ADEMO TECH πŸ’»
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
πŸ“₯ Namoota Wave galuu barbaaddan qofaaf – Subscribe Addaa! ✨
Koottu itti gammaddaa πŸš€

πŸ“Š Sadarkaa Subscribers:

Above 500
➣ 1K+ Subscribers
➣ 3K+ Subscribers
➣ 5K+ Subscribers
➣ 7K+ Subscribers
➣ 10K+ Subscribers
➣ 15K+ Subscribers
➣ 20K+ Subscribers
➣ 30K+ Subscribers
➣ 50K+ Subscribers


πŸ‘‰ Wave galuuf: @mucaa_koo

πŸ”₯ Haala adda ta’een hirmaadhaa fi carraa keessan hin dhabinaa!
πŸ₯°2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee🌱)
#Entrance_exam_result πŸŽ“πŸ“’

Akkam jirtu barattoota? πŸ™Œ

βœ… Bu’aan Qormaata Entrance torban dhufu keessa akka gadi lakkifamu beeksifameera.


Be Ready! πŸš€πŸ˜„
@STUDY_ZONE3
❀1
🟒 BTC - $110,710.32 (+0.42%)
πŸ”₯2πŸ‘1
⚑️Today Crypto Market ⚑️
πŸ”΄ BTC - $110,663.51 (-0.04%)
🟒 ETH - $4,371.64 (+1.29%)
πŸ”΄ SOL - $206.46 (-1.27%)
🟒 TON - $3.17 (+0.51%)
#BlockMesh TGE is coming...
Today

🟒 BTC - $111,594.61 (+0.84%)
πŸ”΄ ETH - $4,339.69 (-0.64%)
πŸ”΄ SOL - $204.60 (-0.90%)
πŸ”΄ TON - $3.12 (-1.57%)

Market Cap: $3,921,595,568,071.94
Bitcoin Dominance: 56.67%
Fear & Greed Index: 48 (Neutral)


Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!
❀2πŸ‘1
πŸš€ Teknoolojii Haaraa: Smart Glass (Ija Ittiin Beeku) πŸ”₯

Dargaggoonni teknoolojii ammayyaa keessaa β€œSmart Glass” jedhu hojjetaa jiru. Kun ilkaan ija fakkaatu ta’ee:

πŸ‘“ Fakkeenyaaf, yeroo uffatamu:

Odeeffannoo fuula duraa siif agarsiisa (weather, time, notifications).

Kameraa built-in qaba, waan argitu record gochuu danda’a.

Augmented Reality (AR) fayyadamuun map irratti iddoo deemaa jirtu si agarsiisa.


🌍 Kaayyoon isaa: akka sammuufi ija namaa waliin wal simsiisu – yeroo dhufuuf karaa sirriitti β€œphone free life” uumuu dha!

πŸ‘‰ Mee yaada keessan nuu himaa: Smart Glass akkanaa yoo argatte, fayyadamta moo hin fayyadamtu?
❀4
ADEMO TECH πŸ’» pinned Β«πŸš€ Teknoolojii Haaraa: Smart Glass (Ija Ittiin Beeku) πŸ”₯ Dargaggoonni teknoolojii ammayyaa keessaa β€œSmart Glass” jedhu hojjetaa jiru. Kun ilkaan ija fakkaatu ta’ee: πŸ‘“ Fakkeenyaaf, yeroo uffatamu: Odeeffannoo fuula duraa siif agarsiisa (weather, time, notifications).…»
⚑️Today Crypto Market ⚑️


πŸ”΄
BTC - $110,718.02 (-0.79%)
πŸ”΄ ETH - $4,294.31 (-1.05%)
πŸ”΄ SOL - $202.33 (-1.11%)
πŸ”΄ TON - $3.08 (-1.16%)

Market Cap: $3,901,901,668,327.63
Bitcoin Dominance: 56.53%
Fear & Greed Index: 48 (Neutral)


Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!
❀3πŸ”₯1
TODAY'S MARKET
πŸ₯°2
#Your results will be available on the following website as soon as it is released.

1. result.neaea.gov.et
2. SMS 6284
3.https://t.me/EAESbot

Share our channel πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ

@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
❀3πŸ‘1
πŸ’Ž Happy Birthday, Wallet!

Sirriitti har’a waggaa afur dura Wallet hojiirra oole. Yeroo sanatti, botiin salphaa Toncoin bituuf qofa tajaajilaa ture.

Amma garuu, daandii dheeraa darbee guddateera:
πŸ‘‰ Mini App guutuu tajaajiloota hedduu qabu ta’e
πŸ‘‰ Kutaa Telegram Settings keessa seene
πŸ‘‰ Maallaqa dijitaalaa (cryptocurrency) baay’ee deeggaree jira
πŸ‘‰ Fi tajaajila hedduu biroo dabalatee guddateera πŸ’ͺ

@ADEMO_TECH
πŸ‘3❀1πŸ‘1
⚠️ AKEEKKACHIISA

😳 NPM downloads BILLION tokkoo ol vaayirasichaatiin qabamaniiru!

⚠️ Malware irraa of eeggadhaa β€” wallet keessan balaa hamaa keessa galchuu danda’a.

πŸ’¬ Ledger CTO:
πŸ‘‰ β€œYeroo ammaa kana crypto erguu irraa of qusadhaa.”

βœ… Wallet keessan yeroo yerootti check godhaa, nageenya keessan eeggadhaa! πŸ”

@ADEMO_TECH
❀2πŸ‘1
🌍 Oduu Tekinoolojii

🚨 Keebilii Galaana Diimaa keessatti cituusaan tajaajilli intarneetii biyyoota hedduu keessatti gufateera.

πŸ’‘ Microsoft beeksise:

Tajaajilli isarraa ka’uun UAE fi biyyoota Eeshiyaa muraasa keessatti Sambata darbe irraa addaan cite.

Kunis saffisni intarneetii Baha Jiddu-galeessaatti hir’achuu fi tajaajilli jiddugala odeeffannoo harkifachuu taasise.


⚑ Waraana Israa’el Gaazaatti taasifameen wal qabatee kan qeeqamu Microsoft, sababni dhugaa keebiliin akka cite hin ibsine; garuu tajaajila gara biraatti geeddaruuf hojjechaa jira jedheera.

πŸ”— Keebiliin galaana jalaa kun odeeffannoo ardiiwwan jidduutti dabarsuun, bu’uura tajaajila intarneetii addunyaa keessaa tokko ta’a.

πŸ“’ Dhaabbata NetBlocks immoo miidhaan kun Hindii, Paakistaan dabalatee biyyoota hedduu keessatti tajaajila intarneetii addaan kutuu mala jedheera.

#TechNews ⚑ #Internet@Ademo_tech

@ADEMO_TECH
πŸ₯°1
Happy New year 2018

Baga bara 2018 Nagayan geessan
β€’#BARA_2018 Akkaa karoorfannee πŸ“ Olitti Rabbii nuf haa tahu.
β€’Qabeenya #Unlimited Rabbii Nuf haa kennu.
β€’Jiruu Teenya Guutuu #Sponsora Rabbi Nuf haa tahu.
β€’#Milkii_fi_Risqii Tana dura Takka Agarre hin dhagahin Nutti Cabsee Rabbi #Surprise nu haa godhu.!!!

@ADEMO_TECH
❀2πŸ‘1
#AI #TechNews@Ademo_tech #DeepSeek


Hoji-geggeessaan olaanaa Google, Sundar Pichai, dhaabbata AI DeepSeek dinqisiifate! πŸš€

πŸ‘‰ DeepSeek moodela AI cimaa baajata xiqqaa ($6M qofa) irratti hojjatee, moodeloota biroo ($100M+ irratti hojjataman) caalaa dinqisiisaa taasise.

⚑ Fakkeenyaaf:

Meta fi kkf chip AI 16,000 fayyadaniiru

Garuu DeepSeek chip 2,000 qofaan milkaa’e βœ…


Pichai: β€œTeam DeepSeek hojii dinqisiisaa hojjate. Kun baajata xiqqaanis wanti guddaan akka raawwatamu agarsiise.”

🌍 Moodelichi open-source waan ta’eef namoonni addunyaa mara itti fayyadamuun fooyyessuu danda’u.

πŸ“² Akkasumas, DeepSeek app App Store fi Google Play keessatti sadarkaa olaanaa irra ga’eera.

@ADEMO_TECH βœ…
@ADEMO_TECH βœ…
πŸ‘1
#TechTips #Android #iPhone

Tajaajila Fayyadamtoota Bilbilaaf Odeeffannoo
Fayyadamaa

βœ… Namoota contact keenya irraa qofa akka nu bilbilanii fi SMS nuuf ergan gochuu dandeenya πŸ‘‡


πŸ”Ή Bilbiloota Android (Samsung, Infinix, Oppo, Mi, kkf)

1️⃣ Bilbila dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Phone (Contact App) β†’ Settings β†’ Blocked Numbers β†’ "Block calls from unknown/private numbers" β†’ ON

2️⃣ Message dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Messages App β†’ Settings β†’ Spam Protection β†’ "Enable Spam Protection" β†’ ON

3️⃣ App dabalataa fayyadamuun:
πŸ‘‰ Call Blocker / Truecaller / Hiya fayyadamuun, namoota contact keessaa alatti hunda block gochuu ni dandeenya.

πŸ”Ή Bilbiloota iPhone πŸ“±πŸ

1️⃣ Bilbila dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Settings β†’ Phone β†’ Silence Unknown Callers β†’ ON

2️⃣ Message dhoorkuuf:
πŸ‘‰ Settings β†’ Messages β†’ Filter Unknown Senders β†’ ON


✨ Kana gootee booda, namoota contact keessan hin taane irraa bilbilli fi SMS isin hin jeequ! πŸš«πŸ“žβœ‰οΈ

#TechTips #Android #iPhone
#Ademo_tech

@ADEMO_TECH βœ…
@ADEMO_TECH βœ…
❀1
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee🌱)
#kutaa_12ffaa
#update

BBO- 03/01/2018 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Barnootaa 2017 Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 8, 2017tti Kennamaa Ture Qabxiin Boru Ifooma Jedhame.

Qabxiin Qabxicha  Boru Dilbata (04/01/2018) Waaree Booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee kan ibsu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
πŸ‘2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diinee🌱)
591/600 Natural Science from Dodola Boarding School

562/600 Social science from Ambo Boarding school

Oromiyaa ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
Kaalid Bashiir

Arsii Dodola irraa 591 fiduun 1ffaa kan bahe.


600 keessaa 591 fide.

●9 qofa dhabe

✨Congra

πŸ’₯You did it brother!
@ADEMO_TECH
πŸ‘4