫
💡 1️⃣ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? 😱
Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? 💸
Sababni isaa: “services” dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! 🤦♀️
Ergaa ‘advertisement’ tokko yoo argitan, qarshiin keessan “slurp!” jedhee badaa jira 😩
✅ Furmaata Isaa:
👉 Koodii kana bilbilaa: *900#
Kun “services” hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! 🦸♂️
💡 2️⃣ WiFi’n Bilbila Keessan Irraa Didee? 📶🚫
WiFi’n “Lakki! Si hin beeku!” jechuun isin rakkisaa jiraa? 😅
Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna!
✅ Akkaataan Itti Sirreessitan:
1️⃣ Gara “Dialer” dhaqaa 📞
2️⃣ Koodii kana galchaa 👉 *#2663#
3️⃣ “REFRESH WIFI VERSION” jedhu cuqaasaa 🔄
4️⃣ Bilbilli keessan ofuma isaa “restart” godha 🤩
5️⃣ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! 🎉
🔥 Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa!
Namoota biroofis furmaata ta’a 💪
#Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH

❤7🥰1
🚨 #UPDATE — Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa keessatti Erguu Dhaabeera! 🇪🇹
📌 Telegraamiin Itoophiyaa keessatti koodii mirkaneeffannaa (Verification Code) karaa SMS erguu dhaabeera!
👉 Koodiin kun akkaawuntii haaraa banamuuf qofa ni ergama.
Garuu yoo akkaawuntii durii irra deebitanii seenuu (login) barbaaddan, SMSn isin hin ga’u — garuu Premium bituuun qofaan ni danda’ama.
💡 Sababni isaa?
👉 Itoophiyaan SMS tajaajilaaf kaffaltii baay’ee ol’aanaa gaafatte 😅
Kanaafuu Telegraam:
➡️ Akkaawuntii haaraa banuuf, Email galchuun dirqama taasiseera.
➡️ Verification code yeroo ammaa Email keessan irra ni dhufa.
⚠️ Hubachiisa Guddaa:
❌ Yoo duraan banattanii “logout” gootan, SMS isin hin qaqqabu.
✅ Kanaafuu, Email akkaawuntii keessan irratti dabalaa!
✅ Yoo Email hin qabdan, akkaawuntii keessan deebisuun rakkisa ta’a.
💎 Furmaata Lammataa:
✔️ Telegram Premium yoo bitan, SMS isin qaqqaba.
✔️ Ykn hiriyyaa Premium qabu tokko maqaa keessan (username) irratti akka isiniif ergmu gochuu dandeessu.
✔️ Username qabachuun dirqama!
📌 Yaadadhaa:
🔹 Username gochuu hin dagatinaa
🔹 Akkaawuntii haaraa banataniif Email dabaluu hin dagatinaa
🔹 Irra deebi’anii seenuuf, yeroo duraaf bilbila yookiin PC biraa seenaa — boodarra scan gochuun salphata
💬 Koodiin SMS yoo isin hin qaqqabin → Furmaanni dhumaa = Telegram Premium bituu
📲 #Odeeffannoo_teeknooloojii haaraa akkasii biraa argachuuf —
👉 Join godhaa: @ADEMO_TECH

❤7
Oduu #GAMMACHIISAA🎉
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
More👉https://t.me/mbprinting
Contact 👉0940680143
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
More👉https://t.me/mbprinting
Contact 👉0940680143
❤8🔥2
🌐 #TECH_NEWS — Raashiyaan SIM Kaardii Ijoollee Hordofu Uumte! 🇷🇺
📢 Raashiyaan SIM Kaardii addaa maatiin ittiin sochii ijoollee isaanii hordofan hojiirra oolchite.
👉 Ministirri Misooma Dijitaalaa, Kominikeeshinii fi Miidiyaa Raashiyaa — Maakisuut Shaadayeev — akka jedhanitti, SIM Kaardiin kun nagahee ijoollee eeguuf qophaa’e.
👦👧 Faayidaa fi Kaayyoon SIM Kaardii kanaa:
🔹 Ijoollee umriin isaanii waggaa 14 gadi tahan irratti xiyyeeffata.
🔹 Qabiyyee miidiyaa hawaasaa hin malleefi marsariitii faayidaa hin qabne irraa daa’imman ni daangessa.
🔹 Maatiin bakka ijoollee isaanii jiran fi sochii isaanii karaa odeeffannoo SIM kanaan hordofuu ni danda’u.
🧠 Kaayyoon Ijoollee Eeguudha!
SIM Kaardiin kun ilaalcha cyber safety irratti hundaa’e — daa’imman haala dijitaalaa ammayyaa keessatti akka tasgabbaa’an fi eeggumsa dijitaalaa argatan gochuuf.
💬 Odeeffannoo teeknooloojii haaraa akkasii argachuuf
👉 Join godhaa: @ADEMO_TECH
#Technology #DigitalSafety #Russia #SIMCard #TechNews@Ademo_tech

❤10
Forwarded from ADEMO TECH 💻
📲 #TECH_TIPS — Koodii Dhoksaa Lama Faayidaa Qabeessa! 🤫
💡 1️⃣ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? 😱
Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? 💸
Sababni isaa: “services” dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! 🤦♀️
Ergaa ‘advertisement’ tokko yoo argitan, qarshiin keessan “slurp!” jedhee badaa jira 😩
✅ Furmaata Isaa:
👉 Koodii kana bilbilaa: *900#
Kun “services” hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! 🦸♂️
💡 2️⃣ WiFi’n Bilbila Keessan Irraa Didee? 📶🚫
WiFi’n “Lakki! Si hin beeku!” jechuun isin rakkisaa jiraa? 😅
Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna!
✅ Akkaataan Itti Sirreessitan:
1️⃣ Gara “Dialer” dhaqaa 📞
2️⃣ Koodii kana galchaa 👉 *#2663#
3️⃣ “REFRESH WIFI VERSION” jedhu cuqaasaa 🔄
4️⃣ Bilbilli keessan ofuma isaa “restart” godha 🤩
5️⃣ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! 🎉
🔥 Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa!
Namoota biroofis furmaata ta’a 💪
#Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH
💡 1️⃣ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? 😱
Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? 💸
Sababni isaa: “services” dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! 🤦♀️
Ergaa ‘advertisement’ tokko yoo argitan, qarshiin keessan “slurp!” jedhee badaa jira 😩
✅ Furmaata Isaa:
👉 Koodii kana bilbilaa: *900#
Kun “services” hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! 🦸♂️
💡 2️⃣ WiFi’n Bilbila Keessan Irraa Didee? 📶🚫
WiFi’n “Lakki! Si hin beeku!” jechuun isin rakkisaa jiraa? 😅
Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna!
✅ Akkaataan Itti Sirreessitan:
1️⃣ Gara “Dialer” dhaqaa 📞
2️⃣ Koodii kana galchaa 👉 *#2663#
3️⃣ “REFRESH WIFI VERSION” jedhu cuqaasaa 🔄
4️⃣ Bilbilli keessan ofuma isaa “restart” godha 🤩
5️⃣ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! 🎉
🔥 Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa!
Namoota biroofis furmaata ta’a 💪
#Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH
❤9
🟢 Hattu telegram akkuma itti fufetti jira ammallee hammaachaa waan jiruuf of eegaa !!
Akkuma yeroo hunda waliif himaa jirru link 🔗 hunda login goonee waan hunda itti guutuurraa of qusachu qabna.
@ADEMO_TECH

🔥9❤4👏1
🔐💸 Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa!
❌ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking yeroo kamiyyuu hojjachuu hin qabne
Mobile banking fayyadamuun salphaa ta’us, of-eeggannoo dhabnaan balaa maallaqaa fiduu danda’a. Kanaaf akeekkachiisa armaan gadii sirriitti dubbisaa 👇
1️⃣ PIN namaaf hin qoodinaa
🚫 PIN salphaa akka 1234, 0000, bara dhalootaa hin fayyadaminaa
🔄 PIN keessan yeroo yeroon jijjiiraa
❌ Nama kamiifuu PIN hin kenninaa
2️⃣ Koodii OTP hin kenninaa
📩 OTP (lakkoofsa 4 ykn 6) kan dhuunfaa keessan qofa
🚨 OTP kennuun = furtuu maallaqa keessan kennuu dha
3️⃣ Liinkii sobaa (Phishing) irraa of-eegaa
⚠️ Ergaa akka “Herregni kee cufameera” ykn “Badhaasa mo’atteetta” jedhan shakkadhaa
🔗 Liinkii shakkisaa hin tuqinaa
📞 Lakkoofsa baankii sirrii qofa fayyadamaa (fkn: CBE – 951)
4️⃣ Appii baankii sirrii qofa fayyadamaa
✅ Play Store ykn App Store irraa qofa buufadhaa
🚫 Appii Telegram/Bluetooth irraa ergaman hin install gochinaa
🔄 Appii yeroo yeroon update gochaa
5️⃣ Wi-Fi uummataa irraa fagaadhaa
📡 Kaafee, hoteela, buufata xiyyaaraa keessatti mobile banking hin fayyadaminaa
📱 Deetaa bilbila mataa keessanii qofa fayyadamaa
6️⃣ Bilbila keessan sirriitti eeggadhaa
🔒 Screen lock (PIN, Fingerprint, Face ID) fayyadamaa
🚪 Mobile banking fayyadamnee booda logout godhaa
📩 SMS alert banuun sochii maallaqaa hordofaa
🚨 Yoo bilbilli bade ykn maallaqni hatame:
☎️ Mobile banking ariitiin akka cufamu taasisaa
📵 SIM card dafnee cufsiisaa
✅ Nama biraa eeguuf share gochaa!
📲 Odeeffannoo teeknooloojii dabalataaf 👉 @Ademo_tech hordofaa 🚀

👍14❤5
🃏📈 Barnoota Poker 5 kan Trader Gaarii Si Taasisan
1️⃣ Position sizing – Maallaqa hunda trade tokko irratti hin galchin.
2️⃣ Table selection – Gabaa dorgommii xiqqaa qabu filadhu.
3️⃣ Conviction & size – Setup cimaa → size guddisi; yoo hin mirkanoofne → xiqqeessi.
4️⃣ Process irratti xiyyeeffadhu – Strategy kee hordofi, kasaaraan ni dhufa.
5️⃣ To’annoo miiraa – Miiraan hin murteessin.
✅ Xumura: Probability + Discipline + Risk management = Trader gaarii. 📊
@Ademo_tech

❤10👏1