ABDII SABAA
Dimmi #noonnoo hanga yoona xiyyeeffannoo ga’aa ta’e hin argatin jira. Miidiyaaleen Oromoon qaban erga taatee kun mudatee guyyaa 2 sadi booda gabaasan, garii ammoo gabaasuurraa ille of qusachaa jiru. Taateen kun akka mudateen dursee kan gabaase miidiyaa @Abdii_Sabaa…
Dhimma Noonnoo gama Feesbuukin deemuun share taassisaa!
miidiyaaleen Fiinxaaleyyii gocha kana kan raawwate haaluun Oromoomatu kana raawwate jechaa jiru!
Namni hundi adeemuun maxxansaa dhimma kanaa fuula Feesbuukkii miidiyaa @Abdii_Sabaa jalaa, like share taassisuun shoora keessan ba’aa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/n6cmavgZsriJM5Dg/?mibextid=CTbP7E

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
#Oduu_Gaddaa
Yuunivarsitii Miizaan Teeppiitti barataan Guddinaa Girmaa du’aan addunyaa kana irraa boqote.
Barataa muummee fayyaa hawaasaa(public health) kan ture Guddinaan dhukkuba tasa isa mudateen addunyaa kana irraa boqoteera.
Barataan Guddinaa Girmaa kan dhalate guddate Godina shawaa lixaa aanaa baakkoo tibbee Ganda Gudeyyaa lakkuutti hadha isaa aadde Guddoo Booressaa fi Abbaa isaa obboo Girmaa Lachiisaa irra bara 1992 kan dhalate yoo ta'u, yeroo umuriin isaa baruumsaaf ga'utti mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Dasoo Dongorootti baratee qabxii ministrii argachuun Kara mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Shobokatti darbe.
Guddinaan qorumsaa kutaa kurnaffaa waan milka'eef kutaa 11 fi 12 barachuuf Kara mana barumsaa qophaa’inaa sabbataatti darbee haluuma kanaan qabxii gaari galmeessun qabxi seensa Yuunivarsitii argachuun gara Yuuni Miizaan Teeppii damee Teeppiitti imaluun fresh man course erga achitti baratee booda dept public health waan argateef gara moora fayyaa imaluun baruumsa isaa hordofaa osuma jiruu Wagga 4 tti dhibee tasa isa mudateen yeroo muraasaaf Hospitaala barnootaa moorichaatti yaalama turus dhibee isaa irra dandamachuu waan hin dandeenyeef yaala foyya'aaf gara maatii imaluun achitti yaalama osoo jiruu lubbuun isaa gaafa guyya 12/10/2016 guyyaa keessaa sa'a kudhan irratti du'an adunyaa kanarra boqotee sirni awwalcha isaas gaafa guyyaa 14/10/16 bakka dhaloota isaatti raawwatameera.
Barattoonni moorichaa lubbuun darbuu hiriyaa isaaniitiif gadda gudda itti dhaga’ame sirna dungoo qabsiisuun yaadannoo taassisaniiruuf.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa maatiifi hiriyoota Guddiinaaf jajjabina hawwa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

#ExitExam
Qormaata bahumsaa ilaalchisee komiin hedduun dhiyaachaa jira.
Qormaata ba’iinsaa Yuunivarsitiilee keessatti guyyaa ja’aaf kennamaa ture irratti barattoonni komii dhiheessan. Akka barattoonni komii qaban miidiyaa @Abdii_Sabaa f gabaasanitti Qormaatichi qabiyyee akka nuti qophoofnuuf nutti himamee fi Biluu Piriintii Ministeerri Barnootaa nuuf kenne waliin wal hin simne jedhaniiru.
Komiin kun kan dhihaate barattoota Muummee Maanaajimentii, Maarkertiing Maanajimentii,Haayidirooliksii fi qabeenya Bishaanii akkasuma muummee Meedisiinii Beeyladaatiin.
Akka barattoonni kunniin iyyatanitti, "yeroon nuuf kenname gahaa miti, Qormaata yeroon hin jalqabne akkasumas qormaataaf yeroo gahaa kennuu dhabuun nu mudateera" jedhaniiru.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa qaamni dhimmi ilaallatu marti komii barattootaa kanaaf xiyyeeffannoo kennuun furmaata akka barbaadu cimsee gaafata.

#MoE
Qormaanni ba’iinsaa muummee faarmaasii kaleessa kenname haqamee irra deebiin kennama.
Ministeerri Barnootaa qormaanni kun ''rakkoo teeknikaa'' akka qabu ibseera.
Barattoonni gama biraatiin kanaan dura qormaanni kun hatamee waraqaa irratti dalagamaa akka ture eeraniiru.
Haa ta'u malee, Ministeerri Barnootaa akka jedhetti qormaanni kun "rakkina teeknikaa" waan qabuuf, Sanbata, Waxabajjii 22, 2016, ganama sa'aatii 3:00 irraa eegalee hanga waaree booda sa'aatii 8:00 irra deebiin kennama.
Barattoonni faarmaasii qormaata kanaaf taa'an yeroon wiirtuu qormaataatti argamuun qormaata irra deebi'anii akka fudhatanis ministeerichi akeekkachiiseera.

Qabxiin ba’iinsaa ifoomeera.
Ministeerri barnootaa bu’aa qormaata ba’iinsaa Yuunivarsitiileef ergeera. Yuunivarsitiileenis guyyaa harraa irraa ka’uun qabxii akka ifoomsan barameera.

#Oduu_Ammee Namichi barattuu Daraartuu ajjeese hidhaa waggaa 18 itti murtaa'eera. Barattuu Yuunivarsitii Asoosaa kan ture Daraartuu Lammeesssa waraanuun yakka ajjeechaa namni raawwate hidhaa waggaa 18 itti murtaa'e. Caamsaa 9, 2016 naannoo sa’aatii 2:45…
#Asoosaa
Barattuu Yunivarsiitii Asoosaa Daraartuu Lammeessaa ajjeesuun kan himatame Yohaannis Margaan ol’iyyannoodhaan hidhaa umurii guutuu itti murtaa’e.
Namichi Daraartuu dugda ishee bakka sadii waraanee yakka ajjeechaa raawwate kun hidhaan waggaa 18 akka itti murtaa'e ni yaadatama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Barattuu Yunivarsiitii Asoosaa Daraartuu Lammeessaa ajjeesuun kan himatame Yohaannis Margaan ol’iyyannoodhaan hidhaa umurii guutuu itti murtaa’e.
Namichi Daraartuu dugda ishee bakka sadii waraanee yakka ajjeechaa raawwate kun hidhaan waggaa 18 akka itti murtaa'e ni yaadatama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Bu’aan qormaata Rimiidiyaalaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et ilaallachaa jiru. Odeeffannoo barnootaa qofa argachuu @abdiisabaa n nu hordofaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Yaadannoo gooticha keenyaa taassisuuf dararamne
Yuunivarsitii Finfinneefi Yuunivarsitii Diillaa mooraa Fayyaatti barattoonni yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa Waggaa afuraffaa kabajuuf jecha akka dararaman ibsan
Yuunivarsitii Dillaa Mooraa Fayyaatti
Sababa t-shirt Haacaaluu Hundeessaa uffanne qofaaf akka Bosonuu Adamsamaa jirra.
“yuunvarsiitii Dillaa mooraa fayyaa keessatti guyyaa Haacaaluu Hundeessaa hin kabajjan nuun jennaan mooraan alatti baanee kabajuuf yaallus uummata naannoo sanaatiin doorsifnii fi saamichi nurratti raawwatamnaan lubbuu keenyaaf sodaannee gara mooraa deebi'uuf gaafa jennu t-shirt Haacaaluu Hundeessaa uffattanii hin seentan isin shaneedha nuun jechuun poolisii federaalaatiin nu doorsisaa fi waraqaa eenyummaa keenya nurraa guuraa jiru.
Ijoollen kaanis sodaa irraa kan ka'e magaala keessa dhokatanii jiru.
Mooraa Diillaa keessatti Oromoo ta'uu keenya qofatu yakkamaa nu taassisee roorrifamaa jirra.” Jechuun barattoonni yaaddoo qaban miidiyaa @Abdii_Sabaa n ga’aniiru.
Dabalataan Yuunivarsitii Finfinnee mooraa kiiloo ja’a keessatti haalli walfakkaatu mudachuu barattoonni eeraniiru. Haa ta’uyyuu malee Yuunivarsitichattii barattoonni Uffata suuraa Artist Hacaaluu qabu uffachuun kabajanis ilaalchi mooricha keessa jiru gaarii akka hin taane eeraniiru.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa odeessa isaa moorichaa irraa akka qulqulleeffatetti bulchiinsi moorichaa walitti bu’iinsi hin barbaachifne akka hin ittisaa tureera jedheera. Barattoonni gama isaaniitiin Yaadannoon goota keenyaa waggaa waggaan akka kabajnuuf qaamni dhimmi ilaallatu marti haala akka mijeessuuf gaafataniiru.
Yaadannoon waggaa Afuraffaa Gooticha Artist Hacaaluu Hundeessaa biyyattii guutuu keessatti sirna garaa garaan kabajamaa jira.