ADEMO TECH 💻
1.84K subscribers
72 photos
2 videos
210 files
62 links
Daily updates on crypto, AI ,science & technology, plus practical how-to guides! Join @Ademo_tech and never miss out.

Contact: @mucaa_koo or @ademo4yu
Youtube: https://www.youtube.com/@ademoshow
Download Telegram
✅Bilbilli kee qarshii si jalaa fixuun si rakkisee jiraa?😡

Kunoo furmaanni
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:-
Step_1: Appii Telegram banuu
Step_2: Setting seenuu
Step_3: Data and storage seenuu
Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off(disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota  [√] tahe jiru kanneen akka
👉GIFS
👉Videos
👉Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu ykn disable gochuu.
Kana tahuu baatee jennaan telegraamin eeyyama keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun ykn banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2ffaa: Facebook_Lite irratti daataa qusaachuuf:-
Step_1: Appii Facebook lite  banuu
Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
Step_3: Data Usage seenuu
Step_4: Data saver On ykn enable gochuu

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:-
Step_1: messenger banuu
Step_2: setting cuqaasuu
Step_3: data saver seenuun On gochuu.

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf
Step_1: whatsapp banuu
Step_2: options ykn irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
Step_3: setting cuqaasuu
Step_4: data and storage cuqaasuu
Step_5: when_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.
Galatoomaa🙏🙏🙏🙏

channel keenya join fi share gochuu hin dagatina.

♻️Join & 🔗SHARE 👍❤️
@ADEMO_TECH
@ADEMO_TECH
👍2❤1👏1
ADEMO TECH 💻 pinned «👋 Wanni ani isiniif maxxansaa jiru kun, isinitti tolaa? 🧠 Odeeffannoo kana keessanitti akka isin fayyadamtu abdii qaba. ⚡ Mee yaada keessan reaction tokko tokkoon natti agarsiisaa: 👍 ❤️ Comment 👇»
Crypto Just Got Its Biggest Ally Yet – From the SEC

Following a bold speech by SEC Chair Paul Atkins, Hougan says it’s time to rethink the speed and scale of […] The post Crypto Just Got Its Biggest Ally Yet – From the SEC appeared first on Coindoo.
🔥4
✅️ NATIONAL ID INFO✅

National id galmoofnee sababa garaagaraatiin lakkoofsi FAYDA (FIN ykn FAN) yoo nu jalaa bade. Sababota akka;
👉 Sms / message yoo nuuf hin ergamne yoo ta'e
👉 Bilbilli irratti nuuf ergame yoo nu jalaa bade fi
👉Sababoota garaagaraatiin yoo delete nu jalaa ta'e akkamitti akka argachuu dandeenyu isiiniif yaa himu.

📞 Jalqaba-> *9779# irratti bilbilla

👉Itti aansee-> Tajaaila jiraattotaaf kennamu kan jedhu filanna ( yeroo ammaa kana lakkoofsa 1 irra jira).

👉Xumura irratti -> lakkofsa 1 filachuun ( lakkoofsa addaa Fayda isin jalaa bade argachuuf ) kan jedhu filannee akka nuuf ergamu gochuu dandeenya.
Dabalataanis kallattiin gara 📞 9779 bilbiluun akkasumatti argachuu dandeenya. Yoo akkasitti nu dida ta'e immoo qaamaan iddoo itti guunnee san deemnee sirreeffachuu dandeenya.

NB: Karaaleen kanaan Tajaajila argachuuf Simii ittiin National ID galmoofnee saniin qofa yoo ta'eedha kan nuuf ergamu.

@ADEMO_TECH

Please REACT 👍❤️👏
❤3👍1
#Sidekick on Premarket 🔥
🔥5
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
$ETH back at $4,000

@ADEMO_TECH
🔥3
🚀 AI (Artificial Intelligence) – Wanti Amma Addunyaa Jijjiiraa Jiru

❓ Ati beeytaa? AI yeroo ammaa:

Doktora gargaaruu – qorannoo fi madaallii saffisa guddaan hojjata.

Afaan jijjiiruu – Afaan tokko irraa gara biraatti sekan walitti fida.

Suura uumu – Fakkii nama hin jirre fakkeenya irratti uuma.

Daldala to’achuu – Gatii gabaa ni tilmaama.


💡 Fakkeenya: App ChatGPT ykn Midjourney – namoonni hojii isaanii saffisaan fi salphaatti ittiin xumuru.


Kanaaf wantoota Technology haaraa, odeeffannoo nama dinqu, fi apps faayidaa qabu guyyaa guyyaatti argachuuf 👇⬇️⬇️
👉 @ADEMO_TECH ✅
🌟 Jalqabaafi xumura guyyaa kee odeeffannoo haaraatiin jijjiiri!
❤4👍2🔥1
ADEMO TECH 💻
Odeeffannoo AI baldhinaan itti dachaana💪 Channal keenya #like #share gochuun nu eegaa. 😄
🤖 Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu danda’u uumuudha.
AI’n hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama:

1️⃣ Afaan fi Waliigaltee

AI’n afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuun, fi text barreessuun ni danda’ama.

Fakkeenya: Google Translate, ChatGPT.


2️⃣ Suura fi Sagalee

AI’n suura fooyyessu, fakkii haaraa uumu, fi sagalee nama fakkaatu uumuu danda’a.

Fakkeenya: Midjourney, DALL·E, ElevenLabs.


3️⃣ Seera fi Madaallii

AI’n gabaa qorachuun, gatii daldalaa tilmaamuun, fi balaa madaaluun ni danda’ama.

Fakkeenya: Algorithm gabaa stock market.


4️⃣ Tajaajila Fayyaa

AI’n balaa fayyaa saffisaan adda baasa, qorannoo fi daawwii saffisaa taasisu.

Fakkeenya: AI radiology fi DNA analysis.

💻Technology haaraa, odeeffannoo nama dinqu, fi apps faayidaa qabu guyyaa guyyaatti argachuuf
👉 @ADEMO_TECH 📲💻
👍🎉❤️Gochuu hin dagatinaa SABA KOO!
❤2👍2
ADEMO TECH 💻 pinned «🤖 Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu danda’u uumuudha. AI’n hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama: 1️⃣ Afaan fi Waliigaltee AI’n afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuun…»
✅ Telegram Hidden features

🔐 1. Secret Chat ( Iccitiin ergaa waliif erguu)
- Ergaan nuti waliif erginu akka namni biraa hin dubbifne fi ofiin of balleessu danda’u gochuu.

- ➡️ Menu > New Secret Chat kan jedhu jedhu filachuun karaa dhoksaa wajjiin haasawuu dandeenya.

🕵️‍♂️ 2. Lakkoofsa bilbilaa keenya dhoksuuf

- ➡️ Settings > Privacy & Security > Phone Number→ "Nobody" filachuun bilbilaa keenya akka namni biraa hin ilaalle gochuu dandeenya.

🗣️ 3. Voice message gara text jijiruuf

- Voice message nuuf ergame ykn ergine t gadi qabuun → "Convert to text" kan jedhu filannee gara text jijiruu dandeenya. (Bilbila Hunda irratti hin hojjatu.)

✏️ 4. Ergaa ergame sirreessuu (edit gochuu)
- Ergaa namaaf ergine yoo dogoggorame irra deebinee edit gochuu dandeenya. ( barreemicha irratti gadi qabuun > *Edit* kan jedhu filachuun edit goona.

⏰ 5. Ergaa yeroon erginu yeroo(Schedule) itti gochuun erguu

- Ergaa erginu san irratti gadii qabuun > "Send → Schedule Message kan jedhu filachuun erguu dandeenya.

🎨 6. Theme fi background jijjiiruuf

- ➡️ Settings > Chat Settings→ Background barbaanne filannee jijjiruu dandeenya.

🔎 7. Message guyyaadhaa search gochuu
- Chat keessa seennee Search filachuun → mallattoo calendar 🗓️ filachuun → guyyaa filanna. San booda guyyaa San keessaa ergaan ergine nuuf dhufa.

I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
❤1👍1🥰1
$ETH eessa deema?

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
🔥4
About Photoshop
Photoshop is a powerful and well-known software program. It is produced by the company Adobe. It is used for editing photos and images. It serves to enhance, correct, create images, and perform various design tasks using different tools.
Benefits of Photoshop
Photoshop has many benefits. Some of them include:
Photo Editing
Graphic Design
Removing Objects from Photos
Creating Attractive and Focused Images
Combining Text and Images
Creating Digital Art
Print and Web Design

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍2❤1
Breaking: China extended the tariff deadline by 90 days.

Bullish for markets! 🚀

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍5👏2
The total market cap of #cryptocurrency has reached 4 trillion dollars for the first time in history.

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
👍4❤1👏1
BREAKING 👇

#Donald_Trump plans to impose tariffs on steel and semiconductors next week, starting with a lower rate.

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @ADEMO_TECH 📲
➪  @ADEMO_TECH 📲
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
     👍    ❤      🗨️       ♂️
    ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
⚡1👍1👏1🏆1
#HAPPY_BIRTHDAY_TELEGRAM

Guys! #Teleegiraam umrii waggaa 12 guuteera. Kana isin keessaa meeqatu beeka? Teleegiraam kan hundeeffame bara 2013tti yoo ta'u, erga hundeeffamee jalqabee namoota hedduuf carraa hojii uumuu fi madda galii ta'eera. Miidiyaa hawaasaa kamiyyuu caalaa karaa guddaa namoonni walitti dhufeenya qabaataniif banaa taasiseera.
👏5
🤔Qafoo bilbilaa (Device) 4G irraa gara 5Gtti guddisuun ni danda’amaa?

👉Lakkii, Qafoo/device 4G gara 5Gtti jijjiiruun hin danda’amu — sababa armaan gadiif:

1. Hardiweerii gara-garaa qabu – 5G'n modem fi antenna addaa barbaada; device 4G ammoo kan isaan walfakkaatu hin qabu.

2. Update gochuun qofa hin gahu– Software Update gochuun qofti 5G nuuf hin hojjatu yoo hardiweeriin 5G hin jirre.

3. SIM 5G yoo qabaanneyyuu, device keenya 5G yoo hin hojjanne, homaa hin fayyadu.

✅5G fayyadamuuf maal nu barbaachisa?

- Device 5G kan deeggaru

- SIM 5G ta'e nu barbaachisa

- Naannoo 5G coverage qabu keessa jiraachuu barbaachisa.
❤4👏1
How to earn🎉 from #TIKTOK in Ethiopia ?🤔
👇
Amma Ethiopia keessatti TikTok irraa dhugumaan maallaqa argachuuf karaa gurguddoo lama qofatu jira:

1️⃣TikTok Live Gifts (Diamonds) Yoo TikTok live ( Vedio Tammsasa kallatti yeroo namoonni si ilaalu) qopheessite, namoonni si hordofan gift virtual siif ergu danda’u. Gift sun TikTok irratti “diamond” tti jijjiirama.
Diamond san immoo TikTok irraa PayPal ykn bank account biyya tokko irratti jijjiiruun maallaqa argachuu dandeessa.- Ethiopia keessatti PayPal ykn bankii biyya keessaa hin jiruuf, namoonni hedduun bankii biyya alaa ykn maatii biyya alaa jiran fayyadamu.

2️⃣Sponsorship / Brand Deals(bekksiisaa)
Yoo followers kee baay’ate (kuma tokkoo ol, hedduun immoo 50K+ fi oli), companies fi brands sitti dhufu, akka product isaanii beekksiisftuuf siif kaffalu.

⚠️ Wanti amma hin jirre Ethiopia keessatti:

TikTok Creator Fund (like tokkoon kaffalu)
Ad Revenue Share (akka YouTube Partner Program)

@ADEMO_TECH hordofaa Teknooloojii waliin haa barannuu!!!
❤5🥰1
ADEMO TECH 💻 pinned «🤖 Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu danda’u uumuudha. AI’n hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama: 1️⃣ Afaan fi Waliigaltee AI’n afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuun…»