👉#Hindhaabbatin!!!!!
✍ Hanguma fedhe karaan abjuu keetii ulfaataa tahus :
🙅♂ #Harka_hin_kennatin!
🏃♂ #Hin_dhaabbatin!
💪#Abdii_hin_kutatin!
👉Uuman karaa ulfaataa uume sun, dandeettii ati karaa ulfaataa sana ittiin dabritu si keessatti uumee jira waanta'eef!!
Wanti ati milkeessuu hindandeenye wanta yaaluu dadhabde akka ta'e hindagatin!!
Yaali, ammas yaali, Yaalii dadhabi malee gonkumaa yaaluu hindadhabin!!
Eeni Yaalii dadhabi malee goonkumaa yaaluu hindadhabin!
Guyyaa Ajaa'ibaa isiniif hawweera maatii koo!
❤️Akka isinjaaladhu immoo hindagatinaa😍
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=61564854130631

#Dubbiin_Akkasi.......!!!!
👀Ijii keenya lamaan walii isaani hin argan , waan duraa isaani jiru garuu al-takka argu haqa dhabaniif waliin boowu.
Kanaan #𝗧𝗼𝗸𝗸𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 jennaan!
🦶Imala irratti Miilli keenya lamaan walitti bu'u , wal sakaalu ; Garuu bakka gahuu fedhan waluma faana gahu!
Kanaan immoo #𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 jennaan!
🫦Irra deddeebi'ee ilkaan Arraba ciniinus wal danda'anii afaan keessa waliin jiraatu!
Kanaan immoo #𝗗𝗵𝗶𝗶𝗳𝗮𝗺𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂 jennaan!
🙏Haala hunda keessattuu walhaa hubannuu!
Jireenya Miidhagaa Jiraadhaa!!!
Baay'ee Isinjaaladha dhugaa!!!
Follow , Like , share 👇👇👇👇
https://t.me/Abbaskedir76

Walfakkaattii Ulfaa fi Mul'ataa:
1. Lamaanuu amantii barbaadu: Lachuu yeroo baay’ee egeree kan hin argamne fakkaachuu danda’u tilmaamuun kan dabalatudha. Bu’aawwan kunniin dhufuu akka danda’an amanuun barbaachisaadha.
2. Lamaanuu aarsaa kanfalchiisu: Lamaanuu galma gahuuf yeroo baay’ee carraa biroo ykn haala mijataa dhiisuu gaafata.
3. Lamaanuu obsa barbaadu: Milkaahina lameenuu dhugoomsuuf yeroo fi carraaqqii kan gaafatu yoo ta’u, adeemsa keessa rakkoowwan mudatan obsaan irra darbuu barbaada.
4. Lamaanuu hordoffii barbaadu: Yeroo hunda nageenyummaa fi guddina yeroo yeroon madaaluun barbaachisaadha. Kanuma keessattis rakkoo jiraniif yeroon murtii fudhachuu barbaada.
5. Lamaanuu ogeessa/gargaaraa barbaadu: Galma gahinsa lameenuu keessatti kallattiin ogeessota irraa qajeelfama ykn gorsa argachuun ofitti amanamummaaf nageenyummaa milkaahinaa guddifachuuf fayyada.
6. Lamaanuu naamusa barbaadu: Mul’ata lameeniyyuu dhugoomsudhaaf naamusa walirraa hin cinne gochuun barbaachisaa dha.

#Oduu_Ammee
Guyyaa 4 qofatu hafe booda hingaabbinaa task qofa hojjachuun cats 10000 ol hojjachuu dandeettu asiin seenaa hojjadhaa!!👇👇👇👇
t.me/catsgang_bot/join?startapp=Lp--RMZjywieXdBpVY-iA
Meow, lets see who is OG 😼

Telegram
Join CATS
https://t.me/catsgang_bot/join
Inni na caalus, inni anaa gadiis….
Anaaf miidhagina!
Hinaaffaa fi tuffiin nama balleessiti!
https://t.me/Abbaskedir76
Anaaf miidhagina!
Hinaaffaa fi tuffiin nama balleessiti!
https://t.me/Abbaskedir76
#Yeroo_Garii_Boqadhu!!!!!!
Waan tasgabbii sammuu siif kennu filadhu. Karaa kamiinuu karaa bu'aa argachuu dandeessuun, hanga jireenya kee irratti miidhaa hin geessisnetti, raawwadhu. Nama hunda irraa fagaachuun filannoo hundarra gaarii ta'e qabaachuuf yoo ta'e, waan hundumaa irraa boqonnaa fudhadhu. Yeroo hunda waan sammuu fi garaa kee tasgabbeessu filadhu, erga addunyaa kana deebitee fudhachuuf qophii ta'uu kee sitti dhaga'amee booda deebi'i.
👇👇👇👇

Carraa kee qofa yaalta yoo milkoofte dolaara 1 irraa kaaftee baafachuu dandeetta ammuma yaali👇👇👇👇
https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=2CkT4HdsDtx3cLGM3c6eCv7XuMsbmF4SaheV6TpAMLtMdHM
🎉 I've won 0.652 USDT! Click the link to help me earn more! You can also play & win money! 💰
👇 Join now and let's earn more together! 👇

Lucky Gems
Spin to Earn Now 💰
🤦#Baratu_fide.....!!😁😁😁
#Jechoota_Dubartoonni_Fayyadaman...!!
👉#Bara 1960 tti: "Na Jaaladhu garuu Harkaan nahin qabatin."
👉#Bara 1970 tti: "Harka na qabadhu garuu Kiss na hin godhin."
👉#Bara 1980 tti: "kiss na godhi💋 garuu wan biraa takkatti hin bu'in."
👉#Bara 1990 tti: "akka barbaadde na godhi garuu nama tokkotti hin himin"
👉#Bara 2000 irraa hanga ammaatti garuu "Akka barbaadde na godhi garuu hin gootu tanaan akka ati homaa hin dandeenye ykn dadhabaa ta'uu kee nama hundatti si hima."🤦
Kanneen kana keessa hinjirre dhiifama!🙏
Jireenya Ajaa'ibaa isiniif hawweera jaalatamtoota koo!!!
👇👇👇👇👇

#Aarsaa_Jaalalaa!!😢😢😢
Namichi asii gaditti argitan kun magaalaa Finfinnee keessatti dhalatee guddate. Barnoota isaa Digirii jalqabaa ‘engineering’ xummure. Nama bakka guddaa jiru ture. Haa ta’u, malee mucayyoo 1 waliin jaalala eegalanii baayyee wal jaallatan( dargagummaattii)🥺
Jaalala keessa darbanii gaa’ilaaf waliin godhachuuf hawwii guddaa qabu turan. Mucaa intala maatiin ishee sooressa(qabeenyaa qabu) turte osoo kanaan jiranii maatiin mucayyooo sanaa biyya Ameerikaa deemuu akka qabdu murteessaan.
Guyyyaa 1 utuu isaan magaalaa Finfinnee keessa wookii godhanii (wajjiin deemanii) Maatiin ishii Konkolaataan dhufanii intala mucicha biraa fuudhanii deeman ergasii isaan deebi'ani wal hin argine!🥲 Adda bahan 🥺
Isheenis gara Ameerikaa deemte.😪 Namichi kun ergasi kaasee iddoo Ykn bakka isaan lachuu gargar baha sanattii hin deebiti laata jedhe eega ture. Hojii isaas hin dhiise namummaa isaas hin gate. 🥺
. Sammuun isaa miidhameera.
Maatiin isaa yeroo baayyee isa dagachisuuf waanti isaan hin goone hin jiru😪 Inni garuu bakka Mucayyoo sana wajjiin osoo deemanii maatiin ishii Konkolaatan dhufani fuudhanii sana dhaabbatee ganamaa galgala ishee abdiin eega. 🥺
Waan nyaatu namatuu itti darbatee darba. Miilla duwwaa deema. Uffanni isaas cicciteera.🥺😪 Achuma bulas .Maatiin isaas Isa dhiisaniiru.
Turtii waggaa 20 booda erga haadha ijoollee taateen booda dhiyoo kana gara biyyaa erga dhufteen booda iyyaafatte dhufte Gara mana yaala sammuu geessitus inni ofiisaatti deebi'uun dandeenye.💔💔
Yeroo namni nubarbaadetti dhiifnee yeroo ofii keenyaa barbaannetti namaaf argamuun homaan fayyadu.
Jaallataan dulloomus jaalalli hin dulloomu!🥺
Seena kana irraa maal barattan?

