Dorgommii kalaqaa barnoota Saayinsiifi Herreegaa barattootaafi barsiisotaa marsaa 2ffaa akka naannoo Oromiyaatti dhiyaataa jiru Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoofi Kantiibaan Bul.Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu Jaldee daawwnnaa gaggeessuun barattootaafi barsiisota kalqa adda addaa dhiyeessan jajjabeessanii jiru.
Kalaqa barattoonniifi barsiisonni dhiyeessan kun rakkoo hawaasa keessa jiru hubachuun bifa furuu danda'uun kan dhiyeessan waan ta'eef, xiyyeeffannoon akka irratti hojjetamuu qabus hubatameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

Turkitti balaa lolaa mudateen namoonni 16 yoo du’an hedduun achi buuteen dhabamuu ibsame.
Kibba Baha Turkii magaalota lama keessatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 yoo darbu, hedduun achi buuteen dhabamuu gabaafame.
Magaaloota baatii darbe kirkira lafaan miidhamanii turan keessatti rooba cimaa roobeen lolaan lubbuu namoota 16 galaafateera.
Namootni hedduun ammoo achi buuteen isaanii dhabameera jedhame.
Namoota lolaa kanaan lubbuun isaanii darbe keessaa hedduun kanneen kirkira lafaa irraa lubbuun oolanii manneen konteenaraa keessa jiraachaa turan ta’uu eerameera.
Namoota achi buuten isaanii dhabame keessaa lama hojjetoota ittisa balaa ibiddaa, jiraattonni bishaan lola’aa jirurraa akka fagataniif gaaffachaa turan ta’uu ibsameera.
Kirkira lafaa lama biyyattiitti mudatee ture lubbuu namoota kuma 48 galaafachuu fi namoota hedduu ammoo mana jireenyaa malee daandirratti hambisuun kan yaadatamuudha.
Maddi:-BBC fi RT

#Oduu_Finfinnee
#Bajaajii
• "Boru irraa eegalee uggurri ni kaafama."
• "Fageenya kamittuu Birrii 5 ol kaffaluun hin danda'amu."
Uggurri tajaajila Baajaajii Finfinneetti kaa’ame guyyaa boruu irraa eegalee akka kaafamu Biiroon Geejjibaa beeksise.
Biiroon kun ibsa har’a baaseen, guyyaa boruu, Dilbata, Bitootessa 8, 2015 irraa eegalee uggurri tajaajila Baajaajii akka kaafamu beeksiseera.
Konkolaachistonni Baajaajii fageenya kamiif iyyuu Birrii 5 ol kaffalchiisuu akka hin dandeenyes waajjirichi ibseera.

#WAO(Waldaa Artiistoota Oromoo)
Lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf Konsartiin qophaa’uu Waldaan Artiistoota Oromoo beeksise.
Konsartii ‘Lammiikoof’ jedhu qopheessuuf haal dureen xumuramuu waldichi ibsa miidiyaaleef laateen himeera.
Konsartichi Artiistota Oromoo biyya keessaafi alaatiin kan qindaa'e ta’uu eerameera.
Konsartii kanarratti namoonni kumni 25 ol ni hirmaatuun kan eegamu ta’uu ibsameera.
Karaa ergaa gabaabaa 655, Teeleetoonii miidiyaa hawaasaa fi Lakkoofsa herreega Baankii maqaa Artiistoota 4n banameen deeggarsa taasiisuun kan danda’amu ta’uu eerameera.
Hawaasni karaalee gargaarsaaf qophaa'e kanneen hundaan hirmaachuun uummata isaa cinaa akka dhaabbatu waldichi waamicha dhiyeesseera.
Maddi:- FBC

Booranaatti roobni roobuu hordofee torbeen facaasaa labsame!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
ABDII SABAA
Dargaggeettiin ganna 14 Liidiyaan ''barattoota irratti falfala raawwachuu isheetiin'' mana hidhaa Halabaatti to'annoo jala oolte. Maatiin Liidiyaa akka jedhanitti, qorannoo gaggeeffamaa tureen, tattoodhaan falfala raawwatte jechuun qullaa ishee qoratamtee…
#Update
Dargaggeettiin Halaabaa Liidiyaan mana hidhaa irraa wabii birrii kuma 30'n gadhiifamte.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
Dargaggeettiin Halaabaa Liidiyaan mana hidhaa irraa wabii birrii kuma 30'n gadhiifamte.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
Saa’udi Arabiyaan hariiroo daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf akka hojjettu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Saa’udi Arabiyaa Fahid Obeduulaah Al Hamiidaanii himan.
Ambaasaaddar Fahid Obedulaah Al Hamiidaanii hariiroon daldalaa fi invastimantii Saa’ud fi Itiyoophiyaa gidduu jiru haala gaariirra jiraachuu himaniiru. Abbootiin qabeenyaa Saa’udi Arabiyaa Itiyoophiyaatti hirmaannaa damee qonnaa, misooma qabeenya beeyladaa fi kanneen biroorratti hojjetaa jiran hariiroo diinagdee biyyoonni lameen qaban kan agarsiisudha jedhan.
Saa’udi Arabiyaan damee kanneenirratti hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii akka qabdus himaniiru. Carraan daldalaa fi Invastimantii Itiyoophiyaan qabdu bu’aa qabeessa ta’uu eeranii, kanaanis invastimantii Saa’udi Arabiyaa Itiyoophiyaatti babal’isuuf xiyyeeffannoon akka hojjetamu himaniiru. TOI

#Ibsa_Gaddaa
Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti barataa mana barumsaa Elektirikaal Injiinaringii fi Kompuutingii kan ta’e Yoobsan Tolosaa Kursee barataa wagga 5ffaa muummee barumsaa Elektrooniksii fi Komunikeeshin Injiinaringii Yemmuu ta'u, sababa rakkoo fayyaa isa mudateen gara maatii isaa eega deemee booda waldhaansaa fayyaa argachaa osoo jiruu gaafa guyyaa 30/06/2015A.L.H addunyaa kanarraa du’aan boqateera. Miidiyaan @Abdii_Sabaa du’a barataa Yoobsan Tolosaa Kursee tiin gaddaa cimaa itti dhagahame ibsuun maatii, firoottan fi hiriyoota isaaf jajjabina hawwa
Maddi :- Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa