#kutaa_12ffaa
Qormaatni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa marsaa lammaffaa eegaleera.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa marsaa lammaffaa har'a Adoolessa 9/2016 irraa eegalee guyyoota sadiif walitti aansuun waraqaa fi toora interneetii irratti ni kennama.
Qormaanni har'aa Afaan Ingiliffaa fi Herregaan kan eegalu yommuu ta’u, qormaanni xumuraa Keemistiriifi Baayooloojidha.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa barattoota maraaf carraa gaarii hawwa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

#Waamicha
Barattoota Gannaaf
📌Yuunivarsitii Samara- Galmeen Adoolessa 17-19/2016. Barnooti Adoolessa 22 eegala.
📌Yuunivarsitii Aksuum barattoota digrii jalqabaafi lammaffaa- Galmeen Adoolessa 21-22/2016.
📌Yuunivarsitii Madda Walaabuu- Galmeen Adoolessa 22-23/2016. Barnooti Adoolessa 24 eegala.

ABDII SABAA
#Waamicha Yuunivarsitiin Jinkaa barattoota Idileefi Gannaaf waamicha taassise. Yuunivarsitiin Jinkaa galmee barattoota gannaa mara gosa barnootaa maraan Adoolessa 15-16/2016 akka geggeessu beeksise. Barnoonni Adoolessa 17/2016 eegala. Dabalataan Yuunivarsitichi…
Jijjiirraa Waamichaa
Yuunivarsitiin Jiinkaa Guyyaa waamichaa jijjiire.
Yuunivarsitiin Jiinkaa waamicha barattoota Saayinsii Fayyaafi fayyaa beeyladootaa Adoolessa 15fi 16/2016 ture dheeresse.
Haaluma kanaanis galmeen barattoota kanneenii Adoolessa 29-30/2016 akka geeggeeffamu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Yuunivarsitiin Jiinkaa Guyyaa waamichaa jijjiire.
Yuunivarsitiin Jiinkaa waamicha barattoota Saayinsii Fayyaafi fayyaa beeyladootaa Adoolessa 15fi 16/2016 ture dheeresse.
Haaluma kanaanis galmeen barattoota kanneenii Adoolessa 29-30/2016 akka geeggeeffamu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Itiyoophiyaa Fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii Bittaaf Gurgurtaaf Maallaqa Isaanii Fayyadamuuf Waliigalan.
Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii bittaaf gurgurtaaf maallaqa isaanii fayyadamuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maamoo Mihiratuu fi kan Emireetoonni Araba Gamtoomanii Mahaammad Baalaamaan waliigalticha mallatteessaniiru.
Biyyoonni lamaan maallaqa isaanii fayyadamuuf waliigalteerra ga’aniiru.
Hojiirra oolmaa waliigaltichaaf kan hojjetan ta’uu Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa ibsa baaseen eereera.
Waliigaltichi hariiroon biyyoota lamaanii cimaa dhufuu mul’isa jedhame.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii bittaaf gurgurtaaf maallaqa isaanii fayyadamuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maamoo Mihiratuu fi kan Emireetoonni Araba Gamtoomanii Mahaammad Baalaamaan waliigalticha mallatteessaniiru.
Biyyoonni lamaan maallaqa isaanii fayyadamuuf waliigalteerra ga’aniiru.
Hojiirra oolmaa waliigaltichaaf kan hojjetan ta’uu Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa ibsa baaseen eereera.
Waliigaltichi hariiroon biyyoota lamaanii cimaa dhufuu mul’isa jedhame.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 9 darbe
Godina Geediyoo Aanaa Corsootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuun ibsame.
Balaa konkolaataa fe’uumsaa Diillaarraa gara Mooyyaaleetti imalaa ture akkasumas konkolaataan ummaataa Doolfin jedhamu Diillaarraa gara Bulee Horaa imalaa ture giddutti uumameen lubbuun namoota sagalii darbe.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa maatiifi firoottan akkasumas hiriyoota namoota balaa suukanneessaa kanaan darbaniif jajjabina hawwa.

Barnoota Isaanii xumuruun biyyatti kan deebi’an kantiibaan magaalaa Finfinnee duraanii Inj. Taakkalaa Uumaa hojii geggeessaa Olaanaa Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii ta'un muudamuu dhaabbatichi beeksise.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
#Finfinnee
"Ji'a 2 hanga 3 gidduutti Konkolaattonni koodii 2 dabareen akka socho'an ni taasifamu, " - Abbaa Taayitichaa
Magaalaa Finfinneetti dhiphina tiraafikaa ganamaa fi galgalaa hir'isuuf konkolaattonni koodii 2 dabareen akka socho'an murtaa'e.
Konkolaattonni Koodii 2 lakkoofsa qeenxee fi guutuu qaban dabareen akka hojjetan taasisuuf bu’uurri seeraa qophaa’ee jira jedhameera.
Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee akka beeksisetti ji'a lamaa hanga sadii keessatti konkolaattonni Koodii 2 magaalattii keessatti dabareen kennamuufiin socho'u.
"Ganama hojii seenuufis ta'e ba'uuf dhiphina tiraafikaa cimaatu jira," kan jedhe waajirrichi, kana furuuf qaamolee dhimmi ilaaluu waliin ta'uun bara haaraa sochii geejjibaa irratti haaromsi ni taasifama " jechuun waajirrichi ibseera.

#Yuunivarsitii_Jigjigaa
Yuunivarsitiin Jigjigaa barattoonni gannaa eebbifamoon adoolessa 13-14/2016 mooraa akka seenan beeksiseera.
Galmeen Adoolessa 15-16/2015 geggeeffama.

👩🎓👨🎓 Ramaddiin Sagantaa Barattoota Rimiidiyaalaa Akkamitti Taassifama?
Ramaddiin sagantaa barattoota Rimiidiyaalaa qabxii qormaata biyyoolessaa, qabxii giddu galeessaa semisteera 1ffaa fi qabxii qormaata xumuraa irratti hundaa’uun haala armaan gadiin taassifama.
Innis:
- Qabxii qormaata biyyoolessaa: 20% 📊
- Qabxii giddu galeessaa semisteera 1ffaa: 50% 📚
- Qabxii qormaata xumuraa: 30% 📝
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Ramaddiin sagantaa barattoota Rimiidiyaalaa qabxii qormaata biyyoolessaa, qabxii giddu galeessaa semisteera 1ffaa fi qabxii qormaata xumuraa irratti hundaa’uun haala armaan gadiin taassifama.
Innis:
- Qabxii qormaata biyyoolessaa: 20% 📊
- Qabxii giddu galeessaa semisteera 1ffaa: 50% 📚
- Qabxii qormaata xumuraa: 30% 📝
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayiden Kooviid-19iin qabamaniiru.
Pirezidaantichi duula filannoo Deelweer keessatti taasisaa turan addaan kutuun addaan of baasan. Preezdaantiin ganna 81 Baayiden kanaan dura yeroo lama Kooviidiin qabamaniiru.