Dhaabbanni “Namoonni Namootaaf” fi Ministeerri Barnootaa waliin ta’uun naannolee Afur keessatti manneen barnootaa 16 ijaarsisuuf waliigaltee mallatteessan.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaafi Walitti qabaan boordii dhaabbata “Namoonni Namootaaf” Dooktar Sabaastiyaan Biraandiis mallatteessaniiru.
Manneen barnootaa kunneen naannolee Oromiyaa, Afaar, Amaaraafi Somaaleetti kan ijaaraman ta’uu eerameera.
Manneen barnootaa kunneen manneen barnootaa sadarkaa 1ffaafi 2ffaa yoo ta’an, baasii Birrii miiliyoona 300 kan ijaaraman ta’uu ibsamera.
Manneen barnootaa naannolee arfanitti ijaaraman waggaatti giddugalaan dabareen barattoota kuma 8 ni keessummeessu jedhamuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM
📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot

#kutaa_12ffaa
#Qormaata
Balaa konkolaataa
Barattoonni kuta 12ffaa Aanaa Shanan Dhuuggoo irraa gara Yuunivarsitii Dirre Dawaatti osoo imalaa jiranii balaan konkolaataa hamaan isaan mudateera. hanga ammaa baayyinni barattoota miidhamanii wanti beekame hinjiru ammaaf hospitaala hirnaa keessa jiru.

Maanguddoon Umrii waggaa 85 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf gara Yuunvarsiitii imalan
Maanguddoon Umrii waggaa 85 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf gara Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo imalan.
Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddootti barattoonni kumni 30 ol qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf gara Yuunvarsiitichaa seenaa jiru jedhame.
Barattoota qormaata fudhachuuf gara Yuunvarsiitichaa seenaa jiran keessaa jiraataan Godina Walaayitaa aanaa Baayiraa Kooyishaa Maanguddoon Umrii waggaa 85 Obbo Baafaa Baagaajaan isaan tokko.
Abbaa ijoollee 8 kan ta’an Obbo Baafaan sababa dhiibbaa jireenyaan bara 1949 kutaa 7ffaa keessaa barnoota isaanii adda kutuu ibsaniiru.
Obbo Baafaan beekkumsa horachuun umriin hin daangeffamu ejjennoo jedhu qabaachuu ibsaniiru.
Qormaata ce’umsaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee laatamuuf qophii ta’uu isaanii eeraniiru

Yuunivarsiitii Amboo barattoota simataa jira.
Barattoonni qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhachuuf Yuunivarsiiti Ambootti Kaampaasii Walisootti ramadaman guyyaa har’aa Yuunivarsiiticha simatamuu eegalaniiru.
Barattoota bakkeewwan addaa addaarraa mooraa Yuunivarsiitichaa galaa jiraniifis simannaa ho’aan taasisfamaa jiraachuu Yuunivarsiitii Ambootti Kaampaasiin Walisoo beeksiseera.

Yuunivarsiitiin Booranaa barattoota qormaata Biyyaaleessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Yuunivarsiitichatti ramadaman simachaan jira jedhe.
Barattoonni qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhachuuf Yuunivarsiitii Booranaatti ramadaman Yuunivarsiiticha seenaa jiru.
Barattoonni kun bakka addaa addaarraa moonaa Yuunivarsiitichaa galaa jiraniifis simannaa dansaa tolchaaf akka jiru Yuunivarsiitiin Booranaa beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM
📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
Barattoonni qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhachuuf Yuunivarsiitii Booranaatti ramadaman Yuunivarsiiticha seenaa jiru.
Barattoonni kun bakka addaa addaarraa moonaa Yuunivarsiitichaa galaa jiraniifis simannaa dansaa tolchaaf akka jiru Yuunivarsiitiin Booranaa beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM
📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
Naannoo Oromiyaa Godina Jimmaa Aanaa #Sigimoo irraa barattoota kutaa 12ffaa qormaata Biyoolessaa fudhachuuf gara Yuunivarsitii Jimmaa imalaa turaniin Aanaa Maannaa bakka Ganda #Guubbee _Mullataa jedhamutti konkolaataan gara gale.
Konkolaataan gara galus rakkoon tokkoollee barattoota irra akka hin geenye ibsuun, maatiin barattootaa akka tasgabbaa'an Kominikeeshiiniin Aaanaa Sigmoo Ibseera.
#Hubachiisa:- Barattoonni hunduu Nagaan gara mooraatti galaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM
📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
Konkolaataan gara galus rakkoon tokkoollee barattoota irra akka hin geenye ibsuun, maatiin barattootaa akka tasgabbaa'an Kominikeeshiiniin Aaanaa Sigmoo Ibseera.
#Hubachiisa:- Barattoonni hunduu Nagaan gara mooraatti galaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
🌐MARSAARIITII🌐
WWW.ABDIISABAA.COM
📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
Balaa tiraafikaa!!
Maatiif
Suuraa barattoota balaa Tiraafikaa irraa hafanii
Godina jimmaa aanàa sigimoo konkolaataan barattoota kutaa 12ffaa fe'ee gara yunivarsitii jimmaa deemaa turee Har'a saatii 11 booda garagaluun barattoonni miidhaa tokko malee lubbuun hafaniiru Nagaan gara yuunivarsitii jimmaa seenaniiru maatiin barattootaa tasgabbaa'aa
Maddi :Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Sigimoo irra!!

#Oduu_Namatti_Tolu
Qoramtuun kutaa 12ffaa Yuunivarsitii keessatti deesse.
Oromiyaa, Godina Harargee Bahaa, Mana Barnootaa Qophaa'inaa Burqaa Diimtuurraa qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf Yunivarsitii Dirre Dhawaatti tan ramadamte barattuu Tsiggeradaa Abarraa erga yunivarsiticha qaqqabdee booda har'a sa'aatii 7:00 irratti mucaa dhiiraa nagaan deesseetti.
Waltaasisaan komaandi postii damee fayyaa qoramtoota kutaa 12ffaa Doktar Huseen Mahaammad ibsaniiru. Haatis ta'e mucaan haala fayyaa guutuurra akka jiranis eeraniiru jechuun FBCn gabaaseera.
Maddi:- Komunikeeshinii Godina Arsii Lixaa