ADEMO TECH πŸ’»
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.

1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot

Share our channel πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ

@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
❀3πŸ‘1
πŸ’Ž Happy Birthday, Wallet!

Sirriitti har’a waggaa afur dura Wallet hojiirra oole. Yeroo sanatti, botiin salphaa Toncoin bituuf qofa tajaajilaa ture.

Amma garuu, daandii dheeraa darbee guddateera:
πŸ‘‰ Mini App guutuu tajaajiloota hedduu qabu ta’e
πŸ‘‰ Kutaa Telegram Settings keessa seene
πŸ‘‰ Maallaqa dijitaalaa (cryptocurrency) baay’ee deeggaree jira
πŸ‘‰ Fi tajaajila hedduu biroo dabalatee guddateera πŸ’ͺ

@ADEMO_TECH
πŸ‘3❀1πŸ‘1
⚠️ AKEEKKACHIISA

😳 NPM downloads BILLION tokkoo ol vaayirasichaatiin qabamaniiru!

⚠️ Malware irraa of eeggadhaa β€” wallet keessan balaa hamaa keessa galchuu danda’a.

πŸ’¬ Ledger CTO:
πŸ‘‰ β€œYeroo ammaa kana crypto erguu irraa of qusadhaa.”

βœ… Wallet keessan yeroo yerootti check godhaa, nageenya keessan eeggadhaa! πŸ”

@ADEMO_TECH
❀2πŸ‘1
🌍 Oduu Tekinoolojii

🚨 Keebilii Galaana Diimaa keessatti cituusaan tajaajilli intarneetii biyyoota hedduu keessatti gufateera.

πŸ’‘ Microsoft beeksise:

Tajaajilli isarraa ka’uun UAE fi biyyoota Eeshiyaa muraasa keessatti Sambata darbe irraa addaan cite.

Kunis saffisni intarneetii Baha Jiddu-galeessaatti hir’achuu fi tajaajilli jiddugala odeeffannoo harkifachuu taasise.


⚑ Waraana Israa’el Gaazaatti taasifameen wal qabatee kan qeeqamu Microsoft, sababni dhugaa keebiliin akka cite hin ibsine; garuu tajaajila gara biraatti geeddaruuf hojjechaa jira jedheera.

πŸ”— Keebiliin galaana jalaa kun odeeffannoo ardiiwwan jidduutti dabarsuun, bu’uura tajaajila intarneetii addunyaa keessaa tokko ta’a.

πŸ“’ Dhaabbata NetBlocks immoo miidhaan kun Hindii, Paakistaan dabalatee biyyoota hedduu keessatti tajaajila intarneetii addaan kutuu mala jedheera.

#TechNews ⚑ #Internet@Ademo_tech

@ADEMO_TECH
πŸ₯°1
Happy New year 2018

Baga bara 2018 Nagayan geessan
β€’#BARA_2018 Akkaa karoorfannee πŸ“ Olitti Rabbii nuf haa tahu.
β€’Qabeenya #Unlimited Rabbii Nuf haa kennu.
β€’Jiruu Teenya Guutuu #Sponsora Rabbi Nuf haa tahu.
β€’#Milkii_fi_Risqii Tana dura Takka Agarre hin dhagahin Nutti Cabsee Rabbi #Surprise nu haa godhu.!!!

@ADEMO_TECH
❀2πŸ‘1
#AI #TechNews@Ademo_tech #DeepSeek


Hoji-geggeessaan olaanaa Google, Sundar Pichai, dhaabbata AI DeepSeek dinqisiifate! πŸš€

πŸ‘‰ DeepSeek moodela AI cimaa baajata xiqqaa ($6M qofa) irratti hojjatee, moodeloota biroo ($100M+ irratti hojjataman) caalaa dinqisiisaa taasise.

⚑ Fakkeenyaaf:

Meta fi kkf chip AI 16,000 fayyadaniiru

Garuu DeepSeek chip 2,000 qofaan milkaa’e βœ…


Pichai: β€œTeam DeepSeek hojii dinqisiisaa hojjate. Kun baajata xiqqaanis wanti guddaan akka raawwatamu agarsiise.”

🌍 Moodelichi open-source waan ta’eef namoonni addunyaa mara itti fayyadamuun fooyyessuu danda’u.

πŸ“² Akkasumas, DeepSeek app App Store fi Google Play keessatti sadarkaa olaanaa irra ga’eera.

@ADEMO_TECH βœ…
@ADEMO_TECH βœ…
πŸ‘1
#TechTips #Android #iPhone

Tajaajila Fayyadamtoota Bilbilaaf Odeeffannoo
Fayyadamaa

βœ… Namoota contact keenya irraa qofa akka nu bilbilanii fi SMS nuuf ergan gochuu dandeenya πŸ‘‡


πŸ”Ή Bilbiloota Android (Samsung, Infinix, Oppo, Mi, kkf)

1️⃣ Bilbila dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Phone (Contact App) β†’ Settings β†’ Blocked Numbers β†’ "Block calls from unknown/private numbers" β†’ ON

2️⃣ Message dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Messages App β†’ Settings β†’ Spam Protection β†’ "Enable Spam Protection" β†’ ON

3️⃣ App dabalataa fayyadamuun:
πŸ‘‰ Call Blocker / Truecaller / Hiya fayyadamuun, namoota contact keessaa alatti hunda block gochuu ni dandeenya.

πŸ”Ή Bilbiloota iPhone πŸ“±πŸ

1️⃣ Bilbila dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Settings β†’ Phone β†’ Silence Unknown Callers β†’ ON

2️⃣ Message dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Settings β†’ Messages β†’ Filter Unknown Senders β†’ ON


✨ Kana gootee booda, namoota contact keessan hin taane irraa bilbilli fi SMS isin hin jeequ! πŸš«πŸ“žβœ‰οΈ

#TechTips #Android #iPhone
#Ademo_tech

@ADEMO_TECH βœ…
@ADEMO_TECH βœ…
❀1
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee🌱)
#kutaa_12ffaa
#update

BBO- 03/01/2018 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti Kennamaa Ture Qabxiin Boru Ifooma Jedhame.

Qabxiin Qabxicha  Boru Dilbata (04/01/2018) Waaree Booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee kan ibsu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
πŸ‘2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee🌱)
591/600 Natural Science from Dodola Boarding School

562/600 Social science from Ambo Boarding school

Oromiyaa ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
Kaalid Bashiir

Arsii Dodola irraa 591 fiduun 1ffaa kan bahe.


600 keessaa 591 fide.

●9 qofa dhabe

✨Congra

πŸ’₯You did it brother!
@ADEMO_TECH
πŸ‘4
Forwarded from ADEMO TECH πŸ’»
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.

1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot

Share our channel πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ

@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
❀1
#ExamResult #Complaint πŸ“’

Barattoota bu’aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa irratti komii qabdan hundaaf πŸ‘‡
Komii keessan online dhiyeeffachuun ni danda’ama βœ…


---

πŸ”Ή Akkaataa Komii Dhiyeeffattan

1️⃣ πŸ‘‰ Seenaa https://result.eaes.et
2️⃣ πŸ‘‰ Admission number keessan galchaa
3️⃣ πŸ‘‰ Maqaa keessan jalqabaa galchaa
4️⃣ πŸ‘‰ Bu’aa keessan ilaalaa
5️⃣ πŸ‘‰ Fuula itti aanu irratti scroll godhaa
6️⃣ πŸ‘‰ "Submit Complaint" jedhu cuqaasaa
7️⃣ πŸ‘‰ "My Complaints" jedhu cuqaasaa
8️⃣ πŸ‘‰ Komii dhiyeessaa πŸ’¬

⚠️ Yeroo komii dhiyeessitan dura:
Komii duraan dhiyeessitan yoo deebiin isiniif laatamee jiraate, dursa isaa ilaalaa!


---

πŸ“² Komiin keessan qajeelaa ta’e yoo dhiyaate, deebiin ni kennameef.
Share godhaa barattoota biroofis gargaarsa taasisaa! 🀝

#ADEMO_TECH #Grade12 #NationalExam
❀1
#12th_grade_exam

The passing score was 300 but has been changed to 297.

It has been decided that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to allow them to pass.

The Ministry of Education, under Minister Professor Birhanu Nagga, has announced this decision and sent a letter to universities informing them that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to pass.

Accordingly, the passing score has been lowered from 300 out of 600 to 297, and students who scored 297 will be assigned to higher education institutions to continue their studies.
❀4
🚨BREAKING

BINANCE IS BUYING MILLIONS OF $ETH RIGHT NOW.

A MANIPULATION PUMP TO $5,500 WITH LIQUIDATION OF BILLIONS IN SHORTS IS COMING πŸ‘€
πŸ”₯3
Forwarded from ADEMO TECH πŸ’»
πŸ™ Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:

πŸ”Ή indiehackers.com – Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaa’an irraa argadhu.
πŸ”Ή canva.com – Poster fi design salphaan hojjedhu.
πŸ”Ή namechk.com – Maqaa domain hojii kee to’annoo godhi.
πŸ”Ή blog.hubspot.com – Odeeffannoo marketing fi sales.
πŸ”Ή namelix.com – Brand name filannoowwan hedduu argadhu.

πŸ“Œ Dabalataan:
πŸ”Ή producthunt.com – Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
πŸ”Ή fiverr.com / upwork.com – Freelancing jalqabi.
πŸ”Ή unsplash.com / pexels.com – Suuraawwan bilisaa argadhu.
πŸ”Ή gumroad.com – E-book fi digital products gurguri.
πŸ”Ή notion.so – Karoora fi hojii kee qindeessi.

πŸ‘‰ REACTION hin dagatinaaπŸ‘

Technology waliin haa dagaagfannu!


#Startup #Business #TechTips #AdemoTech πŸš€
❀6
βœ…Telegram_Update

πŸ”„ Torbee kana telegramiin features haaraa gadi lakkisee jira. Isaaniis;πŸ‘‡

πŸ’¬ Comments & Reactions in Group Calls.
Amma booda telegram group call haasofnu comment fi reaction garaagaraa erguu dandeenya. Isas yeroo group call haasofnu message buttonii jedhu filachuun comment ykn reaction erguu dandeenya.

πŸ“ Notes for Contacts
Amma booda profile contact telegram keenya irratti private note dabaluu ni danda'ama. Fakkeenyaaf: kan bilbila irraa bitadhe" jedhee eenyummaa nama sanii akka hin irraanfanneef note profile irratti dabaluu ni dandeenya. Isas gochuuf: Add to Contacts ykn Edit Contact kan jedhu irra gallee Add notes kan jedhu filannee itti dabaluu Dandeenya.
Notes kanas nu qofatu arguu danda’a.

NB. Features kana fayyadamuuf dursa Telegram appii keenya update gochuu qabna.

Joinβœ… @ADEMO_TECH
❀6πŸ”₯1
πŸ“² #TECH_TIPS β€” Koodii Dhoksaa Lama Faayidaa Qabeessa! 🀫

πŸ’‘ 1️⃣ Kaardii Moobaayilii Osoo Hin Fayyadamin Dhumataa Jiraa? 😱
Kaardii keessan guuttanii osoo hin fayyadamin qarshiin keessan badaa jiraa? πŸ’Έ
Sababni isaa: β€œservices” dhoksaa irratti ofumaan galmooftanii jirtu! πŸ€¦β€β™€οΈ
Ergaa β€˜advertisement’ tokko yoo argitan, qarshiin keessan β€œslurp!” jedhee badaa jira 😩
βœ… Furmaata Isaa:
πŸ‘‰ Koodii kana bilbilaa: *900#
Kun β€œservices” hundaa irraa isin baasaa, kaardiin keessan ammoo nagaan fayyadama! πŸ¦Έβ€β™‚οΈ
πŸ’‘ 2️⃣ WiFi’n Bilbila Keessan Irraa Didee? πŸ“ΆπŸš«
WiFi’n β€œLakki! Si hin beeku!” jechuun isin rakkisaa jiraa? πŸ˜…
Hin yaaddaanne, koodiin dhoksaan furmaata kenna!
βœ… Akkaataan Itti Sirreessitan:
1️⃣ Gara β€œDialer” dhaqaa πŸ“ž
2️⃣ Koodii kana galchaa πŸ‘‰ *#2663#
3️⃣ β€œREFRESH WIFI VERSION” jedhu cuqaasaa πŸ”„
4️⃣ Bilbilli keessan ofuma isaa β€œrestart” godha 🀩
5️⃣ Yeroo banamu, WiFi keessan ni hojjeta! πŸŽ‰
πŸ”₯ Yoo Tech Tips kana jaallattan SHARE godhaa!
Namoota biroofis furmaata ta’a πŸ’ͺ

#Tech #Android #HiddenCodes #Tips #ADEMO_TECH
❀7πŸ₯°1
🚨 #UPDATE β€” Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa keessatti Erguu Dhaabeera! πŸ‡ͺπŸ‡Ή
πŸ“Œ Telegraamiin Itoophiyaa keessatti koodii mirkaneeffannaa (Verification Code) karaa SMS erguu dhaabeera!
πŸ‘‰ Koodiin kun akkaawuntii haaraa banamuuf qofa ni ergama.
Garuu yoo akkaawuntii durii irra deebitanii seenuu (login) barbaaddan, SMSn isin hin ga’u β€” garuu Premium bituuun qofaan ni danda’ama.
πŸ’‘ Sababni isaa?
πŸ‘‰ Itoophiyaan SMS tajaajilaaf kaffaltii baay’ee ol’aanaa gaafatte πŸ˜…
Kanaafuu Telegraam:
➑️ Akkaawuntii haaraa banuuf, Email galchuun dirqama taasiseera.
➑️ Verification code yeroo ammaa Email keessan irra ni dhufa.
⚠️ Hubachiisa Guddaa:
❌ Yoo duraan banattanii β€œlogout” gootan, SMS isin hin qaqqabu.
βœ… Kanaafuu, Email akkaawuntii keessan irratti dabalaa!
βœ… Yoo Email hin qabdan, akkaawuntii keessan deebisuun rakkisa ta’a.
πŸ’Ž Furmaata Lammataa:
βœ”οΈ Telegram Premium yoo bitan, SMS isin qaqqaba.
βœ”οΈ Ykn hiriyyaa Premium qabu tokko maqaa keessan (username) irratti akka isiniif ergmu gochuu dandeessu.
βœ”οΈ Username qabachuun dirqama!
πŸ“Œ Yaadadhaa:
πŸ”Ή Username gochuu hin dagatinaa
πŸ”Ή Akkaawuntii haaraa banataniif Email dabaluu hin dagatinaa
πŸ”Ή Irra deebi’anii seenuuf, yeroo duraaf bilbila yookiin PC biraa seenaa β€” boodarra scan gochuun salphata
πŸ’¬ Koodiin SMS yoo isin hin qaqqabin β†’ Furmaanni dhumaa = Telegram Premium bituu
πŸ“² #Odeeffannoo_teeknooloojii haaraa akkasii biraa argachuuf β€”
πŸ‘‰ Join godhaa: @ADEMO_TECH
❀7
Oduu #GAMMACHIISAAπŸŽ‰
Namoota tajaajila kana barbaadaniif.
MoreπŸ‘‰https://t.me/mbprinting
Contact πŸ‘‰0940680143
❀8πŸ”₯2