π¨ HATTUUTAA DIJITAALAA (SCAMMERS) irraa of eeggadhaa!
βKUTAA 1

Dhiyeenya kana scammers jechuun hattuulee karaa dijitaalaa hojjetan hedduun akka nama gowwomsan baramaa taβee jira. Namoota baayβee faayidaa xiqqoodhaan gowwomsanii waan guddaa jalaa fudhatu. Fakkeenyaaf:
Fias777
GJB1001
Infinity Power fi kkf.
Warri akkasi kun yeroo ammaa baayβinaan nama gowwomsaa jiru. Kanaaf of eeggannoon guddaan barbaachisa.
---
1οΈβ£ Maallaqa Buutee/Tirfii %50 ol siif kennina jedhanii yoo si himan β HATTOOTA!
Addunyaarratti dhaabbattoonni dhugaan jiran oomisha qofa irratti hojii geggeessu.
Namni online siif %100, %200 buutee jedhee si waamu hattuu ammayyaa dha.
---
2οΈβ£ βOld Groupβ isin irraa bitna jechuun isin qunnaman irraa fagaadhaa!
Warri maqaa warra lixaa jedhu fayyadamu.
Yoo isin βOwnerβ dabarsitan:
System isaanii fayyadamuun account keessan cabsu.
Odeeffannoo dhuunfaa keessan (password, chat history fi kkf) fudhatu.
Maqaa keessan fayyadamuun miseensota gowwomsu.
Kanaaf βCleared Historyβ yoo godhan illee odeeffannoon keessan isaanii harka jira.
Kun Kutaa 1 qofaa dha β
π KUTAA 2 irratti immoo ragaa dhugaa, fakkeenya hattoota fi akkamiin ofirraa ittisuu dandeenyu balβinaan siif ibsa.
Kanaaf KUTAA 2 hin dhabinaa!
β‘οΈ Mee asii gaditti reaction (πβ€οΈπ₯) kaayuu hin dagatin, itti aanutti walitti haa deebinuu!
@ADEMO_TECH share nama jaalattaniif

β€3π₯°1π1
βοΈ KUTAA 2π’
Ragaa fi Fakkeenya
βοΈ Namni maqaan isaa Drove jedhamu, kan Telegram kalaqe, tibba darbe page isaa irratti ibsee ture.
Bara Faranjootaa 2024 keessa Afriikaa keessatti account 987,560 taβan hattoota linkii hin beekamneen jalaa butamuun deleted taβaniiru!
---
Maal gochuu qabna?
Qarshii xiqqoo illee hattootaaf hin kenninaa.
Online marketing dhugaa baradhaa:
Leenjii YouTube, TikTok fi Telegram irratti.
Dhaabbilee beekamtii qaban akka ALIBABA hordofaa.
Yoo namni hin beekamne linkii siif erge, hin banu!
@ADEMO_TECH π’

β€1π1
β‘οΈToday Crypto Market β‘οΈ
π’ BTC - $112,865.56 (+1.35%)
π΄ ETH - $4,569.84 (-0.91%)
π’ SOL - $211.46 (+4.16%)
π΄ TON - $3.16 (-0.92%)
Market Cap: $3,985,573,278,571.16
Bitcoin Dominance: 56.40%
Fear & Greed Index: 48 (Neutral)
@ADEMO_TECH
π’ BTC - $112,865.56 (+1.35%)
π΄ ETH - $4,569.84 (-0.91%)
π’ SOL - $211.46 (+4.16%)
π΄ TON - $3.16 (-0.92%)
Market Cap: $3,985,573,278,571.16
Bitcoin Dominance: 56.40%
Fear & Greed Index: 48 (Neutral)
@ADEMO_TECH
π₯1
π΄ BTC - $111,256.86 (-1.45%)
π΄ ETH - $4,476.74 (-2.04%)
π’ SOL - $215.59 (+1.95%)
π΄ TON - $3.13 (-0.77%)
Market Cap: $3,939,693,848,604.11
Bitcoin Dominance: 56.24%
Fear & Greed Index: 50 (Neutral)
Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!

π’ Oduu Gammachiisaa! Google Nageenya Android Ni Cimsa! π‘οΈ
Google, Fulbaana 2025 irraa eegalee appiiwwan Play Store ala fe'aman irratti mirkana'iinsa (verification) developerootaa ni barbaada! π Maaliif? Nageenya fayyadamtootaa eeguuf! π Appiiwwan shakkisiisoo hir'isuuf πΎβ kan gargaaru yoo ta'u, odeeffannoo fi maallaqa keenya ni eega! π° Developeroonni eenyummaa isaanii mirkaneessuun dirqama ta'a. β Kunis, Fulbaana 2025 hanga 2027tti sadarkaa sadarkaan hojiirra oola. ποΈ Tarkaanfiin kun nageenya keenyaaf murteessaadha! π Nageenyi keessan nuuf yaaddoodha! β€οΈ

β€2
#Xenea All Kea Quiz Answer
Keaβs Campaign
Quiz Answer #01/10
1. B
2. A
3. D
4. B
5. A
6. B
7. D
8. D
9. D
10. D
Xenea All Kami Quiz Answer
Kamiβs Campaign
Quiz Answer #01/10
D
B
D
C
A
C
D
B
A
D
Keaβs Campaign
Quiz Answer #01/10
1. B
2. A
3. D
4. B
5. A
6. B
7. D
8. D
9. D
10. D
Xenea All Kami Quiz Answer
Kamiβs Campaign
Quiz Answer #01/10
D
B
D
C
A
C
D
B
A
D
Today π³
π΄ BTC - $108,359.27 (-2.60%)
π΄ ETH - $4,383.05 (-2.07%)
π΄ SOL - $206.28 (-4.30%)
π΄ TON - $3.09 (-1.39%)
Market Cap: $3,850,455,047,282.19
Bitcoin Dominance: 56.04%
Fear & Greed Index: 39 (Fear)
Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!
π΄ BTC - $108,359.27 (-2.60%)
π΄ ETH - $4,383.05 (-2.07%)
π΄ SOL - $206.28 (-4.30%)
π΄ TON - $3.09 (-1.39%)
Market Cap: $3,850,455,047,282.19
Bitcoin Dominance: 56.04%
Fear & Greed Index: 39 (Fear)
Not financial advice. DYOR.
Have a good trading day! We wish you good luck!
Forwarded from ADEMO TECH π» (Aadam Diineeπ±)
#IRRATTI_HOOJACHAA_JIRRA
π Barnoota Teknooloojii Bilchina Qabu Afaan Oromootiin
Namoota yaadu, nama hubachuuf carraaqan, fi odeeffannoo keessaa buβaa buusu barbaadan hundaaf:
π‘ @Ademo_tech β Channel Telegram tokko miti.
β Iddoo beekumsi wal jijjiiru
β Qajeelfama barnootaa, tarsiimoo hojii, fi hubannoo balβaa irratti hundaβe
π Maal argatta?
Madaallii Appoota & Tech haaraa
Tarsiimoo hojii online sirrii
Odeeffannoo eeggachuu & privacy technology
Mala hubannoo odeeffannoo irraa buβaa argamsiisu
π§ Namni sadarkaa ol'aanaa beekumsa qabu odeeffannoo salphaa barbaada β garuu bu'aa qabu.
π¬ Afaan keenyaan, yaada bilchaataa keessatti:
π https://t.me/Ademo_tech
Siif miti qofa, namoota akka keetiif!
CHAANAAL KANA JOIN GODHI
ππ
@ADEMO_TECH β

#Bitcoin is in position for a rebound toward $124,500 in September, even as history brands the month as one of its weakest.
π₯1
π’Kabajamtoota hordoftoota keenya @ADEMO_TECH π,
Afaan English hangam beektuβ
A) π Sirritti nan beeka
B) π Xiqqoo xiqqoo nan beeka
C) β€οΈHin beeku
π Yaada keessan nuuf kennaa, nuyis hordoftoota keenya akkamitti tajaajilu akka dandeenyu sirriitti hubanna! π