Maalif Hin Taane⁉️
Everything is possible!!!
Milkaa'inni wantoota 6 kana gaafata..
1. #Hojii_cimaa
Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani.
Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi.
2. #Obsa
Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta.
Jalqaba wanti tokkollee hin ta’u, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti ta’a.
Namoonni baay'een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu.
3.#Wareegama
Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti ati barbaadde wareegama ta'a.
Wanti hundi gatii qaba. Gaaffiin jiru: Jireenya hawwitu sanaaf kaffaluuf qophoofteettaa?
4.#Walsimachuu
Walsimannaa jechuun giddu galessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha.
Walsimannaa malee milkaa'ina kana caalu gonkumaa hin argattu.
5.#Naamusa
Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa.
Guyyoonni fedhiin sitti hin dhaga’amne ni jiraatu.
Guyyota sana maaltu sitti dhaga'amu osoo hin ilaalin dhiibuu qabda.
6.#Ofitti amanamummaa
Ofitti amanamummaan, ulaagaa milkaa'inaa baay'ee barbaachisaa ta'eedha

✅️ Odeeffannoo Teeknooloojii garaagaraa kan akka:
👉Akkataa itti fayyadama koodii dhoksaa bilbilaa,
👉Waa'ee airdropota garaagaraa,
👉Weebsaayitoota hedduu babareedoo ta'an faayidaa isaanii wajjiin,
👉Odeeffannoo tajaajilota telekoomii laman( Ethio telecom fi safaaŕikom)
👉Shortcut fi Odeeffannoo Kompitara adda addaa argachuu yoo barbaaddan Chaanalii hedduu bareedaa Afaan Oromootiin isin biraan gahu(Shaggar TECH ) jedhamu kana hordofaa🙏
Join 👉@ShaggarTech1

#Namootatti_hin_agarsiisin!!
(#dhoksi!!)
Best friend qabdaa?
namootatti hin agarsiisin!
Gaa'ila bareeda qabdaa?
namootatti hin agarsiisin!
Qarshii guddaa qabdaa?
namootatti hin agarsiisin!
Wantoota gaarii jireenya kee keessa qabdu namoota jalaa dhoksi! Sana booda namootatti; akka nama homaa hin qabnee fi homaa hin beeknee itti fakkaadhu, osoo waa baay'ee beektuu, akka nama homaa hin beknee ta'ii.
Walumaa galatti hiyyeessa homaa hin beekne ta'uu kee akka hubatan taasisi.
Na amani! yeroo san ati balaa kam irraayuu bilisa🤷♂
inaaftus ta'ee, kan duuban si waraanu hin jiru. kana jechuun mandara balaa qabu irraa bilisa ati.
ilaa boss🕺
Wantoota gaarii jireenya kee keessaa qabdu yeroo baastee Uummata hundatti mul'istu diinota keef immoo alarm⏰ balaa qabu guuttee iyyisiisaa jirta jechuudha
Beekan tokko tokko immoo namoota motivate gochuufi jedha, dhugaadha! namoonni akka si balleessaniif motivate gochaa jirta.
ilaa nama koo
Kurupheen takka leencota
(lions🦁) beela'an fulduraa hin deemtu. sababni isaa salphumatti ishii balleessuu danda'an waan ta'eef.
atis wantoota babbareedoo jireenya kee keessaa qabdu yeroo namootatti baastee agarsiistu humnan qaba, kootta na ilaalaa jechaa jirta! Humnan qabaan immoo balaa qaba, kan balaa qabu sitti fida!
#Galatoomaa!!!🙏
👉Wanta dubbise irraa isiniif qoode!

#Gammadii_jiraadhu!!!
Gammachuu kee haala jireenya kee waliin wal hin qabsiisin. Gammaduuf rakkoon dhabamuun dirqama miti; Yeroo rakkoo keetii kolfaan dabarsuu fi gaddaan dabarsuun filannoo keeti. Namoonni baay'en yeroo haala gaarii keessa jiran qofa gammadan. Ati garuu, yeroo hundumaa uumaa keeti fi namummaa kee qofatti
gammadi.
Addunyaan ati keessa jiraattu dachee tana osoo hin taane, sammuu kee keessa waan ta'eef, Yeroo keessi kee gammadu, Addunyaan tun waan ati gammaddeef si waliin kolfiti. sammuu kee keessa jiraachuu yeroo eegalte, Wanti ati rakkisaadha jettee yaadde salphaa taʼuu isaa nii hubatta. Gaaffin jireenya keetii deebii dhabee tures deebii siif argachuu eegala. Sana booda Namoonni baay'en madda gammachuu keetii baruuf si kabaju, si dhaggeeffatus. Namoota baay'ee biratti iddoo gudda argatta. Hojii keetin nii ajaa'ibsiifatamta. ilaa fira koo rakkina dachee tanaa dhiistee sammuu kee keessa jiraachun eenyummaa kee yeroo barte uummamuun kee qofti si gammachiisa.
#Galatoomaa!!!🙏
Wanta dubbise irraa isiniif qoode
✍Barreessu fi 📚Dubbisuun itti Fufa!
Horaa bulaa deebanaa!
👇👇👇👇👇👇

#Anis_Nansobe....!!!😁😁
.
🗣️Isa - Bareedduu tiyya akkam naaf jirta?
🗣️Ishee - Nagaa bareedaa kiyya
🗣️Isa-Eessa jirta har'a si arguun barbaada
🗣️Ishee-Uuu har'a natti hin tolu harmee koo waliin cidha deemuufi. Maaliif na barbaadde?
🗣️Isa -Obboleessa koo USA santu maallaqa naaf erge Moobaayilaaf waan tokko tokko siif bituuf ture.
🗣️Ishee-Tole nan dhufa.
🗣️Isa - Maali cidha deema hin jennee?
🗣️Ishee-lakki nan sobe
🗣️Isa - lakki hin dhufin anis nan sobe 😂NoNoNoNoNo.....
😘#Maddi OBN 106.3FM Dambalii jaalalaa

