ODUU AMMEE
#FAANNOO
Faannoon barsiisaa Oromoo qormaata kutaa 12ffaa qoruuf gara naannoo Amaaraa imale Galaafatte.
Wal waraansa guyyaa kaleessaa irratti Yuunivarsitii Walqixxeetti Gargaaraa Pirofeesaraa(Assistan Professor) kan ta'a barsiisaa Tadaddasaa Abbabee Faannoon ajjeesuu isaanii barsiisoonni qormaata qoruuf garas imalan miidiyaa @Abdii_Sabaa tti himan.
Taaddasaan Dhalataa Godina shawaa lixaa akka ta'an kan nutti himan barsiisaan akka maqaan isaa dha'amu hin barnaanne nullee lubbuun turuu keenya sodaanneerra jedhaniiru
Dr. Taaddasaan kanaan dura Ogummaa Gaazixeessummaan tajaajilaa kan turan yommuu ta'u yeroo ammaa barsisaa Yuunivarsitii Walqixxee gargaaraa Piroofeesaraa turan.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa gadda guddaa itti dhaga'ame ibsachaa maatii hiriyootaafi ummata Oromoo maraaf jajjabina hawwa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
FB👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb

ABDII SABAA
Labsii Yeroo Ariifachiisaan Tarkaanfiilee Fudhatamanii Fi Raawwiiwwan Dhorkaman Ifooman

Nageenya ummataa Naannoo Amaaraa eeguuf labsii yeroo ariifachiisaa Mana Maree Ministirootaa akka labsamuu murtoo dabarseen tarkaanfiilee fudhatamanii fi raawwiiwwan dhorkaman ifoomaniiru.
Haaluma kanaan:-
1. Namni kamuu bu’uuraa labsichaan qajeelfamoota ba’an, ajajoota fi murtoowwan dabarfaman hojiirra oolchuu fi kabajuuf dirqama qaba.
2. Ajajni qajeelcha waliigalaa yeroo ariifachiisaa sochii fi hokkaraa kaayyoo labsii yeroo ariifachiisaa faallaa kan jajjabeessan, lammiilee nagaa kan shororkeessan, akkasumas haasawaa nageenya booressan, kakaasii kallattii fi kallatti malee kamuu daandii kamiinuu taasisuun yookaan tamsaasuun dhorkaadha.
3. Daandii kamiinuu gareewwan hidhataniif deeggarsa maallaqaa, odeeffannoo, meeshalees ta’ee haamilee taasisuun dhorkaadha.
4. Eeyyama Ajaja Qajeelcha Waliigalaa Yeroo Ariifachiisaatiin ala walga’ii adda baba’ii yookaan hiriira nagaaa taasisuun dhorkaadha.
5. Eeyyama Ajaja Qajeelcha Waliigalaa Yeroo Ariifachiisaan ala meeshalee waraanaa kamuu qabatanii socho’uun dhorkaadha.
6. Damee tajaajilaas ta’e adeemsa oomishaa kamuurratti hojii dadhabsiisuu yookaan shira diinagdee raawwachuun dhorkaadha.
7. Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa sababeeffachuun faayidaa dhuunfaa argachuuf aangoo seera malee fayyadamuu, shakkiin sababa hinqabnee utuu hinjiraatin lammiilee hidhuu yookaan tarkaanfii walfakkaataa fudhachuun dhokaa ta’uu beeksiseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Madda: (FBC)
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
FB👇👇👇
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot

Yuunivarsitiin Finfinnee Yuunivarsitii of danda’e kan jalqabaa ta’e!
(Ministeera Barnootaatti) Manni Maree Ministirootaa dambii hundeeffama of danda’uu Yuunivarsitii Finfinnee irratti mari’atee Yuunivarsitiin Finfinnee Yuunivarsitii of danda’e isa jalqabaa akka ta’u murteesse.
Murteen kun kan kennameef bilisummaan barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoo ni mirkanaa’a jedhamee waan amanamuuf, akkasumas hojiin baruu barsiisuu fi qorannoo haala fooyya’aa ta’een, gidduu seenummaa siyaasaa fi bulchiinsaa irraa bilisa ta’een akka raawwatan kan isaan dandeessisu ta’uu ibsameera.
Haaluma kanaan Yuunivarsitiin Finfinnee of danda’ee socho’uu fi bilisummaa barnootaa fi bulchiinsaa isaa eeggachuu, sochii haaromsaa damee barnootaa keessatti qajeelchaa ta’uu akka danda’u himama.
Yuunivarsitiin Finfinnee dursee sirna yunivarsitii of danda’ee hojiirra oolchuun yunivarsiitiiwwan biroof fakkeenya ta’a jedhamee eegama.

Naannoo Amaaraatti qormaati kutaa 12ffaa akkam ta'e?
Barattoonni kutaa 12ffaa Yunivarsitii Gondaritti qormaata seensaa qoramuuf dhiyaatan kumni 16 qormaata kaleessaa fi har'aa akka hin fudhanne Ministeerri Barnootaa mirkaneesse.
Ministeerri kun; Barattoonni qormaata kanaaf dhiyaatan mooraa Faasiil, Maaraaki, Tewodroos, rakkoo nageenyaa naannoo sana jiruun kan ka’e qormaata isaanii akka hin fudhanne hubachiiseera.
Guyyaa sana dhukaasa banameen barsiisaa 1 fi miseensonni poolisii federaalaa 2 ajjeefamaniiru; tokko ammoo miidhameera.
Walumaagalatti barattoonni kutaa 12ffaa sababa rakkoo Yunivarsiitii Gondaritti qormaata fudhachuu dadhaban 16,000 sagantaa isaaniif mijateen qormaata isaanii akka fudhatan ministeerichi beeksiseera.
Rakkoo Gondar mudateen alattis yunivarsiitiiwwan naannoo Amaaraa biroo keessatti qormaanni hundi kennamee xumuramuusaa ministeerri barnootaa beeksiseera.

Ameerikaan walitti bu'iinsa naannoo Amaaraatti mudateef yaaddoo qabdu ibsiteetti.
Ministirri Dhimma Alaa Antoonii Bilinken MM Abiy Ahimad waliin bilbilaan mari'ataniiru. Bilinken akka jedhanitti, haalli naannoo Amaaraa fi Oromiyaa nagaa fi nageenya naannichaaf balaa ta’uu ibsaniiru.
Ministirri Dhimma Alaa kun naannoo walitti bu’iinsi uumametti haala gargaarsi nyaataa bifa haqa qabeessa ta’een kennamuu qaburrattis Ministira Muummee Abiy waliin mari’ataniiru.
Bilinken Ameerikaan garaagarummaa naannoo Hidha Haaromsaa jiru karaa dippilomaasii furuuf deeggarsa guutuu akka kennitu Ministira Muummeetti himaniiru jedhameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
FACEBOOK

#Waamicha
Yuunivarsitiin Jimmaa barattoonni inistiitiyuutii fayyaa fi fayyaa beeyladaa amma jiran akka jiraatan waamicha dhiyeesse.
Barnoonni idilee sababa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 addaan citee ture Hagayya 8, 2015 akka eegalu ibseera.
Kanaaf Yuunivarsitichi barattoonni inistiitiyuutii fayyaa fi qoricha beeyladaa qofti Hagayya 06 fi 07/2015 mooraa isaanii akka seenan dhaamaniiru.

#ADVERTISEMENT
Karaalee adda addaa ittiin qarshii online hojjechuu dandeessan website kana irraa dubbisaa itti fayyadamaa
👇👇👇
kiyapost.com/how-to-make-money-online/

Barattoonni idilee Yuunivarsitii Diillaa digrii jalqabaa waggaa lammaffaa hunduu semisteerri lammaffaan Hagayya 8, 2015 waan jalqabuuf barattoonni waggaa lammaffaa hundi Hagayya 5 fi 6, 2015 waajjira Rejistiraaraatti qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksisna.
Hubachiisa: Barattoota guyyaa murtaa’e dura ykn booda dhufan hin simannu.
Yuunivarsitii Diillaa

Barattoota batch bara 2012 qormaata bahiinsaa fudhatanii fi Adoolessa dhufu koorsii hafan xumurantaniif.
Yuunivarsitiin Arba Mincii barattoonni qormaata bahiinsaa fudhatanii fi Fulbaana dhufu koorsoota hafan xumuran Hagayya 5/2015 yunivarsiitii seenuu akka qaban beeksise.

#Waraana
Naannoo Amaaraa bakkoota rakkoon nageenyaa itti hammaate Danglaa, Merhabetee Alemketemaa, Goondar Azeezoofi Debretabor naannoo Alemtsagga dha.
Odeeffannoowwan haaraa waa'ee naannoo Amaaraa hordofuuf miidiyaa @Abdii_Sabaa hordofaa

#WARAANA
FINFINNEE!
Sochii Biyyoolessaa Amaaraa (ABIN) bakka bu'uun Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa kan ta'an Obbo Kiristaan Taddelee halkan edaa magaalaa Finfinneetti poolisiin to'annoo jala oolaniiru.
Kana malees miseensi paarlaamaa Dr. Kaasaa Teshaager fi Weellisaan Daanyee Walee to'annoo jala oolaniiru.

#WAAMICHA
Barattoota waggaa 1ffaa fi 2ffaaf.
Galmeen Hagayya 08- 09, 2015.
Barnoonni Hagayya 10, 2015.
Barattoota waggaa 2ffaa barnooti Hagayya 08 eegala.
Yuunivarsitii Saayinsiifi Teekinooloojii Adaamaa

Odeeffannoo amma dhagahame keessaa
✔ Odeeffannoon bilbilaan argameen magaalaa Shawaaroobiit alatti naannolee Jejabaa fi Ansurtuu jedhamanitti wal jijjiirraa dhukaasaa dhagahamaa jira.Magaalaan Shewaaroobiit haalaan nagaa ta'us sochiin namootaa hir'ateera.
✔ Har'a Goondar fi Azzeen sochiin waraansaa akka hin jirre dhaga'ameera.
Goojjam Bahaa Martoolee Maariyaam bakka jedhamutti akka bulchiinsa yerootti kan dhaabbate Faannoodha jedhameera.
✔ Daandiin magaalaa Dajan keessatti cufamee ture humnoota tikaa mootummaatiin banamuus sochiin geejjibaa daangeffamaadha jedhu jiraattonni.
Odeeffannoowwan haaraa waa'ee naannoo Amaaraa hordofuuf miidiyaa @Abdii_Sabaa hordofaa!