β€4π1π1
π±π Teknoolojii Haaraa: #AI_Personal_Assistant_App π₯
App haaraan ammaa bilbiloota keessatti babalβachaa jiru β AI Personal Assistant jedhamu.
β¨ Wanti inni godhu:
Sagalee kee qofaan hojii bilbila mara toβata (SMS barreessuu, app banuu, music taphachiisuu). ποΈ
Odeeffannoo barbaadde daqiiqaa tokko keessatti siif barbaada. π
Afaan hedduu ni hubata β Afaan Oromoo dabalatee! π
Yeroo hojii fi boqonnaa kee qindeessuuf akka secretary siif hojjetti. π
@ADEMO_TECH HORDOFAAπ£
@ADEMO_TECH β π

β€2π₯°2
BREAKING NEWS β Crypto Market
π¨ Satoshi-era Bitcoin gurgurame!
π€ Namni tokko waggoota dheeraa dura Bitcoin argate keessaa:
π° 2,000 $BTC (~$215M) gurguree jira.
π₯ Sana booda immoo 48,942 $ETH (~$215M) bite.
π Walumaagalatti hanga ammaatti:
π 886,371 $ETH (~$4.07B) biteera!
β¨ Kun agarsiisa guddaa dha β Ethereum irratti namoonni maallaqa gurguddaa hedduun invest taasisaa jiru.
#CryptoNews β‘ #ETH #BTC

β€2π₯1
βοΈ #TELEGRAM #UPDATES β¨
Telegram harβa fooyyaβinsa haaraa baayβee nama hawwatuu labsuudhaan tajaajila isaa ni cimsate π
πΉ Profile Layout Haarawa
π Sirnaan qindaaβee, bareedduu fi namatti siqaa taβeera π
πΉ Post Search
π Amma maxxansa barbaaddu channel ykn group keessatti salphaatti argachuu dandeessa.
Fakkeenyaaf yoo βMoney Makeβ jettee barbaadde, maxxansoota #money #making jedhu siif fida.
π‘ Fooyyaβinsi kun Telegram fayyadamuun akkaan salphisaa, saffisaa fi miidhagsa taasiseera.
#TechNews β‘ #TelegramUpdate

π₯°2β€1
#Today_Crypto π
π’ BTC - $110,245.26 (+2.20%)
π΄ ETH - $4,385.45 (-0.26%)
π’ SOL - $203.24 (+2.38%)
π’ TON - $3.14 (+0.71%)
π’ BTC - $110,245.26 (+2.20%)
π΄ ETH - $4,385.45 (-0.26%)
π’ SOL - $203.24 (+2.38%)
π’ TON - $3.14 (+0.71%)
π2π₯1π₯°1
π₯ Namoota Wave galuu barbaaddan qofaaf β Subscribe Addaa! β¨
Koottu itti gammaddaa π
π Sadarkaa Subscribers:
Above 500
β£ 1K+ Subscribers
β£ 3K+ Subscribers
β£ 5K+ Subscribers
β£ 7K+ Subscribers
β£ 10K+ Subscribers
β£ 15K+ Subscribers
β£ 20K+ Subscribers
β£ 30K+ Subscribers
β£ 50K+ Subscribers
π Wave galuuf: @mucaa_koo
π₯ Haala adda taβeen hirmaadhaa fi carraa keessan hin dhabinaa!

π₯°2
Forwarded from STUDY ZONE (Aadam Diineeπ±)
#Entrance_exam_result ππ’
Akkam jirtu barattoota? π
β Buβaan Qormaata Entrance torban dhufu keessa akka gadi lakkifamu beeksifameera.
Be Ready! ππ
@STUDY_ZONE3

β€1
β‘οΈToday Crypto Market β‘οΈ
π΄ BTC - $110,663.51 (-0.04%)
π’ ETH - $4,371.64 (+1.29%)
π΄ SOL - $206.46 (-1.27%)
π’ TON - $3.17 (+0.51%)
π΄ BTC - $110,663.51 (-0.04%)
π’ ETH - $4,371.64 (+1.29%)
π΄ SOL - $206.46 (-1.27%)
π’ TON - $3.17 (+0.51%)