ABDII SABAA
500K subscribers
12.5K photos
185 videos
205 files
6.26K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#Beeksisa Qacarrii

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
ABDII SABAA
#Yuunivarsitii_Baahir_Daar #Kaampaasii_Yibaab
#Yuunivarsitii_Baahir_Daar
#Kaampaasii_Yibaab
Yuunivarsitii Baahir Daar Kaampaasii Yibaab keessatti barattoonni Oromaa halkan sa'atii 3:00 irraa kaasuun dararaama akka jiran miidiyaan @Abdii_Sabaa odeeffateera.
Barattoonni dhalootaan naannoo Amaaraa ta'an qormaanni faayinaalii deebiin ba'ee isiniif kennameera, qormaata teelegiraamiidhaan hojjachaa jirtan jechuun barattoota irraan miidhaa ga'aa akka jiran maddeen odeeffateera. Itta dabaluunis barataa Oromoo maqaan isaa NAGEESSOO NEENQOO jedhamu situ deebii baasuun barattootaaf kennaa jira jechuun faayinaala irraa dhorakaniiru. Kanuma sababeeffachuun tuutni barattoota Oromoo moorichaa nuti kan dhufneef barnootaaf malee gidirfamuuf miti jechuun barattoonni hunduu walga'uun meeshaa isaanii walitti qabatanii mooraa gadhiisuuuf yeroo jedhan policoonni humna addaa naannichaafi policoonni federaalaa barattoota kana akka isaan mooraa hin gadhiisne dhorkaniiru.

Qaamni dhimma ilaallatu rakkoo garagaraa yeroodhaa yerootti barattoota oromoo yuunivarsitii garagaraa keessa jiran irra ga'aa jiruuf, furmaata atattamaa akka kennitan miidiyaa @Abdii_Sabaa cimsee isin akeekkachiisa!

Suuraan Qobaa isaa uffata Aadaa Oromoo uffatee jiru barataa jerri qormaata irra hambisaniidha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
#Rakkoo_Hawaasaa

Daandiin Karaa lixa biyyattiin Najjoo keessa darbee Asoosaa geessu ciccituun hawaasa naannicha rakkisaa jira.
Daandiin kunis Aanaa Bojii ykn Billaafi Najjoo wal qunnamsiisutti baay'ee ciccituun hawaasani naannicha rakkoo hamaa keessa akka jiran miidiyaan @Abdii_Sabaa odeeffateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
ABDII SABAA
#Barattoota Ari'aman
#Oduu_Rifaasaa

Yuunivarsitiin Dirree Dhawaa barattoota Oromoo 31 ari'e.
Akkuma beekamu yuunivarsiticha keessatti yeroodhaa yerootti walitti bu'iinsi jiraachuu isaa gabaasaa turuun keenya ni yaadatama. Yuunivarsitichis Walitti bu'iinsa kana sababeeffachuun barattoota Oromoo namoota 5 guutummaan guutuuttifi namoota 26 waggaa lamaaf yuunivarsitii irraa hari'uu isaa beeksise. Yuunivarsitiin Dhirree Dhawwaa Yuunivarsitii saba bal'aa ummata Oromoo ta'aa, kan ilmaan Oromoo yeroo baay'ee keessatti gidirfamtu ta'uun maddeen Odeeffateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa