ADEMO TECH π» pinned Β«π Teknoolojii Haaraa: Smart Glass (Ija Ittiin Beeku) π₯ Dargaggoonni teknoolojii ammayyaa keessaa βSmart Glassβ jedhu hojjetaa jiru. Kun ilkaan ija fakkaatu taβee: π Fakkeenyaaf, yeroo uffatamu: Odeeffannoo fuula duraa siif agarsiisa (weather, time, notifications).β¦Β»
β‘οΈToday Crypto Market β‘οΈ
π΄
π΄
BTC - $110,718.02 (-0.79%)
π΄ ETH - $4,294.31 (-1.05%)
π΄ SOL - $202.33 (-1.11%)
π΄ TON - $3.08 (-1.16%)
Market Cap: $3,901,901,668,327.63
Bitcoin Dominance: 56.53%
Fear & Greed Index: 48 (Neutral)
Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!
β€3π₯1
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.
1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot
Share our channel ππΏππΏππΏ
@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot
Share our channel ππΏππΏππΏ
@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
β€3π1
π Happy Birthday, Wallet!
Sirriitti harβa waggaa afur dura Wallet hojiirra oole. Yeroo sanatti, botiin salphaa Toncoin bituuf qofa tajaajilaa ture.
Amma garuu, daandii dheeraa darbee guddateera:
π Mini App guutuu tajaajiloota hedduu qabu taβe
π Kutaa Telegram Settings keessa seene
π Maallaqa dijitaalaa (cryptocurrency) baayβee deeggaree jira
π Fi tajaajila hedduu biroo dabalatee guddateera πͺ

π3β€1π1
β οΈ AKEEKKACHIISA
π³ NPM downloads BILLION tokkoo ol vaayirasichaatiin qabamaniiru!
β οΈ Malware irraa of eeggadhaa β wallet keessan balaa hamaa keessa galchuu dandaβa.
π¬ Ledger CTO:
π βYeroo ammaa kana crypto erguu irraa of qusadhaa.β
β Wallet keessan yeroo yerootti check godhaa, nageenya keessan eeggadhaa! π

β€2π1
π Oduu Tekinoolojii
π¨ Keebilii Galaana Diimaa keessatti cituusaan tajaajilli intarneetii biyyoota hedduu keessatti gufateera.
π‘ Microsoft beeksise:
Tajaajilli isarraa kaβuun UAE fi biyyoota Eeshiyaa muraasa keessatti Sambata darbe irraa addaan cite.
Kunis saffisni intarneetii Baha Jiddu-galeessaatti hirβachuu fi tajaajilli jiddugala odeeffannoo harkifachuu taasise.
β‘ Waraana Israaβel Gaazaatti taasifameen wal qabatee kan qeeqamu Microsoft, sababni dhugaa keebiliin akka cite hin ibsine; garuu tajaajila gara biraatti geeddaruuf hojjechaa jira jedheera.
π Keebiliin galaana jalaa kun odeeffannoo ardiiwwan jidduutti dabarsuun, buβuura tajaajila intarneetii addunyaa keessaa tokko taβa.
π’ Dhaabbata NetBlocks immoo miidhaan kun Hindii, Paakistaan dabalatee biyyoota hedduu keessatti tajaajila intarneetii addaan kutuu mala jedheera.
#TechNews β‘ #Internet@Ademo_tech

π₯°1
Happy New year 2018
Baga bara 2018 Nagayan geessan
β’#BARA_2018 Akkaa karoorfannee π Olitti Rabbii nuf haa tahu.
β’Qabeenya #Unlimited Rabbii Nuf haa kennu.
β’Jiruu Teenya Guutuu #Sponsora Rabbi Nuf haa tahu.
β’#Milkii_fi_Risqii Tana dura Takka Agarre hin dhagahin Nutti Cabsee Rabbi #Surprise nu haa godhu.!!!

#AI #TechNews@Ademo_tech #DeepSeek
Hoji-geggeessaan olaanaa Google, Sundar Pichai, dhaabbata AI DeepSeek dinqisiifate! π
π DeepSeek moodela AI cimaa baajata xiqqaa ($6M qofa) irratti hojjatee, moodeloota biroo ($100M+ irratti hojjataman) caalaa dinqisiisaa taasise.
β‘ Fakkeenyaaf:
Meta fi kkf chip AI 16,000 fayyadaniiru
Garuu DeepSeek chip 2,000 qofaan milkaaβe β
Pichai: βTeam DeepSeek hojii dinqisiisaa hojjate. Kun baajata xiqqaanis wanti guddaan akka raawwatamu agarsiise.β
π Moodelichi open-source waan taβeef namoonni addunyaa mara itti fayyadamuun fooyyessuu dandaβu.
π² Akkasumas, DeepSeek app App Store fi Google Play keessatti sadarkaa olaanaa irra gaβeera.
@ADEMO_TECH β

π1
#TechTips #Android #iPhone
Tajaajila Fayyadamtoota Bilbilaaf Odeeffannoo
Fayyadamaa
β Namoota contact keenya irraa qofa akka nu bilbilanii fi SMS nuuf ergan gochuu dandeenya π
πΉ Bilbiloota Android (Samsung, Infinix, Oppo, Mi, kkf)
1οΈβ£ Bilbila dhoorkuuf:
π Phone (Contact App) β Settings β Blocked Numbers β "Block calls from unknown/private numbers" β ON
2οΈβ£ Message dhoorkuuf:
π Messages App β Settings β Spam Protection β "Enable Spam Protection" β ON
3οΈβ£ App dabalataa fayyadamuun:
π Call Blocker / Truecaller / Hiya fayyadamuun, namoota contact keessaa alatti hunda block gochuu ni dandeenya.
πΉ Bilbiloota iPhone π±π
1οΈβ£ Bilbila dhoorkuuf:
π Settings β Phone β Silence Unknown Callers β ON
2οΈβ£ Message dhoorkuuf:
π Settings β Messages β Filter Unknown Senders β ON
β¨ Kana gootee booda, namoota contact keessan hin taane irraa bilbilli fi SMS isin hin jeequ! π«πβοΈ
#TechTips #Android #iPhone
#Ademo_tech

β€1
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diineeπ±)
#kutaa_12ffaa
#update
BBO- 03/01/2018 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti Kennamaa Ture Qabxiin Boru Ifooma Jedhame.
Qabxiin Qabxicha Boru Dilbata (04/01/2018) Waaree Booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee kan ibsu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

π2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diineeπ±)
591/600 Natural Science from Dodola Boarding School
562/600 Social science from Ambo Boarding school
Oromiyaa β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ

Kaalid Bashiir
Arsii Dodola irraa 591 fiduun 1ffaa kan bahe.
600 keessaa 591 fide.
β9 qofa dhabe
β¨Congra
π₯You did it brother!

π4
Forwarded from ADEMO TECH π»
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.
1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot
Share our channel ππΏππΏππΏ
@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot
Share our channel ππΏππΏππΏ
@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
β€1
#ExamResult #Complaint π’
Barattoota buβaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa irratti komii qabdan hundaaf π
Komii keessan online dhiyeeffachuun ni dandaβama β
---
πΉ Akkaataa Komii Dhiyeeffattan
1οΈβ£ π Seenaa https://result.eaes.et
2οΈβ£ π Admission number keessan galchaa
3οΈβ£ π Maqaa keessan jalqabaa galchaa
4οΈβ£ π Buβaa keessan ilaalaa
5οΈβ£ π Fuula itti aanu irratti scroll godhaa
6οΈβ£ π "Submit Complaint" jedhu cuqaasaa
7οΈβ£ π "My Complaints" jedhu cuqaasaa
8οΈβ£ π Komii dhiyeessaa π¬
β οΈ Yeroo komii dhiyeessitan dura:
Komii duraan dhiyeessitan yoo deebiin isiniif laatamee jiraate, dursa isaa ilaalaa!
---
π² Komiin keessan qajeelaa taβe yoo dhiyaate, deebiin ni kennameef.
Share godhaa barattoota biroofis gargaarsa taasisaa! π€
#ADEMO_TECH #Grade12 #NationalExam

#12th_grade_exam
The passing score was 300 but has been changed to 297.
It has been decided that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to allow them to pass.
The Ministry of Education, under Minister Professor Birhanu Nagga, has announced this decision and sent a letter to universities informing them that students who scored between 49.50 and 49.99 percent on the 2017 12th grade exam will have their scores rounded up to 50 percent to pass.
Accordingly, the passing score has been lowered from 300 out of 600 to 297, and students who scored 297 will be assigned to higher education institutions to continue their studies.

β€4
π¨BREAKING
BINANCE IS BUYING MILLIONS OF $ETH RIGHT NOW.
A MANIPULATION PUMP TO $5,500 WITH LIQUIDATION OF BILLIONS IN SHORTS IS COMING π

π₯3
Forwarded from ADEMO TECH π»
π Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:
πΉ indiehackers.com β Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaaβan irraa argadhu.
πΉ canva.com β Poster fi design salphaan hojjedhu.
πΉ namechk.com β Maqaa domain hojii kee toβannoo godhi.
πΉ blog.hubspot.com β Odeeffannoo marketing fi sales.
πΉ namelix.com β Brand name filannoowwan hedduu argadhu.
π Dabalataan:
πΉ producthunt.com β Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
πΉ fiverr.com / upwork.com β Freelancing jalqabi.
πΉ unsplash.com / pexels.com β Suuraawwan bilisaa argadhu.
πΉ gumroad.com β E-book fi digital products gurguri.
πΉ notion.so β Karoora fi hojii kee qindeessi.
π REACTION hin dagatinaaπ
Technology waliin haa dagaagfannu!
#Startup #Business #TechTips #AdemoTech π

β€6
β
Telegram_Update
π Torbee kana telegramiin features haaraa gadi lakkisee jira. Isaaniis;π
π¬ Comments & Reactions in Group Calls.
Amma booda telegram group call haasofnu comment fi reaction garaagaraa erguu dandeenya. Isas yeroo group call haasofnu message buttonii jedhu filachuun comment ykn reaction erguu dandeenya.
π Notes for Contacts
Amma booda profile contact telegram keenya irratti private note dabaluu ni danda'ama. Fakkeenyaaf: kan bilbila irraa bitadhe" jedhee eenyummaa nama sanii akka hin irraanfanneef note profile irratti dabaluu ni dandeenya. Isas gochuuf: Add to Contacts ykn Edit Contact kan jedhu irra gallee Add notes kan jedhu filannee itti dabaluu Dandeenya.
Notes kanas nu qofatu arguu dandaβa.
NB. Features kana fayyadamuuf dursa Telegram appii keenya update gochuu qabna.
Joinβ @ADEMO_TECH

β€6π₯1