πPaaspoortii karaa Online guutuuf, Odeeffannoo fi Kafaltiii isaa yoo baruu barbaaddan kunooti.ππ
π Yeroo karaa online guuttan π Error 403 β Forbidden kan jedhu yoo isin muudate, browser irratti guutaa jirtan jijiruun haaraa irratti fayyadamaa.
π Website sirrii isa kana fayyadamaa:-
https://www.ethiopianpassportservices.gov.et/
π Odeeffannoo fi kaffaltii Paaspoortii:
1οΈβ£ Paaspoortii haaraa baasuuf
β Waraqaa Eenyummaa gandaa haaraa fi Certificate (ragaa) dhalootaa (authenticated) barbaachisa.
πHanga Kafaltiii:
Normaliin: 5000 Birr
Kan yeroo gabaabaa (Aschoky):-
Kan guyyaa 2: 25000 Birr
Kan guyyaa 5: 20000 Birr
2οΈβ£Passpoortii yeroon irra darbe haaromsuuf
β Paaspoortii duraa barbaachisa.
πHanga Kafaltiii:
Normaliin: 5000 Birr
Kan yeroo gabaabaa (Aschoky):-
Kan guyyaa 2: 25000 Birr
Kan guyyaa 5: 20000 Birr
3οΈβ£ Passpoortii Fuulli / page isaa guutame (pages full) haaromsuuf
β Odeeffannoo Paaspoortii fuulli isaa guutame barbaachisa
πHanga Kafaltiii:
Normaliin: 5000 Birr
Kan yeroo gabaabaa (Aschoky):-
Kan guyyaa 2: 25000 Birr
Kan guyyaa 5: 20000 Birr
4οΈβ£ Passpoortii bade ykn hatame baafachuuf
β Waraqaa Eenyummaa gandaa haaraa + ragaa poolisii + Odeeffannoo Paaspoortii duraa barbaachisa
πHanga Kafaltiii:
Normaliin: 13000 Birr
Kan yeroo gabaabaa (Aschoky):-
Kan guyyaa 2: 33000 Birr
Kan guyyaa 5: 28000 Birr
5οΈβ£ Odeeffannoo Paaspoortii jijjiiruuf
β Paaspoortii duraanii + ragaa mana murtii barbaachisa
πHanga Kafaltiii:
Normaliin: 12500 Birr
Kan yeroo gabaabaa (Aschoky):-
Kan guyyaa 2: 32500 Birr
Kan guyyaa 5: 27500 Birr
6οΈβ£ Nama umrii 18 gadiitiif - Hangi kafaltiii hin ibsamne.
β ID maatii ykn paaspoortii + Waraqaa dhalootaa kan ijoollee
β Ragaa maatii/ Nama guddisee mana murtii irraa
π Apply gochuuf immoo dokumantii barbaachisan kamiyyuu SCAN gochuun website irratti attach gochuu dandeenya.
πGuyyaa beellamaa yoo gahe immoo waraqaa beellamaa original isaa print gochuun qabannee qaamaan iddootti argamuu qabna.
β Odeeffannoo kana beeknaan namni Kompitara fi connection qabu kamiyyuu namaa fi ofiifis guutuu ni danda'a. Kanaafuu namoota tokko tokko nama gowwomsaniin hin gowwoofaminaa!!.
Odeeffannoo akkasii argachuuf
ππ
@ADEMO_TECH hordofaa!

β€2π₯2π1
π
πOdeeffannoo Aammee
π 16 Billion Login Credentials Leaked!
Addunyaa irratti hanga ammaatti guddaa kan tae cyberattack (Haleellaa saayibariin odeeffannoo dhuunfaa) billion 16 gaggeefamee jira jedhamee jira.
π₯ Facebook, Google, Apple, Telegram, TikTok fi kkf irratti miidhaa akka geessise himamaa jira.
π Kanaafuu maal gochuu qabna ?
βοΈ Password keenya gara cimaa fi adda taβetti jijjiiruu
βοΈ 2FA / MFA (Two-Factor Authentication) ON gochuu/ fayyadamuu
βοΈ Links shakkisiisoo irratti cuqaasuu irraa of qusachuu
βοΈ Appoota sirrii fi amansiisoo ta'an qofa
π‘οΈ Icciitiin social media keenyaa akka eeggamaa taβuuf β ammuma passwordii cimaa ta'etti jijjiirachuu qabna.
@ADEMO_TECH

β€5
π’IRRATTI_HOOJACHAA_JIRRAπ’
π Barnoota Teknooloojii Bilchina Qabu Afaan Oromootiin
Namoota yaadu, nama hubachuuf carraaqan, fi odeeffannoo keessaa buβaa buusu barbaadan hundaaf:
π‘ @Ademo_tech β Channel Telegram tokko miti.
β Iddoo beekumsi wal jijjiiru
β Qajeelfama barnootaa, tarsiimoo hojii, fi hubannoo balβaa irratti hundaβe
π Maal argatta?
Madaallii Appoota & Tech haaraa
Tarsiimoo hojii online sirrii
Odeeffannoo eeggachuu & privacy technology
Mala hubannoo odeeffannoo irraa buβaa argamsiisu
π§ Namni sadarkaa ol'aanaa beekumsa qabu odeeffannoo salphaa barbaada β garuu bu'aa qabu.
π¬ Afaan keenyaan, yaada bilchaataa keessatti:
π https://t.me/Ademo_tech
Siif miti qofa, namoota akka keetiif!
CHAANAAL KANA JOIN GODHI
ππ
@ADEMO_TECH β

π1
Namoonni sim safaricom fayyadamtan
Sa'atii 6 irraa kaasuun itti fayyadamaa.
Safaricom : We are celebrating 10 MILLION customers and itβs all thanks to YOU! Youβll receive FREE 1GB + 10 Minutes + 10 SMS to call or text Safaricom on Monday, August 4.
@Ademo_tech

β€1
Keeniyaan Addunyaa irraa 'chat Gpt' fayyadamuun biyyaa sadarkaa duraa qabatteedha.
Gabaasni Giloobal Dijitaal adoolessa 2025 ifa yoo ta'u, lammiilee Keeniyaa umurii 16 fi Isaa ol ta'anii intarneetii fayyadaman keessaa %42.1 kan ta'an "Chat Gpt" ni fayyadamu jedhameera.
Kunis Keeniyaan Addunyaa irraa biyya dursaa ishee godha. Biyyi Gamtaa Araboota Emireets %42 fi Israa'el %41.4 sadarkaa itti aanu qabataniiru.
Jaappaanitti lakkofsi kun %5.8 yoo jedhamu, Ameerikatti ammoo %19.1 jedhameera.
Ogeeyyoonni Teeknoolojii Keeniyaan sadarkaa kana irraa akka geettuuf sababni intarneetiin qaali taβuu dhabuu fi barattoonni akkasumas ogeeyyonni aapicha fayyadamuuf fedhiin isaani dabalaa dhufuu akka ta'e ibsaniiru.
Fayyadamtoota si'aawoo miliyoona 700 ol ta'an kan qabu 'Chat Gpt'n dargaggoota akka addunyaatti interneeta fayyadaman keessaa %22.3 kan ta'an ji'a dare fayyadamaniiru jedhame.
β JOINβ
β¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈ

β€4
ADEMO TECH π» pinned Β«πPaaspoortii karaa Online guutuuf, Odeeffannoo fi Kafaltiii isaa yoo baruu barbaaddan kunooti.ππ π Yeroo karaa online guuttan π Error 403 β Forbidden kan jedhu yoo isin muudate, browser irratti guutaa jirtan jijiruun haaraa irratti fayyadamaa. π Websiteβ¦Β»
π Wanni ani isiniif maxxansaa jiru kun, isinitti tolaa?
π§ Odeeffannoo kana keessanitti akka isin fayyadamtu abdii qaba.
β‘ Mee yaada keessan reaction tokko tokkoon natti agarsiisaa:
π β€οΈ
Comment π

