Raayyaan ittisa biyyaa magaala "Qobboo" gad-lakkisee baheera.:- Tajaajila Komininkeeshinii mootummaa
ABUT dargaggoota of dura hiriirsiisuun dambalii humnaa fayyadamuun kallatti hedduun magaala Qobboo haleellaa jira jedhame.
Gama biroon magaalaa keessatti lootee seentoota galchuun bifa nageenya ummataa balaarra buusuun waraanaa gaggeessuuf haala dandeessisu uumaa jiraachuu tajaajilichi ibsa isaan eereera.
Raayyaan Ittisaa dhumaatii ummataa olaanaa taโe hambisuuf jecha magaalaa Qobboo gadi lakkisuun gara duubatti deebiโuun iddoolee waraanaa qolachuuf dandeessisu qabachuuf dirqamuu himeera.
Garichi dargaggoota of dura hiriirsiusuun dambalii ummataan haleellaa raawwachuu yoo hin dhaabne Raayyaan Ittisaa dirqama seeraa, hamilee fi seenaa isaa baโuuf kan dirqamu taโuu mootummaan hubachiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA

Barattoonni Seeraa Yuunivarsitii Amboo qormaata gahuumsa ogummaa fudhatan marsaa sadaffaaf barattoonni hunduu qormaaticha darbuun milkaa'an. Akka barattoonni miidiyaan @Abdii_Sabaa dubbise tokko tokko ibsanitti iccitiin milkaa'ina barattoota kanaa cimanii dubbisuu isaaniifi guutummaatti ta'uu baatus haala gaariin barachuu keenya jedhan. Irra caalaatti ammoo milkaa'ina isaaniif bu'uurri inni guddaan walitti dhufeenyi barattoota kana gidduu jiru baay'ee gaarii ta'uufi yeroo baay'ee waliin mari'achuufi tokkommaa qabaachuun milkaa'ina keenyaaf ga'ee guddaa raawwateera jechuun nuu ibsan.
๐Yuunivarsiitii Dabira Taaboris barattoota 36 keessaa 34 dabarsuu ibseera.
๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot

Oduu ammee
Walwaraansa mootummaafi wayyaanee gidduu daran jabaachaa dhufuu isaan walqabatee barattoonni yuunivarsitii Waldiyaa mooraa gadhiisanii ba'aa jiru.
Barattoonni kunniin geejjibni sababa hinjirreef imala miillan akka eegalan odeessi keenya nuun ga'eera.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattoota kanaa haala isaan keessa jiran hordofaa kan jiru yommuu ta'u haala isaan keessa jiran qindeessuun kan isiniin geenyu ta'a.

Walwaraansi Affaar Yaalloofi naannoo isaatti akkasumas Roobiitii qabatee naannawa Qobbootti jabaatee itti fufee akka jiru dhaga'ameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Oduu simbirtuu
Kibba Qobboo dabalatee naannawni Roobiit kaleessa Tigraayiin qabamee ture guyyaa harraa humna ittisaan deebifamee qabamuu odeeffanneerra.
Gara waldiyaatti dhihaatee kan ture waraanni Tigraayii qobboo gadhiisuun gara allaamaaxaatti deebi'eera.
Kara giddaan ganama sa'a 4:30 yaaliin seensaa taassifamaa akka tureefi akka hin milkoofnes miidiyaan @Abdii_Sabaa odeessaalee isaa irraa odeeffateera.

Dubartiin dhibee kaansariin barnoota adda kuttee turte waggaa 30 booda qormaata fudhattee darbite.
Yeroo ammaa dubartii umrii waggaa 47 kan taate Liiz Biraawun, umriishee ijoollummaatti sababa dhibee kaansarii barnootashee erga adda kuttee waggaa 30 booda qormaata seensa mana barnootaa sadarkaa lammaffaa (GCSE) qoramuun darbiteetti.
Liiz Biraawun dhibeen kaansarii gadhiisuu baatullee isheen garuu itti cichitee mana barumsaa ijoollummaasheetti keessatti barataa turte keessatti qorumsa herregaa fi Afaan Ingilizii qoramuun qabxii mishaa argatte.
Dubartiin kun shamarree waggaa 14 taatee osoo barachaa jirtuu battala tokko lafumaa ka'uu dadhabde, wayita qoratamtu kaansarii buusaa lafeetiin qabamuutu barame.
Aadde Liiz Biraawun wayita weerarri koronaavaayirasii addunyaatti hammaate keessas dhibee kaansarii kan duraaniirraa adda ta'een qabamteetti.
Erga qorumsa dabartee booda ''waan kaansariin narraa fudhate deebifadhe,'' jechuun gammachuu ibsatte.

Barattoonni Seeraa Yuuniivarsiitii Arsii Qormaata gahuumsa ogummaa fudhatan, hundi isaanii qormaaticha darbuun milkaa'an.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Woldia university students now
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/Az2cnzZXlWU
https://youtu.be/Az2cnzZXlWU
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/Az2cnzZXlWU
https://youtu.be/Az2cnzZXlWU
Beeksiisa
Barnoota Digirii 2ffaa barachuu kan barbaaddan hundaaf:
Yuunivarsiitiin Mattuu bara barnootaa 2015 A.L.I mooraa Mattuu, Kaampaasii Beddellee fi Damee Bureetti sagantaa idilee fi guyyaa boqonnaatiin barattoota haaraa simatee leenjisuu barbaada waan taโeef gosa barnoota barbaaddan armaan gadii irratti galmaaโuun itti fayyadamaa carrichaa akka taatanuuf affeeramtaniittu.
Odefannoo dabalataaf:
๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป
https://t.me/mettuniversity/1292
www.meu.edu.et
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Barnoota Digirii 2ffaa barachuu kan barbaaddan hundaaf:
Yuunivarsiitiin Mattuu bara barnootaa 2015 A.L.I mooraa Mattuu, Kaampaasii Beddellee fi Damee Bureetti sagantaa idilee fi guyyaa boqonnaatiin barattoota haaraa simatee leenjisuu barbaada waan taโeef gosa barnoota barbaaddan armaan gadii irratti galmaaโuun itti fayyadamaa carrichaa akka taatanuuf affeeramtaniittu.
Odefannoo dabalataaf:
๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป
https://t.me/mettuniversity/1292
www.meu.edu.et
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#Oduu_Gurraan_Namatti_Hin_Tolle
Yuunivarsiitii Amboo Kaampaasii Haacaaluu Hundeessaa keessatti walitti bu'iinsi gandummaa irratti hundaa'eefi baay'ee nama jibbisiisu eega mul'achuu eegalee woggoottan lakkoofsiseera.Barataan kunis ilma Oromoo ilamaanuma Oromootiin haala kanaan miidhaan irra ga'eedha. Dhimma gandummaa yuunivarsitii hedduu keessatti dagaaguuf deemaa jiru cabsuuf sagantaa bal'aa qopheessaa jirra. Yuuniivarsiitii Haacaaluu Keessa teessanii seenaa badaa akkanaa raawwachuun baay'ee nama gaddisiisa.

ABDII SABAA
Photo
#Gandummaa
Saba guddaa taanee itti fufuuf gandummaa dhabamsiisuu qabna.
Miidiyaan Abdii sabaa qabsaa'aa kan jiru barattoonni naannoo biraa keessa jiran dhiibbaan Oromummaan akka irra hin geenyeef dhugaan isaanii akka mullatuuf kan ture ture , haa ta'uyyuu malee dhiibbaan #gandummaan barattoota irra ga'aa jiru kan #sabummaan irra ga'aa jiru irra daran hammaataa dhufuu arguu caalaa wanti nama gaddisiisu hin jiru.
Gandaan walqooduun barattoonni Oromoo dhiibbaan isaan walirra geessisan dhiibbaa oromummaan nama irra ga'u caalaa sodaachisaa ta'aa jira.
Odeeffannoo Yuunivarsitiilee garaa garaa kanneen akka Bulee Horaa, Odaa Bultum, Amboo, Jimmaa, Madda walaabuu, Wallaggaa Haramaayafi Kanneen kana faakkaatan irra nu qaqqabaa jiruun barattoonni Oromoo Gandaan walqooduun waldoorsisuu irraa ka'uun hanga dhiiga walii dhangalaasuutti yeroo isaan ga'an arginee dhaga'aa jirra. Baasnee muullisuufis qaanfataa jirra.
Oromoon Oromoo hin fedhu taanaan, Oromoon Oromoo hin eegu taanaan, Ormoon walsodaata taanaan, Abdii ummanni Oromoo qabu isa kam ta'aree?
Barattoonni Oromoo Oromummaan isinitti dhaga'amu, Oromuuf quuqamtan marti shira gandummaan nu cabsuu jalaa ba'uuf guyyaa har'aa irraa eegaluun dhiifama walii gootanii, warri walmiitanis araaramtanii tokkummaa keessan suuraafi viidiyoon jabeessuun kara @yaadaafqeeqabot akka nuuf ergitan kabajaan isin gaafanna.
Oromoo Abdii kutatetu gandaan walkuta

#Yuunivarsitiin_Waldiyaa
Yuunivarsitiin Waldiyaa barattoota sababa sodaa nageenyaaf mooraa gadhiisaniif murtee lama dabarse.
1. Barattoonni idileen guyyaan mooraatti deebitan bara dhufu waamichi gaafa isiniif taassifamudha
2. Barattoonni gannaa qorumsa goolabuuf fulbaana 03/2015 mooraatti deebitu

#Gandummaa Saba guddaa taanee itti fufuuf gandummaa dhabamsiisuu qabna. Miidiyaan Abdii sabaa qabsaa'aa kan jiru barattoonni naannoo biraa keessa jiran dhiibbaan Oromummaan akka irra hin geenyeef dhugaan isaanii akka mullatuuf kan ture ture , haa ta'uyyuuโฆ
#Sagalee_Barsiisotaa!
๐Mirgi barsiisota sad. 2ffaa dhiibameera
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Akkuma beekamu barsiisonni biyya Itiyoophiyaa keesaatti hojii guddaa hojjechuun miindaa xiqqaa warra argatan keessaa adda dureedha. Haala qaal'iinsa yeroo ammaa kanaan walqabatee ammoo barsiisonni haala rakkisaa keessa jiraachuu isaanii tilmaamuun nama hin rakkisu.
Kanumaan walqabatee barsiisaan akka secteroota biroo durgoo hoomaa tokkoyyuu hin qabu. Ta'us garuu waggaa keessaa si'a tokko mana barumsaa tokko keessaa barsiisonni muraasni darabee darabeedhaan qormaata biyyoolessaa qoruun durgoo xiqqoo ni argatu. Amma garuu ibsa ministeerri barnootaa baaseen carraa qormaata qoruu barsiisota yuuniversiitiitiif kennee jira. Kun ammoo mirgaa fi haqa barsiisaa dhiibuudha.
Kanaaf dhimmi kun hatattamaan akka sirratu barsiisonni sadarkaa lammaffaa ni dhaammatu.
#justiceforTeachers
๐Barsiisonni Yuunivarsitiis Osoo leenjii ga'aa hin fudhatin haaluma gara jabeenya isaanii duraatiin qormaata kan qoran taanaan barattootaaf miidhaa guddaa ta'uu akka danda'u namoonni baay'een sodaa qaban ibsataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
๐Mirgi barsiisota sad. 2ffaa dhiibameera
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Akkuma beekamu barsiisonni biyya Itiyoophiyaa keesaatti hojii guddaa hojjechuun miindaa xiqqaa warra argatan keessaa adda dureedha. Haala qaal'iinsa yeroo ammaa kanaan walqabatee ammoo barsiisonni haala rakkisaa keessa jiraachuu isaanii tilmaamuun nama hin rakkisu.
Kanumaan walqabatee barsiisaan akka secteroota biroo durgoo hoomaa tokkoyyuu hin qabu. Ta'us garuu waggaa keessaa si'a tokko mana barumsaa tokko keessaa barsiisonni muraasni darabee darabeedhaan qormaata biyyoolessaa qoruun durgoo xiqqoo ni argatu. Amma garuu ibsa ministeerri barnootaa baaseen carraa qormaata qoruu barsiisota yuuniversiitiitiif kennee jira. Kun ammoo mirgaa fi haqa barsiisaa dhiibuudha.
Kanaaf dhimmi kun hatattamaan akka sirratu barsiisonni sadarkaa lammaffaa ni dhaammatu.
#justiceforTeachers
๐Barsiisonni Yuunivarsitiis Osoo leenjii ga'aa hin fudhatin haaluma gara jabeenya isaanii duraatiin qormaata kan qoran taanaan barattootaaf miidhaa guddaa ta'uu akka danda'u namoonni baay'een sodaa qaban ibsataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Hidhattoonni Faannoo Godina Ho/Gu/Wallaggaa G/W/Bahaa Aanaa Kiraamuufi Amuruuttii Haleellaa Raaawwatuu Angaโoonni Himan.
Halleellaa kana hordofuun angaโoonni mootummaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruufi kiraamuu โโwaan dandeessaniin nuuf birmadhaaโโ jedhan.
Faannoon Naannoo Oromiyaa gama lixaan halleellaa irra deddeebiin uummata nagaa irratti raawwataa akka ture miidiyaaleen hedduun gabaasaa turuun ni yaadatama.
Ammas keessa deebiin Go/Ho/Gu/Wallaggaa Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti hidhattoonni Faannoo lammiilee nagaa irratti tarkaanfii fudhachuu angaโonni himaniiru.
Akka Odeeffannoon ibutti haleellichi akkas ture:-
โโHarโa Ganama 24/12/2014 sa'atii tokkoon humni amaaraa hidhate Faannoon uummata nagaa irratti dhukaasa banuun miidhaa cimaa geessisaa jiru.
Isaanis kan haleellaa eegalan Go/W/Bahaa aanaa Kiiramuu ganda Haaroo jedhamtu irraan dhufuun lubbuuf qabeenyaa namaa irratti miidhaa geessisaa jiru.ammallee dhukaasa hamaatu dhagaโamaa tureโโ.
โโLubbuu darbe adda baasuunis hin danda'amne. Uummanni Agamsa irra jiru kun uummata Ganda Illaammuu, Migir, Jawaaj, Qaccallu, Nyaaree, Waallii Luqmaa, Madaallee fkkf tu humna Addaa Oromiyaa Agamsarra buufatee jiru abdii godhachuun ture Agamsarra buufatanii kan jiran.
Humni Addaa Oromiyaa Agamsarra ture gaafa guyyaa 22/12/2014 magaalaa sana gad dhiisanii waan deemaniif gaaga'amni kun ta'e ammas ta'aa jira jedhan.
Namoonni achi irraa miidiyaaf akka ibsanitti namoonni akkuma Ruwaandaatti dhumaa jira jedhu.
Ogeessi karoora mana qopheessaa magaalaa Agamsaa obbo Abbabaa kabbaddaa Namoonni hedduun dhumanii jennaan kantiibaan magaalaa Agamsaa baqachuun magaala keessaa baheera jedhan.
Mootummaan ariitiin humna qilleessaan yoo nun dhaqqabin dhumuu keenya jedhan. Humni addaa Oromiyaa ajajni nutti hin kennamne jechuun tarkaanfii fudhachuu irraa of Qusataniiru Jedhan Hojjataan Kun.

#Update
Yuunivarsitiin Amboo barattoonni waggaa 1ffaa seemisteera 1ffaa xumuranii gaafa seemisteera 2ffaa eegaluuf gara mooraatti deebi'an #Coci(Qormaata gahuumsa Ogumaa) kennuun Muummee(#Department) hundayyuu akka kennu ibsuun barattoonni qophii ga'aa akka godhan dhaamsa dabarseera.
Yuunivarsitichi Muummee barattootaa kennuuf yeroo jalqabaaf Coci kan kennaaruudha. Miidiyaan @Abdii_Sabaas odeffannoo waa'ee Coci kana irratti kan argannu yoo ta'e jala buunee hordofuun kan isin qaqqabsiisnu ta'a.