"Saalqunnamtiin saala walfakkaataa seera biyya keenyaatiin cimsee kan dhorkamee fi gocha seeraan alaati" - Poolisii
"Saalqunnamtiin saala walfakkaataa seera biyya keenyaatiin cimsee kan dhorkamee fi gocha seeraan nama gaafachiisudha" - Poolisii
Waajjirri Aadaa, Aartii fi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee fi Poolisiin magaa Finfinnee gochoota duudhaa fi aadaa cabsan ilaalchisee ibsa laataniiru.
"Biyyi keenya biyya sabboonummaan beekamtuu fi aadaa fi duudhaa adda addaa qabdudha. Tibbana gochoonni duudhaa fi aadaa hawaasichaa irraa maqan nu mudachaa jira" jedhaniiru.
Hoteelonni fi manneen nyaataa magaalattii keessa jiran tokko tokko gocha seera biyyattii cabsuu fi aadaa hawaasaan faallaa ta'een sochii saalqunnamtii saala walfakkaataa gabaasaa akka jiran ummanni akka hubatu waamicha dhiyeessaniiru.
Poolisiin; Saalqunnamtiin saala walfakkaataa seera biyya keenyaatiin cimsee kan dhorkamee fi gocha seeraan alaa ta'uu ibseera.
Hoteelonni fi manneen nyaataa gocha seeraan alaa kanaan shakkaman seera biyyattii kabajuuf dirqama akka qaban cimsanii dubbataniiru.
Namni odeeffannoo fi yaada dhimma kanaan walqabatu qabaate waajjira poolisii dhiyoo jiru dhaqee sarara bilbilaa bilisaa 991 fi 987 fi 011-1-11-01-11 fi 011-5-52-63- fayyadamuun odeeffannoo fi yaada kennuu ni danda’a jechuu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
FACEBOOK
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Waajjirri Aadaa, Aartii fi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee fi Poolisiin magaa Finfinnee gochoota duudhaa fi aadaa cabsan ilaalchisee ibsa laataniiru.
"Biyyi keenya biyya sabboonummaan beekamtuu fi aadaa fi duudhaa adda addaa qabdudha. Tibbana gochoonni duudhaa fi aadaa hawaasichaa irraa maqan nu mudachaa jira" jedhaniiru.
Hoteelonni fi manneen nyaataa magaalattii keessa jiran tokko tokko gocha seera biyyattii cabsuu fi aadaa hawaasaan faallaa ta'een sochii saalqunnamtii saala walfakkaataa gabaasaa akka jiran ummanni akka hubatu waamicha dhiyeessaniiru.
Poolisiin; Saalqunnamtiin saala walfakkaataa seera biyya keenyaatiin cimsee kan dhorkamee fi gocha seeraan alaa ta'uu ibseera.
Hoteelonni fi manneen nyaataa gocha seeraan alaa kanaan shakkaman seera biyyattii kabajuuf dirqama akka qaban cimsanii dubbataniiru.
Namni odeeffannoo fi yaada dhimma kanaan walqabatu qabaate waajjira poolisii dhiyoo jiru dhaqee sarara bilbilaa bilisaa 991 fi 987 fi 011-1-11-01-11 fi 011-5-52-63- fayyadamuun odeeffannoo fi yaada kennuu ni danda’a jechuu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
"Waraanni furmaata hin ta'u, Kaleessa irraa haa barannu. Rakkoolee mariin haa hiiknu!"
Manni Maree Olaanaa Dhimmoo Islaamaa Itoophiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne
Ibsa kenneenis kaleessa irra barachuun furmaata haa barbaannu waraanni furmaata him ta'u jedheera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
FACEBOOK
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
Manni Maree Olaanaa Dhimmoo Islaamaa Itoophiyaa haala yeroo irratti ibsa kenne
Ibsa kenneenis kaleessa irra barachuun furmaata haa barbaannu waraanni furmaata him ta'u jedheera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
ODUU BIYYA ALAA
Muummichi ministeera Paakistaan duraanii Imraan Kaan kennaa mootummaa seeraan ala gurguruun adabbiin waggaa sadii itti murtaa'e.
Murtii mana murtii kana hordofuun poolisiin to'annoo jala oolcheera.
Murtiin kun hogganaan mormituu filannoo dhufu akka hin dorgomne dhorkuu mala jedhameera.
Ogeeyyiin seeraa akka jedhanitti murtiin balleessaa mana murtii Islaamaabaad kenne kun filannoo biyyoolessaa Adoolessa keessa gaggeeffamu irratti morkataa guddaa MM Shehbaz Sharif kan ta’an Imraan cinaatti dhiisuu danda’a.
Abukaatoon Imraan Intezar Panjota Rooyitarsiif akka himanitti murtii kana irratti ol'iyyannoo isaanii Mana Murtii Ol'aanaatti dhiyeessaa jiru.