Daseetti sigiga lafaa mudateen masjiida fi manneen irratti miidhaan qaqqabuun ibsame.
Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo magaalaa Daseetri rooba halkan kaleessaa roobe hordofee balaa sigiga lafaa mudachuu bulchiinsi magaalichaa beeksiseera.
Sigiga lafaa kutaa magaalaa Araadaa naannawaa Taachinyaaw Jamee jedhamuun beekamutti mudate masjiida tokko fi manneen jireenyaa namootaa irratti miidhaa kan geessise yoo ta’u, miidhaa namarra geessise hin jiru.
Bulchiinsi magaalichaas konkolaachistoonni naannoo balaan kun mudateetti daandii biraa akka fayyadaman hubachiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Dubaramoo dhiiratu harka caalu sagaagala?
Peeruutti Gareen dubartotaa namoota jaalallee isaanii irrattii sagaagulummaa raawwatan saaxilan mata duree haasaa ta'aniiru.
phoenix squad jedhamuun kan beekaman gareen dubartootaa Peeruu kun magaalaa Lima fi guutummaa biyyoottaan kibbaa Ameerikaatti namoota amanamoo hin taane kiyyeessudhaan beekamoo ta'aniiru.
Waggoottaan 20n darbaniif Gareen Finiks Jaalalleewwanii fi namoota gaa'eela qaban Amanamoo hin taane Biyyaa dhaloota isaanii Peeruutti saaxiluuf jabaatee hojjechaa tureera.
Akka hundeessituu Jeesikaa Meeliinaan ibsitetti yoo tahe , gareen kun waggoota kurnan lamaan darban keessatti meeshaalee fi tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan dhimmoota 10,000 ol saaxileera.
Meeshaalee qorannoo durii irraa kaasee hanga diroonii basaasaa fi hanga kaameraa xixiqqoo dhokataa ta'anitti hojiirra oolcheera.
Gareen Phoenix kun hangamuu Gowwomsaa fi ejja saaxiluuf dhiirootaaf dubartootaa gidduutti loojii qabaachuu baatullee Garuu amala addaa tokko qabu
Gareen sun erga hundeeffamee kaasee miseensi Garichaa martinuu dubartootadha.
Sababni isaas hojii akka kanaatiif saalli baayyee mijataan shamarranidha jedhanii Amanu.
Jeesikaan waa’ee garee isheen hundeessitee fi sochii hojii isaanii gaazexaa La Repubblic waliin yeroo dubbatteetti “Garee qorannoo mataa kootii jalqabuufin murteesse.haa garuu hunda isaanii dubartoota akka ta’an taasiseera.sababni isaas
Dubartoonni bu'aa fooyya'aa akka isaan argamsiisaan wayita hojiif sochoonu waanin hubadheefidha jechuudhaan Jeesikaan gaazexichaf himteetti.
Jessica Melina itti dabaluudhaan akka jettetti Phoenix kan hundeeffame rakkoo hawaasummaa wal hiikuu fi adeemsa daa’imman guddisuu keessatti ragaawwan amanamummaa dhabuu agarsiisu walitti qabuuf yaadamee yoo tahu fedhii namootaatiin hojicha akka adeemsisan ibsiteetti.
Qorataa kan ture Eessuma ishee waliin hojjechuun ishee akka ishee gargaare kan kaastus yoo tahu muuxannoo hojii argatte irraa ka'uudhaan garee qorattoota shamarraan qofa of keessa qabu hundeessuf murteessitee.
Qorattoota Phoenix waliin hojjetan keessaa tokko kan taate Ada Hinostrazo gaazexaa gabaasa kana baaseetti tokkoon tokkoon dhimmonni hundi adda akka ta'e himteetti.
Haa Garuu haala qajeelaa ta'een gareen kun ragaa barbaachisu sa'aatii muraasa keessatti argachuu danda'a. Hanga ammaatti saatiwwaan 4 keessattii dhimmoota Amanamummaa dhabuu carraawwan itti furuu dandeenya jiras jettee jirti.
Kan nama ajaa'ibu waggoottaan 20n darban keessatti ragaawwan Phoenix Squadin walitti qabaman akka agarsiisuutti dubartoonnii dhiirota caalaa amanamoo ta'anii hin argamne.
Akka Detective Liz Rodriguez jedhutti dhimmoota nuti irratti hojjennu keessaa dhibbeentaan 70 dubartoonni amanamoo kan hin taane yoo ta'an, dhibbeentaan 30 hafe dhiirota qofadha.
Akka hundeessituu Jeesikaa Meelinaan jettutti ammoo waggoota lamaan darban keessa torbanitti dhimmoota 10 qoranne keessaa saddeet dubartoonnii hiriyyaa gaa'ela isaaniif amanamoo akka hin taane himaniiru.
Peeruu keessatti gowwoomsitoota dhiiraa fi dubartootaa saaxiluudhaan beekamoo ta'aniiru.

