ABDII SABAA
496K subscribers
12.4K photos
181 videos
205 files
6.25K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm

๐ŸŽฏBARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

๐ŸŽฏMARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
#BEEKSISA

Barattoota qormaata Seensaa fudhattanii darbitan hundaaf!

B/J

#Dhimmi isaa: Guyyaa galmee isin beeksisuu ta'a.

Barattootni bara 2015 kutaa 8ffaa xumuruun qormaata seensaa Yunivarsitiin Wallaggaa Mana barumsaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffa Yunivarsitii Wallaggaa waliin ta'uun isiniif kenname fudhattanii darbuu keessan gaafa 03/13/2015 beeksisaan ifa isiniif taasifamee ture hundi keessan manni barumsaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Yunivarsitii Wallaggaa simatee isin barsiisuuf qophii xumuree waan jiruuf ulaagaalee armaan gaditti tarreeffamee jiru jechuunis;

1) Suura barataa 3x4 ta'e 2 (lama)

2) Suura maatii(guddistuu) 3x4 ta'e 1 (tokko)

3) Ansoolaa

4) Huccuu tiraasiifi

5) Uffata Ispoortii

qabattanii gaafa 21-22/01/2016 mooraa bultii barattootaa mana barumsichaa ganda 05 fuullee Baankii Daldala Itoophiyaa damee Haroo Soorgaatti maatii keessan qabattanii argamuun akka galmooftan isin beeksisna

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
#Irreecha2016

Qaamonni naannoo Oromiyaa keessatti qabsaa'an "yeroo sirna Irechaatti gufuu akka hin uumne" Abbaan Gadaa waamicha taassisan.

Abbooleen Gadaa waamicha kana kan dhiyeessan sirna Irreechaa Fulbeena 26 fi 27, 2016 Finfinnee fi Bishooftuutti kabajamu eeruunidha.

Ibsa Abbaa Gadaa Gujii  fi Oromiyaa kan ta'an Abbaa Gadaa Jiloo Man'oo Raadiyoo Doyichee Velleef kennaniin;  "Nuti Abbaan Gadaa nagaaf hojjenna. Qaamoleen Oromiyaa keessatti qabsaa'an lamaan sirna Irrecha keenya irratti dhiibbaa akka hin geessisne gaafanneerra. Oromoon gama hundaan nagaa fi wal hubannaa qabaatee tokkummaa isaa akka cimsu barbaanna" jedhan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot
#Beeksisa

Dorgommii Jijjiirraa Addaa Abbootii Seeraa Mana Murtii Aanaa!


Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa Abbootii Seeraa Mana Murtii Aanaa ulaagaa dorgommii jijjiirraa addaa isa xiqqaa guutan iddoowwan banaa armaan gaditti ibsaman irratti akkaataa dambii fi qajeelfama jiruun namoota fedhii qaban jijjiiruun hojjechiisuu barbaada.

Kanaafuu kanneen ulaagaa armaan gadii guuttan galmaa'uu dandeessu.

Ulaagaa Isaa Guutuu Suuraa irraa Argattu!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot
"Waaqeffattoonni uffata adii uffachuun ganama sa'aatii 5 irraa eegalee gara addabaabayii fannoo(masqalaa) dhufuu qabu" - Mana Amantaa Ortoodoksii.

Ayyaana Fannoo Addabaabayii Masqalaatti kabajamuuf qophiin xumuramuu Manni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa beeksise.

kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee teessuma waltajjii keessummoonni kabajaa itti taaโ€™an mijeessuudhaan ayyaanichi iddoo guddaa akka taโ€™u tumsa taasisaniif galateeffataniiru.

Akka sagantaa kabaja ayyaana kanaatti waaqeffattoonni ayyaanicha kabajuuf dhufan uffata adii uffachuun ganama saโ€™aatii 5 irraa eegalee addabaabayii fannoo irratti argamuu qabu.

Hambaalee qulqulluu Mana Kiristaanaa kan taโ€™an shubbiin, simbiloonni, fi ixaannis akka hin seenne dhorkamaniiru jechuun miidiyaalee tokko tokko irratti oduun naannaโ€™aa ture guutummaatti soba akka taโ€™e  Manni Amantaa kun Ibsee baaseen addeesseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
#Iyyaafannoo

Maqaan isaa Waldamiikaa'eel Kabbadaa Lataa yemmuu jedhamu, maqaan qabsoo isaa akka bara 1995 maatiif xalayaa ergetti #Abdii_Boruu jedhama.
ABDII SABAA
Photo
#Iyyaafannoo

Maqaan isaa Waldamiikaa'eel Kabbadaa Lataa yemmuu jedhamu, maqaan qabsoo isaa akka bara 1995 maatiif xalayaa ergetti #Abdii_Boruu jedhama.

Xalayaan kun kan dhufe Baaleerraati.

Bara 1967 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Roobiitti kan dhalate yemmuu ta'u, barnoota isaa iddoo dhuma dhaloota isaatti sadarkaa 1ffaa-2ffaatti xumure.

Barnootasaa digirii jalqabaa Yuunivarsitii Jimmaatti mummee barsiisummaan waan barateef yeroo jalqabaaf Jimmaa, Amboo, Finfinneetti barsiisaa tureera.

Bara 1983 barsiisaa osoo jiruu, gara biyya alaatti barsiisummaaf wayyaaneen ergite, bara 1991 roorroon saba kiyyarratti godoo diigde jechuun, gara biyyaatti deebi'ee falma eegaluusaa hiriyyoonni isaa ni dubbatu.

โžพErga bara 1995 xalayaa ergee amma ammaatti du'ee, jiraatee dhabnee jirra waan ta'eef, karaa Miidiyaa @Abdii_Sabaa'n akka qilleensarra nuuf olchitan kabajaan isin gaafanna.

โžพNamani waa'ee nama kanaa quba qabdan karaa lakkoofsa bilbilaa 0924553415 fi 0929369664 irratti nu qunnamaa.

#Gatii dadhabbii keessanii ni kafalla jedhu maatiin.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot
Shaamarree Maahidar Fiqaaduu, Barreedduu Turizimii Oromiyaa Bara 2016 Taate.

Dorgommii miidhaginaa Miis Tuurizimii Oromiyaa marsaa 3'ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame, shaamarree Maahidaar Fiqaaduu injifatte.

Dorgommii kana irratti, waliigalaan Shamarran 15 kan hirmaatan yoo ta'u, shamarran 1-3'tti ba'uun dorgommicha injifataniif badhaasni Qarshii Kuma 100 - 200 kenname.

Bareedduu Miis Tuurizimii Oromiyaa bara 2015 kan turte shamarree Hawwii Maatiyoos, Gonfoo bareedinaa Miis Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 kan injifatte shamarree Maahidar Fiqaaduuf dabarsitee kennuu ishee, ragaan Komishinii Turizimii Oromiyaa irraa argame ni mul'isa.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot
Oduu Gammachiisaa Barsiisota maraaf.

Ogummaa kee kara galiitti jijjiiruuf qophiidhaa?

-Mana kee teessee barsiisuuf ๐Ÿก
-Yeroo siif mijatutti โฐ
-Barattoota biyyattii mara bira ga'uuf ๐ŸŒ
-Galii argachuuf ๐Ÿ’ฐ

Odeeffannoo dabalataaf @Fulbek_University irratti nu qunnamaa.

Telegiraamaan nu hordofuuf @Fulbek

Websaayitii keenya daawwadhaa fulbek.com

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
#Jimmaa

Magaalaan Jimmaa magaalaa filatamtuu bara 2015 ta'uun badhaafamte.

Sagantaa Torbee Tuurizimii Komishinii Tuurizimii Oromiyaatiin qophaaโ€™een Masaraan Jimmaa Abbaa Jifaar Hambaalee Oromiyaa hunda caaluun injifatee beekamtii argateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks
@KitaabaGuutuu

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757

๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ
@AbdiiSabaaDm
@yaadaafqeeqabot
#Iyyaaffannoo

Mucaan Suuraa kana irratti mul'atu maqaan isaa Roobaa Addunyaa yemmuu jedhamu, Jiraataa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduuti.

Mucaan kun eega mana bahee dhabamee ji'a Afur guutee jira.

Mucaa kana namni argitan yoo jiraattan karaa lakkoofsa bilbilaa 0917898074 irratti nu qunnamaa jedhu maatiin isaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
Beeksisa dhuunfaa kanneen akka Manneen Uffata Aadaa, Meeshaalee gurgurtaa Electirooniksii, Mana kophee, Manneen barnootaafi Kolleejjii dhuunfaa, akkasumas Yuutuubii, Chaanelii Teelegiraamii, weebsaayitii, Tiktok, fb fi kkf  karaa Fuula Telagiraamii keenyaa kan miseensa kuma dhibba 2fi kuma 13 qabuun gatii  madaalawaa ta'een beeksifachuuf  karaa @AbdiiSabaaDM yookiin @YaadaafQeeqabot jedhuun nu qunnamaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA

๐ŸŒFeesbuukii๐ŸŒ
facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

๐Ÿ•ธMarsaariitii๐Ÿ•ธ
AbdiiSabaa.com

๐Ÿ“šKitaaba Barataa๐Ÿ“š
@Kitaaba_Barataa
@AsBookStore
@AbdiiSabaabooks

๐Ÿ—‘ADS๐Ÿ—‘
//nebsefte.net/4/6246757