ABDII SABAA
500K subscribers
12.5K photos
185 videos
205 files
6.26K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#Baalee #Hongee

Akkuma ummata keenya Booranaa hongeen miidhaa irraan ga'ee ture bira dhaabbattanii deeggartanii turtan,Ummata keenya Baalee horsiisee bulaa fi qotee bulaa ta'e kan yeroo ammaa kana sababa hongeetiif gidiraa guddaa keessa jiran kana bira haadhaabbannu.

"Lammiitu Lammiif" jedhu mitiiree?

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#TUTORIAL (AFAAN OROMOO)

Emerging Technology | Artificial Intelligence | Afaan Oromoo kutaa 1ffaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/jfgsKhehb9U
https://youtu.be/jfgsKhehb9U


Emerging Technology | Artificial Intelligence | Afaan Oromoo | kutaa 2ffaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/RV0AN5HppDs
https://youtu.be/RV0AN5HppDs

ARTIFICIAL INTELLIGENCE | DHALACHUU SOOFIYAA | EMERGING TECHNOLOGY
https://youtu.be/fU0LAicFpJc
https://youtu.be/fU0LAicFpJc

Mathematics | Principle Of Mathematical Induction | Afaan Ormoo | Freshman Course
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/oItZKvmJJwg
https://youtu.be/oItZKvmJJwg

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#JinkaUniversity

Barattoota yunivarsiitii waldiyaa irraa gara yunivarsitii jiinkaatti ramadamtaniif, ramaddii Ministeerri barnootaa godhe bu'uureffachuun history fi Heritage Management,
Midwifery fi Veternary Medicine
dhaaan yunivarsitii jiinkaatti ramadamuun keessan ni yaadatama.

Ta'us barnoota bara 2014 eegaluuf waan ta'eef, hanga gaafa guyyaa 10/03/2014'tti qaamaan argamuun report akka gootan akeekkachiifamtaniittu.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Qabxiin Barattootaa Mana Barumsaa Bultii Addaatti Ramadamanii Ifoomee jira.

Barnoonni sadaasa 12 kan eegalu yommuu ta'u guyyaan galmee Sadaasa 10 fi 11/2014 ta'uu kabajaan isin beeksifna.

Maqaa fi ramaddii barattoota darbanii, fuula feesbuukii keenyaa irra kan argattan ta'uu isin beeksisaa wantota isin qabattanii dhuftan:

1. Uffata qorraafi Ansoolaa
2. Uffata Boraatii
3.Huccuu fi kophee Ispoortii
4.Suuraa keessan, suuraa Haadhaa fi Abbaa lama lama
5.qabxii daree kutaa 8ffaa fi Ministrii, akkasumas transkriiptii Mana barumsaa qabattanii argamuu qabdu.

Ramaddii keessan fuula feesbuukii @ABDII_SABAA irratti argachuu dandeessu
πŸ‘‡
https://www.facebook.com/101665918728008/posts/235411388686793/?app=fbl

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Barattoota digrii 2ffaa yuunivarsitii Asoosaa maraaf.

Barattoonni bara 2014 dhuma torbanii barachuuf(weekend) dorgomtanii qorumsa dabartan marti guyyaan galmee sadaasa 09/2014 hanga 10/2014 ta'uu bartanii guyya jedhame irraa kaasuun galmooftanii akka barnoota itti fuftan kabajaan isin beeksisna.

Gosi barnootaa bifa suuraa armaan olii irra jiruun saganteeffameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Miidiyaan @Abdii_Sabaa miidiyaa hawaasummaa maraan ummata isaa bira ga'uuf qophii xumuraa jira. Kanumaan walqabatees gama Tiktookiin liinkii armaan gadii irratti nu argachuu kan dandeessan ta'uu kabajaan kan isin beeksisnu ta'a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://vm.tiktok.com/ZM8qrKAXy/
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://vm.tiktok.com/ZM8qhdRDW/

TIKTOKπŸ‘‡
tiktok.com/@abdii_sabaa_official
tiktok.com/@abdii_sabaa_official
#JimmaUniversity

Guyyaan barattoonni gara mooraatti deebi'an Sadaasa 21 fi 22/2014 ta'uu rejistiraarri yuunivarsitichaa beeksisee jira.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
T.me//ABDII_SABAA
T.me//ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
'Akka barsiisaa Oromoo tokkootti barumsa herreegaa karaa youtube fi Telegramaa tiin afaan keenna afaan Oromoo fayyadamuudhaan barsiisuu eegaleetin jira.' Isiniin jedha barsiisaa Muhammad Yuunivarsitii Amboo irraa.

