ADEMO TECH 💻
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
About Photoshop
Photoshop is a powerful and well-known software program. It is produced by the company Adobe. It is used for editing photos and images. It serves to enhance, correct, create images, and perform various design tasks using different tools.
Benefits of Photoshop
Photoshop has many benefits. Some of them include:
Photo Editing
Graphic Design
Removing Objects from Photos
Creating Attractive and Focused Images
Combining Text and Images
Creating Digital Art
Print and Web Design

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍2❤1
Breaking: China extended the tariff deadline by 90 days.

Bullish for markets! 🚀

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍5👏2
The total market cap of #cryptocurrency has reached 4 trillion dollars for the first time in history.

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍4❤1👏1
BREAKING 👇

#Donald_Trump plans to impose tariffs on steel and semiconductors next week, starting with a lower rate.

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
⚡1👍1👏1🏆1
#HAPPY_BIRTHDAY_TELEGRAM

Guys! #Teleegiraam umrii waggaa 12 guuteera. Kana isin keessaa meeqatu beeka? Teleegiraam kan hundeeffame bara 2013tti yoo ta'u, erga hundeeffamee jalqabee namoota hedduuf carraa hojii uumuu fi madda galii ta'eera. Miidiyaa hawaasaa kamiyyuu caalaa karaa guddaa namoonni walitti dhufeenya qabaataniif banaa taasiseera.
👏5
🤔Qafoo bilbilaa (Device) 4G irraa gara 5Gtti guddisuun ni danda’amaa?

👉Lakkii, Qafoo/device 4G gara 5Gtti jijjiiruun hin danda’amu — sababa armaan gadiif:

1. Hardiweerii gara-garaa qabu – 5G'n modem fi antenna addaa barbaada; device 4G ammoo kan isaan walfakkaatu hin qabu.

2. Update gochuun qofa hin gahu– Software Update gochuun qofti 5G nuuf hin hojjatu yoo hardiweeriin 5G hin jirre.

3. SIM 5G yoo qabaanneyyuu, device keenya 5G yoo hin hojjanne, homaa hin fayyadu.

✅5G fayyadamuuf maal nu barbaachisa?

- Device 5G kan deeggaru

- SIM 5G ta'e nu barbaachisa

- Naannoo 5G coverage qabu keessa jiraachuu barbaachisa.
❤4👏1
How to earn🎉 from #TIKTOK in Ethiopia ?🤔
👇
Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira:

1️⃣TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessite, namoonni si hordofan gift virtual siif ergu danda’u. Gift sun TikTok irratti “diamond” tti jijjiirama.
Diamond san immoo TikTok irraa PayPal ykn bank account biyya tokko irratti jijjiiruun maallaqa argachuu dandeessa.- Ethiopia keessatti PayPal ykn bankii biyya keessaa hin jiruuf, namoonni hedduun bankii biyya alaa ykn maatii biyya alaa jiran fayyadamu.

2️⃣Sponsorship / Brand Deals(bekksiisaa)
Yoo followers kee baay’ate (kuma tokkoo ol, hedduun immoo 50K+ fi oli), companies fi brands sitti dhufu, akka product isaanii beekksiisftuuf siif kaffalu.

⚠️ Wanti amma hin jirre Ethiopia keessatti:

TikTok Creator Fund (like tokkoon kaffalu)
Ad Revenue Share (akka YouTube Partner Program)

@ADEMO_TECH hordofaa Teknooloojii waliin haa barannuu!!!
❤5🥰1
ADEMO TECH 💻 pinned «🤖 Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu danda’u uumuudha. AI’n hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama: 1️⃣ Afaan fi Waliigaltee AI’n afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuun…»
Today #MARKET🔼📈
🔥2❤1
✅️ Bilbilli keenya daataa akka nu jalaa hin fixne settings sadeen kanaan sirreessina 👇👇

1️⃣ Restrict Background Data
👉 Settings > Network & Internet > Data Usage > Background Data OFF

2️⃣ Use Data Saver Mode
👉 Settings > Network > Data Saver > ON

3️⃣ Limit Auto-Updates (Play Store)
👉 Play Store > Settings > Network Preferences > Auto-update apps > Over Wi-Fi only

➡️ Kana gootee booda daataa kee background irratti hin bada, apps immoo yeroo barbaadde qofatti tajaajilu!

👉 Hiriyyoota keessan waliin qoodaa fi save godhaa, yeroo settings fayyadamtu akka hin dagatneef.

#TechTips #DataSaver #AdemoTech 🚀
❤4👍1👏1
🙏 Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa:

🔹 indiehackers.com – Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaa’an irraa argadhu.
🔹 canva.com – Poster fi design salphaan hojjedhu.
🔹 namechk.com – Maqaa domain hojii kee to’annoo godhi.
🔹 blog.hubspot.com – Odeeffannoo marketing fi sales.
🔹 namelix.com – Brand name filannoowwan hedduu argadhu.

📌 Dabalataan:
🔹 producthunt.com – Tajaajila fi app haaraa qoradhu.
🔹 fiverr.com / upwork.com – Freelancing jalqabi.
🔹 unsplash.com / pexels.com – Suuraawwan bilisaa argadhu.
🔹 gumroad.com – E-book fi digital products gurguri.
🔹 notion.so – Karoora fi hojii kee qindeessi.

👉 REACTION hin dagatinaa👍

Technology waliin haa dagaagfannu!


#Startup #Business #TechTips #AdemoTech 🚀
👍5👏3❤1
🤖 Garaagarummaa GPT-3.5 fi GPT-4

🔹 GPT-3.5

Free (gatii hin qabu)

Saffisa olaanaa qaba 🚀

Model salphaa fi daddaffii kan Generative Pretrained Transformer keessaa


🔹 GPT-4

Saffisa xiqqoo qaba 🐢

Dandeettii bal’aa, hubannoo fi leenjii dabalataa fudhate

Mindaa ji’a ji’aan #kaffaluu barbaachisa 💳



---

👉 Kana jechuun:

Yoo ati saffisa barbaadde → GPT-3.5 filadhu.

Yoo ati xinxala cimaa fi hubannoo bal’aa barbaadde → GPT-4 filadhu.


#AI #ChatGPT #TechTips #AdemoTech 🚀
❤3🥰1👏1
ADEMO TECH 💻 pinned «How to earn🎉 from #TIKTOK in Ethiopia ?🤔 👇 Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira: 1️⃣TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessite…»
Today MARKET
❤2👍1
🎁 Gift Market Update

📈 Market Growth: Slightly up ⬆️
🔗 Market Cap: ❤️ 49.74M
🔗 Volume: 💵 $161,655,000
🔗 Holders: 👥 1,420,906


---
#Ademo_tech
#GiftMarket #Crypto #MarketCap #Blockchain #Investing #CryptoNews #Holders
❤3🔥2
ADEMO TECH 💻 pinned «🙏 Hojii uumuuf yoo yaalaa jirtan, marsariitiiwwan armaan gadii daawwadhaa: 🔹 indiehackers.com – Muuxannoo namoota hojii keessatti milkaa’an irraa argadhu. 🔹 canva.com – Poster fi design salphaan hojjedhu. 🔹 namechk.com – Maqaa domain hojii kee to’annoo godhi.…»
The Future is Here: Real Estate + Crypto

🏠 Imagine owning premium properties worldwide 🌍 with just a few clicks — secured by blockchain & powered by crypto.

✅ Real Estate = Stability & Growth 📈
✅ Crypto = Speed & Freedom ⚡️
✅ Together = Unlimited Potential 🚀

💰 Invest small, earn daily, and sell anytime without loss! 🔐


---

#RealEstate #Crypto #Blockchain #Investment #Wealth #Future #DeFi #CryptoNews@Ademo_tech
👍3
💻 Windows Tips 🪟

Yoo fayyadamtaa Windows taatanii, furtuu "Windows" (kibordaa irratti mallattoo 🪟) waliin furtuuwwan biroo tuqaa → shortcuts hedduu fayyadamuu ni dandeessu! 🚀

🔘 Win + Tab = Task View → Appoota banaman bifa bilbilaa fakkaatuun ilaali.
🔘 Win + Ctrl + D = Virtual desktop haaraa uumi.
🔘 Win + Ctrl + Left/Right = Virtual desktops gidduutti jijjiiri.
🔘 Win + Ctrl + F4 = Virtual desktop cufi.
🔘 Win + Print Screen = Screenshot fudhadhu.
🔘 Win + Arrow keys = Wantoota banaman screen irratti bakka garaagaraatti ramadi.
🔘 Win + Lakkoofsa (1-9) = Appoota taskbar irratti pin ta’an banadhu (Fakkeenya: Win + 1 → App duraa banama).

👨‍💻 Isaan kana yaali, saffisaan hojjechuu ni dandeessa!


---

#Windows #Tips #Technology #Productivity #Shortcuts #TechTricks
❤4👍1
📣 JUST IN
🔥 BNB reaches new all-time high of $880! 🔼🚀


---

#BNB #Crypto #ATH #Binance #Blockchain #CryptoNews #BNB880
🔥4🖕1
📈 Crypto Chart Patterns 🔝

Before starting crypto trading, here are some chart patterns that help predict price movements:

🟣 Inverse Head & Shoulders → Indicates price is likely to rise.
😀 Head & Shoulders → Indicates price may fall.
😀 Double Bottom → After dropping twice, price is likely to rebound upward.
🟡 Double Top → After rising twice, price is likely to fall.
🔵 Triple Bottom → After dropping three times, price is likely to rise.
🔵 Triple Top → After rising three times, price is likely to fall.
🥲 Ascending Triangle → Suggests price may go up.
🔵 Descending Triangle → Suggests price may go down.
⏺ Symmetrical Triangle → Price may either rise or fall.

📊 These chart patterns help traders anticipate market movements in crypto.


---

#Crypto #ChartPatterns #Trading #CryptoMarket #TechnicalAnalysis #Investing
❤3