π€Qafoo bilbilaa (Device) 4G irraa gara 5Gtti guddisuun ni dandaβamaa?
πLakkii, Qafoo/device 4G gara 5Gtti jijjiiruun hin dandaβamu β sababa armaan gadiif:
1. Hardiweerii gara-garaa qabu β 5G'n modem fi antenna addaa barbaada; device 4G ammoo kan isaan walfakkaatu hin qabu.
2. Update gochuun qofa hin gahuβ Software Update gochuun qofti 5G nuuf hin hojjatu yoo hardiweeriin 5G hin jirre.
3. SIM 5G yoo qabaanneyyuu, device keenya 5G yoo hin hojjanne, homaa hin fayyadu.
β 5G fayyadamuuf maal nu barbaachisa?
- Device 5G kan deeggaru
- SIM 5G ta'e nu barbaachisa
- Naannoo 5G coverage qabu keessa jiraachuu barbaachisa.

β€4π1
How to earnπ from #TIKTOK in Ethiopia ?π€
π
Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira:
1οΈβ£TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessite, namoonni si hordofan gift virtual siif ergu dandaβu. Gift sun TikTok irratti βdiamondβ tti jijjiirama.
Diamond san immoo TikTok irraa PayPal ykn bank account biyya tokko irratti jijjiiruun maallaqa argachuu dandeessa.- Ethiopia keessatti PayPal ykn bankii biyya keessaa hin jiruuf, namoonni hedduun bankii biyya alaa ykn maatii biyya alaa jiran fayyadamu.
2οΈβ£Sponsorship / Brand Deals(bekksiisaa)
Yoo followers kee baayβate (kuma tokkoo ol, hedduun immoo 50K+ fi oli), companies fi brands sitti dhufu, akka product isaanii beekksiisftuuf siif kaffalu.
β οΈ Wanti amma hin jirre Ethiopia keessatti:
TikTok Creator Fund (like tokkoon kaffalu)
Ad Revenue Share (akka YouTube Partner Program)
@ADEMO_TECH hordofaa Teknooloojii waliin haa barannuu!!!

β€5π₯°1
ADEMO TECH π» pinned Β«π€ Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu dandaβu uumuudha. AIβn hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama: 1οΈβ£ Afaan fi Waliigaltee AIβn afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuunβ¦Β»
β
οΈ Bilbilli keenya daataa akka nu jalaa hin fixne settings sadeen kanaan sirreessina ππ
1οΈβ£ Restrict Background Data
π Settings > Network & Internet > Data Usage > Background Data OFF
2οΈβ£ Use Data Saver Mode
π Settings > Network > Data Saver > ON
3οΈβ£ Limit Auto-Updates (Play Store)
π Play Store > Settings > Network Preferences > Auto-update apps > Over Wi-Fi only
β‘οΈ Kana gootee booda daataa kee background irratti hin bada, apps immoo yeroo barbaadde qofatti tajaajilu!
π Hiriyyoota keessan waliin qoodaa fi save godhaa, yeroo settings fayyadamtu akka hin dagatneef.
#TechTips #DataSaver #AdemoTech π

β€4π1π1
π Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:
πΉ indiehackers.com β Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaaβan irraa argadhu.
πΉ canva.com β Poster fi design salphaan hojjedhu.
πΉ namechk.com β Maqaa domain hojii kee toβannoo godhi.
πΉ blog.hubspot.com β Odeeffannoo marketing fi sales.
πΉ namelix.com β Brand name filannoowwan hedduu argadhu.
π Dabalataan:
πΉ producthunt.com β Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
πΉ fiverr.com / upwork.com β Freelancing jalqabi.
πΉ unsplash.com / pexels.com β Suuraawwan bilisaa argadhu.
πΉ gumroad.com β E-book fi digital products gurguri.
πΉ notion.so β Karoora fi hojii kee qindeessi.
π REACTION hin dagatinaaπ
Technology waliin haa dagaagfannu!
#Startup #Business #TechTips #AdemoTech π

π5π3β€1
π€ Garaagarummaa GPT-3.5 fi GPT-4
πΉ GPT-3.5
Free (gatii hin qabu)
Saffisa olaanaa qaba π
Model salphaa fi daddaffii kan Generative Pretrained Transformer keessaa
πΉ GPT-4
Saffisa xiqqoo qaba π’
Dandeettii balβaa, hubannoo fi leenjii dabalataa fudhate
Mindaa jiβa jiβaan #kaffaluu barbaachisa π³
---
π Kana jechuun:
Yoo ati saffisa barbaadde β GPT-3.5 filadhu.
Yoo ati xinxala cimaa fi hubannoo balβaa barbaadde β GPT-4 filadhu.
#AI #ChatGPT #TechTips #AdemoTech π

β€3π₯°1π1
ADEMO TECH π» pinned Β«How to earnπ from #TIKTOK in Ethiopia ?π€ π Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira: 1οΈβ£TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessiteβ¦Β»
π Gift Market Update
π Market Growth: Slightly up β¬οΈ
π Market Cap: β€οΈ 49.74M
π Volume: π΅ $161,655,000
π Holders: π₯ 1,420,906
---
#Ademo_tech
#GiftMarket #Crypto #MarketCap #Blockchain #Investing #CryptoNews #Holders

β€3π₯2
ADEMO TECH π» pinned Β«π Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa: πΉ indiehackers.com β Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaaβan irraa argadhu. πΉ canva.com β Poster fi design salphaan hojjedhu. πΉ namechk.com β Maqaa domain hojii kee toβannoo godhi.β¦Β»
The Future is Here: Real Estate + Crypto
π Imagine owning premium properties worldwide π with just a few clicks β secured by blockchain & powered by crypto.
β Real Estate = Stability & Growth π
β Crypto = Speed & Freedom β‘οΈ
β Together = Unlimited Potential π
π° Invest small, earn daily, and sell anytime without loss! π
---
#RealEstate #Crypto #Blockchain #Investment #Wealth #Future #DeFi #CryptoNews@Ademo_tech

π3
π» Windows Tips πͺ
Yoo fayyadamtaa Windows taatanii, furtuu "Windows" (kibordaa irratti mallattoo πͺ) waliin furtuuwwan biroo tuqaa β shortcuts hedduu fayyadamuu ni dandeessu! π
π Win + Tab = Task View β Appoota banaman bifa bilbilaa fakkaatuun ilaali.
π Win + Ctrl + D = Virtual desktop haaraa uumi.
π Win + Ctrl + Left/Right = Virtual desktops gidduutti jijjiiri.
π Win + Ctrl + F4 = Virtual desktop cufi.
π Win + Print Screen = Screenshot fudhadhu.
π Win + Arrow keys = Wantoota banaman screen irratti bakka garaagaraatti ramadi.
π Win + Lakkoofsa (1-9) = Appoota taskbar irratti pin taβan banadhu (Fakkeenya: Win + 1 β App duraa banama).
π¨βπ» Isaan kana yaali, saffisaan hojjechuu ni dandeessa!
---
#Windows #Tips #Technology #Productivity #Shortcuts #TechTricks

π£ JUST IN
π₯ BNB reaches new all-time high of $880! πΌπ
---
#BNB #Crypto #ATH #Binance #Blockchain #CryptoNews #BNB880

π₯4π1
π Crypto Chart Patterns π
Before starting crypto trading, here are some chart patterns that help predict price movements:
π£ Inverse Head & Shoulders β Indicates price is likely to rise.
π Head & Shoulders β Indicates price may fall.
π Double Bottom β After dropping twice, price is likely to rebound upward.
π‘ Double Top β After rising twice, price is likely to fall.
π΅ Triple Bottom β After dropping three times, price is likely to rise.
π΅ Triple Top β After rising three times, price is likely to fall.
π₯² Ascending Triangle β Suggests price may go up.
π΅ Descending Triangle β Suggests price may go down.
βΊ Symmetrical Triangle β Price may either rise or fall.
π These chart patterns help traders anticipate market movements in crypto.
---
#Crypto #ChartPatterns #Trading #CryptoMarket #TechnicalAnalysis #Investing

β€3
Namoonni channel @ADEMO_TECH kana jala jirtan yeroo hunda birrii keessan baasaa Internet fayyadamu jirtan moo? Filadhaa
Anonymous Poll
84%
Eeyyee
16%
Lakkii
π€3π₯°2
ADEMO TECH π»
Namoonni channel @ADEMO_TECH kana jala jirtan yeroo hunda birrii keessan baasaa Internet fayyadamu jirtan moo? Filadhaa
πHow to use free INTERNETβ
Filadhaa karaa file tokko malee itti fayyadamtan isin garsiisuufan deema!
Namoota πWiFi hin qabneef carraa bareeda ta'u mala
ADEMO_TECH JOIN Share gochuun nu eegaa.

β€7π2π1π1
Hello friendsβ
Akkumaan waadaa isiniif gale kunoo isiniif fidee dhufeen jiraβ
Jalqaba app kanaan isin garsiisa warra hin beenneef.
Yeroo itti aanuu kan biraa hedduun isiniif maxxansa.
Isin immoo kan sirritti isiniif dalagu keessa filattanii itti fayyadamtan.
Post itti aanu eegaaπ

π8π1
Frist app kana buufattu
ππ
App is canceled, bc not working
Step itti aanu akkaan suuraa irratti isin garsiise fayyadamaa
Galatoomaa π
Reaction hin dagatinaa
β JOIN π
@ADEMO_TECH

π4π₯°3β€1