ABDII SABAA
496K subscribers
12.4K photos
181 videos
205 files
6.25K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa Mi'aad Abdulkaaliq Saanii Yemmuu jedhamu, Godina Baalee Bahaa Magaalaa Bahimaati.

Mucaan kun barnoota amantii akka baratuuf Haadhaa fi Abbaan isaa gara Godina harargee Lixaa Magaalaa baddeessaatti erganii achitti barnoota isaa amantii hordofaa osoo jiruu baduun achi buuteen isaa dhabame.

Maatiin mucaa kanaa namni Mucaa kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0905626988 ykn 0927379808 irratti eeruu nuuf kennaa isiniin jedhu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š
#Iyyaafannoo

Manguddoon suuraa Irratti mul'atanu kun Maqaan isaanii Faaxumaa Yuuyyaa Adam yemmuu jedhamu, Baabbilee Araddaa Tuulaa Ganda Hasan jedhamutti dhalatanii guddatan.

Manguddoon kun yeroo ammaa Aanaa Dirree Xayyaaraa Ganda Jibraa iloo bakka jedhamtu jiraataa osoo jiranuu gaafa Ayyaana Cuuphaa Guyyaa Sabtii ganama manaa ba'anii achi osoo hin deebi'in achi buuteen isaanii dhabame.

Namni Manguddoon kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0927001101 ykn 0996668998 irratti eeruu nuuf kennaa jedhu maatiin.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa irratti mul'attu maqaan ishee Jiituu Dirribaa Fufaa yemmuu jedhamtu, Ragaa barnootaa guutuun kan kutaa 8-12ffaa jala bade.

Gaafa Kibxataa naannoo sa'atii 11:00'tti Ashawaa Meedaa bakka jedhamu irraa gara buufata konkolaataatti deemuuf Taaksii osoo deemaa jirtuu, Taaksii keessatti Teessuma nama lama qabatee jirurra 3ffaa ta'uun taa'aa turte.

Booda nama sadaffaa hin danda'amu jechuun gara Fuulduraa/ gabbiinaatti dabarfamte.

Kana booda isheen boorsaa ishee kan Document( Ragaa barnootaa) ishee qabatee jiru bakka jalqaba teessetti waan dagatteef namoonni jalaa fudhatanii bu'an.

Namoonni kun hattoota ta'uu danda'u, garuu hattoota kana Document'n koo waan isaan hin fayyanneef lafatti baasanii gatuu waan danda'anuuf namoonni argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0912620899/0964253134 irratti eeruu naaf kennaa.

Gaatiin dhaamaatii keessanii isi if kaffalama.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘
#Iyyaafannoo

Maqaan ishee Shoogee Guddinaa Adabaa jedhamti.

Mucaan kun osoo Jimmaa Arjoo irraa gara Naqamteetti imalaa jirtuu Dookumentiin ishee kutaa 8ffaa irraa kaasuun haga kutaa 12ffaatti jiru mara konkolaataa keessatti dagatte.

Namani Dookumentii kiyya kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0919696071 irratti eeruun naaf kennaa isiniin jetti.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Namni suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa Galataa Fiqiruu Baqqalaa Jedhame.

Mucaa kana jalaa ragaa barnootaa kutaa 8ffaa kaasee Traaniskiriiptii kutaa 9ffaa haga 12ffaa akkasumas #Teempoon inni Yuunivarsitii irraa fudhate waliin bakka tokkotti konkolaataa keessatti jalaa bade.

Namni ragaa barnootaa kiyya akka carraa argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0920115065 irratti na qunnamuun eeruu naaf kennaa isiniin jedha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa kana irratti mul'attu maqaan ishee Daraartuu Tasfaayee yemmuu jedhamtu, umuriin ishee 12 ta'a.

Mucaan kun Gurraandhala 23/6/2016 magaalaa Walisoo ganda 04 keessaa baaddee haga yeroo ammaatti hin deebine.

Mucaan kun gaafa manaa baddu Gurdii Shumburiifi Kophee Silippeerii keewwattee turte.

Namni mucaa kana argitan karaa lakkoofsa bilbilaa 0917096184/0920411869/0949082468 Irratti bilbiluun eeruu nuuf kennaa jedhu maatiin ishee.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa kana irratti mul'atu maqaan isaa barataa Abdulqadir Baatii Yemmuu jedhamu, Godina Baalee Aanaa Dallo Manna irraa baranootaaf gara Naannoo Amaaraatti imale.

Mucaan kun barnootaaf imalus, sababa haala nageenyaa naannicha keessa jiruuf haalli baruuf barsiisuu rakkisaa waan ta’eef, lubbuu isaa hambifachuuf gara maatii isaatti deebi'uuf murteesse.

Ta'us mucaan kun osoo gara maatii isaatti deebi'aa jiruu, gaafa guyyaa kibxataa Gurraandhala 12/06/2016 waraanaa Finxaaleyyii faannootiin qabame.

Maatiin mucaan kun qabamuu baranus haga yeroo ammaatti Lubbuun jiraachuufi du'uu isaa hin beekanu.

Kanaafuu namni waa'ee mucaa kana quba qabaattan yoo jiraattan maatiin eeruu nuuf kennaa isiniin jedhu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa Baayyisaa Tuujii yemmuu jedhamu godina shawaa Lixaa aanaa Ejeree ganda Tuqaa keessatti dhalatee guddate.

Mucaan kun guyyaa kaleessaa jechuunis gaafa Dilbata 1/07/2016 naannoo guyyaa keessaa sa'atii 10'tti qaama hin beekamneen godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree ganda gorbaa iddoo addaa Ulaa algee jedhamuun beekamutti qabamuu isaa bilbilaan maatiitti isaatti eega booda haga yeroo ammaatti achi buuteen isaa dhabame.

Namni mucaa kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0982407601/0924848133 irratti eeruu nuuf kennaa isiniin jedhu maatiin isaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Maqaan ishee Lalisee Lammeessaa yemmuu jedhamtu mucaa umurii waggaa 14'ti.

Gaafa guyyaa 01/07/ 2016 Magaalaa Asallaa irraa kaatee gara magaalaa bishooftuu Wasiila ishee bishooftuu jiru bira osoo deemaa jirtuu bakka isheen geesse dhabne namoonni mucaa kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa asii gadii irratti eeruu nuuf kenna jedhu matiin ishee.
* 0905255675 * 0925283075
*0969421435 * 0966341544

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Maqaan ishee Muluu Xaafaa Jedhamti godina shawaa Kaabaa aanaa abbichuu Fi nya'aa Ganda daayyolee irraa gaafa guyyaa 07/07/2016 manaa baate hanga ammaatti manatti hin deebine, namoonni harmee kana argitan Kara lakkoofsa bilbilaa 0934798204/0970651939
Nuuf eeraa gatii dadhabbii keessanii isiniif kaffallama.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaa
#Iyyaafannoo

Suuraan isaa kan armaan olitti maxxanfame Shaaggaa Huseen Waaqoo kan jedhamu gaafa Wixataa saa’atii 4 irraa kaasee Magaalaa Finfinnee keessatti gara Qaallittii osoo deemaa jiru as buutee isaa waan dhabneef namni argitan bilbila armaan gadiitiin akka nu qunnamtan kabajaan isin beeksifna.
0912992603              0913076075
Nama bakka inni jiru ykn odeeffannoo isaa nuuf kenneef kafaltii akka kafallu maatiin ni ibsa!


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaa
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa Baalyi Fayyisaa Girmaa yemmuu jedhamu, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra jaarsoo Ganda Jaarsoo Tuutiitti dhalatee guddate.

Mucaan kun yeroo ammaa ammoo Aanaa Kuyyuu Ganda Liiban kuraa jedhamu irraa badee achi buuteen isaa dhibame jedhu maatiin.

Namni mucaa kana argitan karaa lakkoofsa bilbilaa 0912888088/0948635486 irratti bilbiluun eeruu nuuf kennaa jedhu maatiin isaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Iyyaafannoo

Mucaan suuraa irratti mul'atu kun maqaan isaa Anas ykn Anasuu Yuusu Ibroo yemmuu jedhamu, Godina Harargee Lixaa magaa Ciroo jiraata.

Mucaan kun Gaafa Wiixataa halkan walakkaa manaa bahee badee achi buuteen isaa dhabame.

Mucaan kun xiqqoo dhukkubbii mataa kan qabu yemmuu ta'u maatiin mucaa kanaa namni mucaa keenya kana argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0964454408 irratti eeruu nuuf kennaa isiniin jedhu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb