Exit exam takers👇👇👇👇👇👇👇
I think ሁላቹም በሚባል ደረጃ ዉጤት አይታቹሀል እና ምን ያህል እንደሰራቹ screenshots አድርጋቹ ላኩልኝ !!!!!
ለቀጣይ ተማሪዎችም ስለሚጠቅም ሀሳባቹንም ያገኛቹትንም ጥቅም በvoiceም በtextም ብቻ በተመቻቹ ተጠቅማቹ ግለፁልን🙏🏽🙏🏽🙏🏽

👍2
Excel Tutorial For Beginners Ethiopia.xlsx
15.5 KB
📊 Excel Baradhu - Itti Fayyadami! 🚀
Hojii ofii kee, barnoota ykn gabaa keessatti Excel fayyadamuun baay'ee murteessaa dha. Barnoonni kun: ✅ Part 1-3: Bu'uuraa Excel (Basics & Interface) ✅ Part 4: Conditional Formatting ✅ Part 5-7: Formulas (IF, AND, OR, Date & Text functions) ✅ Part 8: Gorsa dabalataa
Barnoonni kun hundaaf kan mijatu yoo ta'u, hojii qabatamaa irratti kan xiyyeeffate dha.
📥 PDF-ii kee hammaa buufadhu: Link
#Excel #AfaanOromoo #Learning #Ethiopia #Technology

LEENJII BARUMSA MICROSOFT EXCEL GUYYAA 14 KEESSATTI.pdf
1.2 MB
🚀 BARNOOTA EXCEL AFAAN OROMOO – PDF + VIDEO COURSE GUUTUU 📊
Baga gammaddan! Amma Microsoft Excel Course Afaan Oromoo keenya Guyyaa 1 hanga Guyyaa 14 xumurameera. 🎉
📘 PDF keessatti argattu:
✅ Excel Basic irraa hanga Advanced
✅ Formulas fi Functions hunda
✅ VLOOKUP, Pivot Table, Dashboard
✅ Practical Exercises fi hojii dhugaa Itoophiyaa
🎥 YouTube keenya irratti video barnoota guutuu argattu.
📱 TikTok keenya irratti Excel tips fi short tutorials yeroo hunda argattu.
👉 Nu hordofaa:
▶️ YouTube: Accounting Tips Academy (ATA)
🎵 TikTok: Accounting Tips Academy (ATA)
💼 Excel barachuun hojii, business, accounting fi office work keessan gara sadarkaa biraatti isin geessa.
📥 PDF download godhaa – barachuu har’a irraa eegalaa.
🔁 Share godhaa hiriyyoota keessaniif.
#ExcelAfaanOromoo #ExcelCourse #AccountingTipsAcademy #ExcelEthiopia #LearnExcel

❤2