β€3π3π2
β
Bilbilli kee qarshii si jalaa fixuun si rakkisee jiraa?π‘
Kunoo furmaanni
πππππππππ
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:-
Step_1: Appii Telegram banuu
Step_2: Setting seenuu
Step_3: Data and storage seenuu
Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off(disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [β] tahe jiru kanneen akka
πGIFS
πVideos
πStream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu ykn disable gochuu.
Kana tahuu baatee jennaan telegraamin eeyyama keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun ykn banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.
πππππππππ
2ffaa: Facebook_Lite irratti daataa qusaachuuf:-
Step_1: Appii Facebook lite banuu
Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
Step_3: Data Usage seenuu
Step_4: Data saver On ykn enable gochuu
πππππππππ
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:-
Step_1: messenger banuu
Step_2: setting cuqaasuu
Step_3: data saver seenuun On gochuu.
πππππππππ
4ffaa: οΈWhatsApp irratti daataa qusachuuf
Step_1: whatsapp banuu
Step_2: options ykn irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
Step_3: setting cuqaasuu
Step_4: data and storage cuqaasuu
Step_5: when_using_mobile_data cuqaasuun (β ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.
Galatoomaaππππ
channel keenya join fi share gochuu hin dagatina.
β»οΈJoin & πSHARE πβ€οΈ

π2β€1π1
ADEMO TECH π» pinned Β«π Wanni ani isiniif maxxansaa jiru kun, isinitti tolaa? π§ Odeeffannoo kana keessanitti akka isin fayyadamtu abdii qaba. β‘ Mee yaada keessan reaction tokko tokkoon natti agarsiisaa: π β€οΈ Comment πΒ»
Crypto Just Got Its Biggest Ally Yet β From the SEC
Following a bold speech by SEC Chair Paul Atkins, Hougan says itβs time to rethink the speed and scale of [β¦] The post Crypto Just Got Its Biggest Ally Yet β From the SEC appeared first on Coindoo.

π₯4
β
οΈ NATIONAL ID INFOβ
National id galmoofnee sababa garaagaraatiin lakkoofsi FAYDA (FIN ykn FAN) yoo nu jalaa bade. Sababota akka;
π Sms / message yoo nuuf hin ergamne yoo ta'e
π Bilbilli irratti nuuf ergame yoo nu jalaa bade fi
πSababoota garaagaraatiin yoo delete nu jalaa ta'e akkamitti akka argachuu dandeenyu isiiniif yaa himu.
π Jalqaba-> *9779# irratti bilbilla
πItti aansee-> Tajaaila jiraattotaaf kennamu kan jedhu filanna ( yeroo ammaa kana lakkoofsa 1 irra jira).
πXumura irratti -> lakkofsa 1 filachuun ( lakkoofsa addaa Fayda isin jalaa bade argachuuf ) kan jedhu filannee akka nuuf ergamu gochuu dandeenya.
Dabalataanis kallattiin gara π 9779 bilbiluun akkasumatti argachuu dandeenya. Yoo akkasitti nu dida ta'e immoo qaamaan iddoo itti guunnee san deemnee sirreeffachuu dandeenya.
NB: Karaaleen kanaan Tajaajila argachuuf Simii ittiin National ID galmoofnee saniin qofa yoo ta'eedha kan nuuf ergamu.
@ADEMO_TECH
Please REACT πβ€οΈπ

β€3π1
π AI (Artificial Intelligence) β Wanti Amma Addunyaa Jijjiiraa Jiru
β Ati beeytaa? AI yeroo ammaa:
Doktora gargaaruu β qorannoo fi madaallii saffisa guddaan hojjata.
Afaan jijjiiruu β Afaan tokko irraa gara biraatti sekan walitti fida.
Suura uumu β Fakkii nama hin jirre fakkeenya irratti uuma.
Daldala toβachuu β Gatii gabaa ni tilmaama.
π‘ Fakkeenya: App ChatGPT ykn Midjourney β namoonni hojii isaanii saffisaan fi salphaatti ittiin xumuru.
Kanaaf wantoota Technology haaraa, odeeffannoo nama dinqu, fi apps faayidaa qabu guyyaa guyyaatti argachuuf πβ¬οΈβ¬οΈ
π @ADEMO_TECH β
π Jalqabaafi xumura guyyaa kee odeeffannoo haaraatiin jijjiiri!

β€4π2π₯1
ADEMO TECH π»
Odeeffannoo AI baldhinaan itti dachaanaπͺ Channal keenya #like #share gochuun nu eegaa. π
π€ Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu dandaβu uumuudha.
AIβn hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama:
1οΈβ£ Afaan fi Waliigaltee
AIβn afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuun, fi text barreessuun ni dandaβama.
Fakkeenya: Google Translate, ChatGPT.
2οΈβ£ Suura fi Sagalee
AIβn suura fooyyessu, fakkii haaraa uumu, fi sagalee nama fakkaatu uumuu dandaβa.
Fakkeenya: Midjourney, DALLΒ·E, ElevenLabs.
3οΈβ£ Seera fi Madaallii
AIβn gabaa qorachuun, gatii daldalaa tilmaamuun, fi balaa madaaluun ni dandaβama.
Fakkeenya: Algorithm gabaa stock market.
4οΈβ£ Tajaajila Fayyaa
AIβn balaa fayyaa saffisaan adda baasa, qorannoo fi daawwii saffisaa taasisu.
Fakkeenya: AI radiology fi DNA analysis.
π»Technology haaraa, odeeffannoo nama dinqu, fi apps faayidaa qabu guyyaa guyyaatti argachuuf
π @ADEMO_TECH π²π»
ππβ€οΈGochuu hin dagatinaa SABA KOO!

β€2π2
ADEMO TECH π» pinned Β«π€ Artificial Intelligence (AI) jechuun, sirna computer ykn machine tokko akka namaatti yaaduu fi hojii murteessu dandaβu uumuudha. AIβn hojiiwwan gara garaa keessatti fayyadama: 1οΈβ£ Afaan fi Waliigaltee AIβn afaan gara afaan biraatti hiikuun, dubbii hubachuunβ¦Β»
β
Telegram Hidden features
π 1. Secret Chat ( Iccitiin ergaa waliif erguu)
- Ergaan nuti waliif erginu akka namni biraa hin dubbifne fi ofiin of balleessu dandaβu gochuu.
- β‘οΈ Menu > New Secret Chat kan jedhu jedhu filachuun karaa dhoksaa wajjiin haasawuu dandeenya.
π΅οΈββοΈ 2. Lakkoofsa bilbilaa keenya dhoksuuf
- β‘οΈ Settings > Privacy & Security > Phone Numberβ "Nobody" filachuun bilbilaa keenya akka namni biraa hin ilaalle gochuu dandeenya.
π£οΈ 3. Voice message gara text jijiruuf
- Voice message nuuf ergame ykn ergine t gadi qabuun β "Convert to text" kan jedhu filannee gara text jijiruu dandeenya. (Bilbila Hunda irratti hin hojjatu.)
βοΈ 4. Ergaa ergame sirreessuu (edit gochuu)
- Ergaa namaaf ergine yoo dogoggorame irra deebinee edit gochuu dandeenya. ( barreemicha irratti gadi qabuun > *Edit* kan jedhu filachuun edit goona.
β° 5. Ergaa yeroon erginu yeroo(Schedule) itti gochuun erguu
- Ergaa erginu san irratti gadii qabuun > "Send β Schedule Message kan jedhu filachuun erguu dandeenya.
π¨ 6. Theme fi background jijjiiruuf
- β‘οΈ Settings > Chat Settingsβ Background barbaanne filannee jijjiruu dandeenya.
π 7. Message guyyaadhaa search gochuu
- Chat keessa seennee Search filachuun β mallattoo calendar ποΈ filachuun β guyyaa filanna. San booda guyyaa San keessaa ergaan ergine nuuf dhufa.
IβNββοΈοΈοΈββͺββͺββͺββͺ
ΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌ
βͺ @ADEMO_TECH π²
βͺ @ADEMO_TECH π²
ΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌ
π β€ π¨οΈ βοΈ
Λ‘β±α΅α΅ Κ³α΅α΅αΆα΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅

β€1π1π₯°1