Accounting Tips Academy (ATA)
2.22K subscribers
264 photos
6 videos
1.12K files
408 links
🎓 Accounting Tips Academy (ATA)

📊 Accounting | Excel | Payroll | Data Skills
🚀 Learn. Practice. Get Certified.

💡 Modernizing Finance Through Algorithmic Accountancy

👇 Join & Upgrade Your Career
Download Telegram
Exit exam takers👇👇👇👇👇👇👇
I think ሁላቹም በሚባል ደረጃ ዉጤት አይታቹሀል እና ምን ያህል እንደሰራቹ screenshots አድርጋቹ ላኩልኝ !!!!!

ለቀጣይ ተማሪዎችም ስለሚጠቅም ሀሳባቹንም ያገኛቹትንም ጥቅም በvoiceም በtextም ብቻ በተመቻቹ ተጠቅማቹ ግለፁልን🙏🏽🙏🏽🙏🏽
👍2
Excel Tutorial For Beginners Ethiopia.xlsx
15.5 KB
📊 Excel Baradhu - Itti Fayyadami! 🚀
Hojii ofii kee, barnoota ykn gabaa keessatti Excel fayyadamuun baay'ee murteessaa dha. Barnoonni kun: Part 1-3: Bu'uuraa Excel (Basics & Interface) Part 4: Conditional Formatting Part 5-7: Formulas (IF, AND, OR, Date & Text functions) Part 8: Gorsa dabalataa
Barnoonni kun hundaaf kan mijatu yoo ta'u, hojii qabatamaa irratti kan xiyyeeffate dha.
📥 PDF-ii kee hammaa buufadhu: Link
#Excel #AfaanOromoo #Learning #Ethiopia #Technology
LEENJII BARUMSA MICROSOFT EXCEL GUYYAA 14 KEESSATTI.pdf
1.2 MB
🚀 BARNOOTA EXCEL AFAAN OROMOO – PDF + VIDEO COURSE GUUTUU 📊
Baga gammaddan! Amma Microsoft Excel Course Afaan Oromoo keenya Guyyaa 1 hanga Guyyaa 14 xumurameera. 🎉
📘 PDF keessatti argattu:
Excel Basic irraa hanga Advanced
Formulas fi Functions hunda
VLOOKUP, Pivot Table, Dashboard
Practical Exercises fi hojii dhugaa Itoophiyaa
🎥 YouTube keenya irratti video barnoota guutuu argattu.
📱 TikTok keenya irratti Excel tips fi short tutorials yeroo hunda argattu.
👉 Nu hordofaa:
▶️ YouTube: Accounting Tips Academy (ATA)
🎵 TikTok: Accounting Tips Academy (ATA)
💼 Excel barachuun hojii, business, accounting fi office work keessan gara sadarkaa biraatti isin geessa.
📥 PDF download godhaa – barachuu har’a irraa eegalaa.
🔁 Share godhaa hiriyyoota keessaniif.
#ExcelAfaanOromoo #ExcelCourse #AccountingTipsAcademy #ExcelEthiopia #LearnExcel
2