#Oduu_Ammee
Hogganaan siyaasaa Hamas Ismaa'il Haniyeh magaalaa guddoo Iraan Tehraan keessatti ajjeefamuun dhaga'ameera
Hogganaan siyaasaa Hamaas Ismaa’eel Haniyeh magaalaa guddoo Iraan Tehraan keessatti ajjeefamuu gareen Falasxiin ibsa baaseen beeksise. Haniyeen sakatta’iinsa Ziyoonistoonni mana isaa Tehraan keessatti raawwataniin ajjeefamuu Abbaa Taayitaa Falasxiin ibsa baaseen beeksiseera.
Haniyeh kanaan dura yaalii ajjeechaa hedduu jalaa miliqee Gaazaa keessa jiraachaa kan ture yoo ta’u, aangawoota Israa’eliin yeroo hedduu hidhamee jira. Haleellaa Israa’el kaaba Gaazaatti jalqaba baatii Guraandhalaa keessa raawwateen ijoolleen isaa sadii ajjeefamaniiru.

Baankiwwan Itoophiyaa garagaraatti gatiin sharafa alaa ammas daballii agarsiise.
Egaa Itoophiyaan jalqaba torban kanaa imaammata gatiin sharafa alaa akkaataa fedhii gabaan akka murtaa’u godhu hojiirra oolchuu hordofee gatiin bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa adeemsa keessa ol ka’iinsa agarsiisaa jira.
Baankiin Daldala Itoophiyaa gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa har’a Roobii baaseen, Dolaarri Ameerikaa tokko birrii 77.1280 bitamee birrii 78.6706 gurguramaa jira. Kunis gatii sharafa alaa kaleessa ture irraa daballii dhibbeentaa 3.2 (3.2%) agarsiiseera.
Gatiin sharafa alaa kun baankota biroo irratti addummaa qaba. Baankiin Oromiyaa har’a Dolaara Ameerikaa birrii 74.7382 bitee birrii 76.2329 gurguraa kan jiru yoo ta’u, Baankiin #Sidaamaa moo birrii 76.2311 bitee birrii 77.7557 gurguraa jira.
Baankiin Awaash ammoo birrii 77.1942 bitee birrii 78.7381 gurguraa akka jiru ibseera.

Ajajaan Waraana Sudaan Al-Burhaan yaalii ajjeechaa irraa oolan.
Gaggeessaan Humna Waraana Sudaan kan ta'an Jeneraal Abdulfattaah al-Burhaan irratti yaalii ajjeechaa irratti gaggeeffame irraa ooluu gabaafamee jira.
Maarree Yaaliin ajjeechaa kunis kan gaggeeffame kutaa Baha Sudaan bakka Jeneraal Abdul Fattaa al-Burhaan waraana haaraa eebbisiisaa jiranitti akka tahe ibsameera.
Yaaliin ajjeechaa kanas kan raawwate haleellaa misaa'elaa bakka humni waraana biyyattii haaraa leenji'e eebbarra jirutti yoo ta'u, sagantaa eebbaa kanarratti gaggeessan waliigalaa Humna Waraana Sudaan Jeneraal Abdul Fattaa al-Burhaan argamanii ture.
Haleellaa misaa'elaa gaggeeffameen namoonni shan du'uun ibsameera.
Dubbi Himaa Humna Waraanaa Sudaan Nabiil Abdallaa, "yaalii ajjeechaa ajajaa waraana biyyattii irratti kan gaggeesse Humna Saffisaa Sudaan (RSF) dha," jechuun BBC'tti himan.

Godina Arsii Lixaa, Aanaa Kofalee Ganda Hassee Alkeetti sigiga lafaa uumameen miidhaan qabeenya irra ga’een boqqolloo fi Warqeen yoo manca'an, lubbuu namaa irra miidhaan gahe hin jiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
HUBACHIISA!!
Daldaltoonni gatii hin mallee dabaluurra akka of qusatan' Biiroon Daldalaa Oromiyaa hubachiise.
Itoophiyaatti torban kanarraa eegalee imaammata bulchiinsa sharafa alaa haaraa hojiirra ooluu hordofee daldaltoonni carraa kana fayyadamanii faayidaa hin malle argachuuf yaalan mul'achuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa ibseera.
Haalu kanaan Biirichi ibsa baaseen daldaltoota odeeffannoo dogoggoraa "gatiin meeshaalee ol ka'a" jedhuun gatii hin malle dabaluu, dhoksuufi kuusuu irraa akka of qusatan hubachiiseera.
Daldaltoota gatii hin malle meeshaalee irratti dabalan irratti tarkaanfiin bulchiinsaa fi seeraa kan fudhatamuu ta’uu fi kana raawwachiisuuf Koree Komaandi Poostii sadarkaan hundeessee hojiitti galuu ibseera.
Hawaasni daballii gatii seeraan alaa wayita arguu waajjiraalee daldalaa naannoo isaatti argamanitti eeruu akka kennuu waamicha dhiyeesseera.

Oduu Ammee
Bu’aan qormsata kutaa 8ffaafi 6ffaa naannoo Oromiyaa Ifoomeera.
Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u.

ABDII SABAA
Oduu Ammee Bu’aan qormsata kutaa 8ffaafi 6ffaa naannoo Oromiyaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Biiroon Barnoota Oromiyaa bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 beeksise.
Naannichatti qabxiin darbiinsa kutaa 8ffaa 50 fi isaa ol ta’uu waajjirichi beeksiseera.
Baadiyyaa naannichaa keessatti qabxiin darbiinsaa dhiirota 48 fi dubartoota 45 yommuu ta’u qabxiin darbiinsa barattoota qaama miidhamtootaa dhiiraaf 45, dubartootaaf 42 akka ta’e ibsameera.
Bu’aa kutaa 6ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia6.ministry.et/#result
Bu’aa kutaa 8ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia.ministry.et/#result
Karaa Teelegiraamaa ilaaluuf 👇
@emacs_ministry_result_qmt_bot
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Naannichatti qabxiin darbiinsa kutaa 8ffaa 50 fi isaa ol ta’uu waajjirichi beeksiseera.
Baadiyyaa naannichaa keessatti qabxiin darbiinsaa dhiirota 48 fi dubartoota 45 yommuu ta’u qabxiin darbiinsa barattoota qaama miidhamtootaa dhiiraaf 45, dubartootaaf 42 akka ta’e ibsameera.
Bu’aa kutaa 6ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia6.ministry.et/#result
Bu’aa kutaa 8ffaa ilaaluuf 👇
https://oromia.ministry.et/#result
Karaa Teelegiraamaa ilaaluuf 👇
@emacs_ministry_result_qmt_bot
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Barattoonniifi maatiin barattootaa bu’aa qormaataa ilaaluuf dararamaa jiru.
Bu’aa qormaata kutaa 8ffaafi 6ffaa naannoo Oromiyaa ilaallachuuf maatiifi barattoonni kan rakkachaa jiran sababa dhaabbati marsaariiticha hoogganu akkaataa mootummaan bajata ramadeen hin dalagneefidha. Mootummaan serveriif bajata barbaachisa akka ramadu beekamaadha , haa ta’uyyuu malee maallaqa rakasaan serverii dadhaba kireessuun yeroofi miira maatii akkasumas barattoota miidhuun fudhatama hin qabaatu.
Mootummaan dhaabbata kana irratti qorannoo barbaachisaa taassisuun tarkaanfii fudhachuu qaba. Guyyaa harraa Oromiyaa guutuu keessatti sababa Serverii dadhabaan kireeffameef barattoonniifi maatiin barattoota dararamaa kan oolan yommuu ta’u hanga yoonaatti sirnaan dalaguu diduu serverii rakashaaf barattoonni bu’aa isaanii hin ilaallatin jiru.
Qaamni gochaa malaammaltummaa akkanaa raawwatu qoratamuun sirreeffamni barbaachisaan taassifamuu qaba.
Itoophiyaan keessumattuu Oromiyaan addunyaa waliin adeemuuf malammaltummaan gama maraan adeemsifamau dhaabbachuu qaba. Serverii dadhabaa kireessuun sababa bajati mootummaan ramade hanqateef ta’uufi rakkoo malaammaltummaa dhaabbata tajaajila kana kennaa jiruu ta’uun qoratamuu qaba. Rakkoon walfakkaataan akkasii yeroo kan Oromiyaa hammaatamoo yeroo kan warra biraas akkasuma kan jedhus Biiroon Barnootaa Oromiyaa adda baasuun barbaachisaadha.
Dhaabbattoota gurguddoo gama Teekinooloojiin jiran keessatti hirmaannaan saba Oromoo hirrataa akka ta’e beekamaadha. Kun muummee dhaloonni amma jiru cimee irratti dalaguu qabudha.
Miidiyaa @Abdii_Sabaa qofa osoo hin taane dhimmi kun dhimma qaamni saba kana bakka bu’u marti irratti xiyyeeffachuun sakatta’uu qabudha.
Gamanumaan miidiyaan @Abdii_Sabaa barattootaafi maati barattoota bu’aa gaarii galmeessan maraan baga gammaddan jechaa barattoonni bu’aan isiniif hin milkaa’in Abdii osoo hin kutin waggaa itti aanu cimtanii akka dalagdan dhaama.

Dhimma kana gama Feesbuukiin afaan ingiliffaan tamsaasnee jirra deemuun like comment taassisuun raabsaa https://www.facebook.com/share/p/dMWTfRmLFqZcFBJA/?mibextid=CTbP7E
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.