ABDII SABAA
499K subscribers
12.5K photos
185 videos
205 files
6.26K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#Yuunvarsiitii_Gaambeellaa

Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiiseera.

Barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan barnoota isaanii hordofuun guyyaa har’aa eebbifaman keessa 485 dubartoota ta’uu ibsameera.

Sirna eebbichaarratti Komishinarri Komishinii Siiviil Sarvisii Dooktar Makuriyaa Hayilee dabalatee miseensonni boordii Yuunvarsiitichaa fi hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Gaambeellaa argamuu ibsameera.

Maddi:-TOI


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Beeksisa hojii guyyaa guyyaatti ba'uu fi Odeeffannoo wayitaawaa wa'ee barnootaa argachuuf karaa fuula fb keenyaa follow, like fi share gochuun nu hordofaa.
πŸ‘‰ Facebook πŸ‘ˆ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
#Beeksisa_Hojii

🎴British Embassy Ethiopia🎴

πŸ”ΊPosition:- Finance Manager
β–ͺ️Salary: ETB 23,418.62
β–ͺ️Education :- Bachelor’s degree in accounting, finance management or equivalent and 4 years of relevant work experience
πŸ”·How To ApplyπŸ”·
βœ’οΈβœ’οΈβœ’οΈ
https://bit.ly/3pOYPam / https://bit.ly/3Gp4nhu

πŸ”ΊDeadline - Nov 01/21

πŸ”ΊPosition:- Cleaner S3 Maternity Cover
β–ͺ️Salary: ETB 8,316.90
β–ͺ️Education Qualification : High School Certificate
β–ͺ️ two years' of experience
πŸ”·How To ApplyπŸ”·
πŸ–ŠπŸ–ŠπŸ–Š
https://bit.ly/3pOYPam / https://bit.ly/3Gp4nhu

πŸ”ΊDeadline - Nov 03/21




SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Tediroos Adihaanoom biyyoota 28'n kaadhimamuun marroo lammataaf WHO hoogganuuf


Hoogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Teediroos Adihaanoom marroo lammataaf dhaabbaticha akka hoogganaan filatamuuf fiixeerra gahaniiru.

Biyyi isaanii Itoophiyaan waraana Tigraayiin walqabatee humnoota TPLF'f deeggarsa godhu jechuun himattee kaadhimaa gootee dhiyeessuu baattus, biyyootni alaa biroon 28 kaadhimaa gochuun dhiyeessaniiru.

Yeroon kaadhimamaa dhiyeessuu kan xumurame yeroo ta'u, Dr. Teediroos malee namni hooggansa kanaaf dhiyaate akka hin jirre dhaabbatichi beeksiseera
''WHO kaadhimamaan tokko qofti biyyoota miseensa ta'an 28'n guyyaa isa dhumaa jechuunis Fulbaana 23 bara 2021 dhiyaataniiru. Dr. Teediroos Adihaanoom Gabrayyasuus, kan hoogganaa olaanaaamma hojiirra jiranii ta'aniidha'' jedhe dhaabbatichi ibsa baaseen.



SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
Ministeerri fayyaa qormaata gahuumsa ogummaa fudhachuudhaaf barattoota qophii irra jiraniif yeroon galmee achi butamuu ibse.

Ejensiin walii galtee fi qulqullina olaanoo qormaata gahuumsa ogummaa fudhachuuf ragaa barnootaa fi qulqullinaa kennaa jira.

Galmeen barattoota qormaata gahuumsa ogummaa fudhachuuf qophii irra jiranii Onkoloolessa 05/2014 irraa eegalee gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.

Guyyaan galmee Onkoloolessa 20/2014 ni xumurama jedhamee kan ture ta'us, ogeessi fayyaa baay’een Ejensiitti argamuun Ragaa barnootaa fi qulqullinaa seera qabeessa ta'e kan fudhatanu ta'uun ibsameera.

Ta'us ministeera fayyaa waliin mari’achuun guyyaan galmee hanga kamisaa,Onkoloolessa 25/2014tti achi butamuu Ejensichi ibseera.



SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Techno MALE DORM ARRENGMENT.xls
125.5 KB
#Yunivarsiitii_Mattuu

Ramaddii kutaa ciisichaa(Dorm) barattoota buleeyyii


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

πŸ‘‰ Facebook πŸ‘ˆ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
SOCIAL MALE DORM ARRANGEMENT.xls
107.5 KB
Ramaddii kutaa ciisichaa(Dorm) barattoota buleeyyii

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

πŸ‘‰ Facebook πŸ‘ˆ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
FEMALE DORM ARRENGMENT.xls
80.5 KB
Ramaddii kutaa ciisichaa(Dorm) barattoota buleeyyii


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
   
πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot

πŸ‘‰ Facebook πŸ‘ˆ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
http://www.facebook.com/Abdiisabaafb
#repost #MoE #sirreeffama

Barsiisota Yuunivarsitii Maqalee, Addigraat, Aksuum, Raayyaa fi Waldiyaa maraaf

Ramaaddii yeroof taasifamuuf sababa ta'eef guyyaa borii(wiixata) irraa eegaluu hanga #Arbii 24/2/2014 akka galmooftan isin beeksifna.
Galmaa'uuf
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://forms.gle/uEmVwqqDFQ7dFk5dA


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#Qormaata_Seensaa

Barattoonni kutaa 8ffaa irraa gara kutaa 9ffaatti darban fi ulaagaalee Biiroon Barnootaa Oromiyaa kaa'e kan guuttatan Mana Baruumsaa Bultii Addaa Yunivarsiitii Wallaggaa,Magaalaa Naqamteef dorgommiif galmaa’an barattoonni 305 qormaata seensaa fudhatan.



SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#Kotobee_Yunivarsiitii_Barnootaa

Guyyaan galmee barattoota buleeyyii digirii 2ffaa guyyaa har’aa akka itti fufee gaggeeffamu ibsame.

Guyyaan galmee guyyaa kaleessaa ni xumurama jedhamee turus guyyaa tokko achi butamuun ibasame.

Galmee Online'niidhaan galmaa’uuf barattoota rakkataa turaniif guyyaa har’aa Onkoloolessa 22/2014 galmaa'uu akka danada'an Yunivarsiitiin ibseera.
Qorumsa biyyaalessaa kutaa12ffaa kan bara 2013 kennuuff qophiin xumuramaa jira.

Dhaabbata qorumsa mara kessaattii gidduu kana qorumsi akka tamsa’us daayiraktarri eejensii madaallii barnootaa fi qorumsa biyyaalessaa Yiliqaal Wendimmeeneh himan.

Qorumsichi erga inni tamsa’ee boodaa dhaabbata qorumsaa irrattii garee miseensa koomaandi poostii waliin ta’uun nageenyi qorumsichaas ni egama jedhame.

Qorumsa biyyaalessaa kutaa12ffaa Onkoloolessa 29 hanga sadaasa 02/2014 akka kennamu ni beekama.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#Asosauniversity

BEEKSISA ARIIFACHIISAA

Barattoota Yuunivarsitii Asoosaa maraaf.

yuunivarsitiin Asoosaa barattoota haaraa onkoloolessa 24/2014 akksumas buleeyyii onkoloolessa 25/2014 waamee akka ture ni yaadatama. Haa ta'u malee guyyaan seensaa yeroo hin beekamnetti achi siqee akka jiru isin beeksisaa, hamma yuunivarsitichi beeksisa biraa baasutti obsaan akka eegdan isin beeksifna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
#DebreMarkosUniversity

Barattoota dursa eebbaa(postgraduate) fi digrii 1ffaa yuunivarsitii Dabiremaarqoos maraaf.

Galmeen onkoloolessa 29/2014 fi 30/2014 jedhamee turuun isaa ni yaadatama. Ha ta'u malee qophiin waan hin xumuramneef guyyaa hin beekamnetti kan olsiqeera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

πŸ“ΉYOUTUBEπŸ“Ή
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

πŸ“šKITAABA BARATAAπŸ“š
@Student_Textbook
@Student_Textbook

πŸ“©YaadaπŸ“©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot