ADEMO TECH ๐Ÿ’ป
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
๐ŸŒ Oduu Tekinoolojii

๐Ÿšจ Keebilii Galaana Diimaa keessatti cituusaan tajaajilli intarneetii biyyoota hedduu keessatti gufateera.

๐Ÿ’ก Microsoft beeksise:

Tajaajilli isarraa kaโ€™uun UAE fi biyyoota Eeshiyaa muraasa keessatti Sambata darbe irraa addaan cite.

Kunis saffisni intarneetii Baha Jiddu-galeessaatti hirโ€™achuu fi tajaajilli jiddugala odeeffannoo harkifachuu taasise.


โšก Waraana Israaโ€™el Gaazaatti taasifameen wal qabatee kan qeeqamu Microsoft, sababni dhugaa keebiliin akka cite hin ibsine; garuu tajaajila gara biraatti geeddaruuf hojjechaa jira jedheera.

๐Ÿ”— Keebiliin galaana jalaa kun odeeffannoo ardiiwwan jidduutti dabarsuun, buโ€™uura tajaajila intarneetii addunyaa keessaa tokko taโ€™a.

๐Ÿ“ข Dhaabbata NetBlocks immoo miidhaan kun Hindii, Paakistaan dabalatee biyyoota hedduu keessatti tajaajila intarneetii addaan kutuu mala jedheera.

#TechNews โšก #Internet@Ademo_tech

@ADEMO_TECH
๐Ÿฅฐ1
Happy New year 2018

Baga bara 2018 Nagayan geessan
โ€ข#BARA_2018 Akkaa karoorfannee ๐Ÿ“ Olitti Rabbii nuf haa tahu.
โ€ขQabeenya #Unlimited Rabbii Nuf haa kennu.
โ€ขJiruu Teenya Guutuu #Sponsora Rabbi Nuf haa tahu.
โ€ข#Milkii_fi_Risqii Tana dura Takka Agarre hin dhagahin Nutti Cabsee Rabbi #Surprise nu haa godhu.!!!

@ADEMO_TECH
โค2๐Ÿ‘1
#AI #TechNews@Ademo_tech #DeepSeek


Hoji-geggeessaan olaanaa Google, Sundar Pichai, dhaabbata AI DeepSeek dinqisiifate! ๐Ÿš€

๐Ÿ‘‰ DeepSeek moodela AI cimaa baajata xiqqaa ($6M qofa) irratti hojjatee, moodeloota biroo ($100M+ irratti hojjataman) caalaa dinqisiisaa taasise.

โšก Fakkeenyaaf:

Meta fi kkf chip AI 16,000 fayyadaniiru

Garuu DeepSeek chip 2,000 qofaan milkaaโ€™e โœ…


Pichai: โ€œTeam DeepSeek hojii dinqisiisaa hojjate. Kun baajata xiqqaanis wanti guddaan akka raawwatamu agarsiise.โ€

๐ŸŒ Moodelichi open-source waan taโ€™eef namoonni addunyaa mara itti fayyadamuun fooyyessuu dandaโ€™u.

๐Ÿ“ฒ Akkasumas, DeepSeek app App Store fi Google Play keessatti sadarkaa olaanaa irra gaโ€™eera.

@ADEMO_TECH โœ…
@ADEMO_TECH โœ…
๐Ÿ‘1
#TechTips #Android #iPhone

Tajaajila Fayyadamtoota Bilbilaaf Odeeffannoo
Fayyadamaa

โœ… Namoota contact keenya irraa qofa akka nu bilbilanii fi SMS nuuf ergan gochuu dandeenya ๐Ÿ‘‡


๐Ÿ”น Bilbiloota Android (Samsung, Infinix, Oppo, Mi, kkf)

1๏ธโƒฃ Bilbila dhoorkuuf:
๐Ÿ‘‰ Phone (Contact App) โ†’ Settings โ†’ Blocked Numbers โ†’ "Block calls from unknown/private numbers" โ†’ ON

2๏ธโƒฃ Message dhoorkuuf:
๐Ÿ‘‰ Messages App โ†’ Settings โ†’ Spam Protection โ†’ "Enable Spam Protection" โ†’ ON

3๏ธโƒฃ App dabalataa fayyadamuun:
๐Ÿ‘‰ Call Blocker / Truecaller / Hiya fayyadamuun, namoota contact keessaa alatti hunda block gochuu ni dandeenya.

๐Ÿ”น Bilbiloota iPhone ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ

1๏ธโƒฃ Bilbila dhoorkuuf:
๐Ÿ‘‰ Settings โ†’ Phone โ†’ Silence Unknown Callers โ†’ ON

2๏ธโƒฃ Message dhoorkuuf:
๐Ÿ‘‰ Settings โ†’ Messages โ†’ Filter Unknown Senders โ†’ ON


โœจ Kana gootee booda, namoota contact keessan hin taane irraa bilbilli fi SMS isin hin jeequ! ๐Ÿšซ๐Ÿ“žโœ‰๏ธ

#TechTips #Android #iPhone
#Ademo_tech

@ADEMO_TECH โœ…
@ADEMO_TECH โœ…
โค1
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee๐ŸŒฑ)
#kutaa_12ffaa
#update

BBO- 03/01/2018 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti Kennamaa Ture Qabxiin Boru Ifooma Jedhame.

Qabxiin Qabxicha  Boru Dilbata (04/01/2018) Waaree Booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee kan ibsu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
๐Ÿ‘2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee๐ŸŒฑ)
591/600 Natural Science from Dodola Boarding School

562/600 Social science from Ambo Boarding school

Oromiyaa โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Kaalid Bashiir

Arsii Dodola irraa 591 fiduun 1ffaa kan bahe.


600 keessaa 591 fide.

โ—9 qofa dhabe

โœจCongra

๐Ÿ’ฅYou did it brother!
@ADEMO_TECH
๐Ÿ‘4
Forwarded from ADEMO TECH ๐Ÿ’ป
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.

1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot

Share our channel ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ

@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
โค1
#ExamResult #Complaint ๐Ÿ“ข

Barattoota buโ€™aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa irratti komii qabdan hundaaf ๐Ÿ‘‡
Komii keessan online dhiyeeffachuun ni dandaโ€™ama โœ…


---

๐Ÿ”น Akkaataa Komii Dhiyeeffattan

1๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Seenaa https://result.eaes.et
2๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Admission number keessan galchaa
3๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Maqaa keessan jalqabaa galchaa
4๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Buโ€™aa keessan ilaalaa
5๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Fuula itti aanu irratti scroll godhaa
6๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ "Submit Complaint" jedhu cuqaasaa
7๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ "My Complaints" jedhu cuqaasaa
8๏ธโƒฃ ๐Ÿ‘‰ Komii dhiyeessaa ๐Ÿ’ฌ

โš ๏ธ Yeroo komii dhiyeessitan dura:
Komii duraan dhiyeessitan yoo deebiin isiniif laatamee jiraate, dursa isaa ilaalaa!


---

๐Ÿ“ฒ Komiin keessan qajeelaa taโ€™e yoo dhiyaate, deebiin ni kennameef.
Share godhaa barattoota biroofis gargaarsa taasisaa! ๐Ÿค

#ADEMO_TECH #Grade12 #NationalExam
โค1
#12th_grade_exam

The passing score was 300 but has been changed to 297.

It has been decided that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to allow them to pass.

The Ministry of Education, under Minister Professor Birhanu Nagga, has announced this decision and sent a letter to universities informing them that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to pass.

Accordingly, the passing score has been lowered from 300 out of 600 to 297, and students who scored 297 will be assigned to higher education institutions to continue their studies.
โค4
๐ŸšจBREAKING

BINANCE IS BUYING MILLIONS OF $ETH RIGHT NOW.

A MANIPULATION PUMP TO $5,500 WITH LIQUIDATION OF BILLIONS IN SHORTS IS COMING ๐Ÿ‘€
๐Ÿ”ฅ3
Forwarded from ADEMO TECH ๐Ÿ’ป
๐Ÿ™ Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:

๐Ÿ”น indiehackers.com โ€“ Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaaโ€™an irraa argadhu.
๐Ÿ”น canva.com โ€“ Poster fi design salphaan hojjedhu.
๐Ÿ”น namechk.com โ€“ Maqaa domain hojii kee toโ€™annoo godhi.
๐Ÿ”น blog.hubspot.com โ€“ Odeeffannoo marketing fi sales.
๐Ÿ”น namelix.com โ€“ Brand name filannoowwan hedduu argadhu.

๐Ÿ“Œ Dabalataan:
๐Ÿ”น producthunt.com โ€“ Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
๐Ÿ”น fiverr.com / upwork.com โ€“ Freelancing jalqabi.
๐Ÿ”น unsplash.com / pexels.com โ€“ Suuraawwan bilisaa argadhu.
๐Ÿ”น gumroad.com โ€“ E-book fi digital products gurguri.
๐Ÿ”น notion.so โ€“ Karoora fi hojii kee qindeessi.

๐Ÿ‘‰ REACTION hin dagatinaa๐Ÿ‘

Technology waliin haa dagaagfannu!


#Startup #Business #TechTips #AdemoTech ๐Ÿš€
โค6
โœ…Telegram_Update

๐Ÿ”„ Torbee kana telegramiin features haaraa gadi lakkisee jira. Isaaniis;๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ฌ Comments & Reactions in Group Calls.
Amma booda telegram group call haasofnu comment fi reaction garaagaraa erguu dandeenya. Isas yeroo group call haasofnu message buttonii jedhu filachuun comment ykn reaction erguu dandeenya.

๐Ÿ“ Notes for Contacts
Amma booda profile contact telegram keenya irratti private note dabaluu ni danda'ama. Fakkeenyaaf: kan bilbila irraa bitadhe" jedhee eenyummaa nama sanii akka hin irraanfanneef note profile irratti dabaluu ni dandeenya. Isas gochuuf: Add to Contacts ykn Edit Contact kan jedhu irra gallee Add notes kan jedhu filannee itti dabaluu Dandeenya.
Notes kanas nu qofatu arguu dandaโ€™a.

NB. Features kana fayyadamuuf dursa Telegram appii keenya update gochuu qabna.

Joinโœ… @ADEMO_TECH
โค6๐Ÿ”ฅ1
๐Ÿ“ฒ #TECH_TIPS โ€” Koodii Dhoksaa Lama Faayidaa Qabeessa! ๐Ÿคซ

๐Ÿ’ก 1๏ธโƒฃ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? ๐Ÿ˜ฑ
Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? ๐Ÿ’ธ
Sababni isaa: โ€œservicesโ€ dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! ๐Ÿคฆโ€โ™€๏ธ
Ergaa โ€˜advertisementโ€™ tokko yoo argitan, qarshiin keessan โ€œslurp!โ€ jedhee badaa jira ๐Ÿ˜ฉ
โœ… Furmaata Isaa:
๐Ÿ‘‰ Koodii kana bilbilaa: *900#
Kun โ€œservicesโ€ hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! ๐Ÿฆธโ€โ™‚๏ธ
๐Ÿ’ก 2๏ธโƒฃ WiFiโ€™n Bilbila Keessan Irraa Didee? ๐Ÿ“ถ๐Ÿšซ
WiFiโ€™n โ€œLakki! Si hin beeku!โ€ jechuun isin rakkisaa jiraa? ๐Ÿ˜…
Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna!
โœ… Akkaataan Itti Sirreessitan:
1๏ธโƒฃ Gara โ€œDialerโ€ dhaqaa ๐Ÿ“ž
2๏ธโƒฃ Koodii kana galchaa ๐Ÿ‘‰ *#2663#
3๏ธโƒฃ โ€œREFRESH WIFI VERSIONโ€ jedhu cuqaasaa ๐Ÿ”„
4๏ธโƒฃ Bilbilli keessan ofuma isaa โ€œrestartโ€ godha ๐Ÿคฉ
5๏ธโƒฃ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! ๐ŸŽ‰
๐Ÿ”ฅ Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa!
Namoota biroofis furmaata taโ€™a ๐Ÿ’ช

#Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH
โค7๐Ÿฅฐ1
๐Ÿšจ #UPDATE โ€” Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa keessatti Erguu Dhaabeera! ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ“Œ Telegraamiin Itoophiyaa keessatti koodii mirkaneeffannaa (Verification Code) karaa SMS erguu dhaabeera!
๐Ÿ‘‰ Koodiin kun akkaawuntii haaraa banamuuf qofa ni ergama.
Garuu yoo akkaawuntii durii irra deebitanii seenuu (login) barbaaddan, SMSn isin hin gaโ€™u โ€” garuu Premium bituuun qofaan ni dandaโ€™ama.
๐Ÿ’ก Sababni isaa?
๐Ÿ‘‰ Itoophiyaan SMS tajaajilaaf kaffaltii baayโ€™ee olโ€™aanaa gaafatte ๐Ÿ˜…
Kanaafuu Telegraam:
โžก๏ธ Akkaawuntii haaraa banuuf, Email galchuun dirqama taasiseera.
โžก๏ธ Verification code yeroo ammaa Email keessan irra ni dhufa.
โš ๏ธ Hubachiisa Guddaa:
โŒ Yoo duraan banattanii โ€œlogoutโ€ gootan, SMS isin hin qaqqabu.
โœ… Kanaafuu, Email akkaawuntii keessan irratti dabalaa!
โœ… Yoo Email hin qabdan, akkaawuntii keessan deebisuun rakkisa taโ€™a.
๐Ÿ’Ž Furmaata Lammataa:
โœ”๏ธ Telegram Premium yoo bitan, SMS isin qaqqaba.
โœ”๏ธ Ykn hiriyyaa Premium qabu tokko maqaa keessan (username) irratti akka isiniif ergmu gochuu dandeessu.
โœ”๏ธ Username qabachuun dirqama!
๐Ÿ“Œ Yaadadhaa:
๐Ÿ”น Username gochuu hin dagatinaa
๐Ÿ”น Akkaawuntii haaraa banataniif Email dabaluu hin dagatinaa
๐Ÿ”น Irra deebiโ€™anii seenuuf, yeroo duraaf bilbila yookiin PC biraa seenaa โ€” boodarra scan gochuun salphata
๐Ÿ’ฌ Koodiin SMS yoo isin hin qaqqabin โ†’ Furmaanni dhumaa = Telegram Premium bituu
๐Ÿ“ฒ #Odeeffannoo_teeknooloojii haaraa akkasii biraa argachuuf โ€”
๐Ÿ‘‰ Join godhaa: @ADEMO_TECH
โค7
Oduu #GAMMACHIISAA๐ŸŽ‰
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
More๐Ÿ‘‰https://t.me/mbprinting
Contact ๐Ÿ‘‰0940680143
โค8๐Ÿ”ฅ2