#OGUMMAA!!!
Biriitaaniyaa keessattidha. Dubartiin tokko karaa guddaa irra qullaa ishee oliif gadi deddeemaa jirti, yeroo xiqqoo booda gara taaksii karaa cina dhaabbatanii imaltoota eegan keessaa gara isa tokkootti ol seente. Konkolaachisaan sun nama lammii chaayinaa ture. Yeroo ishee argatti haallishee bitaa itti galuun dinqisiifatee rifeensa mataa ishee irraa kaasee hanga qeensa miilla isheetti deddeebi'ee ilaaluu jalqabe. Dubartittiin waan tokko akka waan hin uumamne fakkeessitee deemuu bakka barbaaddus dubbattee akkanni deemsa jalqabu ijaan ajajje. Konkolaachisichi garuu gaaffiin isaaf hin deebine waan jiruuf miillaa hanga mataa isheetti ilaaluu isaa itti fufe. Yeroo kanatti dubartittiin "dubartii uffata hin uffanne argitee hin beektuu?" Jettee ija itti babaafte. Konkolaachisichi tasgabbiidhaan deebisee "obboleettiiko... an bitaa natti galee kanan si ilaalaa jiruuf qullaa waan taateef na dhibee utuu hin ta'in.. #gatiin_si_tajaajileef_qarshii_naaf_kaffaltu_eessa_akka_gootee_jirtu_gaaffii_natti_ta'eeti"
~Argitee obboleessako biyya lafaa kanarratti akkuma shufeerii lammii chaayinaa sana kan ati itti xiyyeeffachuu qabdu wanta si ilaallatu qofa ta'uu qaba. Waan si hin galchine keessa galtee yoo oliif gadi borcite jireenyakee keessatti waan gaarii si fayyadu tokko waan dabaltu hin qabdu. Humni kee hamma danda'etti namootaaf gaarii godhi. Jireenya namoota dhuunfaa garuu abbaamasaaniitiif dhiisi!!
👉Waanin dubbise irraa isiniif qoode suuraa kanin manxanseef akka isin dubbiftaniifi!!😁😁😁

Namni username isaa qubee 4 qofaan ijaarame jiraa? Qubee 5 hoo? Meeqaan gurgurattu?
Akkamitti maqaa telegram keessan akka gurgurtanu kunoo...
👉 how to sell my username

#Jireenya_keessatti_dhugaawwan_humna_guddaa_qaban_10_jiru:
1. Qabxii tokko fooyyessuuf yaaluu caalaa callisuun humna guddaa qaba.
2. Yeroo amantaan citu dhiifama jechuun homaa jechuu miti.
3. Gocha kee to'adhu, deebii xiqqaa kennuu baradhu.
4. Yeroo dhugaa dubbattu namoota siif hin malle dhabda.
5. Onnee bareedduun fuula bareedduu kuma tokkoo ol gatii qaba.
6. Geengoon xiqqaan jireenya dhuunfaa, sammuu fi onnee gammachuu qabu gatii guddaa qaba.
7. Nama duraan si cabsetti gonkumaa hin deebi'in.
8. Garmalee yaaduu dhiisi. Waan hunda to'achuu hin dandeessu.
9. Namni gowwaan tokko yoo si irraa fagaate, qaroo ta'ii gadi dhiisi.
10. Hiriyoonni dhugaa baay'ee xiqqaadha. Yoo qabaatte baay'ee carraa qabda.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Abbaskedir76
1. Qabxii tokko fooyyessuuf yaaluu caalaa callisuun humna guddaa qaba.
2. Yeroo amantaan citu dhiifama jechuun homaa jechuu miti.
3. Gocha kee to'adhu, deebii xiqqaa kennuu baradhu.
4. Yeroo dhugaa dubbattu namoota siif hin malle dhabda.
5. Onnee bareedduun fuula bareedduu kuma tokkoo ol gatii qaba.
6. Geengoon xiqqaan jireenya dhuunfaa, sammuu fi onnee gammachuu qabu gatii guddaa qaba.
7. Nama duraan si cabsetti gonkumaa hin deebi'in.
8. Garmalee yaaduu dhiisi. Waan hunda to'achuu hin dandeessu.
9. Namni gowwaan tokko yoo si irraa fagaate, qaroo ta'ii gadi dhiisi.
10. Hiriyoonni dhugaa baay'ee xiqqaadha. Yoo qabaatte baay'ee carraa qabda.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Abbaskedir76
Telegram
Maalif Hin Taane⁉️
Everything is possible!!!
#Uumaa_koo......!!!
Uumaa koo Wanta ani barbaadu naaf kennuu yoo baattes, Wanta ofii keetii barbaaddee naaf kennite irratti obsa naaf kenni!!
Eeyyen obsa naaf kenni!🙏🙏🙏