Subscribe gochuun liinkii yuutuubii armaan gadii irratti hordofaanii.

Gamanumanis barsiisota keenya mara nu waliin dalaguu barbaadan kabajaan kan simannu ta'uu isin beeksisaa ammas barsiisonni kara yuutuubii @ABDII_SABAA tiinis ta'e yuutuubii mataa keessanii banachuun barattoota keenya mara deeggaruu barbaaddan kara @yaadaafqeeqabot nu qunnamuu akka dandeessan kabajaan isin beeksifna.

Youtube chaanalii barsiisaa kessan barsiisaa muhammad:πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/channel/UCnVxL2Er0JpApAY-H6GzcuA?sub_confirmation=1


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#TUTORIAL (AFAAN OROMOO)

Emerging Technology | Artificial Intelligence | Afaan Oromoo kutaa 1ffaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/jfgsKhehb9U
https://youtu.be/jfgsKhehb9U


Emerging Technology | Artificial Intelligence | Afaan Oromoo | kutaa 2ffaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/RV0AN5HppDs
https://youtu.be/RV0AN5HppDs

ARTIFICIAL INTELLIGENCE | DHALACHUU SOOFIYAA | EMERGING TECHNOLOGY
https://youtu.be/fU0LAicFpJc
https://youtu.be/fU0LAicFpJc

Mathematics | Principle Of Mathematical Induction | Afaan Ormoo | Freshman Course
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/oItZKvmJJwg
https://youtu.be/oItZKvmJJwg

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Introduction To Economics
Freshman course | Afaan Oromoo |


Barnoota Afaan Oromoo #Ikoonoomiksii barattoota waggaa 1ffaa yuunivarsitiif Bor kan eegallu ta'a.

Liinkii armaan gadii cuqaasuun subscribe, like fi share gochuun barattoota mara biraan akka ga'u taassisaa
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“ΉπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
Barataan Seeraaliyoon kalaqaan milkaa'e badhaasa barattoota addunyaa baranaa mo’ate

Barataan Seeraaliyoon umuriinsaa ganna 21 tahee fi barnoota digirii lammaffaa isaa barachaa jiru, Jeremiyaa Torankaa, kalaqa anniisaa qulqulluu hojjeteef badhaasa addunyaa argate.
Barataan kun meeshaa anniisaa keenetikii fayyadamuun tiraafikaa fi lafoo deemtota irraa fayyadamuun aannisaa qulqulluu kennu hojjete.

Toronkaan badhaasa barattoota addunyaa bara 2021 doolaara 100,000 mo’ate.
Barataan kun BBC Focus on Africa'tti badhaasa β€˜β€™barattoota itti gaafatamumma fudhatanii misooma biyyaalessaaf gumaachan’’ jajjabeessu mo’achuutti baayyee gammaduu hime.

Wagga waggaan Chegg.org, barattoota ''adda tahan barnoota keessatti dhiibbaa sirrii uuman’’ badhaasa.
Toronkaan barattoota 3,500 dorgommicha irratti hirmaatan caaluun tokkoffaan xumure.

Badhaasa argate kana hawaasni naannoo isaa anniisaa akka argataniif baasii gochuuf karoorsuu hime.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
   
Economics | Freshman Course | Afaan Oromoo| Chapter 1 | Kutaa 1ffaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/KTumOli7Ocw
https://youtu.be/KTumOli7Ocw


πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
#Yuunivarsitii_Wallaggaa

Yuunivarsitii Wallaggaatti barattoota digrii 1ffaa fi 2ffaa (buleeyyii Halkaniifi guyyaa boqonnaa) galmeen sadaasa 10 fi 11/2014 akka ta'e beeksifameera.

Sadaasa 12/2014 qofa adabbii waliin kan galmooftan yommuu ta'u sadaasa 13/2014 barnooti ni eegala.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#Yuunivarsitii_Jimmaa

Dheereffamee kan ture guyyaan galmee bara 2014 yuunivarsitii Jimmaa, sadaasa 20 fi 21/14 kan geggeeffamu sababa ta'eef barattoonni marti qaamaan dhihaachuun galmee akka raawwattan kabajaan isin beeksifna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Beeksisa

Kabajamtoota, barsiisotaa fi barattoota Oromoo marti, nageenyi badhaadhaa isiniin jechaa, miidiyaan
@ABDII_SABAA gama yuutuubiidhaan barsiisuuf qophii xumuree jiraachuun walqabatee, barsiisota akkasumas, barattoota barsiisuuf fedha qaban mara hirmaachisuu waan barbaaduuf, barsiisonnii fi barattoonni hirmaachuuf fedhaaf dandeetti qabdan marti kara @yaadaafqeeqabot maqaa guutuu, dhaabata itti barsiisaa yookin barachaa jirtan, ga'ee hojii keessaniifi gosa barnootaa barsiistan nuuf ergun galmaa'uu kan dandeessan ta'uu kabajaan isin beeksifna.

Hubachiisa: Gosa barnootaa sadarkaa jalqabaa hanga sadarkaa olaanaa kam iyyuu Afaan Oromoon barsiisuu ni dandeessu. (Kutaa 1ffaa, hanga sadarkaa yuunivarsitii).

Gaaffii dabalataa qabdaniif kara
@yaadaafqeeqabot nu qunnamaa.

Galatoomaa


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
#JigJigaUniversity

Barattoota buleeyyii Yuunivarsitii Jigjigaa waggaa 3ffaa fi isaa oliif guyyaan seensaa sadaasaa 15 hanga sadaasa 17/2014 yommuu ta'u, barattoota waggaa 1ffaaf guyyaan galmee sadaasa 23 hanga 25/2014 ta'uu kabajaan isin beeksisna.

Dabalataan barattoonni yeroof Yuunivarsitiilee naannoo Tigraayiifi Yuunivarsitii Waldiyaa irraa yuunivarsitii jigjigaatti ramadamtan, sadaasa 23 hanga sadaasa 25/2014 qaaman dhihaachuun rippoortii akka gootan jedhamtaniittu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#WachemoUniversity

Barattoonni yeroof Yuunivarsitiilee naannoo Tigraayiifi Yuunivarsitii Waldiyaa irraa yuunivarsitii Wachaamootti ramadamtan, sadaasa 22 hanga sadaasa 23/2014 yuunivarsitichi waamicha akka taasiseef beeksiseera.

Guyyaan galmee barattoota buleeyyii
β€’ waggaa 2ffaa fi isaa olii
-sadaasa 13 fi 14/2014

β€’ barattoota waggaa 1ffaa
-sadaasa 20 fi 21/2014

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#ArbamichUniversity

Barattoonni yeroof Yuunivarsitiilee naannoo Tigraayiifi Yuunivarsitii Waldiyaa irraa yuunivarsitii Arbaa Minciitti ramadamtan, guyyaan ripport itti gootan sadaasa 12 yommuu ta'u, guyyaan galmee sadaasa 13 hanga sadaasa 14/2014 ta'uu yuunivarsitichi beeksiseera.

Barnooti kan eegalu sadaasa15/2014

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#WerabeUniversity

Galmeen semisteera 1ffaa bara 2014, barattoota waggaa 3ffaa fi 4ffaa yuunivarsitii waraabee sadaasa 20-21/2014 yommuu ta'u sadaasa 22/2014 qofa adabbiin akka galmeessu yuunivarsitichi beeksiseera.

Barattoonni waggaa 3ffaa yeroof Yuunivarsitiilee naannoo Tigraayiifi Yuunivarsitii Waldiyaa irraa yuunivarsitii waraabeetti ramadamtan, guyyaan galmee sadaasa 20-21/2014 yommuu ta'u, hanga sadaasa 23/2014 qofa adabbiin galmeen kan geggeeffamu ta'a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot